LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miilkiyaas 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Miilkiyaas

      • Gooftaa dhugaan mana qulqullummaa isaa qulqulleessuuf ni dhufa (1-5)

        • Ergamaa kakuu sanaa (1)

      • Gara Yihowaatti akka deebiʼan jajjabeessuu (6-12)

        • Yihowaan hin jijjiiramu (6)

        • “Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa” (7)

        • ‘Kurnoo guutummaatti fidaa, Yihowaanis eebba isin irratti roobsa’ (10)

      • Nama qajeelaa fi nama hamaa (13-18)

        • Kitaabni yaadannoo Waaqa duratti barreeffame (16)

        • Garaa garummaa nama qajeelaa fi nama hamaa gidduu jiru (18)

Miilkiyaas 3:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:1-3; 11:7, 10; Mar 1:2-4; Luq 1:76; Yoh 1:6, 23; 3:28
  • +Fr 11:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146, 178

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2020, ful. 3-4

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 102-103, 127-128

    Yesuus—Karaa, ful. 96

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 14-23

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2013, ful. 10-11

    9/15/2010, ful. 25

    3/15/2010, ful. 23

    4/1/2007, ful. 19-20

Miilkiyaas 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:25; Er 2:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 102-103

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2014, ful. 28-30

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 25-27

Miilkiyaas 3:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 66:10; Fak 25:4; Zak 13:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    12/2019, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2014, ful. 28-30

    7/15/2013, ful. 11-12

    9/15/2010, ful. 25-26

    4/1/2007, ful. 19-20

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 27, 112-113

Miilkiyaas 3:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa ni ciibsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 7:1

Miilkiyaas 3:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “warri jalaa duʼan.”

  • *

    Ykn., “mirga isaanii dhowwatan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 18:10, 12
  • +Bau 20:7
  • +Fak 14:31; Yaq 5:4
  • +Kes 24:17; Isa 1:17; Yaq 1:27
  • +Bau 23:9; Zak 7:10

Miilkiyaas 3:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin jijjiiramne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:10; 46:4; Yaq 1:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 86

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 15-16

Miilkiyaas 3:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:7; HoE 7:51
  • +Er 3:12; Zak 1:3; Yaq 4:8

Miilkiyaas 3:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “abaarsaan na abaaraa jirtu.”

Miilkiyaas 3:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “xuruursu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 31:11; Nah 12:44; 13:10
  • +Lew 27:30; Kes 14:28
  • +Lew 26:10; 2Se 31:10; Fak 3:9, 10
  • +Kes 28:12

Miilkiyaas 3:11

Miiljaleewwan

  • *

    Dhaʼicha ilbiisotaa kan argisiisu taʼuu hin oolu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 11:14; Zak 8:12

Miilkiyaas 3:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Isin biyya gammachuu waan taataniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:9

Miilkiyaas 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mil 1:6

Miilkiyaas 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 21:14, 15; Fr 73:13, 14; Isa 58:3; Sef 1:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2011, ful. 16-17

Miilkiyaas 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 12:1

Miilkiyaas 3:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “irratti yaadaniifis.” Ykn tarii, “maqaa isaatiif iddoo guddaa kennaniifis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:8
  • +Fr 56:8; 69:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 55

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2022, ful. 14

    4/2022, ful. 5-6

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 36

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2018, ful. 23-24, 26

Miilkiyaas 3:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gatii guddaa qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 62:3; 1Ph 2:9
  • +Er 31:33
  • +Fr 103:13

Miilkiyaas 3:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 58:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2018, ful. 24-25

    1/2018, ful. 27-28

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2006, ful. 4-5

Yaada Wal Simu

Mil. 3:1Mat 3:1-3; 11:7, 10; Mar 1:2-4; Luq 1:76; Yoh 1:6, 23; 3:28
Mil. 3:1Fr 11:4
Mil. 3:2Isa 1:25; Er 2:22
Mil. 3:3Fr 66:10; Fak 25:4; Zak 13:9
Mil. 3:42Se 7:1
Mil. 3:5Kes 18:10, 12
Mil. 3:5Bau 20:7
Mil. 3:5Fak 14:31; Yaq 5:4
Mil. 3:5Kes 24:17; Isa 1:17; Yaq 1:27
Mil. 3:5Bau 23:9; Zak 7:10
Mil. 3:6Isa 43:10; 46:4; Yaq 1:17
Mil. 3:7Kes 9:7; HoE 7:51
Mil. 3:7Er 3:12; Zak 1:3; Yaq 4:8
Mil. 3:102Se 31:11; Nah 12:44; 13:10
Mil. 3:10Lew 27:30; Kes 14:28
Mil. 3:10Lew 26:10; 2Se 31:10; Fak 3:9, 10
Mil. 3:10Kes 28:12
Mil. 3:11Kes 11:14; Zak 8:12
Mil. 3:12Isa 61:9
Mil. 3:13Mil 1:6
Mil. 3:14Iyo 21:14, 15; Fr 73:13, 14; Isa 58:3; Sef 1:12
Mil. 3:15Er 12:1
Mil. 3:16Isa 26:8
Mil. 3:16Fr 56:8; 69:28
Mil. 3:17Isa 62:3; 1Ph 2:9
Mil. 3:17Er 31:33
Mil. 3:17Fr 103:13
Mil. 3:18Fr 58:10, 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Miilkiyaas 3:1-18

Miilkiyaas

3 “Kunoo, ani ergamaa koo nan erga, innis na dura buʼee daandii ni qulqulleessa.*+ Gooftaa dhugaan inni isin barbaaddattan akkuma tasaa gara mana qulqullummaa isaa ni dhufa;+ ergamaan kakuu sanaa inni isin itti gammaddanis ni dhufa. Kunoo, inni dhugumaan ni dhufa” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

2 “Guyyaa inni dhufutti garuu eenyutu dandamachuu dandaʼa? Yeroo inni mulʼatu eenyutu dhaabbachuu dandaʼa? Sababiin isaas, inni akka ibidda sibiila baqsee qulqulleessuu fi akka saamunaa+ uffata ittiin miiccanii ni taʼa. 3 Inni akka nama meetii baqsuutti+ taaʼee ilmaan Leewwii ni qulqulleessa; akkuma warqii fi meetiitti isaan ni qulqulleessa; isaanis dhugumaan saba qajeelummaadhaan Yihowaadhaaf kennaa dhiheessu ni taʼu. 4 Akkuma bara duriitti, akkuma waggoota darbaniitti, aarsaan Yihudaanii fi Yerusaalem akka kennaatti dhiheessan Yihowaa ni gammachiisa.*+

5 “Ani murtiidhaaf gara keessan nan dhufa; falfaltoota,+ ejjitoota, namoota sobaan kakatan,+ namoota warra mindeessanii hojjechiisan,+ dubartii abbaan manaa irraa duʼee fi mucaa abbaa hin qabne* gowwoomsan,+ akkasumas warra namoota biyya ormaa gargaaruu didan*+ irratti dafee ragaa nan baʼa. Isaan kun na hin sodaanne” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

6 “Sababiin isaas, ani Yihowaa dha; ani hin jijjiiramu.*+ Isin ilmaan Yaaqoobi; isin amma iyyuu hin dhumne. 7 Isin bara abbootii keessanii irraa kaasee dambiiwwan koo irraa garagaltaniittu, isaaniinis hin eegne.+ Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Isin garuu, “Nuti akkamitti gara keetti deebina?” jettu.

8 “Namni Waaqayyoon ni saamaa? Isin garuu na saamaa jirtu.”

Isinis, “Akkamitti si saamne?” jettu.

“Kurnoo fi buusii fiduu dhiisuudhaan na saamtan. 9 Isin na saamaa waan jirtaniif, dhugumaan ni abaaramtu,* eeyyee, guutummaan sabichaa akkana gochaa jira. 10 Mana koo keessa nyaanni akka jiraatuuf,+ kurnoo sana guutummaatti gara mana kuusaatti fidaa;+ ani foddaawwan samii banee hamma iddoo kaaʼattan dhabdanitti eebba kanan isin irratti roobsu* taʼuu fi dhiisuu+ isaa ilaaluuf mee gama kanaan na qoraa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

11 “Ani isa nyaatee fixu sana* isiniif nan ifadha; inni firii biyya keessanii hin mancaasu; mukti wayinii maasii keessaniis firii kan hin godhanne hin taʼu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

12 “Biyyi keessan biyya gammachuu waan taatuuf,* saboonni hundi gammadoo isiniin jedhu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

13 “Isin dubbii cimaa na irratti dubbattaniittu” jedha Yihowaan.

Isinis, “Nuti si irratti dubbii akkamii dubbanne?” jettu.+

14 “Isin akkana jettu: ‘Waaqayyoon tajaajiluun gatii hin qabu.+ Wanta inni nu irraa eegu raawwachuu fi cubbuu keenyaan kan kaʼe Yihowaa Gooftaa Raayyaa duratti gadduun keenya maal nu fayyade? 15 Amma nuti namoonni of tuulan gammadoo akka taʼan hubanneerra. Warri hammina raawwatanis milkaaʼina argachaa jiru.+ Isaan Waaqa qoruuf ni onnatu, garuu hin adabaman.’”

16 Yeroo sanatti namoonni Yihowaa sodaatan walii wajjin, tokkoon tokkoon isaanii michoota isaanii wajjin ni haasaʼan; Yihowaanis xiyyeeffannaadhaan ni dhaggeeffate, wanta isaan jedhanis ni dhagaʼe. Warra Yihowaa sodaatanii fi maqaa isaa irratti xiinxalaniifis*+ kitaabni yaadannoo isa duratti ni barreeffame.+

17 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa ani qabeenya addaa* isaan godhadhutti,+ isaan kan koo ni taʼu.+ Akkuma abbaan tokko ilma isaaf ajajamutti gara laafina argisiisu, anis gara laafina isaanitti nan argisiisa.+ 18 Isin ammas garaa garummaa nama qajeelaa fi nama hamaa,+ nama Waaqayyoon tajaajiluu fi nama isa hin tajaajille gidduu jiru ni hubattu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi