LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

      • Faayidaa ogummaa (1-22)

        • Akkuma qabeenya dhokfameetti ogummaa barbaadi (4)

        • Dandeettiin yaaduu eegumsa argamsiisa (11)

        • Addaggummaan badiisa fida (16-19)

Fakkeenya 2:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ajajawwan koos yoo kuufatte.”

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Kes 6:6, 8

Fakkeenya 2:2

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fak 1:5
  • +Ibr 5:14

Fakkeenya 2:3

Caqasoota Walfakkaatan

  • +1Mo 3:11, 12; Fak 9:10; 2Xi 2:7
  • +Flp 1:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 35

Fakkeenya 2:4

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fr 19:9, 10
  • +Iyo 28:15-18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 12

Fakkeenya 2:5

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Iyo 28:28; Fak 8:13; Er 32:40
  • +Er 9:24; 1Yo 5:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 12

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2021, ful. 14

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 3

Fakkeenya 2:6

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Bau 31:2, 3; 1Mo 4:29; 2Xi 3:16, 17; Yaq 3:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 35

Fakkeenya 2:7

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fr 41:12; Fak 28:18

Fakkeenya 2:8

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fr 97:10

Fakkeenya 2:9

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Lal 12:13; Mik 6:8; Mat 22:37-40

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2021, ful. 14

Fakkeenya 2:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fr 119:111
  • +HoE 17:11

Fakkeenya 2:11

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Lal 7:12

Fakkeenya 2:12

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fak 8:13

Fakkeenya 2:13

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Yoh 3:19

Fakkeenya 2:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “keessummaa.” Kun nama karaa amalaa Waaqayyo irraa fagaate kan argisiisu fakkaata.

  • *

    Ykn., “nama hawwatu.”

  • *

    Kal., “ormi.” Kun nama karaa amalaa Waaqayyo irraa fagaate kan argisiisu fakkaata.

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Uma 39:10-12; Fak 6:23, 24; 7:4, 5

Fakkeenya 2:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “abbaa manaa.”

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Uma 2:24; Fak 5:18

Fakkeenya 2:18

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fak 5:3, 5, 20, 23; 9:16-18; Efe 5:5

Fakkeenya 2:19

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gara ishiitti seenan.”

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Lal 7:26; Mul 22:15

Fakkeenya 2:20

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fak 13:20

Fakkeenya 2:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamummaa isaanii eeganis.”

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fr 37:11, 29

Fakkeenya 2:22

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fr 104:35; Fak 10:7; Mat 25:46
  • +Kes 28:45, 63

Yaada Walsimu

Fak. 2:1Kes 6:6, 8
Fak. 2:2Fak 1:5
Fak. 2:2Ibr 5:14
Fak. 2:31Mo 3:11, 12; Fak 9:10; 2Xi 2:7
Fak. 2:3Flp 1:9
Fak. 2:4Fr 19:9, 10
Fak. 2:4Iyo 28:15-18
Fak. 2:5Iyo 28:28; Fak 8:13; Er 32:40
Fak. 2:5Er 9:24; 1Yo 5:20
Fak. 2:6Bau 31:2, 3; 1Mo 4:29; 2Xi 3:16, 17; Yaq 3:17
Fak. 2:7Fr 41:12; Fak 28:18
Fak. 2:8Fr 97:10
Fak. 2:9Lal 12:13; Mik 6:8; Mat 22:37-40
Fak. 2:10Fr 119:111
Fak. 2:10HoE 17:11
Fak. 2:11Lal 7:12
Fak. 2:12Fak 8:13
Fak. 2:13Yoh 3:19
Fak. 2:16Uma 39:10-12; Fak 6:23, 24; 7:4, 5
Fak. 2:17Uma 2:24; Fak 5:18
Fak. 2:18Fak 5:3, 5, 20, 23; 9:16-18; Efe 5:5
Fak. 2:19Lal 7:26; Mul 22:15
Fak. 2:20Fak 13:20
Fak. 2:21Fr 37:11, 29
Fak. 2:22Fr 104:35; Fak 10:7; Mat 25:46
Fak. 2:22Kes 28:45, 63
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 2:1-22

Fakkeenya

2 Yaa ilma koo, dubbii koo yoo fudhatte,

Ajajawwan kootiifis iddoo guddaa yoo kennite,*+

 2 Gurri kee xiyyeeffannaadhaan ogummaa akka dhaggeeffatu yoo goote,+

Garaa kees gara hubannaatti+ yoo qabde,

 3 Kana malees, beekumsa gad fagoo yoo waammatte,+

Hubannaa+ argachuufis sagalee kee yoo ol kaaste,

 4 Akkuma meetiitti ishii barbaaduu kee yoo itti fufte,+

Akkuma qabeenya guddaa dhokfamee jiruttis ishii barbaaddachuu kee yoo itti fufte,+

 5 Yeroo sanatti, Yihowaa sodaachuu ni hubatta,+

Beekumsa Waaqayyoos ni argatta.+

 6 Sababiin isaas, Yihowaan ogummaa ni kenna;+

Beekumsii fi hubannaanis afaan isaa keessaa ni baʼu.

 7 Inni qajeelotaaf ogummaa ni kuusa;

Warra amanamummaadhaan deemaniifis gaachana dha.+

 8 Inni daandii haqaa ni hubata,

Daandii warra isaaf amanamoo taʼaniis ni eega.+

 9 Achiis wanta qajeelaa, haqaa fi sirrii taʼe,

Guutummaa daandii wanta gaarii taʼees+ ni hubatta.

10 Ogummaan yommuu garaa kee seenu,+

Beekumsis yommuu lubbuu* kee gammachiisu,+

11 Dandeettiin yaaduu si eega,+

Hubannaanis si golga,

12 Kunis, daandii hamaa irraa,

Nama wanta jalʼaa dubbatu irraa,+

13 Warra daandii dukkanaa irra deemuuf,+

Daandii qajeelaa dhiisan irraa,

14 Warra balleessaa raawwachuutti gammadan irraa,

Warra wantoota hamoo jalʼaa taʼanitti gammadan irraa,

15 Warra daandiin isaanii micciiramaa taʼe irraa,

Akkasumas warra guutummaan daandii isaanii jalʼaa taʼe irraa si eeguufi.

16 Inni dubartii addaggee* irraa,

Dubbii laafaa* dubartii baalageen* dubbattu irraas si eega;+

17 Ishiin michuu* dargaggummaa ishii ni dhiisti,+

Kakuu Waaqa ishiis ni irraanfatti;

18 Sababiin isaas, manni ishii gara duʼaatti gad ni lixa,

Daandiin ishiis gara warra duʼaan moʼamaniitti geessa.+

19 Warri ishii wajjin walitti dhufeenya qaban* hin deebiʼan,

Deebiʼaniis daandii jireenyaa hin argatan.+

20 Kanaafuu, daandii namoota gaggaarii hordofi,

Daandii qajeelinaas hin gadhiisin;+

21 Sababiin isaas, qajeelota qofatu lafa irra jiraata;

Warri balleessaa hin qabnes* ishii irratti ni hafu.+

22 Hamoonni garuu lafa irraa ni buqqifamu,+

Gantoonnis ishii irraa ni balleeffamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi