LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Filiphisiyus

      • Gad of qabuu Kiristiyaanaa (1-4)

      • Gad of qabuu Kiristoos argisiisee fi ulfina argate (5-11)

      • Fayyina keessan mirkaneessaa (12-18)

        • Akka ibsitoota ifaatti ifuu (15)

      • Ximotewosii fi Ephaafrodixosiin erguu (19-30)

Filiphisiyus 2:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuudhaan walitti hidhamuudhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 1:10; 2Qo 13:11; 1Ph 3:8

Filiphisiyus 2:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 23:11; Efe 4:1, 2; 5:21
  • +Gal 5:26
  • +Flp 1:15, 17; Yaq 3:14, 16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 37-38

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2021, ful. 16

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 6-7

    Lakk. 3 2020, ful. 8

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2019, ful. 24-25

Filiphisiyus 2:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:24, 32, 33
  • +1Qo 13:4, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 48

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2019, ful. 8-9

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 30

    11/15/2008, ful. 24

    Maatii, ful. 30

Filiphisiyus 2:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:29; Yoh 13:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2014, ful. 29-32

Filiphisiyus 2:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 1:15; Ibr 1:3
  • +Yoh 14:28

Filiphisiyus 2:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fakkaattii namaatiin ni dhufe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:2, 3
  • +Yoh 1:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 33-34, 203-204

Filiphisiyus 2:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “bifa namaa qabaatetti.”

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 3:13
  • +Yoh 10:17; Ibr 2:9; 5:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 36-37

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 11-13

Filiphisiyus 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 52:13; HoE 2:32, 33
  • +HoE 4:12; Efe 1:20, 21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2012, ful. 22

    4/1/2008, ful. 23

Filiphisiyus 2:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:22, 23

Filiphisiyus 2:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 10:9

Filiphisiyus 2:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 12

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2019, ful. 21

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2008, ful. 28

Filiphisiyus 2:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:10; 1Ph 4:9
  • +1Xi 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/1/2006, ful. 3

Filiphisiyus 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:5
  • +Efe 5:1
  • +Mat 5:14; Efe 5:8, 9; 1Ph 2:9, 12

Filiphisiyus 2:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:68; Ibr 4:12

Filiphisiyus 2:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “tajaajila uummataa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 13:15; 1Ph 2:5
  • +Lak 28:6, 7; 2Qo 12:15; 2Xi 4:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 6/2019, ful. 8

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2068

Filiphisiyus 2:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:17; 16:10

Filiphisiyus 2:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2023, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 13

Filiphisiyus 2:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 13

Filiphisiyus 2:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 1:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 14

Filiphisiyus 2:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flm 22

Filiphisiyus 2:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 4:18

Filiphisiyus 2:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2010, ful. 12-13

Filiphisiyus 2:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 16:18; 1Ta 5:12, 13

Filiphisiyus 2:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “hojii Gooftaatiif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flm 10, 13

Yaada Wal Simu

Filp. 2:21Qo 1:10; 2Qo 13:11; 1Ph 3:8
Filp. 2:3Mat 23:11; Efe 4:1, 2; 5:21
Filp. 2:3Gal 5:26
Filp. 2:3Flp 1:15, 17; Yaq 3:14, 16
Filp. 2:41Qo 10:24, 32, 33
Filp. 2:41Qo 13:4, 5
Filp. 2:5Mat 11:29; Yoh 13:14, 15
Filp. 2:6Qol 1:15; Ibr 1:3
Filp. 2:6Yoh 14:28
Filp. 2:7Isa 53:2, 3
Filp. 2:7Yoh 1:14
Filp. 2:8Gal 3:13
Filp. 2:8Yoh 10:17; Ibr 2:9; 5:8
Filp. 2:9Isa 52:13; HoE 2:32, 33
Filp. 2:9HoE 4:12; Efe 1:20, 21
Filp. 2:10Yoh 5:22, 23
Filp. 2:11Rom 10:9
Filp. 2:141Qo 10:10; 1Ph 4:9
Filp. 2:141Xi 2:8
Filp. 2:15Kes 32:5
Filp. 2:15Efe 5:1
Filp. 2:15Mat 5:14; Efe 5:8, 9; 1Ph 2:9, 12
Filp. 2:16Yoh 6:68; Ibr 4:12
Filp. 2:17Ibr 13:15; 1Ph 2:5
Filp. 2:17Lak 28:6, 7; 2Qo 12:15; 2Xi 4:6
Filp. 2:191Qo 4:17; 16:10
Filp. 2:222Xi 1:2
Filp. 2:24Flm 22
Filp. 2:25Flp 4:18
Filp. 2:291Qo 16:18; 1Ta 5:12, 13
Filp. 2:30Flm 10, 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Filiphisiyus 2:1-30

Warra Filiphisiyusiif

2 Egaa isin karaa Kiristoos jajjabina kan kennitan, jaalalaan kakaatanii warra kaan kan jajjabeessitan, warra kaaniif kan yaaddan, kan isaan jaallattanii fi garaa kan isaaniif laaftan erga taatanii, 2 yaada tokkoo fi jaalala tokko qabaachuudhaan, guutummaatti tokkummaa qabaachuudhaan,* akkasumas ilaalcha tokko qabaachuudhaan+ gammachuu koo guutuu naaf godhaa. 3 Gad of qabuudhaan warri kaan akka isin irra caalan godhaa yaadaa+ malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan+ kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa;+ 4 faayidaa warra kaaniis yaadaa+ malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.+

5 Ilaalcha Kiristoos Yesuus qabu kana qabaadhaa;+ 6 inni bifa Waaqayyootiin jiraachaa kan ture taʼus,+ Waaqayyoo wajjin qixxee taʼuuf yaaluu yaanni jedhu gara sammuu isaatti illee hin dhufne.+ 7 Kanaa mannaa duwwaa of godhe; bifa garbummaa qabaatees+ nama taʼe.*+ 8 Kana malees, yeroo nama taʼee dhufe,* gad of qabuudhaan hamma duʼutti, jechuunis hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti+ ajajamaa taʼe.+ 9 Kanaan kan kaʼes, Waaqayyo iddoo hunda caalu isaaf kennuudhaan ol isa godhe;+ akkasumas maqaa maqaa kan biraa kam irra iyyuu caalu gaarummaadhaan isaaf kenne;+ 10 kana kan godhes jilbi hundi, jechuunis samii keessa kan jiranii fi lafa irra kan jiran, akkasumas lafa jala kan jiran hundi maqaa Yesuusiin akka jilbeenfataniif,+ 11 arrabni hundis ulfina Waaqayyo Abbaatiif Yesuus Kiristoos Gooftaa taʼuu isaa ifatti akka beeksisuufi.+

12 Egaa yaa obboloota jaallatamo, akkuma yeroo hunda ajajamtan yeroo ani isin bira jiru qofa utuu hin taʼin, caalaatti amma yeroo ani isin bira hin jirretti, sodaachuu fi romʼuudhaan fayyina keessan mirkaneessuuf carraaqqii gochuu keessan itti fufaa. 13 Sababiin isaas, Waaqayyo wanta isa gammachiisuu wajjin haala wal simuun, fedhii fi humna hojiidhaaf isin barbaachisu isiniif kennuudhaan isin jabeessa. 14 Waan hundumaa gungummii+ fi falmii malee+ hojjedhaa; 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+ 16 kana kan gootanis dubbii jireenyaa cimsitanii qabachuudhaani.+ Anis kanan fiige yookiin jabaadhee kanan hojjedhe akkasumaan akka hin taane beekuudhaan guyyaa Kiristoositti sababiin itti gammadu nan argadha. 17 Haa taʼu malee, aarsaa+ fi tajaajila qulqulluu* amantiidhaan kakaatanii dhiheessitan irratti akka aarsaa dhugaatiitti yoon dhangalaafame illee+ ani nan gammada; akkasumas hunda keessanii wajjin nan ililcha. 18 Haaluma wal fakkaatuun isinis anaa wajjin gammaduu fi ililchuu qabdu.

19 Ammas waaʼee keessan dhagaʼee akkan jajjabaadhuuf fedhii Gooftaa Yesuus yoo taʼe Ximotewosiin+ dafee gara keessanitti akkan ergu nan abdadha. 20 Sababiin isaas, ani nama akka isaatti waaʼee keessan garaadhaa yaadu kan biraa hin qabu. 21 Warri kaan hundi faayidaa Yesuus Kiristoosiif utuu hin taʼin, faayidaa mataa isaaniitiif carraaqu. 22 Inni garuu misiraachicha babalʼisuuf jecha, akkuma ilmi+ abbaa isaa wajjin hojjetutti anaa wajjin tajaajiluudhaan eenyummaa isaa akkamitti akka mirkaneesse beektu. 23 Kanaafuu, akkuman haala koo beekeen, hatattamaan gara keessanitti akkan isa ergu nan abdadha. 24 Fedhii Gooftaa yoo taʼe, ani mataan koo iyyuu dafee gara keessan akkan dhufu hin shakku.+

25 Ammaaf garuu Ephaafrodixos obboleessa koo isa anaa wajjin hojjetuu fi anaa wajjin loltuu taʼe isa isin wanta na barbaachisu irratti dhuunfaatti akka na tajaajiluuf ergitan gara keessanitti erguun gaarii akka taʼe natti dhagaʼama;+ 26 inni hunda keessan arguu barbaada; akka inni dhukkubsate waan dhageessaniif baayʼee dhiphateera. 27 Dhugaa dubbachuuf inni baayʼee dhukkubsatee duʼuu jala gaʼee ture; haa taʼu malee Waaqayyo garaa isaaf laafe; isa qofaaf utuu hin taʼin, gadda irratti gaddi akka natti hin dabalamneef anaafis garaa laafeera. 28 Kanaafuu, isin yommuu isa argitan lammata akka gammaddanii fi anis yaaddoon koo akka naa salphatuuf, hatattamaan gara keessanitti isa nan erga. 29 Egaa akkuma warra Gooftaa tajaajilan gidduutti barsiifata taʼetti gammachuudhaan isa simadhaa; namoota akka isaatiif ulfina guddaa kennaa;+ 30 sababiin isaas, isin as waan hin jirreef, inni iddoo keessan buʼee dhuunfaatti na tajaajiluuf lubbuu isaa balaadhaaf saaxiluudhaan hojii Kiristoosiif* jedhee duʼuu jala gaʼee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi