LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Yohaannis

      • Fakkeenya muka wayinii isa dhugaa (1-10)

      • Ajaja jaalala akka Kiristoos argisiisuu ilaalchisee kenname (11-17)

        • Jaalalli kana caalu hin jiru (13)

      • Addunyaan barattoota Yesuus ni jibba (18-27)

Yohaannis 15:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 276

Yohaannis 15:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ph 1:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 14

Yohaannis 15:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:10; 17:17

Yohaannis 15:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:56; 1Qo 12:27; Efe 4:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 276

Yohaannis 15:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 276

Yohaannis 15:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:7; Yoh 16:23

Yohaannis 15:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:16; Yoh 13:35; Flp 1:9, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 14, 18

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2011, ful. 18

    Tajaajila Mootummaa,

    6/2007, ful. 1

Yohaannis 15:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 18-19

Yohaannis 15:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 17

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 18-19

    Yesuus—Karaa, ful. 276

Yohaannis 15:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 16:24; 17:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 20

Yohaannis 15:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 12:31; Yoh 13:34; 1Ta 4:9; 1Ph 4:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2023, ful. 27

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 32

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 18

    Yesuus—Karaa, ful. 276

Yohaannis 15:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:11; Rom 5:7, 8; Efe 5:1, 2; 1Yo 3:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 32

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 17

    Yesuus—Karaa, ful. 276

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 20-21

Yohaannis 15:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 12:50; Yoh 14:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 17

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2009, ful. 13

Yohaannis 15:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2019, ful. 11

    Yesuus—Karaa, ful. 276-277

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2011, ful. 29

    10/15/2009, ful. 13

Yohaannis 15:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 21

Yohaannis 15:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:34; 1Yo 3:23

Yohaannis 15:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:22; Yoh 17:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 59

Yohaannis 15:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 4:4
  • +Luq 6:22; Yoh 17:14; 1Ph 4:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 45

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2006, ful. 15-16

Yohaannis 15:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:11; 10:22; 24:9; 2Xi 3:12; 1Ph 2:21

Yohaannis 15:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 16:2, 3

Yohaannis 15:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 9:41
  • +Mat 11:21

Yohaannis 15:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:23; 1Yo 2:23

Yohaannis 15:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:23; Yoh 7:31; 11:47

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 277

Yohaannis 15:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:19; 69:4; Luq 23:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 11

Yohaannis 15:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:49; Yoh 14:26
  • +1Yo 5:6

Yohaannis 15:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:48; HoE 1:8; 2:22; 5:32

Yaada Wal Simu

Yoh. 15:22Ph 1:8
Yoh. 15:3Yoh 13:10; 17:17
Yoh. 15:4Yoh 6:56; 1Qo 12:27; Efe 4:16
Yoh. 15:5Yoh 15:16
Yoh. 15:7Mat 7:7; Yoh 16:23
Yoh. 15:8Mat 5:16; Yoh 13:35; Flp 1:9, 11
Yoh. 15:9Yoh 3:35
Yoh. 15:11Yoh 16:24; 17:13
Yoh. 15:12Mar 12:31; Yoh 13:34; 1Ta 4:9; 1Ph 4:8
Yoh. 15:13Yoh 10:11; Rom 5:7, 8; Efe 5:1, 2; 1Yo 3:16
Yoh. 15:14Mat 12:50; Yoh 14:23
Yoh. 15:16Yoh 14:13
Yoh. 15:17Yoh 13:34; 1Yo 3:23
Yoh. 15:18Mat 10:22; Yoh 17:14
Yoh. 15:19Yaq 4:4
Yoh. 15:19Luq 6:22; Yoh 17:14; 1Ph 4:4
Yoh. 15:20Mat 5:11; 10:22; 24:9; 2Xi 3:12; 1Ph 2:21
Yoh. 15:21Yoh 16:2, 3
Yoh. 15:22Yoh 9:41
Yoh. 15:22Mat 11:21
Yoh. 15:23Yoh 5:23; 1Yo 2:23
Yoh. 15:24Mat 11:23; Yoh 7:31; 11:47
Yoh. 15:25Fr 35:19; 69:4; Luq 23:22
Yoh. 15:26Luq 24:49; Yoh 14:26
Yoh. 15:261Yo 5:6
Yoh. 15:27Luq 24:48; HoE 1:8; 2:22; 5:32
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Yohaannis 15:1-27

Wangeela Yohaannis

15 “Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti. 2 Inni, damee utuu ana irra jiruu firii hin godhanne hunda ni mura; damee firii godhatu hunda immoo firii hedduu akka godhatuuf ni qulqulleessa.+ 3 Dubbii ani isinitti himeen kan kaʼe, isin ammuma iyyuu qulqulluu dha.+ 4 Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraadhaa, anis isinii wajjin tokkummaadhaan nan jiraadha. Akkuma dameen tokko muka wayiniitti maxxanee yoo jiraate malee ofuma isaatiin firii godhachuu hin dandeenye, isinis anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattan malee firii godhachuu hin dandeessan.+ 5 Ani muka wayinii ti; isin immoo dameewwan isaa ti. Namni anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu kam iyyuu firii hedduu ni godhata;+ sababiin isaas, isin ana irraa gargar baatanii matumaa homaa gochuu hin dandeessan. 6 Namni kam iyyuu anaa wajjin tokkummaadhaan hin jiraatu taanaan akkuma damee tokkoo gad gatama, achiis ni goga. Namoonnis dameewwan sana walitti qabanii ibiddatti naqu; dameewwan sunis ni gubatu. 7 Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi dubbiin koos isin keessa yoo jiraate, wanta barbaaddan kadhadhaa, innis isiniif ni raawwatama.+ 8 Firii hedduu godhachuu keessan yoo itti fuftanii fi barattoota koo taʼuu keessan yoo argisiistan, Abbaan koo kanaan ulfina ni argata.+ 9 Akkuma Abbaan na jaallate,+ anis isin jaalladheera; jaalala koo keessa jiraadhaa. 10 Akkuman ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.

11 “Gammachuu koo akka argattanii fi gammachuun keessan guutuu akka taʼuuf, ani wantoota kana isinitti himeera.+ 12 Ajajni koo kana dha: Akkuman isin jaalladhe isinis wal jaalladhaa.+ 13 Nama michoota isaatiif lubbuu isaa dabarsee kennu caalaa, eenyu iyyuu jaalala guddaa qabaachuu hin dandaʼu.+ 14 Wanta ani isin ajaju yoo raawwattan, isin michoota koo ti.+ 15 Garbichi tokko wanta gooftaan isaa godhu waan hin beekneef, ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa, ani wantan Abbaa koo irraa dhagaʼe hunda waanan isin beeksiseef, michoota jedhee isin waameera. 16 Anatu isin filate malee, isin na hin filanne; isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessan akka jiraatuuf ani isin muudeera; kanas kanan godhe, wanta maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni akka isiniif kennuufi.+

17 “Akka wal jaallattaniif ani wantoota kana isin ajajeera.+ 18 Addunyaan yoo isin jibbe, isin jibbuu isaa dura akka na jibbe beektu.+ 19 Isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa taʼe ni jaallata ture. Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef,+ addunyaan isin jibba.+ 20 Wantan isinitti hime kana yaadadhaa: Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariʼataniiru yoo taʼe, isiniinis ni ariʼatu;+ dubbii koo eeganiiru yoo taʼe, dubbii keessanis ni eegu. 21 Haa taʼu malee, isaan isa na erge sana waan hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu.+ 22 Ani dhufee utuu isaanitti hin himne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture.+ Amma garuu cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.+ 23 Namni na jibbu kam iyyuu Abbaa koos ni jibba.+ 24 Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture;+ amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, Abbaa koos jibbaniiru. 25 Haa taʼu malee, kun kan taʼe, Seera isaanii keessatti, ‘Isaan sababii malee na jibban’+ jedhamee inni barreeffame akka raawwatamuufi. 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri dhugaa+ inni Abbaa keessaa baʼuu fi ani Abbaa biraa isiniif ergu yommuu dhufu, waaʼee koo dhugaa ni baʼa;+ 27 isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan turtaniif dhugaa ni baatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi