LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 14:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 24:3; 31:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2011, ful. 9

Fakkeenya 14:4

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, bidiruun horiin keessaa nyaatan.

Fakkeenya 14:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:16, 19; 19:5

Fakkeenya 14:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:15

Fakkeenya 14:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:20

Fakkeenya 14:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “gowwoonni garuu warra kaan ni gowwoomsu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:12

Fakkeenya 14:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gumaa baasuutti.”

  • *

    Ykn., “Qajeelota gidduutti garuu fedhiin jira.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:23; 30:20

Fakkeenya 14:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu.”

Fakkeenya 14:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 21:12

Fakkeenya 14:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 30:12
  • +Fak 16:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 3 2021, ful. 11

Fakkeenya 14:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:32
  • +Gal 6:7, 8

Fakkeenya 14:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namni muuxannoo hin qabne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 6:2, 3; Fak 27:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2023, ful. 23

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 186

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 35

Fakkeenya 14:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni dheekkama.”

Fakkeenya 14:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namni dandeettii yaaduu qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:16; 16:32

Fakkeenya 14:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namoonni muuxannoo hin qabne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:7-9

Fakkeenya 14:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 19:7
  • +Fak 19:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2018, ful. 10

    Dammaqaa!,

    10/2015, ful. 5

Fakkeenya 14:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 41:1; Fak 19:17; Isa 58:7, 8

Fakkeenya 14:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 42:10; Fr 25:10

Fakkeenya 14:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:19

Fakkeenya 14:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:22

Fakkeenya 14:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:9; Rom 8:31
  • +Fak 18:10; Er 15:11

Fakkeenya 14:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:21

Fakkeenya 14:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:27; Yaq 1:19
  • +Fak 25:28; 29:11; Lal 7:9

Fakkeenya 14:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayyaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 37:3, 4; 1Sa 18:8, 9

Fakkeenya 14:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 24:14, 15; Fr 12:5
  • +Mat 19:21

Fakkeenya 14:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 2:7; 10:9

Fakkeenya 14:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:28

Fakkeenya 14:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:6

Fakkeenya 14:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:32-34; Fak 22:29
  • +1Mo 2:44, 46

Yaada Wal Simu

Fak. 14:1Fak 24:3; 31:26
Fak. 14:5Fak 6:16, 19; 19:5
Fak. 14:6Fak 18:15
Fak. 14:7Fak 13:20
Fak. 14:8Fak 14:12
Fak. 14:9Fak 10:23; 30:20
Fak. 14:11Fak 21:12
Fak. 14:12Fak 30:12
Fak. 14:12Fak 16:25
Fak. 14:14Fak 1:32
Fak. 14:14Gal 6:7, 8
Fak. 14:15Nah 6:2, 3; Fak 27:12
Fak. 14:17Fak 12:16; 16:32
Fak. 14:18Fak 4:7-9
Fak. 14:20Fak 19:7
Fak. 14:20Fak 19:4
Fak. 14:21Fr 41:1; Fak 19:17; Isa 58:7, 8
Fak. 14:22Iyo 42:10; Fr 25:10
Fak. 14:23Fak 28:19
Fak. 14:24Fak 27:22
Fak. 14:26Fr 34:9; Rom 8:31
Fak. 14:26Fak 18:10; Er 15:11
Fak. 14:281Mo 4:21
Fak. 14:29Fak 17:27; Yaq 1:19
Fak. 14:29Fak 25:28; 29:11; Lal 7:9
Fak. 14:30Uma 37:3, 4; 1Sa 18:8, 9
Fak. 14:31Kes 24:14, 15; Fr 12:5
Fak. 14:31Mat 19:21
Fak. 14:32Fak 2:7; 10:9
Fak. 14:33Fak 15:28
Fak. 14:34Kes 4:6
Fak. 14:352Sa 15:32-34; Fak 22:29
Fak. 14:351Mo 2:44, 46
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 14:1-35

Fakkeenya

14 Dubartiin dhugumaan ogeettii taate mana ishii ni ijaarti,+

Dubartiin gowwaan garuu harkuma ishiitiin mana ishii diigdi.

 2 Namni qulqullummaa isaatiin deddeebiʼu Yihowaa sodaata,

Namni daandiin isaa jalʼaa taʼe garuu isa tuffata.

 3 Uleen of tuulummaa afaan nama gowwaa keessa jira,

Afaan ogeessotaa garuu eegumsa isaaniif godha.

 4 Bakka loon hin jirretti gongaan* qulqulluu dha,

Humni qotiyyoo garuu oomisha hedduu argamsiisa.

 5 Ragaa baatuun amanamaan hin sobu,

Ragaa baatuun sobaa garuu yeroo dubbatu hundumaatti ni soba.+

 6 Namni qoostuu taʼe ogummaa ni barbaada, taʼus homaa hin argatu,

Namni hubannaa qabu garuu salphaatti beekumsa argata.+

 7 Afaan isaa irraa beekumsa waan hin arganneef,

Nama gowwaa irraa fagaadhu.+

 8 Namni abshaalli ogummaadhaan karaa irra deemu ni hubata,

Gowwoonni garuu gowwummaa isaaniitiin ni gowwoomfamu.*+

 9 Gowwoonni yakkatti* ni qoosu,+

Qajeelonni garuu araaraaf fedhii qabu.*

10 Garaan gadda ofii* isaa ni beeka,

Gammachuu isaa irrattis namni kan biraan hirmaachuu hin dandaʼu.

11 Manni hamootaa ni bada,+

Dunkaanni qajeelotaa garuu ni dagaaga.

12 Daandiin sirrii fakkaatee namatti mulʼatu jira,+

Dhuma irratti garuu gara duʼaatti geessa.+

13 Kolfa keessa illee garaan gadduu dandaʼa,

Gammachuunis gaddaan xumuramuu dandaʼa.

14 Namni garaa isaatti addaggee taʼe buʼaa daandii isaa ni haammata,+

Namni gaariin garuu badhaasa gocha isaa ni argata.+

15 Namni gowwaan* wanta dubbatamu hundumaa amana,

Namni abshaalli garuu tarkaanfii isaa hundumaa irratti xiinxala.+

16 Namni ogeessi of eeggataa dha, wanta hamaa irraas ni gora,

Namni gowwaan garuu dantaa hin qabu,* akka malees ofitti amanama.

17 Namni dafee aaru gocha gowwummaa raawwata,+

Namni of eeggannoodhaan wanta tokko irratti yaadu* garuu ni jibbama.

18 Gowwoonni* gowwummaa dhaalu,

Abshaalonni garuu beekumsa gonfatu.+

19 Namoonni gaarii hin taane namoota gaarii duratti sagaduuf dirqamu,

Hamoonnis karra nama qajeelaa duratti ni sagadu.

20 Hiyyeessi olloota isaa biratti illee ni jibbama,+

Michoonni sooressaa garuu hedduu dha.+

21 Namni ollaa isaa tuffatu cubbuu hojjeta,

Namni nama rakkataatti gara laafina argisiisu hundi garuu gammadaa dha.+

22 Warri hammina raawwachuuf mala qopheessan karaa irraa hin goranii?

Warri wanta gaarii gochuu barbaadan garuu jaalala amanamaa fi amanamummaa argatu.+

23 Hojiin ciminaan hojjetamu kam iyyuu buʼaa qaba,

Oduun qofti garuu dhabatti nama geessa.+

24 Gonfoon ogeessotaa qabeenya isaanii ti;

Gowwummaan gowwootaa garuu gowwummaa qofa dha.+

25 Ragaa baatuu dhugaan lubbuu ni oolcha,

Namni gowwoomsituu taʼe garuu yeroo dubbatu hundumaatti ni soba.

26 Namni Yihowaa sodaatu wanta hundumaatiin isatti amanama,+

Ijoolleen isaas iddoo kooluu itti galan ni argatu.+

27 Yihowaa sodaachuun madda jireenyaa ti,

Namni tokko kiyyoo duʼaa irraa akka goru ni godha.

28 Baayʼinni namootaa mootiidhaaf ulfina dha,+

Bulchaan namoota isa jalatti bulan hin qabne garuu ni bada.

29 Namni dafee hin aarre hubannaa guddaa qaba,+

Namni obsa hin qabne garuu gowwummaa isaa argisiisa.+

30 Garaan tasgabbii qabu qaamaaf jireenya* kenna,

Hinaaffaan garuu lafee tortorsa.+

31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+

Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+

32 Namni hamaan hamminuma isaatiin gad darbatama,

Namni qajeelaan garuu amanamummaa isaatiin iddoo kooluu itti galu ni argata.+

33 Ogummaan garaa nama hubannaa qabuu keessa tasgabbiidhaan ni teessi,+

Gowwoota gidduutti garuu eenyummaa ishii ni beeksisti.

34 Qajeelummaan saba tokko ol ni qaba,+

Cubbuun garuu uummata tokkoof salphina dha.

35 Mootiin tajaajilaa hubannaadhaan waa hojjetutti ni gammada,+

Nama gocha qaanessaa hojjetu irratti garuu aariin isaa ni bobaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi