LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Gorsa warra gaaʼela hin godhannee fi warra gaaʼela godhataniif kenname (1-16)

      • Haaluma yeroo waamamte qabduun jiraadhu (17-24)

      • Warra gaaʼela hin godhannee fi dubartoota abbaan manaa irraa duʼe (25-40)

        • Faayidaa qeenxee taʼuun qabu (32-35)

        • “Gooftaadhaan qofa” gaaʼela godhachuu (39)

1 Qorontos 7:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kun fedhii saalqunnamtiitiin tuquu argisiisa.

1 Qorontos 7:2

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:18, 19
  • +Uma 2:24; Ibr 13:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Maatii, ful. 156-157

1 Qorontos 7:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 21:10; 1Qo 7:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2011, ful. 17

    Maatii, ful. 157

1 Qorontos 7:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 139

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2015, ful. 27

    10/15/2011, ful. 17

    Maatii, ful. 157-158

1 Qorontos 7:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 19:10, 11

1 Qorontos 7:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:39, 40; 9:5

1 Qorontos 7:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 4:4, 5; 1Xi 5:11, 14

1 Qorontos 7:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:32; 19:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 13

1 Qorontos 7:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 10:11; Luq 16:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 13

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2012, ful. 11

1 Qorontos 7:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:25, 40

1 Qorontos 7:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 14

1 Qorontos 7:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2016, ful. 16

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2006, ful. 26, 29

1 Qorontos 7:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 12:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2016, ful. 16-17

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2012, ful. 11-12

1 Qorontos 7:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 3:1, 2

1 Qorontos 7:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:7

1 Qorontos 7:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 21:20
  • +HoE 10:45; 15:1, 24; Gal 5:2

1 Qorontos 7:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 6:15; Qol 3:11
  • +Lal 12:13; Er 7:23; Rom 2:25; Gal 5:6; 1Yo 5:3

1 Qorontos 7:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:17

1 Qorontos 7:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 3:28

1 Qorontos 7:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 8:36; Flm 15, 16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2092

1 Qorontos 7:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 6:19, 20; Ibr 9:12; 1Ph 1:18, 19

1 Qorontos 7:25

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi Afaan Giriikii nama saalqunnamtii raawwatee hin beekne argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:12, 40

1 Qorontos 7:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mil 2:16; Mat 19:6; Efe 5:33

1 Qorontos 7:28

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi Afaan Giriikii nama saalqunnamtii raawwatee hin beekne argisiisa.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 184

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2017, ful. 4-6

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2015, ful. 18-19

    10/15/2011, ful. 15-16

    4/15/2008, ful. 20

    5/1/2007, ful. 21

    10/1/2006, ful. 11-12

1 Qorontos 7:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 13:11; 1Ph 4:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2016, ful. 17

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 27

1 Qorontos 7:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2016, ful. 17

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2015, ful. 20

    11/15/2011, ful. 19

    11/15/2010, ful. 24

    1/15/2008, ful. 17-19

    10/1/2007, ful. 17-18

1 Qorontos 7:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 42

1 Qorontos 7:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 5:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 42

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 27

1 Qorontos 7:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 5:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 27

1 Qorontos 7:35

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “kiyyoo keessa isin galchuuf.”

1 Qorontos 7:36

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qeerrummaa isaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 19:12; 1Qo 7:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 42

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    4/2019, ful. 1

    Maatii, ful. 15-16

1 Qorontos 7:37

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qeerrummaa isaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 19:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2011, ful. 17

1 Qorontos 7:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 42

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 20

    10/15/2011, ful. 17

1 Qorontos 7:39

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “rafe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 7:2
  • +Uma 24:2, 3; Kes 7:3, 4; Nah 13:25, 26; 2Qo 6:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    9/2022, ful. 4

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 42

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 134-135

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2015, ful. 30-32

    1/15/2015, ful. 31-32

    10/15/2011, ful. 15

    3/15/2008, ful. 8

    7/1/2004,

Yaada Wal Simu

1Qor. 7:2Fak 5:18, 19
1Qor. 7:2Uma 2:24; Ibr 13:4
1Qor. 7:3Bau 21:10; 1Qo 7:5
1Qor. 7:7Mat 19:10, 11
1Qor. 7:81Qo 7:39, 40; 9:5
1Qor. 7:91Ta 4:4, 5; 1Xi 5:11, 14
1Qor. 7:10Mat 5:32; 19:6
1Qor. 7:11Mar 10:11; Luq 16:18
1Qor. 7:121Qo 7:25, 40
1Qor. 7:15Ibr 12:14
1Qor. 7:161Ph 3:1, 2
1Qor. 7:171Qo 7:7
1Qor. 7:18HoE 21:20
1Qor. 7:18HoE 10:45; 15:1, 24; Gal 5:2
1Qor. 7:19Gal 6:15; Qol 3:11
1Qor. 7:19Lal 12:13; Er 7:23; Rom 2:25; Gal 5:6; 1Yo 5:3
1Qor. 7:201Qo 7:17
1Qor. 7:21Gal 3:28
1Qor. 7:22Yoh 8:36; Flm 15, 16
1Qor. 7:231Qo 6:19, 20; Ibr 9:12; 1Ph 1:18, 19
1Qor. 7:251Qo 7:12, 40
1Qor. 7:27Mil 2:16; Mat 19:6; Efe 5:33
1Qor. 7:29Rom 13:11; 1Ph 4:7
1Qor. 7:331Xi 5:8
1Qor. 7:341Xi 5:5
1Qor. 7:36Mat 19:12; 1Qo 7:28
1Qor. 7:37Mat 19:10, 11
1Qor. 7:381Qo 7:32
1Qor. 7:39Rom 7:2
1Qor. 7:39Uma 24:2, 3; Kes 7:3, 4; Nah 13:25, 26; 2Qo 6:14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 7:1-40

Qorontos Tokkoffaa

7 Dhimmoota naaf barreessitan sana ilaalchisee, dhiirri tokko dubartii utuu tuquu* baatee gaarii dha; 2 haa taʼu malee, halalummaan* waan babalʼateef, tokkoon tokkoon dhiiraa haadha manaa ofii isaa haa qabaatu;+ tokkoon tokkoon dubartiis abbaa manaa ofii ishii haa qabaattu.+ 3 Abbaan manaa wanta haati manaa isaa argachuu qabdu ishiidhaaf haa kennu; haati manaas abbaa manaa ishiitiif akkasuma haa gootu.+ 4 Haati manaa qaama ishii irratti aangoo hin qabdu, aangoon kan abbaa manaa ishii ti; haaluma wal fakkaatuun, abbaan manaa qaama isaa irratti aangoo hin qabu, aangoon kan haadha manaa isaa ti. 5 Yeroo murteeffameef yeroo keessan kadhannaadhaaf oolchuuf walii galtanii yoo taʼe malee wal hin dhowwatinaa; of toʼachuu dadhabuudhaan kan kaʼe Seexanni akka isin hin qorreef sana boodas deebiʼaa waliin taʼaa. 6 Taʼus ani kana gochuun akka heyyamamu dubbachuu koo ti malee isin ajajaa hin jiru. 7 Haa taʼu malee, namoonni hundi akka koo utuu taʼanii nan gammadan ture. Taʼus namni hundi kennaa Waaqayyo biraa argate qaba;+ inni tokko waan tokko, inni tokko immoo waan kan biraa qaba.

8 Warri gaaʼela hin godhannee fi warri abbaan manaa irraa duʼe akkuma kootti utuu jiraatanii isaaniif wayya nan jedha.+ 9 Of toʼachuu yoo dadhaban garuu gaaʼela haa godhatan; sababiin isaas, hawwiidhaan gubachuu mannaa gaaʼela godhachuu wayya.+

10 Namoota gaaʼela godhataniif qajeelfama nan kenna; haa taʼu malee, ana utuu hin taʼin Gooftaatu kenna; haati manaa abbaa manaa ishii irraa gargar hin baʼin.+ 11 Yoo gargar baate garuu, utuu hin heerumin haa jiraattu yookiin abbaa manaa ishii wajjin haa araaramtu; abbaan manaas haadha manaa isaa hin dhiisin.+

12 Warra kaaniifis wantan jedhu qaba; taʼus anatu jedha malee Gooftaa miti:+ Obboleessi tokko haadha manaa hin amanne yoo qabaatee fi ishiin isaa wajjin jiraachuuf yoo walii galte ishii hin dhiisin; 13 dubartiin takkas abbaa manaa hin amanne yoo qabaattee fi inni ishii wajjin jiraachuuf yoo walii gale, ishiin abbaa manaa ishii hin dhiisin. 14 Sababiin isaas, abbaan manaa hin amanne firooma haadha manaa isaa wajjin qabuun qulqulluu taʼeera; haati manaa hin amannes firooma obboleessa sanaa wajjin qabduun qulqulluu taateetti; utuu kun taʼuu baatee, ijoolleen keessan xuraaʼoo taʼu turan, amma garuu isaan qulqulloota dha. 15 Inni hin amanne gargar baʼuu yoo filate garuu gargar haa baʼu; obboleessi yookiin obboleettiin tokko haala akkasii keessatti dirqamni isaan irra hin jiru; Waaqayyo nagaadhaaf isin waame.+ 16 Ati haadha manaa nana, abbaa manaa kee ni fayyista yoo taʼe maal beekta?+ Yookiin ati abbaa manaa nana, haadha manaa tee ni fayyista yoo taʼe maal beekta?

17 Haa taʼu malee, namni hundi akkuma Yihowaan* qooda isaa isaaf kennetti, akka Waaqayyo isa waametti akkuma kanaan haa deddeebiʼu.+ Ani qajeelfama kana gumiiwwan hunda keessatti nan kenna. 18 Namni tokko kan waamame erga dhaqna qabatee booda dhaa?+ Inni akka nama dhaqna hin qabannee hin taʼin. Namni tokko kan waamame utuu dhaqna hin qabatinii? Taanaan inni dhaqna hin qabatin.+ 19 Dhaqna qabachuun homaa miti, dhaqna qabachuu dhiisuunis homaa miti;+ wanti iddoo guddaa qabu ajaja Waaqayyoo eeguu dha.+ 20 Namni tokko kan waamame haala akkamii keessatti iyyuu yoo taʼe haaluma sanaan haa jiraatu.+ 21 Utuu garbicha taatee jirtuu waamamtee? Kun si hin yaaddessin;+ taʼus bilisa baʼuu yoo dandeesse carraa kanatti fayyadami. 22 Namni utuu garbicha taʼee jiruu Gooftaadhaan waamame kam iyyuu, Gooftaadhaaf bilisa kan baʼe dha;+ haaluma wal fakkaatuun, namni utuu bilisa taʼee jiruu waamame kam iyyuu garbicha Kiristoosi dha. 23 Isin gatiidhaan bitamtaniittu;+ garboota namootaa taʼuun keessan haa gaʼu. 24 Yaa obbolootaa, namni tokko kan waamame haala akkamii keessatti iyyuu yoo taʼe Waaqayyo duratti haaluma sanaan haa jiraatu.

25 Warra qeerroo* fi warra durba taʼan ilaalchisee ani Gooftaa biraa ajaja hin fudhanne; haa taʼu malee, akka nama Gooftaan gara laafina itti argisiisuu isaatiin kan kaʼe amanamaa taʼe tokkootti yaada koo nan dubbadha.+ 26 Kanaafuu, rakkina yeroo ammaa jiru irraa kan kaʼe namni tokko haaluma keessa jiruun yoo itti fufe gaarii natti fakkaata. 27 Haadha manaatti hidhamteettaa? Hiikamuuf yaalii hin godhin.+ Haadha manaa hin qabduu? Taanaan haadha manaa fuudhuu hin barbaadin. 28 Yoo fuute garuu cubbuu hojjette jechuu miti. Qeerroon* yoo fuudhe, durbis yoo heerumte cubbuu hojjetaniiru jechuu miti. Warri akkas godhan garuu foon isaaniitti rakkinni ni dhufa. Taʼus ani kana irraa isin oolchuuf yaalii gochaan jira.

29 Kana malees yaa obbolootaa, yeroon hafe gabaabaa+ taʼuu isaa isinitti himuun barbaada. Ammaa jalqabee warri haadha manaa qaban, akka warra hin qabnee haa taʼan; 30 warri booʼan akka warra hin boonyee, warri gammadan akka warra hin gammannee, warri bitanis akka warra homaa hin qabnee haa taʼan; 31 warri addunyaatti fayyadaman akka warra guutummaatti itti hin fayyadamnee haa taʼan; sababiin isaas, doʼiin addunyaa kanaa jijjiiramaa jira. 32 Eeyyee, akka isin yaaddoo irraa bilisa taatan nan barbaada. Namni hin fuune akkamitti Gooftaa akka gammachiisu, jechuunis waaʼee tajaajila Gooftaa yaaddaʼa. 33 Namni fuudhe garuu akkamitti haadha manaa isaa akka gammachiisu, jechuunis waaʼee wantoota addunyaa yaaddaʼa;+ 34 yaadni isaas hihirameera. Dubartiin hin heerumnes taʼe durbi qaamaa fi hafuuraan qulqulluu taatee jiraachuuf waaʼee tajaajila Gooftaa yaaddofti.+ Dubartiin heerumte garuu akkamitti abbaa manaa ishii akka gammachiistu, jechuunis waaʼee wantoota addunyaa yaaddofti. 35 Kana kanan isiniin jedhu garuu, faayidaa keessaniif, jechuunis wanta sirrii taʼeef isin kakaasuuf, akkasumas yaadni keessan utuu hin hihiramin garaa guutuudhaan Gooftaadhaaf akka bultaniif malee, bilisummaa isin dhabsiisuuf* jedhee miti.

36 Namni tokko utuu hin fuudhin* jiraachuu isaatiin of toʼachuu akka dadhabe yoo isatti dhagaʼamee fi umurii dargaggummaa irra kan darbe yoo taʼe wanti inni gochuu qabu kana dha: Wanta barbaade haa godhu; cubbuu isatti hin taʼu. Namoonni akkasii gaaʼela haa godhatan.+ 37 Haa taʼu malee, namni tokko garaa isaatti yoo murteessee fi fuudhuun akka isa hin barbaachisne yoo isatti dhagaʼame, akkasumas of toʼachuu kan dandaʼu yoo taʼee fi utuu hin fuudhin* jiraachuuf garaa isaatti yoo kutate gaarii godha.+ 38 Akkasumas inni fuudhu gaarii godha, inni hin fuune immoo caalaatti gaarii godha.+

39 Haati manaa hanga abbaan manaa ishii lubbuudhaan jirutti hidhamteetti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe* garuu Gooftaadhaan qofa haa taʼu+ malee nama barbaaddetti heerumuuf bilisa dha. 40 Akka ilaalcha kootti garuu utuu hin heerumin yoo jiraatte caalaatti gammachuu qabaatti; anis hafuura Waaqayyoo akkan qabu hin shakku.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi