LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 33
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Murtii fi abdii nama qajeelaadhaaf kenname (1-24)

        • Yihowaan Abbaa Murtii, Isa Seera Kennuu fi Mootii dha (22)

        • Namni tokko illee, “Na dhukkuba” hin jedhu (24)

Isaayyaas 33:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:13; Isa 10:5
  • +Isa 10:12; Nho 3:7

Isaayyaas 33:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jabina.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 123:2
  • +Fr 44:3; Isa 52:10
  • +Fr 46:1; Nho 1:7

Isaayyaas 33:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:6; 68:1; Isa 17:13

Isaayyaas 33:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:1
  • +Fak 19:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 22

Isaayyaas 33:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kun diina argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:19, 20

Isaayyaas 33:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “gogdeetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 37:24
  • +Nho 1:4

Isaayyaas 33:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:10

Isaayyaas 33:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 5:24

Isaayyaas 33:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:18

Isaayyaas 33:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:66, 67
  • +Kes 32:22; Nho 1:6; Ibr 12:29

Isaayyaas 33:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 18:17
  • +1Se 29:17
  • +Bau 23:8; Kes 16:19

Isaayyaas 33:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 19:5, 6; Fr 34:9, 10; Isa 65:13

Isaayyaas 33:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “xiinxalta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 15:19

Isaayyaas 33:19

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gad fagoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:49, 50; Isa 28:11; Er 5:15

Isaayyaas 33:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 12:5, 6
  • +Fr 125:1

Isaayyaas 33:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; Fr 50:6; 98:9
  • +Lew 26:3; Yaq 4:12
  • +Fr 44:4; 97:1; Mul 11:15, 17
  • +Isa 12:2; Sef 3:17

Isaayyaas 33:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 33:4

Isaayyaas 33:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:15; Mul 21:4; 22:1, 2
  • +Er 50:20; Mik 7:18, 19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

Yaada Wal Simu

Isa. 33:12Mo 18:13; Isa 10:5
Isa. 33:1Isa 10:12; Nho 3:7
Isa. 33:2Fr 123:2
Isa. 33:2Fr 44:3; Isa 52:10
Isa. 33:2Fr 46:1; Nho 1:7
Isa. 33:3Fr 46:6; 68:1; Isa 17:13
Isa. 33:6Fr 27:1
Isa. 33:6Fak 19:23
Isa. 33:82Mo 18:19, 20
Isa. 33:9Isa 37:24
Isa. 33:9Nho 1:4
Isa. 33:10Fr 46:10
Isa. 33:11Isa 5:24
Isa. 33:12Isa 9:18
Isa. 33:14Kes 28:66, 67
Isa. 33:14Kes 32:22; Nho 1:6; Ibr 12:29
Isa. 33:15His 18:17
Isa. 33:151Se 29:17
Isa. 33:15Bau 23:8; Kes 16:19
Isa. 33:161Mo 19:5, 6; Fr 34:9, 10; Isa 65:13
Isa. 33:182Mo 15:19
Isa. 33:19Kes 28:49, 50; Isa 28:11; Er 5:15
Isa. 33:20Kes 12:5, 6
Isa. 33:20Fr 125:1
Isa. 33:22Uma 18:25; Fr 50:6; 98:9
Isa. 33:22Lew 26:3; Yaq 4:12
Isa. 33:22Fr 44:4; 97:1; Mul 11:15, 17
Isa. 33:22Isa 12:2; Sef 3:17
Isa. 33:23Isa 33:4
Isa. 33:24Kes 7:15; Mul 21:4; 22:1, 2
Isa. 33:24Er 50:20; Mik 7:18, 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 33:1-24

Isaayyaas

33 Yaa isa badiisa geessistuu fi hamma yoonaatti hin balleeffamne nana,+

Yaa isa gantuu taatee fi hamma yoonaatti hin ganamne nana, siif wayyoo!

Ati badiisa geessisuu kee yommuu xumurtu, ni balleeffamta.+

Gantummaa raawwachuu kee yommuu xumurtus, ni ganamta.

 2 Yaa Yihowaa, gaarummaa nutti argisiisi.+

Nuti si abdanna.

Ati yeroo hundumaa ganama ganama irree*+ keenya,

Eeyyee, yeroo dhiphinaatti fayyisaa keenya nuuf taʼi.+

 3 Yeroo sagalee jeequmsaa dhagaʼanitti namoonni ni baqatu.

Yeroo ati kaatus saboonni ni bittinnaaʼu.+

 4 Akkuma yeroo awwaannisni hin quufne walitti qabamutti taʼu, boojuun kees walitti ni qabama;

Namoonnis akkuma tuuta awwaannisaatti isa ni saamu.

 5 Yihowaan ol ni qabama,

Inni ol gubbaa ni jiraata.

Haqaa fi qajeelummaadhaan Xiyooniin ni guuta.

 6 Inni tasgabbii siif ni kenna;

Fayyinni guddaan,+ ogummaan, beekumsii fi Yihowaa sodaachuun+

Qabeenya isaa ti.

 7 Kunoo, gootonni isaanii daandii irratti ni iyyu;

Ergamtoonni nagaas hirqinfatanii ni booʼu.

 8 Daandiiwwan guguddoon dhiifamaniiru;

Namni daandiiwwan irra deemu tokko illees hin jiru.

Inni* kakuu cabseera;

Magaalota dhiiseera;

Nama duʼuufis ulfina hin kennu.+

 9 Biyyattiin gadditeetti,* colligdeettis.

Libaanon salphatteetti;+ mancaateettis.

Shaaron akkuma gammoojjii taateetti,

Baashaanii fi Qarmeelosis baala isaanii harcaasaniiru.+

10 Yihowaan akkana jedha: “Amma nan kaʼa,

Amma ol of nan qaba;+

Amma ulfina ofiif nan kenna.

11 Isin marga gogaa ulfooftanii hoffaa ni deessu.

Hafuurumti keessan akka ibiddaatti isin ni guba.+

12 Namoonnis akkuma nooraa gubachaa jiruu ni taʼu.

Akkuma qoree murameettis ibiddaan ni gubamu.+

13 Isin warri fagoo jirtan, wantan gochuuf jedhu dhagaʼaa!

Warri dhihoo jirtanis, jabina koo amanaa fudhadhaa!

14 Cubbamoonni Xiyoon keessa jiran naasuudhaan qabamaniiru;+

Gantoonnis akkana jedhanii romʼaa jiru:

‘Nu keessaa bakka ibiddi gubu jiru jiraachuu kan dandaʼu eenyu?+

Labooba dhaamuu hin dandeenyee wajjin jiraachuu kan dandaʼu hoo eenyu?’

15 Namni yeroo hundumaa qajeelummaadhaan deddeebiʼu,+

Namni wanta qajeelaa dubbatu,+

Namni buʼaa sirrii hin taanee fi gowwoomsaadhaan argamu jibbu,

Namni mattaʼaa fudhachuu irraa harka isaa deebisu,+

Namni waaʼee dubbii dhiiga dhangalaasuu dubbatamu akka hin dhageenyeef gurra isaa qabatu,

Akkasumas wanta hamaa akka hin ilaalle ija isaa dunuunfatu,

16 Inni iddoowwan ol kaʼoo irra ni jiraata;

Dahoo qarsaa keessatti iddoo amansiisaa kooluu itti galu* ni qabaata,

Nyaata isaa ni argata,

Dhiheessiin bishaanii isaas matumaa hin dhaabbatu.”+

17 Ijji kee mootii simbo qabeessa taʼe ni ilaala;

Biyya fagoo jirus ni arga.

18 Garaa keettis waaʼee sodaa sanaa,

“Barreessaan sun eessa jira?

Inni gibira kaffale sun eessa jira?+

Inni masaraawwan lakkaaʼe sun hoo eessa jira?” jettee yaadda.*

19 Ati kana booda saba nama arrabsu,

Saba qooqa isaa hubachuuf baayʼee rakkisaa* taʼe,

Saba arrabni isaa giingaʼuu fi ati hubachuu hin dandeenye+ sana hin argitu.

20 Xiyoon ishii magaalaa ayyaanota keenyaa taate ilaali!+

Ijji kee Yerusaalem ishii bakka jireenyaa tasgabbii qabdu,

Ishii dunkaana hin sochoone taate sana ni ilaala.+

Qofoowwan dunkaanaa ishii matumaa hin buqqifaman,

Wadaroo ishii keessaa tokko illees hin citu.

21 Haa taʼu malee, achitti Yihowaan Inni Ulfina Qabeessa taʼe,

Naannoo lageenii fi boʼoowwan babalʼoo

Dooniiwwan batoo hedduu qaban irra hin deemne,

Dooniiwwan guguddoonis keessa hin darbine nuuf ni taʼa.

22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+

Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+

Yihowaan Mootii keenya dha;+

Kan nu oolchu isa dha.+

23 Wadaroon kee ni laafa;

Inni utubaa doonii qabee dhaabuus taʼe, sharaa diriirsuu hin dandaʼu.

Yeroo sanatti boojuu hedduun ni hihirama;

Namoonni naafa taʼan illee boojuu hedduu fudhatu.+

24 Jiraattota biyyattii keessaa tokko illee, “Na dhukkuba” hin jedhu.+

Namoonni achi jiraatanis balleessaan isaanii isaaniif ni dhiifama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi