LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Moototaa

      • Yoʼaas mootii Yihudaa (1-3)

      • Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-16)

      • Weerara warra Sooriyaa (17, 18)

      • Yoʼaas ni ajjeefame (19-21)

2 Mootota 12:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 19:16; 2Mo 10:30
  • +2Mo 11:2; 1Se 3:10, 11
  • +2Se 24:1, 2

2 Mootota 12:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:52

2 Mootota 12:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 31:12
  • +Bau 30:13; 2Se 24:9
  • +Bau 25:2; 35:21

2 Mootota 12:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “baqaqe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 24:7

2 Mootota 12:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 24:5

2 Mootota 12:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 11:4; 2Se 23:1; 24:15
  • +2Se 24:6

2 Mootota 12:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 24:8; Mar 12:41; Luq 21:1
  • +2Se 24:10

2 Mootota 12:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “korojoo keessa kaaʼu.” Kal., “ni hidhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 24:11

2 Mootota 12:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 22:4-6; 2Se 24:12

2 Mootota 12:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 10:2; 2Se 5:12
  • +2Se 24:14

2 Mootota 12:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 22:7

2 Mootota 12:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 5:15
  • +Lew 7:7; Lak 18:8

2 Mootota 12:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yerusaalem irratti kaʼuuf fuula isaa qajeelche.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 19:15; 2Mo 8:13; 10:32
  • +1Se 18:1
  • +2Se 24:23

2 Mootota 12:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 15:18; 2Mo 16:8; 18:15

2 Mootota 12:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Beet Miilootti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 24:25, 26; 25:27
  • +2Sa 5:9; 1Mo 9:15, 24; 2Se 32:5

2 Mootota 12:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 14:1, 5
  • +2Se 24:27

Yaada Wal Simu

2Mot. 12:11Mo 19:16; 2Mo 10:30
2Mot. 12:12Mo 11:2; 1Se 3:10, 11
2Mot. 12:12Se 24:1, 2
2Mot. 12:3Lak 33:52
2Mot. 12:42Se 31:12
2Mot. 12:4Bau 30:13; 2Se 24:9
2Mot. 12:4Bau 25:2; 35:21
2Mot. 12:52Se 24:7
2Mot. 12:62Se 24:5
2Mot. 12:72Mo 11:4; 2Se 23:1; 24:15
2Mot. 12:72Se 24:6
2Mot. 12:92Se 24:8; Mar 12:41; Luq 21:1
2Mot. 12:92Se 24:10
2Mot. 12:102Se 24:11
2Mot. 12:112Mo 22:4-6; 2Se 24:12
2Mot. 12:13Lak 10:2; 2Se 5:12
2Mot. 12:132Se 24:14
2Mot. 12:152Mo 22:7
2Mot. 12:16Lew 5:15
2Mot. 12:16Lew 7:7; Lak 18:8
2Mot. 12:171Mo 19:15; 2Mo 8:13; 10:32
2Mot. 12:171Se 18:1
2Mot. 12:172Se 24:23
2Mot. 12:181Mo 15:18; 2Mo 16:8; 18:15
2Mot. 12:202Se 24:25, 26; 25:27
2Mot. 12:202Sa 5:9; 1Mo 9:15, 24; 2Se 32:5
2Mot. 12:212Mo 14:1, 5
2Mot. 12:212Se 24:27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Mootota 12:1-21

Mootota Lammaffaa

12 Yehuun+ mootii taʼee waggaa torbaffaa isaatti, Yoʼaas+ mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 40f ni bulche. Maqaan haadha isaa Ziibiyaa yeroo taʼu, ishiin nama biyya Ber Sheebaa turte.+ 2 Yoʼaas yeroo Yehoyaadaan lubichi isa barsiisaa ture hundatti, wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe gochuu isaa itti fufe. 3 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon+ hin balleeffamne turan; namoonnis amma iyyuu iddoowwan ol kaʼoo irratti aarsaa fi aarsaa aarfamu ni dhiheessu turan.

4 Yoʼaasis lubootaan akkana jedhe: “Maallaqa kennaa qulqulluu+ taʼee gara mana Yihowaatti fidamu hunda, jechuunis maallaqa namni tokko itti murame,+ maallaqa namni tokko akka kaffalu itti tilmaamamee fi maallaqa tokkoon tokkoon namaa garaan isaa akka isa kakaasetti gara mana Yihowaatti fidu hunda harkaa fuudhaa.+ 5 Luboonnis ofuma isaaniitiin maallaqa warra maallaqicha kennan irraa fuudhanii manicha bakka miidhame* hunda haaressuuf itti fayyadamu.”+

6 Yoʼaas Mootichi mootii taʼee waggaa 23ffaa isaatti, luboonni amma iyyuu manicha bakka miidhame hin haaressine turan.+ 7 Kanaafuu Yoʼaas Mootichi, Yehoyaadaa+ lubichaa fi luboota kaan waamee, “Manicha bakka miidhame maaliif hin haaressine? Kanaafuu, manicha haaressuuf hin oolu taanaan, namoota maallaqa kennan irraa kana booda maallaqa hin fudhatinaa” isaaniin jedhe.+ 8 Yeroo kanatti luboonni sun kana booda namoota sana irraa maallaqa akka hin fudhannee fi manicha suphuuf itti gaafatamummaa akka hin fudhanne walii galan.

9 Sana booda Yehoyaadaan lubichi saanduqa+ tokko fuudhee qadaada isaa erga uree booda, iddoo aarsaa bira bakka namni tokko yommuu mana Yihowaatti ol seenu gara mirgaatiin argamu kaaʼe. Luboonni karra eegdota taʼuudhaan tajaajilanis maallaqa gara mana Yihowaatti fidame hunda achi keessa kaaʼu turan.+ 10 Barreessaan mootichaa fi lubni ol aanaan sun maallaqni hedduun saanduqicha keessa jiraachuu isaa yommuu argan hundatti, dhufanii maallaqa gara mana Yihowaatti fidame sana walitti ni qabu,* akkasumas ni lakkaaʼu turan.+ 11 Maallaqa lakkaaʼame sanas warra hojii mana Yihowaatti hojjetamaa jiru irratti muudamanitti kennu turan. Isaan immoo warra mana Yihowaatti anaaxota taʼanii fi hojii ijaarsaa hojjetaniif ni kaffalu turan;+ 12 warra dhagaadhaan ijaaranii fi warra dhagaa bocaniifis ni kaffalu turan. Kana malees, isaan maallaqicha mana Yihowaa isa miidhame sana haaressuuf saanqaawwanii fi dhagoota soofaman bituuf, akkasumas baasii manicha haaressuuf barbaachisu kaan hundaaf itti fayyadamu turan.

13 Haa taʼu malee, maallaqa gara mana Yihowaatti fidame keessaa tokko illee, miʼawwan bishaanii meetii irraa tolfaman, dhaamsituuwwan ibsaa, saaniiwwan golboo, malakatoota+ yookiin miʼa warqii yookiin miʼa meetii mana Yihowaatiif taʼu tokko illee hojjechuuf hin oolle.+ 14 Isaan maallaqicha warra hojii sana hojjetan qofaaf kennu turan; maallaqichaanis mana Yihowaa ni haaressan. 15 Isaan kan amanaman waan turaniif, namoota warra hojjettootaaf akka kennaniif maallaqa isaaniif kennan sana hin toʼatan turan.+ 16 Haa taʼu malee, maallaqni kennaawwan yakkaatiif+ kennamuu fi maallaqni kennaawwan cubbuutiif kennamu kan lubootaa+ waan taʼeef, gara mana Yihowaatti hin fidamu ture.

17 Hazaaʼel+ mootiin Sooriyaa Gaatiin+ waraanuuf kan ol baʼe yeroo kanatti ture; innis erga ishii qabatee booda Yerusaalemiin haleeluuf murteesse.*+ 18 Yeroo kanatti Yoʼaas mootiin Yihudaa kennaawwan qulqulluu warra abbootiin isaa Yoshaafaax, Yooraamii fi Akaaziyaan warri mootota Yihudaa turan qulqulleessanii turan hunda, akkasumas kennaawwan qulqulluu ofii isaa, warqii manneen qabeenyaa mana Yihowaa fi mana mootichaa keessatti argame hunda fudhatee Hazaaʼel mootii Sooriyaatiif ni erge.+ Kanaafuu, Hazaaʼel Yerusaalemiin waraanuu dhiisee deebiʼe.

19 Seenaan Yoʼaas inni hafee fi wanti inni godhe hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 20 Haa taʼu malee, tajaajiltoonni Yoʼaas isa irratti mariʼatanii+ daandii gara Siilaatti gad buusu irratti mana Koobiitti*+ isa ni ajjeesan. 21 Rukutanii kan isa ajjeesan tajaajiltoota isaa kan taʼan Yozaakaar ilma Shimeʼaatii fi Yehozaabaad ilma Shomeer turan.+ Isaanis Magaalaa Daawit keessatti abbootii isaa wajjin isa awwaalan; ilmi isaa Amaaziyaanis bakka isaa mootii taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi