LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Yohaannis 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Yohaannis

      • Yesuus aarsaa araaraa ti (1, 2)

      • Ajajawwan isaa eeguu (3-11)

        • Ajaja moofaa fi ajaja haaraa (7, 8)

      • Sababii xalayichi itti barreeffame (12-14)

      • Addunyaa hin jaallatinaa (15-17)

      • Akeekkachiisa mormituu Kiristoos ilaalchisee kenname (18-29)

1 Yohaannis 2:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “abukaatoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:34; Ibr 7:25
  • +1Xi 2:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 191

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 27

1 Yohaannis 2:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 5:7
  • +Isa 53:5; Rom 3:25; 1Xi 1:15; Ibr 2:17; 1Ph 2:24; 1Yo 4:10
  • +Mat 20:28; Yoh 1:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2009, ful. 11-12

    12/15/2008, ful. 27

1 Yohaannis 2:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:18
  • +Yoh 14:20; 17:21

1 Yohaannis 2:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:15; 1Ph 2:21

1 Yohaannis 2:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:34; 2Yo 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2013, ful. 10

    12/15/2008, ful. 27

1 Yohaannis 2:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:9; 8:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 27

1 Yohaannis 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 4:31; Qol 3:8
  • +1Qo 13:2; 1Yo 3:15

1 Yohaannis 2:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:8

1 Yohaannis 2:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:20
  • +Yoh 12:35

1 Yohaannis 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:47; HoE 4:12; 10:43

1 Yohaannis 2:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 4:7; 1Yo 5:19; Mul 12:10, 11
  • +Yoh 17:25

1 Yohaannis 2:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 6:10
  • +3Yo 3
  • +Rom 8:37

1 Yohaannis 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:2; 1Qo 7:31; Tit 2:11, 12
  • +Mat 6:24; Yaq 4:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 52

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 24-27

    1/15/2010, ful. 14-15

    2/1/2006, ful. 7-8

1 Yohaannis 2:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qabeenyaan of jajuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:28; Rom 13:14
  • +Uma 3:6; Fak 27:20; Mat 4:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 6-7

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 24-27

    2/1/2006, ful. 7-8

1 Yohaannis 2:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:31; 1Ph 1:24
  • +Fr 37:29; Mat 7:21; Yoh 6:40

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 9-13

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 27

    1/1/2013, ful. 5-6

1 Yohaannis 2:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 2:3; 2Ph 2:1
  • +2Ta 2:7; 2Yo 7; Yih 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 87

1 Yohaannis 2:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kan keenya.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:30
  • +1Qo 11:19

1 Yohaannis 2:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 1:21; 1Yo 2:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 22

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 19

1 Yohaannis 2:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 8:31, 32
  • +Yoh 8:44

1 Yohaannis 2:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:3; 2Yo 7
  • +1Yo 2:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2090

1 Yohaannis 2:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:23; 2Yo 9
  • +Rom 10:9, 10
  • +1Yo 4:15

1 Yohaannis 2:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:23; 2Yo 6

1 Yohaannis 2:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:3; 1Yo 1:2

1 Yohaannis 2:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 1:21; 1Yo 2:20
  • +Yoh 14:26; 16:13
  • +Yoh 17:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 22

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 19

1 Yohaannis 2:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:17

1 Yohaannis 2:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 1:23; 1Yo 4:7

Yaada Wal Simu

1Yoh. 2:1Rom 8:34; Ibr 7:25
1Yoh. 2:11Xi 2:5
1Yoh. 2:21Qo 5:7
1Yoh. 2:2Isa 53:5; Rom 3:25; 1Xi 1:15; Ibr 2:17; 1Ph 2:24; 1Yo 4:10
1Yoh. 2:2Mat 20:28; Yoh 1:29
1Yoh. 2:51Yo 4:18
1Yoh. 2:5Yoh 14:20; 17:21
1Yoh. 2:6Yoh 13:15; 1Ph 2:21
1Yoh. 2:7Yoh 13:34; 2Yo 5
1Yoh. 2:8Yoh 1:9; 8:12
1Yoh. 2:9Efe 4:31; Qol 3:8
1Yoh. 2:91Qo 13:2; 1Yo 3:15
1Yoh. 2:10Efe 5:8
1Yoh. 2:111Yo 4:20
1Yoh. 2:11Yoh 12:35
1Yoh. 2:12Luq 24:47; HoE 4:12; 10:43
1Yoh. 2:13Yaq 4:7; 1Yo 5:19; Mul 12:10, 11
1Yoh. 2:13Yoh 17:25
1Yoh. 2:14Efe 6:10
1Yoh. 2:143Yo 3
1Yoh. 2:14Rom 8:37
1Yoh. 2:15Rom 12:2; 1Qo 7:31; Tit 2:11, 12
1Yoh. 2:15Mat 6:24; Yaq 4:4
1Yoh. 2:16Mat 5:28; Rom 13:14
1Yoh. 2:16Uma 3:6; Fak 27:20; Mat 4:8
1Yoh. 2:171Qo 7:31; 1Ph 1:24
1Yoh. 2:17Fr 37:29; Mat 7:21; Yoh 6:40
1Yoh. 2:182Ta 2:3; 2Ph 2:1
1Yoh. 2:182Ta 2:7; 2Yo 7; Yih 4
1Yoh. 2:19HoE 20:30
1Yoh. 2:191Qo 11:19
1Yoh. 2:202Qo 1:21; 1Yo 2:27
1Yoh. 2:21Yoh 8:31, 32
1Yoh. 2:21Yoh 8:44
1Yoh. 2:221Yo 4:3; 2Yo 7
1Yoh. 2:221Yo 2:18
1Yoh. 2:23Yoh 5:23; 2Yo 9
1Yoh. 2:23Rom 10:9, 10
1Yoh. 2:231Yo 4:15
1Yoh. 2:24Yoh 14:23; 2Yo 6
1Yoh. 2:25Yoh 17:3; 1Yo 1:2
1Yoh. 2:272Qo 1:21; 1Yo 2:20
1Yoh. 2:27Yoh 14:26; 16:13
1Yoh. 2:27Yoh 17:21
1Yoh. 2:281Yo 4:17
1Yoh. 2:291Ph 1:23; 1Yo 4:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Yohaannis 2:1-29

Yohaannis Tokkoffaa

2 Yaa ijoollee koo, wantoota kana kanan isiniif barreessu akka isin cubbuu hin hojjenneefi. Haa taʼu malee, namni kam iyyuu cubbuu yoo hojjete nuti Abbaa biraa gargaaraa* qabna; innis Yesuus Kiristoos+ isa qajeelaa taʼe dha.+ 2 Inni aarsaa+ araaraa cubbuu keenyaaf dhihaate dha;+ taʼus cubbuu guutummaa addunyaatiifis+ malee cubbuu keenyaaf qofa miti. 3 Ajajawwan isaa eeguu keenya yoo itti fufne, kanaan akka isa beekne ni hubanna. 4 Namni, “Ani isa beeka” jechaa ajajawwan isaa hin eegne sobduu dha, dhugaanis nama kana keessa hin jiru. 5 Haa taʼu malee, namni dubbii isaa eegu kam iyyuu dhugumaan Waaqa akka jaallatu+ ni argisiisa. Kanaanis isaa wajjin tokkummaa akka qabnu ni beekna.+ 6 Namni isaa wajjin tokkummaadhaan akka jiraatu dubbatu, akka inni deddeebiʼetti deddeebiʼuuf dirqamni isa irra jira.+

7 Obboloota jaallatamo, kanan isiniif barreessu ajaja haaraa miti; kanaa mannaa, ajaja durii isa isin jalqabumaa kaasee qabdani dha.+ Ajajni durii kunis dubbicha isa dhageessan sana dha. 8 Ammas ajaja haaraa isa inni hordofaa turee fi isinis hordofaa turtan sana isiniif nan barreessa; sababiin isaas, dukkanichi darbaa jira, ifni dhugaanis ammuma iyyuu ifaa jira.+

9 Namni ifa keessa akka jiru dubbachaa obboleessa isaa jibbu+ amma iyyuu dukkana keessa jira.+ 10 Namni obboleessa isaa jaallatu ifa keessa jiraata,+ wanti gufachiisu tokko iyyuu isa keessa hin jiru. 11 Namni obboleessa isaa jibbu garuu dukkana keessa jira, akkasumas dukkana keessa deddeebiʼaa jira;+ dukkanichi ija isaa waan jaamseef, eessa akka dhaqu hin beeku.+

12 Yaa ijoollee koo, kanan isiniif barreessu, sababii maqaa isaatiin cubbuun keessan waan isiniif dhiifameefi.+ 13 Yaa abbootii, kanan isiniif barreessu, isa jalqabaa kaasee ture sana waan beektaniifi. Yaa dargaggootaa, kanan isiniif barreessu, isa hamaa sana waan mootaniifi.+ Yaa ijoolle, kanan isiniif barreessu, Abbaa waan beektaniifi.+ 14 Yaa abbootii, kanan isiniif barreessu, isa jalqabaa kaasee ture sana waan beektaniifi. Yaa dargaggootaa, kanan isiniif barreessu, jaboo waan taatanii+ fi dubbiin Waaqayyoo isin keessa waan jiraatuuf,+ akkasumas isa hamaa sana waan mootaniifi.+

15 Addunyaas taʼe wantoota addunyaa keessa jiran hin jaallatinaa.+ Namni kam iyyuu addunyaa yoo jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru;+ 16 sababiin isaas, wanti addunyaa keessa jiru hundi, jechuunis hawwiin foonii,+ hawwiin ijaa+ fi qabeenya ofii argisiifachuun* Abbaa irraa utuu hin taʼin addunyaa irraa madda. 17 Kana malees, addunyaanii fi hawwiin isaa darbaa jiru,+ namni fedhii Waaqayyoo raawwatu garuu bara baraaf jiraata.+

18 Yaa ijoolle, kun saʼaatii dhumaa ti; akkuma dhageessan mormituun Kiristoos dhufaa jira,+ ammuma iyyuu mormitoonni Kiristoos baayʼeen kaʼaniiru;+ kun saʼaatii dhumaa taʼuu isaa kanaan beekna. 19 Isaan nu keessaa baʼan, taʼus garee keenya* hin turre;+ sababiin isaas, utuu garee keenya taʼanii nuu wajjin itti fufu turan. Haa taʼu malee, garee keenya kan taʼan hunda isaanii akka hin taane akka beekamuuf isaan nu keessaa baʼaniiru.+ 20 Isin isa qulqulluu sanaan dibamtaniittu,+ hundi keessanis beekumsa qabdu. 21 Kanan isiniif barreessu, isin dhugaa waan hin beekneef miti;+ kanaa mannaa, dhugaa waan beektanii fi sobni kam iyyuu dhugaa irraa waan hin maddineefi.+

22 Yesuus, Kiristoos taʼuu isaa kan ganu malee sobduun eenyu?+ Inni mormituu Kiristoos+ isa Abbaa fi Ilma ganu dha. 23 Ilma kan ganu kam iyyuu Abbaas hin qabu.+ Ilmatti akka amanu kan beeksisu+ kam iyyuu garuu Abbaas qaba.+ 24 Isin garuu wanti jalqabaa kaastanii dhageessan isin keessa jiraachuu qaba.+ Wanti jalqabaa kaastanii dhageessan isin keessa yoo jiraate, isinis Ilmaa wajjin tokkummaadhaan jiraattu, Abbaa wajjinis tokkummaadhaan jiraattu. 25 Kana malees, waadaan inni ofuma isaatii nuuf gale isa kana, innis jireenya bara baraa ti.+

26 Ani warra isin dogoggorsuuf yaalan ilaalchisee wantoota kana isiniif nan barreessa. 27 Isin garuu dibanni hafuuraa isa irraa argattan+ isin keessa waan jiraatuuf, eenyu iyyuu isin barsiisuun isaa hin barbaachisu; kanaa mannaa, dibanni hafuuraa isa irraa argattan wantoota hundumaa isin barsiisa,+ inni dhugaa dha malee soba miti. Akkuma dibanni sun isin barsiisetti isaa wajjin tokkummaadhaan jiraadhaa.+ 28 Egaa yaa ijoolle, yommuu inni mulʼifamutti bilisummaa dubbachuu akka qabaannuu+ fi yommuu argama isaatti qaanofnee isa irraa akka hin fagaanneef tokkummaa isaa wajjin qabdan eeggadhaa jiraadhaa. 29 Inni qajeelaa taʼuu isaa yoo beektan, namni qajeelummaa raawwatu kam iyyuu isa irraa akka dhalate ni beektu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi