LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan nama gargaarsa hin qabne ni gargaara

        • Namni hamaan, “Waaqayyo hin jiru” jedhee of tuula (4)

        • Namni gargaarsa hin qabne gara Yihowaatti garagala (14)

        • “Yihowaan baraa hamma bara baraatti Mootii dha” (16)

Faarfannaa 10:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 13:1; 22:1; Er 14:8

Faarfannaa 10:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:17
  • +Fr 7:14, 16; 37:7; Fak 5:22; 26:27

Faarfannaa 10:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fedhii lubbuu.”

  • *

    Ykn tarii, “Inni sassattuunis of ni eebbisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:9; Hos 12:8

Faarfannaa 10:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 14:1, 2; 53:1; Sef 1:12

Faarfannaa 10:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “of bokoksa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:35
  • +Isa 26:11; Hos 14:9

Faarfannaa 10:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin gatantaru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:16; Lal 8:11

Faarfannaa 10:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 3:14
  • +Fr 7:14; 12:2; 55:21

Faarfannaa 10:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:10, 11
  • +Fr 17:9, 11

Faarfannaa 10:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bosona.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:39, 40; Fr 17:12; 59:3
  • +Fr 140:5; Er 5:26

Faarfannaa 10:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qeensa isaa isa cimaa.”

Faarfannaa 10:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 8:11
  • +Fr 73:3, 11; 94:3, 7; His 8:12; 9:9

Faarfannaa 10:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:7
  • +Mik 5:9
  • +Fr 9:12; 35:10

Faarfannaa 10:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “warri jalaa duʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 9:26; 2Se 6:23
  • +1Ph 4:19
  • +Kes 10:17, 18; Fr 146:9; Ibr 13:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Gaaffii Dargaggootaa, Jildii 2, ful. 289

Faarfannaa 10:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:15

Faarfannaa 10:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:18; Fr 145:13; Er 10:10; Dan 4:34; 1Xi 1:17
  • +Fr 9:5; 44:2

Faarfannaa 10:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:18
  • +1Se 29:18, 19
  • +Fak 15:8; 1Ph 3:12

Faarfannaa 10:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:12
  • +Fr 72:4

Yaada Wal Simu

Far. 10:1Fr 13:1; 22:1; Er 14:8
Far. 10:2Bau 14:17
Far. 10:2Fr 7:14, 16; 37:7; Fak 5:22; 26:27
Far. 10:3Bau 15:9; Hos 12:8
Far. 10:4Fr 14:1, 2; 53:1; Sef 1:12
Far. 10:5Fr 37:35
Far. 10:5Isa 26:11; Hos 14:9
Far. 10:6Fak 14:16; Lal 8:11
Far. 10:7Rom 3:14
Far. 10:7Fr 7:14; 12:2; 55:21
Far. 10:8Fak 1:10, 11
Far. 10:8Fr 17:9, 11
Far. 10:9Iyo 38:39, 40; Fr 17:12; 59:3
Far. 10:9Fr 140:5; Er 5:26
Far. 10:11Lal 8:11
Far. 10:11Fr 73:3, 11; 94:3, 7; His 8:12; 9:9
Far. 10:12Fr 3:7
Far. 10:12Mik 5:9
Far. 10:12Fr 9:12; 35:10
Far. 10:142Mo 9:26; 2Se 6:23
Far. 10:141Ph 4:19
Far. 10:14Kes 10:17, 18; Fr 146:9; Ibr 13:6
Far. 10:15Iyo 38:15
Far. 10:16Bau 15:18; Fr 145:13; Er 10:10; Dan 4:34; 1Xi 1:17
Far. 10:16Fr 9:5; 44:2
Far. 10:17Fr 9:18
Far. 10:171Se 29:18, 19
Far. 10:17Fak 15:8; 1Ph 3:12
Far. 10:18Isa 51:12
Far. 10:18Fr 72:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 10:1-18

Faarfannaa

ל [Laamed]

10 Yaa Yihowaa, maaliif fagoo dhaabbatta?

Yeroo dhiphina keenyaatti maaliif dhokatta?+

 2 Inni hamaan of tuulummaadhaan isa gargaarsa hin qabne ni ariʼa,+

Taʼus inni maluma qopheesseen ni qabama.+

 3 Sababiin isaas, inni hamaan fedhii ofittummaa* isaatiin of jaja,+

Isa sassattuu taʼes ni eebbisa;*

נ [Nuun]

Inni Yihowaa tuffata.

 4 Namni hamaan of tuulummaa isaatiin kan kaʼe qorannaa hin godhu;

Yaada isaa guutuudhaan, “Waaqayyo hin jiru”+ jedha.

 5 Wanta godhu irratti milkaaʼina ni argata,+

Murtiiwwan kee garuu hubannaa isaatii oli dha;+

Inni diinota isaa hundumaatti qoosa.*

 6 Garaa isaatti, “Ani matumaa hin raafamu;*

Dhalootaa hamma dhalootaatti

Ani matumaa badiisa hin argu”+ jedhee yaada.

פ [Pee]

 7 Afaan isaa abaarsaan, sobaa fi doorsisaan kan guutame dha;+

Arraba isaa jalas rakkinaa fi miidhaatu jira.+

 8 Inni gandeen biratti riphee eeggata;

Iddoo dhokannaa isaa keessa taʼees nama balleessaa hin qabne ni ajjeesa.+

ע [Ayiin]

Ijji isaa isa nama gaddisiisu sana miidhuuf ilaallata.+

 9 Akkuma leenca holqa* isaa keessa jiruutti, iddoo dhokannaa isaa keessa taʼee eeggata.+

Inni isa gargaarsa hin qabne qabachuuf eeggata.

Isa gargaarsa hin qabne kiyyoo isaa keessa galchee qabata.+

10 Inni qabame ni caccaba, gadis ni buufama;

Warri nama gaddisiisanis harka isaa* keessa buʼu.

11 Garaa isaatti, “Waaqayyo irraanfateera.+

Fuula isaa garagalcheera.

Matumaas hin hubatu”+ jedha.

ק [Qoof]

12 Yaa Yihowaa, kaʼi.+ Yaa Waaqayyo, harka kee ol kaasi.+

Warra gargaarsa hin qabne hin irraanfatin.+

13 Namni hamaan Waaqayyoon kan tuffatu maaliifi?

Inni garaa isaatti, “Ati akkan itti gaafatamu hin gootu” jedha.

ר [Reesh]

14 Taʼus ati rakkinaa fi dhiphina ni argita.

Ilaaltees furmaata ni kennita.+

Inni nama gaddisiisu gara keetti garagala;+

Ati mucaa abbaa hin qabne* ni gargaarta.+

ש [Shiin]

15 Yommuu hammina isaa barbaaddutti

Sana booda akka isa hin arganneef,

Irree nama jalʼaa fi irree nama hamaa cabsi.+

16 Yihowaan baraa hamma bara baraatti Mootii dha.+

Saboonni lafa irraa badaniiru.+

ת [Taaw]

17 Yaa Yihowaa, ati garuu gaaffii garraamotaa ni dhageessa.+

Garaa isaanii ni cimsita,+ xiyyeeffannaas isaaniif ni kennita.+

18 Namni lafa irraa inni duʼu sana booda akka isaan hin sodaachisneef,+

Ati mucaa abbaa hin qabnee fi warra caccabaniif haqaan ni murteessita.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi