LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Bulchiinsa qajeelinaa latii Issey (1-10)

        • Yeeyyii fi hoolaan waliin jiraatu (6)

        • Beekumsi Yihowaa lafa guuta (9)

      • Warri hafan iddootti deebiʼan (11-16)

Isaayyaas 11:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 132:11; Isa 53:2; Mul 5:5; 22:16
  • +Rut 4:17; 1Sa 17:58; Mat 1:1, 6; Luq 3:23, 32; HoE 13:22, 23; Rom 15:12
  • +Er 23:5; 33:15; Zak 3:8; 6:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2011, ful. 4-5

Isaayyaas 11:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:1; Yoh 1:32; HoE 10:38
  • +Luq 2:52
  • +Isa 9:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2010, ful. 16-19

Isaayyaas 11:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 5:7
  • +Yoh 7:24; 8:16

Isaayyaas 11:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qajeelummaadhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:9; 110:2; Mul 19:11, 15
  • +2Ta 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 33

Isaayyaas 11:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 3:14

Isaayyaas 11:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “leenci saafellii.”

  • *

    Ykn tarii, “Jabbii fi leenci waliin ni dheedu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:25
  • +His 34:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 31

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    12/2016, ful. 7

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 261, 263-264, 266

Isaayyaas 11:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 2:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    12/2016, ful. 7

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 261, 263-264, 266

Isaayyaas 11:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    12/2016, ful. 7

Isaayyaas 11:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:3; 56:7; 65:25
  • +Isa 2:4; 35:9; 60:18; Mik 4:4
  • +Fr 22:27; An 2:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 31

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    12/2016, ful. 7

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 263-264, 266

Isaayyaas 11:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jirma mallattoo.”

  • *

    Ykn., “Saboonni isa ni barbaaddatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 15:12; Mul 22:16
  • +Uma 49:10; Isa 49:22; 62:10
  • +HoE 11:18; 28:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2009, ful. 14

Isaayyaas 11:11

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Baabiloniyaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:16
  • +Isa 27:13; Er 44:28; Mik 7:12
  • +Er 44:15
  • +Sef 3:10
  • +Dan 8:2
  • +Isa 66:19

Isaayyaas 11:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jirma mallattoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:2, 3; Isa 49:22; 62:10
  • +Fr 147:2; Isa 66:20

Isaayyaas 11:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 30:1, 10; Er 31:6
  • +Er 3:18; His 37:16, 19; Hos 1:11

Isaayyaas 11:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gateettii.”

  • *

    Ykn., “humna.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 9:11, 12; Oba 18
  • +Isa 25:10
  • +Er 49:2

Isaayyaas 11:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “arraba.”

  • *

    Ykn tarii, “ni gogsa.”

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

  • *

    Ykn tarii, “rukutee lageen torbatti isa hihira.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:22
  • +Uma 15:18

Isaayyaas 11:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:2, 3
  • +Isa 19:23; 27:13; 35:8; 40:3; 57:14; Er 31:21

Yaada Wal Simu

Isa. 11:1Fr 132:11; Isa 53:2; Mul 5:5; 22:16
Isa. 11:1Rut 4:17; 1Sa 17:58; Mat 1:1, 6; Luq 3:23, 32; HoE 13:22, 23; Rom 15:12
Isa. 11:1Er 23:5; 33:15; Zak 3:8; 6:12
Isa. 11:2Isa 42:1; Yoh 1:32; HoE 10:38
Isa. 11:2Luq 2:52
Isa. 11:2Isa 9:6
Isa. 11:3Ibr 5:7
Isa. 11:3Yoh 7:24; 8:16
Isa. 11:4Fr 2:9; 110:2; Mul 19:11, 15
Isa. 11:42Ta 2:8
Isa. 11:5Mul 3:14
Isa. 11:6Isa 65:25
Isa. 11:6His 34:25
Isa. 11:7Hos 2:18
Isa. 11:9Isa 51:3; 56:7; 65:25
Isa. 11:9Isa 2:4; 35:9; 60:18; Mik 4:4
Isa. 11:9Fr 22:27; An 2:14
Isa. 11:10Rom 15:12; Mul 22:16
Isa. 11:10Uma 49:10; Isa 49:22; 62:10
Isa. 11:10HoE 11:18; 28:28
Isa. 11:11Isa 11:16
Isa. 11:11Isa 27:13; Er 44:28; Mik 7:12
Isa. 11:11Er 44:15
Isa. 11:11Sef 3:10
Isa. 11:11Dan 8:2
Isa. 11:11Isa 66:19
Isa. 11:12Iz 1:2, 3; Isa 49:22; 62:10
Isa. 11:12Fr 147:2; Isa 66:20
Isa. 11:132Se 30:1, 10; Er 31:6
Isa. 11:13Er 3:18; His 37:16, 19; Hos 1:11
Isa. 11:14Amo 9:11, 12; Oba 18
Isa. 11:14Isa 25:10
Isa. 11:14Er 49:2
Isa. 11:15Bau 14:22
Isa. 11:15Uma 15:18
Isa. 11:16Iz 1:2, 3
Isa. 11:16Isa 19:23; 27:13; 35:8; 40:3; 57:14; Er 31:21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 11:1-16

Isaayyaas

11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,

Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata.

 2 Hafuurri Yihowaa isa irra ni buufata,+

Hafuurri ogummaa+ fi hafuurri hubannaa,

Hafuurri gorsaa fi hafuurri jabinaa,+

Hafuurri beekumsaa fi hafuurri Yihowaa sodaachuu isa irra ni buufata.

 3 Yihowaa sodaachuuttis ni gammada.+

Wantuma ija isaatiin argu irratti hundaaʼee murtii hin kennu,

Wantuma gurra isaatiin dhagaʼu irratti hundaaʼees hin ifatu.+

 4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,

Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata.

Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+

Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+

 5 Qajeelummaan qabattoo dugda isaa,

Amanamummaanis qabattoo mudhii isaa ni taʼa.+

 6 Yeeyyiin xobbaallaa hoolaa wajjin ni jiraata,+

Qeerransis ilmoo reʼee wajjin ni ciisa,

Jabbiin, leencii* fi horiin gabbataan waliin ni jiraatu;*+

Mucaan xinnoonis isaan ni tiksa.

 7 Saanii fi amaakenni waliin ni dheedu,

Ilmooleen isaaniis waliin ni ciciisu.

Leencis akkuma qotiyyoo galabaa ni nyaata.+

 8 Daaʼimni harma hodhu manʼee marʼataa irra ni taphata,

Daaʼimni harma guʼes harka isaa boolla bofa summii qabuu keessa ni kaaʼa.

 9 Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti+ miidhaa

Yookiin badiisa akkamii iyyuu hin geessisan,+

Sababiin isaas, akkuma bishaan galaana uwwisu,

Laftis dhugumaan beekumsa Yihowaatiin ni guutamti.+

10 Guyyaa sanatti hiddi Issey+ sabootaaf mallattoo*+ taʼee dhaabbata.

Saboonnis qajeelfama argachuuf gara isaatti garagalu,*+

Bakki boqonnaa isaas ulfina qabeessa ni taʼa.

11 Guyyaa sanatti Yihowaan, yeroo lammaffaadhaaf saba isaa warra hafan kanneen Asoor,+ Gibxii,+ Phaatros,+ Kuush,+ Eelaam,+ Shinaar,* Hamaatii fi odolawwan galaanaa irraa oolan deebifachuuf ammas harka isaa ni diriirsa.+ 12 Inni sabootaaf mallattoo* ni dhaaba; Israaʼel keessaa warra bittinnaaʼan walitti ni qaba;+ Yihudaa keessaa warra faffacaʼanis golee lafaa arfan irraa walitti ni qaba.+

13 Hinaaffaan Efreem ni bada,+

Warri diina Yihudaa taʼanis ni balleeffamu.

Efreem Yihudaatti hin hinaafu,

Yihudaanis Efreemitti diina hin taʼu.+

14 Isaan karaa dhihaatiin irraan gadeewwan* Filisxeemotaa irratti saffisaan gad ni buʼu;

Waliin taʼaniis saba gara Bahaa ni saamu.

Isaan Edoomii+ fi Moʼaab+ irratti harka* isaanii ni kaasu,

Amoononnis isaaniif ni bitamu.+

15 Yihowaan galoo* galaana warra Gibxii ni hira,*+

Harka isaas Lagicha* irratti ni raasa.+

Hafuura isaa isa waxaluun lageen isaa torba ni rukuta,*

Namoonnis kophee isaaniitiin akka ceʼan godha.

16 Akkuma guyyaa Israaʼel biyya Gibxii keessaa baʼetti taʼe,

Saba isaa warra hafanii fi achii baʼaniifis+ daandii guddaan+ Asoor keessaa baʼu tokko ni jiraata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi