LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 24:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 26:5; Fak 1:10

Fakkeenya 24:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Maatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:1; 14:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 11

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 31-32

Fakkeenya 24:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 10:23; Fak 15:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 130-132

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 11

Fakkeenya 24:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 8:14; 21:22

Fakkeenya 24:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “milkaaʼinni; fayyinni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:18; Luq 14:31, 32
  • +Fak 11:14; 13:10; 15:22; HoE 15:5, 6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 31

Fakkeenya 24:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:6; 1Qo 2:14

Fakkeenya 24:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:12-14

Fakkeenya 24:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 22:10

Fakkeenya 24:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yeroo rakkinaatti.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2021, ful. 30-31

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2019, ful. 12

    Lakk. 1 2016, ful. 5

Fakkeenya 24:11

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, qalamuuf.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 82:4

Fakkeenya 24:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kakaʼumsa.”

  • *

    Ykn., “lubbuu kee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:21; 17:3; 21:2
  • +Fr 62:12; Mat 16:27; Rom 2:5, 6

Fakkeenya 24:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu keetiif miʼaawaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:9, 10; 119:103
  • +Fak 23:18

Fakkeenya 24:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:19; 2Qo 1:10
  • +1Sa 26:9, 10; As 7:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 15

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2016, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2013, ful. 4-5

Fakkeenya 24:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 31:29; Fak 17:5; 25:21, 22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 195

Fakkeenya 24:18

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, diina.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 26:2, 3; Zak 1:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 195

Fakkeenya 24:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kan finiintu taʼuu kee hin argisiisin.”

Fakkeenya 24:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:18, 27; Fak 10:7
  • +Fak 13:9

Fakkeenya 24:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “warra jijjiirama fiduu barbaadaniis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 24:6, 7; 1Ph 2:17
  • +2Sa 15:12

Fakkeenya 24:22

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Yihowaa fi mooticha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 16:2, 31
  • +Fak 20:2

Fakkeenya 24:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:15; Kes 1:16, 17; 16:19; 2Se 19:7; 1Xi 5:21

Fakkeenya 24:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:15

Fakkeenya 24:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:17; 1Xi 5:20
  • +Fak 28:23

Fakkeenya 24:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Ifatti deebii kennuun akkuma dhungachuu ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:5

Fakkeenya 24:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maatii.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 137

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 116

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2009, ful. 3

    10/15/2009, ful. 12

Fakkeenya 24:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:16
  • +Efe 4:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 36

Fakkeenya 24:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Isa nan argadha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:22; Rom 12:17, 19; 1Ta 5:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barsiisaa, ful. 103

Fakkeenya 24:30

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:10, 11

Fakkeenya 24:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:4; 22:13; Lal 10:18

Fakkeenya 24:32

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Adaba nan argadhe.”

Fakkeenya 24:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:4; 23:21

Yaada Wal Simu

Fak. 24:1Fr 26:5; Fak 1:10
Fak. 24:3Fak 9:1; 14:1
Fak. 24:41Mo 10:23; Fak 15:6
Fak. 24:5Fak 8:14; 21:22
Fak. 24:6Fak 20:18; Luq 14:31, 32
Fak. 24:6Fak 11:14; 13:10; 15:22; HoE 15:5, 6
Fak. 24:7Fak 14:6; 1Qo 2:14
Fak. 24:8Fak 6:12-14
Fak. 24:9Fak 22:10
Fak. 24:11Fr 82:4
Fak. 24:12Fak 5:21; 17:3; 21:2
Fak. 24:12Fr 62:12; Mat 16:27; Rom 2:5, 6
Fak. 24:14Fr 19:9, 10; 119:103
Fak. 24:14Fak 23:18
Fak. 24:16Fr 34:19; 2Qo 1:10
Fak. 24:161Sa 26:9, 10; As 7:10
Fak. 24:17Iyo 31:29; Fak 17:5; 25:21, 22
Fak. 24:18His 26:2, 3; Zak 1:15
Fak. 24:20Fr 73:18, 27; Fak 10:7
Fak. 24:20Fak 13:9
Fak. 24:211Sa 24:6, 7; 1Ph 2:17
Fak. 24:212Sa 15:12
Fak. 24:22Lak 16:2, 31
Fak. 24:22Fak 20:2
Fak. 24:23Lew 19:15; Kes 1:16, 17; 16:19; 2Se 19:7; 1Xi 5:21
Fak. 24:24Fak 17:15
Fak. 24:25Lew 19:17; 1Xi 5:20
Fak. 24:25Fak 28:23
Fak. 24:26Fak 27:5
Fak. 24:28Bau 20:16
Fak. 24:28Efe 4:25
Fak. 24:29Fak 20:22; Rom 12:17, 19; 1Ta 5:15
Fak. 24:30Fak 6:10, 11
Fak. 24:31Fak 20:4; 22:13; Lal 10:18
Fak. 24:34Fak 10:4; 23:21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 24:1-34

Fakkeenya

24 Hamootatti hin hinaafin,

Michuu isaanii taʼuufis hin hawwin;+

 2 Sababiin isaas, garaan isaanii fincila irratti xiinxala,

Afaan isaaniis waaʼee hamminaa dubbata.

 3 Manni* ogummaadhaan ijaarama,+

Hubannaadhaanis jabaatee dhaabbata.

 4 Qabeenya akaakuu hundumaa gatii guddaa qabuu fi miidhagaa taʼeen

Beekumsaan kutaawwan isaa guutamaniiru.+

 5 Namni ogeessi humna qabeessa dha,+

Namni tokko beekumsaan humna isaa ni guddifata.

 6 Qajeelfama ogummaa irratti hundaaʼeen waraana kee ni geggeessita,+

Gorsitoota hedduudhaanis injifannoon* ni argama.+

 7 Namni gowwaan ogummaa dhugaa argachuu hin dandaʼu;+

Inni karra magaalaa keessatti wanta dubbatu hin qabu.

 8 Namni wanta hamaa yaadu kam iyyuu

Nama daba qopheessuu irratti dandeettii qabu jedhama.+

 9 Karoorri namni gowwaan qopheessu cubbuutti nama geessa,

Namoonnis nama qoostuu taʼe ni jibbu.+

10 Guyyaa dhiphinaatti* yoo abdii kutatte,

Humni kee ni xiqqaata.

11 Warra gara duʼaatti fudhatamaa jiran baraari,

Warra gorraʼamuuf* gatantaraa jiranis oolchi.+

12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,

Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+

Eeyyee, inni si* argu ni beeka,

Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+

13 Yaa ilma koo, gaarii waan taʼeef damma nyaadhu;

Dammi dhaaba dammaa irraa argamu arrabatti ni miʼaawa.

14 Ogummaanis akkasuma siif gaarii* taʼuu isaa beeki.+

Isa yoo argatte, egereen kee gaarii taʼa,

Abdiin kees hin badu.+

15 Mana nama qajeelaa biratti hamminaan riphxee hin eeggatin;

Bakka boqonnaa isaa hin balleessin.

16 Sababiin isaas, namni qajeelaan siʼa torba kufuu dandaʼa; deebiʼees ni kaʼa,+

Namni hamaan garuu rakkina isa irra gaʼuun ni gufata.+

17 Diinni kee yommuu kufu hin gammadin,

Yommuu inni gufatus garaan kee hin gammadin;+

18 Taʼuu baannaan, Yihowaan kana argee ni gadda,

Dheekkamsa isaas isa* irraa ni deebisa.+

19 Namoota hamoodhaan kan kaʼe hin aarin;*

Hamootatti hin hinaafin,

20 Sababiin isaas, namni hamaan hundi egereen isaa gaarii hin taʼu;+

Ibsaan hamootaas ni dhaama.+

21 Yaa ilma koo, Yihowaa fi mootii sodaadhu.+

Michuu mormitootaas* hin taʼin,+

22 Sababiin isaas, badiisni isaanii akkuma tasaa ni dhufa.+

Lamaan isaanii* badiisa akkamii akka isaanitti fidan eenyutu beeka?+

23 Jechoonni armaan gadiis dubbii ogeeyyii ti:

Yeroo murtiitti loogii raawwachuun gaarii miti.+

24 Nama hamaadhaan, “Ati qajeelaa dha” kan jedhu kam iyyuu,+

Namoonni ni abaaru, saboonnis ni balaaleffatu.

25 Warra isa akeekkachiisaniif garuu gaarii ni taʼa;+

Eebbawwan gaggaariis ni argatu.+

26 Namoonni afaan nama haqaan deebii kennuu ni dhungatu.*+

27 Hojii kee isa alaa qopheeffadhu, maasii keessattis wanta hunda qixeeffadhu;

Sana booda mana* kee ijaarradhu.

28 Sababa gaʼaa utuu hin qabaatin nama irratti ragaa hin baʼin.+

Arraba kee warra kaan gowwoomsuuf itti hin fayyadamin.+

29 “Wantuma inni ana irratti raawwate isa irratti nan raawwadha;

Wanta inni godheef gatii isaa isaaf nan deebisa”* hin jedhin.+

30 Ani maasii nama dhibaaʼaa,+

Maasii wayinii nama hubannaa* hin qabnee bira nan darbe.

31 Maasiin isaa aramaadhaan liqimfamee nan arge;

Lafti isaa doobbiidhaan uwwifamee ture,

Dallaan dhagaa isaas jigee ture.+

32 Ani kana argee nan qalbeeffadhe;

Isan arge irraas kana nan baradhe:*

33 Xinnuman ciisa, xinnuman muga,

Boqochuufis xinnuman harka maradhee taaʼa yoo jette,

34 Hiyyummaan akkuma saamtuutti,

Deegnis akkuma nama meeshaa waraanaa hidhatetti sitti dhufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi