LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Yohaannis

      • Gara Abbaatti dhihaachuun kan dandaʼamu karaa Yesuus qofa dha (1-14)

        • “Karaan, dhugaanii fi jireenyi ana” (6)

      • Yesuus hafuura qulqulluu akka ergu waadaa gale (15-31)

        • “Abbaan na caala” (28)

Yohaannis 14:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:27
  • +Mar 11:22; 1Ph 1:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2021, ful. 20

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2019, ful. 27-28

Yohaannis 14:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:32; 1Ph 1:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 40-41

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2010, ful. 18

    8/15/2009, ful. 11

    4/15/2008, ful. 32

Yohaannis 14:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:24; Rom 8:17; Flp 1:23; 1Ta 4:16, 17

Yohaannis 14:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 11:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 274

Yohaannis 14:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:9; Efe 2:18; Ibr 10:19, 20
  • +Yoh 1:17; Efe 4:21
  • +Yoh 1:4; 6:63; 17:3; Rom 6:23
  • +HoE 4:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 17-25

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 17

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Yesuus—Karaa, ful. 7, 274

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 4

    5/15/2009, ful. 31-32

Yohaannis 14:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:27; Yoh 1:18

Yohaannis 14:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 274

Yohaannis 14:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 12:45; Qol 1:15; Ibr 1:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 20-21

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 83

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 25

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 17

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2015, ful. 5

    Yesuus—Karaa, ful. 274

Yohaannis 14:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:38; 17:21
  • +Yoh 7:16; 8:28; 12:49

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 274

Yohaannis 14:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:36

Yohaannis 14:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:32, 33
  • +Mat 21:21; HoE 1:8; 2:41

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 103-104

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2019, ful. 5

    Yesuus—Karaa, ful. 274-275

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2011, ful. 32

Yohaannis 14:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:16; 16:23

Yohaannis 14:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 275

Yohaannis 14:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:34; 15:10; Yaq 1:22

Yohaannis 14:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kan isin jajjabeessu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:49; Yoh 15:26; 16:7; HoE 1:5; 2:1, 4; Rom 8:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 275

Yohaannis 14:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:19, 20; Yoh 16:13; 1Qo 2:12; 1Yo 2:27
  • +1Qo 2:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 275

Yohaannis 14:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka ijoollee warri irraa duʼaniitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:20

Yohaannis 14:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 10:40, 41

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 275

Yohaannis 14:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:38; 17:21

Yohaannis 14:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 28

Yohaannis 14:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 6:13, 16; HoE 1:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 275

Yohaannis 14:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:10
  • +1Yo 2:24; Mul 3:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 17

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 222

Yohaannis 14:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:19; 7:16; 12:49

Yohaannis 14:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:49; Yoh 15:26; 16:13; 1Yo 2:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2017, ful. 13

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2017, ful. 15

    Yesuus—Karaa, ful. 311

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2011, ful. 14-15

    1/1/2011, ful. 13-14

    7/15/2010, ful. 20-21

    4/15/2008, ful. 32

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 18-20

Yohaannis 14:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 16:33; Efe 2:14; Flp 4:6, 7; Qol 3:15; 2Ta 3:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 29

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 20-21

    Yesuus—Karaa, ful. 275

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2009, ful. 9

Yohaannis 14:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 20:17; 1Qo 11:3; 15:28; Flp 2:5, 6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 70

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

Yohaannis 14:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:19; 16:4

Yohaannis 14:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 12:31; 16:11
  • +Yoh 16:33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 275

Yohaannis 14:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 10:18; 12:49; 15:10; Flp 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 151-152, 160-161

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 17

Yaada Wal Simu

Yoh. 14:1Yoh 14:27
Yoh. 14:1Mar 11:22; 1Ph 1:21
Yoh. 14:2Luq 12:32; 1Ph 1:3, 4
Yoh. 14:3Yoh 17:24; Rom 8:17; Flp 1:23; 1Ta 4:16, 17
Yoh. 14:5Yoh 11:16
Yoh. 14:6Yoh 10:9; Efe 2:18; Ibr 10:19, 20
Yoh. 14:6Yoh 1:17; Efe 4:21
Yoh. 14:6Yoh 1:4; 6:63; 17:3; Rom 6:23
Yoh. 14:6HoE 4:12
Yoh. 14:7Mat 11:27; Yoh 1:18
Yoh. 14:9Yoh 12:45; Qol 1:15; Ibr 1:3
Yoh. 14:10Yoh 10:38; 17:21
Yoh. 14:10Yoh 7:16; 8:28; 12:49
Yoh. 14:11Yoh 5:36
Yoh. 14:12HoE 2:32, 33
Yoh. 14:12Mat 21:21; HoE 1:8; 2:41
Yoh. 14:13Yoh 15:16; 16:23
Yoh. 14:15Yoh 13:34; 15:10; Yaq 1:22
Yoh. 14:16Luq 24:49; Yoh 15:26; 16:7; HoE 1:5; 2:1, 4; Rom 8:26
Yoh. 14:17Mat 10:19, 20; Yoh 16:13; 1Qo 2:12; 1Yo 2:27
Yoh. 14:171Qo 2:14
Yoh. 14:18Mat 28:20
Yoh. 14:19HoE 10:40, 41
Yoh. 14:20Yoh 10:38; 17:21
Yoh. 14:22Luq 6:13, 16; HoE 1:13
Yoh. 14:23Yoh 15:10
Yoh. 14:231Yo 2:24; Mul 3:20
Yoh. 14:24Yoh 5:19; 7:16; 12:49
Yoh. 14:26Luq 24:49; Yoh 15:26; 16:13; 1Yo 2:27
Yoh. 14:27Yoh 16:33; Efe 2:14; Flp 4:6, 7; Qol 3:15; 2Ta 3:16
Yoh. 14:28Yoh 20:17; 1Qo 11:3; 15:28; Flp 2:5, 6
Yoh. 14:29Yoh 13:19; 16:4
Yoh. 14:30Yoh 12:31; 16:11
Yoh. 14:30Yoh 16:33
Yoh. 14:31Yoh 10:18; 12:49; 15:10; Flp 2:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Yohaannis 14:1-31

Wangeela Yohaannis

14 Yesuus itti dabalee akkana jedhe: “Garaan keessan hin raafamin.+ Waaqayyotti amanaa,+ anattis amanaa. 2 Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taʼuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.+ 3 Dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis iddoo ani jiru akka jiraattaniif deebiʼee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.+ 4 Karaa iddoo ani dhaqutti geessu beektu.”

5 Toomaasis,+ “Yaa Gooftaa, ati eessa akka dhaqxu hin beeknu. Karaa isaa akkamitti beekuu dandeenya ree?” isaan jedhe.

6 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Karaan,+ dhugaanii+ fi jireenyi+ ana. Karaa koo yoo taʼe malee, eenyu iyyuu gara Abbaa dhufuu hin dandaʼu.+ 7 Utuu na beektaniittu taʼee, Abbaa koos ni beektu turtan; ammaa jalqabee isa beektu; akkasumas isa argitaniittu.”+

8 Filiphoosis, “Yaa Gooftaa, Abbaa nutti argisiisi; kunumti nu gaʼa” isaan jedhe.

9 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Yaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin na hin beeknee? Namni ana arge hundi Abbaas argeera.+ Maarree ati akkamitti, ‘Abbaa nutti argisiisi’ jetta? 10 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu hin amantuu?+ Ani wantootan isinitti dubbadhe ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne;+ kanaa mannaa, Abbaa isa naa wajjin tokkummaa qabutu hojii isaa hojjechaa jira. 11 Ani Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabuu fi Abbaanis anaa wajjin tokkummaa akka qabu na amanaa; taʼuu baannaan, hojiiwwan ani hojjedheen kan kaʼe amanaa.+ 12 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni anatti amanu hundi hojii ani hojjedhus ni hojjeta; ani gara Abbaa waanan dhaquuf,+ inni hojii kana irra caalu ni hojjeta.+ 13 Kana malees, Abbaan karaa Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu ani isiniif nan raawwadha.+ 14 Wanta akkamii iyyuu maqaa kootiin yoo kadhattan ani nan raawwadha.

15 “Isin yoo na jaallattan ajajawwan koo ni eegdu.+ 16 Ani Abbaa nan kadhadha, innis bara baraaf akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa* kan biraa isiniif ni kenna;+ 17 inni hafuura dhugaa ti;+ addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef fudhachuu hin dandaʼu.+ Taʼus inni isinii wajjin waan jiraatuu fi isin keessa waan jiruuf isin isa ni beektu. 18 Ani kophaatti* isin dhiisee hin deemu. Gara keessan nan dhufa.+ 19 Yeroo gabaabaa booda addunyaan na hin argu; isin garuu ani waanan jiraadhuu fi isinis waan jiraattaniif na argitu.+ 20 Guyyaa sanatti ani Abbaa koo wajjin tokkummaa akkan qabu, isin anaa wajjin tokkummaa akka qabdanii fi anis isinii wajjin tokkummaa akkan qabu ni beektu.+ 21 Namni ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu hunda Abbaan koo ni jaallata, anis isa nan jaalladha; isattis ifatti of nan mulʼisa.”

22 Yihudaa+ Asqoroticha utuu hin taʼin Yihudaa inni kan biraan, “Yaa Gooftaa, ati addunyaatti utuu hin taʼin nutti ifatti of mulʼisuu kan yaadde maaliifi?” isaan jedhe.

23 Yesuusis akkana jedhee deebise: “Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega;+ Abbaan koos isa jaallata, nutis gara isaa dhufnee bakka jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.+ 24 Namni na hin jaallanne hundi, dubbii koo hin eegu. Dubbiin isin dhagaʼaa jirtan kan Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan koo miti.+

25 “Ani amma utuman isinii wajjin jiruu, wantoota kana isinitti himeera. 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+ 27 Ani nagaa isin biratti nan dhiisa; nagaa koo isiniif nan kenna.+ Nagaa koo kanan isiniif kennu akka addunyaan kennutti miti. Garaan keessan akka raafamus taʼe sodaadhaan akka guutamu hin godhinaa. 28 ‘Ani nan deema, deebiʼees gara keessan nan dhufa’ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taʼee, gara Abbaa dhaquu kootti ni gammaddu turtan; sababiin isaas, Abbaan na caala.+ 29 Kanaafuu, wanti kun yommuu raawwatamu akka amantaniif, ani amma wanti kun raawwatamuu isaa dura isinitti himeera.+ 30 Bulchaan addunyaa kanaa+ dhufaa waan jiruuf, ani kana caalaa isinii wajjin hin dubbadhu; inni dhiibbaa ana irratti gochuu hin dandaʼu.+ 31 Haa taʼu malee, ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf, akkuma Abbaan na ajajettan hojjechaa jira.+ Kaʼaa, asii haa deemnu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi