LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Yihowaan Lewaataaniin ni ajjeese (1)

      • Faarfannaa Israaʼel ishii maasii wayiniitti fakkeeffamte ilaalchisee faarfatame (2-13)

Isaayyaas 27:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:41; Er 47:6

Isaayyaas 27:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kun Israaʼeliin kan argisiisu fakkaata; as irratti dubartiitti, akkasumas maasii wayiniitti fakkeeffamteetti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 80:8; Isa 5:1; Er 2:21

Isaayyaas 27:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:29
  • +Isa 35:6; 41:18; 58:11
  • +Fr 121:4; Isa 46:3, 4

Isaayyaas 27:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 85:2, 3; Isa 12:1

Isaayyaas 27:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 39:25; Hos 14:5
  • +Isa 60:21, 22; Er 30:18, 19

Isaayyaas 27:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 4:11; His 13:13

Isaayyaas 27:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 4:4; 48:10
  • +Mik 5:13, 14

Isaayyaas 27:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 6:11, 12; Er 26:18; Fru 2:5; His 36:4
  • +Isa 32:14

Isaayyaas 27:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:28; Isa 1:3; Er 4:22; Hos 4:6
  • +2Se 36:15, 16; His 9:9, 10

Isaayyaas 27:12

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 5
  • +Kes 30:3; Nah 1:9; Isa 11:11, 12; Amo 9:14

Isaayyaas 27:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fiinoo,” jechuunis, xurumbaa gaanfa irraa hojjetamu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:22; 62:10
  • +2Mo 17:6; Isa 11:16; Hos 9:3
  • +Er 43:4, 7; Zak 10:10
  • +Isa 2:3; 25:6; 52:1; Er 3:17

Yaada Wal Simu

Isa. 27:1Kes 32:41; Er 47:6
Isa. 27:2Fr 80:8; Isa 5:1; Er 2:21
Isa. 27:3Kes 33:29
Isa. 27:3Isa 35:6; 41:18; 58:11
Isa. 27:3Fr 121:4; Isa 46:3, 4
Isa. 27:4Fr 85:2, 3; Isa 12:1
Isa. 27:6His 39:25; Hos 14:5
Isa. 27:6Isa 60:21, 22; Er 30:18, 19
Isa. 27:8Er 4:11; His 13:13
Isa. 27:9Isa 4:4; 48:10
Isa. 27:9Mik 5:13, 14
Isa. 27:10Isa 6:11, 12; Er 26:18; Fru 2:5; His 36:4
Isa. 27:10Isa 32:14
Isa. 27:11Kes 32:28; Isa 1:3; Er 4:22; Hos 4:6
Isa. 27:112Se 36:15, 16; His 9:9, 10
Isa. 27:12Lak 34:2, 5
Isa. 27:12Kes 30:3; Nah 1:9; Isa 11:11, 12; Amo 9:14
Isa. 27:13Isa 49:22; 62:10
Isa. 27:132Mo 17:6; Isa 11:16; Hos 9:3
Isa. 27:13Er 43:4, 7; Zak 10:10
Isa. 27:13Isa 2:3; 25:6; 52:1; Er 3:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 27:1-13

Isaayyaas

27 Guyyaa sanatti Yihowaan goraadee isaa isa hamaa, isa guddaa fi isa cimaa taʼe qabatee+

Xiyyeeffannaa isaa gara Lewaataan,* bofa isa loʼutti,

Gara Lewaataan, bofa isa maramutti deebisee

Uumama guddaa isa galaana keessa jiru ni ajjeesa.

 2 Guyyaa sanatti akkana jedhaatii ishiidhaaf* faarfadhaa:

“Maasii wayinii ishii daadhii wayinii danfu argamsiistu!+

 3 Ani Yihowaan ishii nan eega.+

Yeroo hundumaa bishaan nan obaasa.+

Eenyu iyyuu akka ishii hin miineef,

Halkanii fi guyyaa ishii nan eega.+

 4 Ani kana booda ishiitti hin aaru.+

Waraanicha irratti harangamaa fi aramaa qabatee kan natti dhufu eenyu?

Hunduma isaanii nan dhidhiita, ibiddaanis nan guba.

 5 Kanaafuu, inni dahoo koo keessa haa seenu.

Anaa wajjin nagaa haa uumu;

Eeyyee, anaa wajjin nagaa haa uumu.”

 6 Guyyoota dhufanitti Yaaqoob hidda ni baafata,

Israaʼel ni daraara, ni latas,+

Isaanis biyyattii oomishaan ni guutu.+

 7 Inni rukuttaa isa isa rukutu sanaatiin rukutamuu qabaa?

Akkuma warra isa jalaa ajjeefaman sanaatti hoo ajjeefamuu qabaa?

 8 Ati yommuu ishii ergitutti iyya nama naasisuun ishii ni falmita.

Guyyaa bubbee bahaatti inni bubbee cimaadhaan ishii ni ariʼa.+

 9 Akka kanaan balleessaan Yaaqoob isaaf ni dhiifama,+

Yommuu cubbuun isaa irraa kaafamuttis kun firii isaa isa guutuu ni taʼa:

Inni dhagoota iddoo aarsaa hundumaa,

Akkuma dhagaa nooraa bulleeffamee ni godha,

Utubaawwan waaqeffannaa* yookiin miʼawwan ixaana itti aarsan keessaa tokko illee hin hafu.+

10 Sababiin isaas, magaalaan dallaa dhagaa qabdu ni onti;

Iddoowwan dheedichaas akkuma lafa onaatti kan dhiifamanii fi kan irraanfataman ni taʼu.+

Achitti jabbiin ni dheeda, ni ciisa,

Dameewwan ishiis ni nyaata.+

11 Yommuu latiiwwan ishii goganitti,

Dubartoonni dhufanii

Cabsanii isaan bobeessu.

Sababiin isaas, sabni kun hubannaa hin qabu.+

Uumaan isaanii gara laafina kan isaanitti hin argisiisne,

Inni isaan tolche gaarummaa kan isaanitti hin argisiisne kanaafi.+

12 Guyyaa sanatti Yihowaan Laga* isa yaaʼu irraa jalqabee hamma Laga Gogaa* Gibxiitti+ firicha ni hurgufa; yaa saba Israaʼel, isinis tokko tokkoon walitti ni qabamtu.+ 13 Guyyaa sanatti xurumbaa* guddaan tokko ni afuufama;+ warri biyya Asoor+ keessatti balleeffamuu jala gaʼanii turanii fi warri biyya Gibxii+ keessa faffacaʼan dhufanii gaara qulqulluu Yerusaalem keessa jiru irratti Yihowaadhaaf ni sagadu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi