LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Yohaannis

      • Dubbichi foon taʼe (1-18)

      • Wanta Yohaannis Cuuphaan dhugaa baʼe (19-28)

      • Yesuus Hoolicha Waaqayyoo (29-34)

      • Barattoota Yesuus jalqabaa (35-42)

      • Filiphoosii fi Naatnaaʼel (43-51)

Yohaannis 1:1

Miidiyaa

  • Dubbichi jalqaba Waaqayyo bira ture, akkasumas waaqayyo ture (gnj 1 00:00–00:43)

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka Waaqayyoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 1:15; Mul 19:11, 13
  • +Fak 8:22, 30
  • +Isa 9:6; Yoh 1:18; Flp 2:5, 6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 160

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 12

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 202-203

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2009, ful. 20-21

Yohaannis 1:3

Miidiyaa

  • Waaqayyo wantoota kaan hunda uumuuf Dubbichatti fayyadame (gnj 1 00:44–01:00)
  • Jireenyii fi ifni karaa Dubbichaa uumame (gnj 1 01:01–02:11)

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:10

Yohaannis 1:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 8:12

Yohaannis 1:5

Miidiyaa

  • Dukkanni ifa hin moone (gnj 1 02:12–03:59)

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:19

Yohaannis 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:1; Luq 3:2

Yohaannis 1:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:11

Yohaannis 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:19, 20

Yohaannis 1:9

Miidiyaa

  • Ifni inni dhugaan gara addunyaa dhufuuf jedha ture (gnj 1 1:10:28–1:10:55)

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 4:16, 17; Yoh 3:19; 12:46; 1Yo 2:8

Yohaannis 1:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:14
  • +Uma 1:26; 1Qo 8:6; Qol 1:16; Ibr 1:2

Yohaannis 1:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:14, 16; 2Qo 6:18; Efe 1:5; 1Yo 3:1
  • +Gal 3:26

Yohaannis 1:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:3; 1Ph 1:23; 1Yo 3:9

Yohaannis 1:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 2:7; 1Xi 3:16; Ibr 2:14
  • +Yoh 3:16; 1Yo 4:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

Yohaannis 1:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 8:58

Yohaannis 1:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 31:18
  • +Rom 3:23, 24; Efe 1:5, 6
  • +Yoh 8:31, 32; 14:6; 18:37

Yohaannis 1:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bobaa Abbaa jala.” Kun iddoo addaa qabaachuu argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 33:17, 20; Yoh 6:46
  • +Yoh 1:1
  • +Fak 8:22, 30
  • +Mat 11:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2012, ful. 4

Yohaannis 1:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 3:15

Yohaannis 1:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mil 4:5
  • +Kes 18:15; Yoh 6:14, 15; 7:37, 40; HoE 3:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 30

Yohaannis 1:23

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:3
  • +Mat 3:1, 3; Mar 1:3; Luq 1:67, 76; 3:3, 4; 7:27, 28

Yohaannis 1:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:11

Yohaannis 1:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:1, 6

Yohaannis 1:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 8:32, 35; 1Ph 1:18, 19; Mul 5:6
  • +Yoh 6:51; 1Yo 2:1, 2; 4:14
  • +Isa 53:7, 11; 1Qo 15:3; Ibr 9:13, 14; 1Ph 2:24; 1Yo 3:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 6

Yohaannis 1:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 38

Yohaannis 1:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 19:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 38

Yohaannis 1:32

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “makoodiitti; andariitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:16; Mar 1:10; Luq 3:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 8

Yohaannis 1:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:16
  • +Mat 3:11; HoE 1:5; 2:1, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 34

Yohaannis 1:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:17

Yohaannis 1:35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2008, ful. 30

Yohaannis 1:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 5:12

Yohaannis 1:37

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 38

Yohaannis 1:39

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 38

Yohaannis 1:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 4:18

Yohaannis 1:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 9:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2086

Yohaannis 1:42

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:2; HoE 15:14
  • +Mat 16:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2014, ful. 3-4

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 210

Yohaannis 1:43

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:2, 3

Yohaannis 1:44

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 39

Yohaannis 1:45

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:2, 3; Luq 6:13, 14
  • +Mat 1:16; 13:55; Luq 2:4

Yohaannis 1:46

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2021, ful. 3

Yohaannis 1:47

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 2:24, 25

Yohaannis 1:49

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:11; Luq 1:31, 32; Yoh 12:13

Yohaannis 1:51

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 28:10, 12; Fr 104:4; Dan 7:13; Mat 4:11; Luq 22:43

Yaada Wal Simu

Yoh. 1:1Qol 1:15; Mul 19:11, 13
Yoh. 1:1Fak 8:22, 30
Yoh. 1:1Isa 9:6; Yoh 1:18; Flp 2:5, 6
Yoh. 1:3Yoh 1:10
Yoh. 1:4Yoh 8:12
Yoh. 1:5Yoh 3:19
Yoh. 1:6Mat 3:1; Luq 3:2
Yoh. 1:7Mat 3:11
Yoh. 1:8Yoh 1:19, 20
Yoh. 1:9Mat 4:16, 17; Yoh 3:19; 12:46; 1Yo 2:8
Yoh. 1:10Yoh 1:14
Yoh. 1:10Uma 1:26; 1Qo 8:6; Qol 1:16; Ibr 1:2
Yoh. 1:12Rom 8:14, 16; 2Qo 6:18; Efe 1:5; 1Yo 3:1
Yoh. 1:12Gal 3:26
Yoh. 1:13Yoh 3:3; 1Ph 1:23; 1Yo 3:9
Yoh. 1:14Flp 2:7; 1Xi 3:16; Ibr 2:14
Yoh. 1:14Yoh 3:16; 1Yo 4:9
Yoh. 1:15Yoh 8:58
Yoh. 1:17Bau 31:18
Yoh. 1:17Rom 3:23, 24; Efe 1:5, 6
Yoh. 1:17Yoh 8:31, 32; 14:6; 18:37
Yoh. 1:18Bau 33:17, 20; Yoh 6:46
Yoh. 1:18Yoh 1:1
Yoh. 1:18Fak 8:22, 30
Yoh. 1:18Mat 11:27
Yoh. 1:19Luq 3:15
Yoh. 1:21Mil 4:5
Yoh. 1:21Kes 18:15; Yoh 6:14, 15; 7:37, 40; HoE 3:22
Yoh. 1:23Isa 40:3
Yoh. 1:23Mat 3:1, 3; Mar 1:3; Luq 1:67, 76; 3:3, 4; 7:27, 28
Yoh. 1:27Mat 3:11
Yoh. 1:28Mat 3:1, 6
Yoh. 1:29HoE 8:32, 35; 1Ph 1:18, 19; Mul 5:6
Yoh. 1:29Yoh 6:51; 1Yo 2:1, 2; 4:14
Yoh. 1:29Isa 53:7, 11; 1Qo 15:3; Ibr 9:13, 14; 1Ph 2:24; 1Yo 3:5
Yoh. 1:30Yoh 1:15
Yoh. 1:31HoE 19:4
Yoh. 1:32Mat 3:16; Mar 1:10; Luq 3:22
Yoh. 1:33Mat 3:16
Yoh. 1:33Mat 3:11; HoE 1:5; 2:1, 4
Yoh. 1:34Mat 3:17
Yoh. 1:36Mul 5:12
Yoh. 1:40Mat 4:18
Yoh. 1:41Dan 9:25
Yoh. 1:42Mat 10:2; HoE 15:14
Yoh. 1:42Mat 16:18
Yoh. 1:43Mat 10:2, 3
Yoh. 1:45Mat 10:2, 3; Luq 6:13, 14
Yoh. 1:45Mat 1:16; 13:55; Luq 2:4
Yoh. 1:47Yoh 2:24, 25
Yoh. 1:49Mat 27:11; Luq 1:31, 32; Yoh 12:13
Yoh. 1:51Uma 28:10, 12; Fr 104:4; Dan 7:13; Mat 4:11; Luq 22:43
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Yohaannis 1:1-51

Wangeela Yohaannis

1 Jalqaba Dubbichatu+ ture; Dubbichi Waaqayyo bira ture;+ Dubbichi waaqayyo* ture.+ 2 Inni jalqaba Waaqayyo bira ture. 3 Wanti hundi karaa isaa taʼe;+ wanta taʼe keessaas isa malee wanti taʼe tokko illee hin jiru.

4 Wanti karaa isaa taʼe jireenya ture; jireenyi immoo ifa namootaa ture.+ 5 Ifni dukkana keessatti ifaa jira;+ taʼus dukkanni isa hin moone.

6 Yeroo sanatti namichi bakka buʼaa Waaqayyoo taʼee ergame tokko jira ture; maqaan isaa Yohaannis+ jedhama ture. 7 Namichi kun waaʼee ifa+ sanaa dhugaa baʼuudhaaf dhugaa baatuu taʼee dhufe; kunis kan taʼe akaakuun namootaa hundi karaa isaa akka amananiif ture. 8 Inni waaʼee ifa+ sanaa akka dhugaa baʼuuf ergame malee, ifa sana hin turre.

9 Ifni inni dhugaan akaakuu namootaa hundumaatiif ifa kennu gara addunyaa dhufuuf jedha ture.+ 10 Inni addunyaa keessa ture,+ addunyaanis karaa isaa argame;+ taʼus addunyaan isa hin beekne. 11 Inni gara biyya isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin simanne. 12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+ 13 Isaan Waaqayyo irraa dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.+

14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture. 15 (Yohaannis waaʼee isaa dhugaa baʼeera; eeyyee, sagalee isaa ol kaasee, “Inni kun isa ani waaʼee isaa, ‘Inni ana duubaan dhufu ana dura jiraachaa waan tureef,+ ana irra ni caala’ jedhe sana dha” jedheera.) 16 Sababiin isaas, inni gaarummaa guddaadhaan kan guutame waan taʼeef, hundi keenya gaarummaa guddaa irratti gaarummaa guddaa arganneerra. 17 Seerichi karaa Musee kenname;+ gaarummaa guddaanii+ fi dhugaan kun immoo karaa Yesuus Kiristoos dhufe.+ 18 Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru;+ ilma tokkicha isa waaqa taʼee+ fi Abbaa cinaa* jiru+ sanatu waaʼee isaa nuu ibse.+

19 Yeroo Yihudoonni, “Ati eenyu?”+ jedhanii akka isa gaafatan lubootaa fi Leewwota Yerusaalemii gara isaatti ergan wanti Yohaannis dhugaa baʼe kana ture. 20 Inni, “Ani Kiristoos miti” jedhee dhugaa isaa dubbate malee kana hin haalle. 21 Isaanis, “Maarree ati eenyu? Eeliyaasii?”+ jedhanii isa gaafatan. Innis, “Ani isa miti” jedhee deebise. Achiis, “Ati Raajichaa+ ree?” isaan jedhan. Innis, “Lakki!” jedhee deebise. 22 Kanaafuu isaan, “Maarree ati eenyu? Namoota nu erganiif deebii akka kenninuuf nutti himi. Waaʼee ofii keetii maal jetta?” isaan jedhan. 23 Innis, “Akkuma Isaayyaas raajichi dubbate, ani sagalee nama isa, ‘Daandii Yihowaa* wal qixxeessaa’+ jedhee lafa onaa keessaa iyyu sana dha”+ jedhe. 24 Namoota kana kan ergan Fariisota turan. 25 Kanaafuu isaan, “Ati Kiristoos yookiin Eeliyaas yookiin Raajicha miti taanaan, maaliif cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan. 26 Yohaannisis akkana jedhee isaaniif deebise: “Ani bishaaniinan cuupha. Inni isin isa hin beekne tokko garuu isin gidduu dhaabbateera; 27 inni ana booda dhufaa jira; ani hidhaa kophee isaa illee hiikuuf gaʼumsa hin qabu.”+ 28 Wantoonni kun kan taʼan Yordaanos gama, jechuunis bakka Yohaannis itti cuuphaa ture+ irraa gamatti, Bitaaniyaa keessatti ture.

29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+ 30 Kun isa ani waaʼee isaa, ‘Namni na caalu tokko ana duubaan ni dhufa; inni ana dura jiraachaa ture’ jedhe sana dha.+ 31 Anumti iyyuu isa hin beekun ture; ani bishaaniin cuuphaa kanan dhufe garuu, inni Israaʼelitti akka mulʼatuufi.”+ 32 Yohaannis akkana jedhees dhugaa baʼeera: “Ani, hafuurri akka gugeetti* samii irraa yommuu gad buʼu argeera; innis isa irra ni buufate.+ 33 Anumti iyyuu isa hin beekun ture; inni bishaaniin akkan cuuphu na erge sun garuu, ‘Hafuurri gad buʼee yommuu isa irra buufatu+ inni argitu, isa hafuura qulqulluutiin cuuphu+ sana dha’ naan jedhe. 34 Ani kana argeera; inni Ilma Waaqayyoo taʼuu isaas+ dhugaa baʼeera.”

35 Ammas guyyaa itti aanutti, Yohaannis barattoota isaa lamaanii wajjin yommuu dhaabbatee turetti, 36 Yesuus utuu deemuu argee, “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo!” jedhe. 37 Barattoonni isaa lamaanis yommuu kana dhagaʼan Yesuus duukaa buʼan. 38 Achiis Yesuus garagalee isa duukaa buʼaa akka jiran yommuu argu, “Maal barbaaddu?” isaaniin jedhe. Isaanis, “Rabbii (hiikni isaa, “Barsiisaa” jechuu dha) eessa jiraatta?” isaan jedhan. 39 Innis, “Kottaa ilaalaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, isaan deemanii bakka inni jiraatu ilaalan; guyyaa sanas isaa wajjin oolan; yeroon isaa gara saʼaatii kudhanii ture. 40 Namoota lamaan wanta Yohaannis dubbate dhagaʼanii Yesuus duukaa buʼan keessaa tokko, Indiriyaas+ obboleessa Simoon Pheexiros ture. 41 Inni jalqaba obboleessa isaa Simooniin argatee, “Masiihicha+ arganneerra” isaan jedhe; (“Masiihii” jechuun hiikni isaa, “Kiristoos” jechuu dha) 42 achiis gara Yesuusitti isa geesse. Yesuus yommuu isa argu, “Ati Simoon+ ilma Yohaannisi; ati Keefaas jedhamtee ni waamamta” (“Keefaas” jechuun, “Pheexiros” jechuu dha) isaan jedhe.+

43 Yesuus, guyyaa itti aanutti gara Galiilaa dhaquu barbaade. Achiis Filiphoosiin+ argatee, “Duuka buutuu koo taʼi” isaan jedhe. 44 Filiphoos akkuma Indiriyaasii fi Pheexiros, nama magaalaa Beetasaayidaa ture. 45 Filiphoos Naatnaaʼeliin+ argatee, “Yesuus ilma Yoseef+ isa biyya Naazireet, isa Museen Seericha keessatti waaʼee isaa barreessee fi Raajonni waaʼee isaa barreessan arganneerra” isaan jedhe. 46 Naatnaaʼel garuu, “Wanti gaariin Naazireet keessaa baʼuu dandaʼaa?” jedhe. Filiphoosis, “Kottuu ilaali” isaan jedhe. 47 Yesuus utuu Naatnaaʼel gara isaa dhufuu argee waaʼee isaa, “Ilaa, nama Israaʼel isa dhugaa, isa haxxummaan keessa hin jirre”+ jedhe. 48 Yeroo kanatti Naatnaaʼel, “Akkamitti na beekte?” isaan jedhe. Yesuusis, “Filiphoos si waamuu isaa dura, utuu ati muka harbuu jala jirtuun si arge” jedhee isaaf deebise. 49 Naatnaaʼelis deebisee, “Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaʼeli”+ jedhe. 50 Yesuusis, “Muka harbuu jalatti akkan si arge waanan sitti himeef amantee? Wantoota kana caalan ni argita” jedhee isaaf deebise. 51 Achiis, “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, samiin banamee maleekonni Waaqayyoo gara Ilma namaatti yommuu ol baʼanii fi gad buʼan+ ni argitu” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi