LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 59
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqni gaachanaa fi dahoo dha

        • ‘Gantootatti gara laafina hin argisiisin’ (5)

        • “Waaʼee jabina keetii nan faarfadha” (16)

Faarfannaa 59:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Kal., “manichaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 19:11

Faarfannaa 59:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 19:12; Fr 18:48; 71:4
  • +Fr 12:5; 91:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2008, ful. 14

Faarfannaa 59:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Warra dhiiga dheebotan.”

Faarfannaa 59:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 19:1; Fr 10:9; 71:10
  • +1Sa 24:11; 26:18; Fr 69:4

Faarfannaa 59:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:29
  • +Fak 2:22

Faarfannaa 59:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni dutu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 19:11
  • +Fr 22:16
  • +Fr 59:14

Faarfannaa 59:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maddu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 57:4; 64:3
  • +Fr 10:4, 11; 73:3, 11

Faarfannaa 59:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:12, 13
  • +Fr 33:10

Faarfannaa 59:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:9; 62:2
  • +Fr 27:1; 46:1

Faarfannaa 59:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 6:4
  • +Fr 54:7

Faarfannaa 59:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:1; Kes 33:29; Fr 3:3

Faarfannaa 59:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 64:8; Fak 12:13; 16:18

Faarfannaa 59:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:9
  • +1Sa 17:46; Fr 9:16; 83:17, 18

Faarfannaa 59:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “haa dutan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:6

Faarfannaa 59:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 109:2, 10

Faarfannaa 59:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 37:23; Fr 21:13; 145:10-12
  • +1Sa 17:37; Fr 61:3
  • +Fak 18:10

Faarfannaa 59:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:2
  • +Fr 59:10

Yaada Wal Simu

Far. 59:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 19:11
Far. 59:11Sa 19:12; Fr 18:48; 71:4
Far. 59:1Fr 12:5; 91:14
Far. 59:31Sa 19:1; Fr 10:9; 71:10
Far. 59:31Sa 24:11; 26:18; Fr 69:4
Far. 59:5Kes 33:29
Far. 59:5Fak 2:22
Far. 59:61Sa 19:11
Far. 59:6Fr 22:16
Far. 59:6Fr 59:14
Far. 59:7Fr 57:4; 64:3
Far. 59:7Fr 10:4, 11; 73:3, 11
Far. 59:8Fr 37:12, 13
Far. 59:8Fr 33:10
Far. 59:9Fr 9:9; 62:2
Far. 59:9Fr 27:1; 46:1
Far. 59:10Fr 6:4
Far. 59:10Fr 54:7
Far. 59:11Uma 15:1; Kes 33:29; Fr 3:3
Far. 59:12Fr 64:8; Fak 12:13; 16:18
Far. 59:13Fr 7:9
Far. 59:131Sa 17:46; Fr 9:16; 83:17, 18
Far. 59:14Fr 59:6
Far. 59:15Fr 109:2, 10
Far. 59:16Iyo 37:23; Fr 21:13; 145:10-12
Far. 59:161Sa 17:37; Fr 61:3
Far. 59:16Fak 18:10
Far. 59:17Isa 12:2
Far. 59:17Fr 59:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 59:1-17

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; “Badiisa hin Fidin.” Faarfannaa Daawit. Miktaam.* Yommuu Saaʼol Daawitiin ajjeesuuf namoota gara mana isaatti* ergetti.+

59 Yaa Waaqa koo, diinota koo jalaa na oolchi;+

Warra na irratti kaʼan irraa na eegi.+

 2 Warra gocha hamminaa raawwatan irraa na oolchi,

Jalʼoota* jalaas na baraari.

 3 Kunoo, isaan riphanii na* eeggatu;+

Namoonni ciccimoonis na haleelu,

Yaa Yihowaa, akkana kan godhan garuu, waanan fincileef yookiin waanan cubbuu hojjedheef miti.+

 4 Dogoggora kanan hin raawwanne taʼus, isaan natti fiigan, na haleeluufis ni qophaaʼan.

Yommuun si waammadhu kaʼi, wanta isaan godhanis ilaali.

 5 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, ati Waaqa Israaʼeli.+

Xiyyeeffannaa kee gara saboota hundumaatti gochuuf dammaqi.

Gantoota hamoo taʼan kamitti iyyuu gara laafina hin argisiisin.+ (Seelaa)

 6 Isaan galgala galgala ni deebiʼu;+

Akka sarootaatti ni gururiʼu;*+ suuta jedhaniis magaalattii keessa asii fi achi ni deemu.+

 7 Wanta afaan isaanii keessaa yaaʼu* ilaali;

Arrabni isaanii akka goraadee ti,+

Sababiin isaas isaan, “Eenyutu dhagaʼa?” jedhu.+

 8 Yaa Yihowaa, ati garuu isaanitti ni kolfita;+

Saboota hundumaattis ni qoosta.+

 9 Yaa Waaqayyo, ati iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* waan taateef,+

Yaa Jabina koo, ani sin eeggadha.+

10 Waaqni jaalala amanamaa natti argisiisu na gargaara;+

Waaqayyo miira injifannootiin gara diinota koo akkan ilaalu godha.+

11 Sabni koo akka hin irraanfannetti, isaan hin ajjeesin.

Humna keetiin asii fi achi akka jooran godhi;

Gaachana keenya kan taate yaa Yihowaa, isaan akka kufan godhi.+

12 Cubbuu afaan isaaniitii fi dubbii arraba isaaniitiin kan kaʼe,

Abaarsaa fi gowwoomsaa dubbataniin kan kaʼes,

Sababa of tuulummaa isaaniitiin kiyyoodhaan haa qabaman.+

13 Dheekkamsa keetiin isaan fixi;+

Lammata akka hin argamnettis isaan fixi;

Waaqayyo Yaaqoob gidduutti, hamma andaara lafaattis bulchaa kan jiru taʼuu isaa akka beekan godhi.+ (Seelaa)

14 Isaan galgala haa deebiʼan;

Akka sarootaatti haa gururiʼan,* suuta jedhaniis magaalattii keessa asii fi achi haa deeman.+

15 Wanta nyaatan barbaacha asii fi achi haa jooran;+

Akka isaan quufan yookiin bakka boqotan akka argatan hin godhin.

16 Ani garuu, waaʼee jabina keetii nan faarfadha;+

Ganamas waaʼee jaalala kee isa amanamaa gammachuudhaan nan dubbadha.

Sababiin isaas, ati iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu,+

Yeroo rakkina koottis iddoon itti baqadhu dha.+

17 Yaa Jabina koo, ani faarfannaa galataa siif nan faarfadha;*+

Waaqayyo iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu, Waaqa isa jaalala amanamaa natti argisiisu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi