LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 73
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Namni Waaqaa deebisee ilaalcha hafuuraa ni qabaata

        • ‘Miilli koo karaa irraa jalʼachuuf jedhee ture’ (2)

        • “Guyyaa guutuu nan rakkadhe” (14)

        • ‘Hamman iddoo qulqulluu Waaqayyootti seenutti’ (17)

        • Hamoonni lafa mucucaatu irra dhaabbataniiru (18)

        • Waaqatti dhihaachuun gaarii dha (28)

Faarfannaa 73:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 35:15

Faarfannaa 73:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 84:11; Mat 5:8

Faarfannaa 73:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 94:18

Faarfannaa 73:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “of jajanitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 21:7; Er 12:1

Faarfannaa 73:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Garaan isaanii coomeera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:15

Faarfannaa 73:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 12:6; 21:7, 9
  • +Er 12:1

Faarfannaa 73:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 21:14, 15

Faarfannaa 73:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Coomni.”

Faarfannaa 73:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 53:1
  • +1Mo 21:7

Faarfannaa 73:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:4, 11; 94:3, 7; His 8:12; Sef 1:12

Faarfannaa 73:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:35
  • +Fr 17:14

Faarfannaa 73:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 34:7, 9; 35:3

Faarfannaa 73:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:19
  • +Iyo 7:17, 18

Faarfannaa 73:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dhaloota ilmaan keetii.”

Faarfannaa 73:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:6, 7; Er 23:11, 12
  • +Fr 37:10, 20; 55:23; Fak 3:33

Faarfannaa 73:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 21:23; Fr 37:1, 2; Isa 30:13

Faarfannaa 73:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni tuffatta.”

Faarfannaa 73:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Kaleewwan koo keessattis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:3

Faarfannaa 73:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:8; 63:8; Isa 41:10

Faarfannaa 73:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:9; 32:8; 37:23; 143:10; Fak 3:6
  • +Fr 37:34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2013, ful. 25-26

Faarfannaa 73:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:2; 84:2; Isa 26:9

Faarfannaa 73:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:5; Fru 3:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2011, ful. 9

Faarfannaa 73:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamaa utuu hin taʼin hafuudhaan.”

  • *

    Kal., “cal jechisiista.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 15:39; Yaq 4:4

Faarfannaa 73:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:4; Yaq 4:8
  • +Fr 118:17

Yaada Wal Simu

Far. 73:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 35:15
Far. 73:1Fr 84:11; Mat 5:8
Far. 73:2Fr 94:18
Far. 73:3Iyo 21:7; Er 12:1
Far. 73:4Lal 7:15
Far. 73:5Iyo 12:6; 21:7, 9
Far. 73:5Er 12:1
Far. 73:6Iyo 21:14, 15
Far. 73:8Fr 53:1
Far. 73:81Mo 21:7
Far. 73:11Fr 10:4, 11; 94:3, 7; His 8:12; Sef 1:12
Far. 73:12Fr 37:35
Far. 73:12Fr 17:14
Far. 73:13Iyo 34:7, 9; 35:3
Far. 73:14Fr 34:19
Far. 73:14Iyo 7:17, 18
Far. 73:18Fr 35:6, 7; Er 23:11, 12
Far. 73:18Fr 37:10, 20; 55:23; Fak 3:33
Far. 73:19Iyo 21:23; Fr 37:1, 2; Isa 30:13
Far. 73:21Fr 73:3
Far. 73:23Fr 16:8; 63:8; Isa 41:10
Far. 73:24Fr 25:9; 32:8; 37:23; 143:10; Fak 3:6
Far. 73:24Fr 37:34
Far. 73:25Fr 42:2; 84:2; Isa 26:9
Far. 73:26Fr 16:5; Fru 3:24
Far. 73:27Lak 15:39; Yaq 4:4
Far. 73:28Fr 65:4; Yaq 4:8
Far. 73:28Fr 118:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 73:1-28

Faarfannaa

KITAABA SADAFFAA

(Faarfannaa 73-89)

Faarfannaa Asaaf.+

73 Dhuguma iyyuu Waaqayyo Israaʼeliif, warra garaan isaanii qulqulluu taʼeef gaarii dha.+

 2 Ani garuu, miilli koo karaa irraa jalʼachuuf jedhee,

Tarkaanfiin koos mucucaachuu jala gaʼee ture.+

 3 Sababiin isaas, nagaa hamoonni qaban yommuun argu,+

Warra of tuulanitti* hinaafeen ture.

 4 Yommuu duʼuuf jedhan hin dhiphatan;

Qaamni isaanii fayyaa dha.*+

 5 Akka namoota kaaniitti hin rakkatan,+

Akka warra kaaniittis hin dhiphatan.+

 6 Kanaafuu, of tuulummaan amartii mormaa isaanii ti;+

Hamminas akka uffataatti uffatu.

 7 Badhaadhinni* isaanii ija isaanii dhiitesseera;

Isaan wanta garaa isaaniitti yaadan caalaa qabu.

 8 Namootatti ni qoosu, wantoota hamaas ni dubbatu.+

Warra kaan cunqursuuf of tuulummaadhaan doorsisu.+

 9 Akkuma samiitti ol kaʼanii akka jiran dubbatu,

Arrabni isaaniis of tuulummaadhaan lafa irra asii fi achi joora.

10 Kanaafuu, sabni isaa gara isaaniitti gora,

Isaanis bishaan isaanii isa hedduu irraa ni dhugu.

11 “Waaqayyo akkamitti beeka?+

Inni Hundaa Olii dhuguma beekumsa qabaa?” jedhu.

12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+

Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+

13 Dhuguma iyyuu, garaa koo qulqulluu kanan godhe,

Harka koos qulqullummaadhaan kanan dhiqadhe akkanumaan ture.+

14 Guyyaa guutuu nan rakkadhe;+

Yeroo hundumaas ganama ganama nan adabame.+

15 Wantoota kana utuun dubbadheera taʼee,

Silaa saba kee* nan ganan ture.

16 Kana hubachuuf yommuun yaalii godhetti,

Na rakkisee ture;

17 Kunis, ani iddoo qulqulluu Waaqayyoo isa guddaatti seenee,

Hamman egeree isaanii hubadhutti ture.

18 Ati dhugumaan lafa mucucaatu irra isaan dhaabbachiista.+

Kufanii akka badanis ni goota.+

19 Isaan hatattamaan balleeffamaniiru!+

Badiisa guddaa isaan irra gaʼeenis saffisaan dhumaniiru!

20 Yaa Yihowaa, akkuma abjuun yommuu dammaqan irraanfatamutti,

Atis yommuu kaatu bifa isaanii ni balleessita.*

21 Haa taʼu malee, garaan koo hadhaaʼaa taʼeera,+

Keessa koottis* dhukkubbii cimaan natti dhagaʼama.

22 Ani nama sirriitti hin yaannee fi hubannaan itti hirʼatun ture;

Si durattis akka bineensa yaaduu hin dandeenyee taʼeen ture.

23 Amma garuu yeroo hunda sii wajjinan jira;

Atis harka mirgaa koo qabatteetta.+

24 Gorsa keetiin na geggeessita,+

Sana booda gara ulfinaatti na geessita.+

25 Samii keessaa eenyuunan qaba?

Lafa irrattis si malee homaa hin barbaadu.+

26 Qaamni koo fi garaan koo dadhabuu dandaʼu,

Waaqayyo garuu qarsaa garaa kootii ti, bara baraafis qooda koo ti.+

27 Dhugumaan, warri si irraa fagaatan ni badu.

Atis nama addaggummaadhaan* si dhiisu kam iyyuu ni balleessita.*+

28 Gama kootiin garuu, Waaqayyotti dhihaachuun anaaf gaarii dha.+

Hojiiwwan isaa hundumaa akkan labsuuf,+

Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa iddoon kooluu itti galu godhadheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi