LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 46
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Waaqolii tolfamoo Baabilonii fi Waaqa Israaʼel (1-13)

        • Yihowaan waaʼee gara fuulduraa dubbate (10)

        • Allaattiin adamsee nyaatu baha biiftuu irraa ni dhufa (11)

Isaayyaas 46:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 50:2; 51:44
  • +Isa 45:20

Isaayyaas 46:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, waaqolii tolfamoo horii irratti feʼaman.

  • *

    Ykn., “Lubbuuwwan isaanii.”

Isaayyaas 46:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:9
  • +Bau 19:4; Kes 1:31; Isa 44:2

Isaayyaas 46:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:4
  • +Isa 43:13

Isaayyaas 46:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:29
  • +Bau 15:11

Isaayyaas 46:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “isa duratti ni gombifamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:19; Er 10:8, 9
  • +Isa 44:16, 17; Dan 3:1, 5

Isaayyaas 46:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 10:5
  • +1Sa 5:3
  • +1Mo 18:26; Isa 37:37, 38; Yon 1:5

Isaayyaas 46:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “jalqabaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:26

Isaayyaas 46:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Kaayyoon; Gorsi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:9; 45:21
  • +Fr 33:11
  • +Fr 135:6; Isa 55:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 3

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2011, ful. 14

    6/1/2006, ful. 18-20

Isaayyaas 46:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “baha.”

  • *

    Ykn., “kaayyoo; gorsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:2; 45:1
  • +Iz 1:1, 2; Isa 44:28; 48:14
  • +Lak 23:19; Iyo 23:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2024, ful. 30

Isaayyaas 46:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “cimaa.”

Isaayyaas 46:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:2; 51:5; 62:11
  • +Isa 44:23; 60:21

Yaada Wal Simu

Isa. 46:1Er 50:2; 51:44
Isa. 46:1Isa 45:20
Isa. 46:3Isa 1:9
Isa. 46:3Bau 19:4; Kes 1:31; Isa 44:2
Isa. 46:4Isa 41:4
Isa. 46:4Isa 43:13
Isa. 46:5HoE 17:29
Isa. 46:5Bau 15:11
Isa. 46:6Isa 40:19; Er 10:8, 9
Isa. 46:6Isa 44:16, 17; Dan 3:1, 5
Isa. 46:7Er 10:5
Isa. 46:71Sa 5:3
Isa. 46:71Mo 18:26; Isa 37:37, 38; Yon 1:5
Isa. 46:9Kes 33:26
Isa. 46:10Isa 42:9; 45:21
Isa. 46:10Fr 33:11
Isa. 46:10Fr 135:6; Isa 55:10, 11
Isa. 46:11Isa 41:2; 45:1
Isa. 46:11Iz 1:1, 2; Isa 44:28; 48:14
Isa. 46:11Lak 23:19; Iyo 23:13
Isa. 46:13Isa 12:2; 51:5; 62:11
Isa. 46:13Isa 44:23; 60:21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 46:1-13

Isaayyaas

46 Beel gad jedha,+ Neboonis ni gugguufa.

Waaqolii tolfamoon isaanii akkuma baʼaa horii dadhabe irratti feʼameetti,

Horii irratti, eeyyee, horii feʼumsaa irratti ni feʼamu.+

 2 Isaan waliin ni gugguufu, gadis ni jedhu;

Feʼumsa* sana oolchuu hin dandaʼan,

Isaanumti* iyyuu boojiʼamanii ni fudhatamu.

 3 “Yaa mana Yaaqoob, isin warri mana Israaʼel keessaa haftan hundi,+

Isin warri ani yeroo dhalattanii jalqabee isin gargaaree fi yommuu gadameessa keessa turtanii jalqabee isin baadhe+ nana, na dhagaʼaa.

 4 Hamma dulloomtanitti ani isuma sana;+

Hamma harrii baastanittis isinan baadha.

Akkuman kanaan dura godhetti, isinan baadha, isinan dandaʼa, isinan oolchas.+

 5 Akka waan wal fakkaannuutti,+ eenyuu wajjin wal na fakkeessitu?

Yookiin eenyuu wajjin wal na qixxeessitu? Yookiin eenyuu wajjin wal bira na qabdu?+

 6 Warri boorsaa isaanii keessaa warqii harcaasan jiru;

Isaan madaallii irratti meetii ni madaalu.

Nama sibiila tumu ni mindeessu, innis waaqa godhee isa tolcha.+

Achiis isaaf ni sagadu, eeyyee, isa ni waaqeffatu.*+

 7 Ol kaasanii gateettii isaanii irra kaaʼatu;+

Isa baatanii iddoo isaa irra isa kaaʼu, innis achuma dhaabbata.

Iddoo isaatii hin sochoʼu.+

Isaan gara isaatti ni iyyu, inni garuu deebii hin kennu;

Eenyuun iyyuu dhiphina irraa oolchuu hin dandaʼu.+

 8 Kana yaadadhaa, onnatoos taʼaa.

Isin yakkamtoonni kana yaadatti qabadhaa.

 9 Wantoota bara durii* yaadadhaa,

Ani Waaqa akkan taʼe, ana malees kan biraan akka hin jirre yaadadhaa.

Ani Waaqa dha, kan akka kootii tokko illee hin jiru.+

10 Wanta gara fuulduraatti taʼu jalqaba irraa kaasee,

Wantoota hamma yoonaatti hin raawwatamnes bara dheeraa dura nan dubbadha.+

‘Murtoon* koo jabaatee ni dhaabbata,+

Wanta na gammachiisu akkamii iyyuu nan raawwadha’+ nan jedha.

11 Ani baha biiftuu* irraa allaattii adamsee nyaatu,+

Biyya fagoo irraas nama murtoo* koo raawwatu nan waama.+

Dubbadheera, fiixaan nan baasa.

Kaayyeffadheera, nan raawwadhas.+

12 Isin warri garaa didaa* taʼe qabdan,

Isin warri qajeelummaa irraa fagoo jirtan, na dhagaʼaa.

13 Ani qajeelummaa koo fideera;

Inni fagoo miti,

Fayyisuun koos hin turu.+

Xiyoon keessatti fayyina nan argamsiisa, Israaʼeliifis simboo koo nan kenna.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi