LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

      • Akeekkachiisa wabii taʼuu ilaalchisee kenname (1-5)

      • “Yaa dhibaaʼaa nana, gara goondaa dhaqi” (6-11)

      • Nama hamaa gatii hin qabne (12-15)

      • Wantoota Yihowaan jibbu torba (16-19)

      • Dubartii amala gaarii hin taane qabdu irraa of eegi (20-35)

Fakkeenya 6:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qabsiisa.”

  • *

    Jechuunis, kakachuudhaan.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:18
  • +Fak 11:15; 20:16

Fakkeenya 6:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:7

Fakkeenya 6:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 31

Fakkeenya 6:6

Miiljaleewwan

  • *

    Goondaan gosa mixii ti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:26; 26:13-15

Fakkeenya 6:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 30:24, 25

Fakkeenya 6:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:13; 24:33, 34; Lal 4:5

Fakkeenya 6:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:4; 20:4; 24:30-34

Fakkeenya 6:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:27; Yaq 3:6

Fakkeenya 6:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:10; 16:30

Fakkeenya 6:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:1, 4; Isa 32:7; Mik 2:1
  • +Fak 16:28; Rom 16:17

Fakkeenya 6:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:12, 18

Fakkeenya 6:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun isaa.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 114

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 53

Fakkeenya 6:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 101:5; Fak 8:13; 16:5
  • +Fak 12:22; Mul 21:8
  • +Uma 4:8, 10; Lak 35:31; Kes 27:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 53

Fakkeenya 6:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:20; Zak 8:17; Mil 2:16

Fakkeenya 6:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:1
  • +Lew 19:16; Gal 5:20, 21; Yaq 3:14, 15

Fakkeenya 6:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Seera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 21:18, 21; Efe 6:1

Fakkeenya 6:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “si barsiisa.”

Fakkeenya 6:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:105
  • +Isa 51:4
  • +Fak 4:13; Ibr 12:11

Fakkeenya 6:24

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ormaa.” Fak 2:16 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:26
  • +Fak 5:3; 7:4, 5

Fakkeenya 6:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:28; Yaq 1:14, 15

Fakkeenya 6:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Daabboo bixxillee tokkotti hafa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 29:3; Luq 15:16, 30

Fakkeenya 6:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 6:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2010, ful. 15

Fakkeenya 6:28

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mukukkula.”

Fakkeenya 6:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 11:4; 12:10, 11; Fak 6:32-35; Ibr 13:4

Fakkeenya 6:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaa quubsuuf.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2010, ful. 30

Fakkeenya 6:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 22:1, 4

Fakkeenya 6:32

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

  • *

    Ykn., “lubbuu isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 2:18, 19; 5:20, 23; Mil 3:5; 1Qo 6:9, 10; Ibr 13:4

Fakkeenya 6:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:8, 9
  • +1Mo 15:5; 1Se 5:1; Mat 1:6

Fakkeenya 6:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 39:19, 20

Fakkeenya 6:35

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “furii.”

Yaada Wal Simu

Fak. 6:1Fak 17:18
Fak. 6:1Fak 11:15; 20:16
Fak. 6:2Fak 18:7
Fak. 6:3Mat 5:25
Fak. 6:6Fak 10:26; 26:13-15
Fak. 6:8Fak 30:24, 25
Fak. 6:10Fak 20:13; 24:33, 34; Lal 4:5
Fak. 6:11Fak 13:4; 20:4; 24:30-34
Fak. 6:12Fak 16:27; Yaq 3:6
Fak. 6:13Fak 10:10; 16:30
Fak. 6:14Fr 36:1, 4; Isa 32:7; Mik 2:1
Fak. 6:14Fak 16:28; Rom 16:17
Fak. 6:15Fr 73:12, 18
Fak. 6:17Fr 101:5; Fak 8:13; 16:5
Fak. 6:17Fak 12:22; Mul 21:8
Fak. 6:17Uma 4:8, 10; Lak 35:31; Kes 27:25
Fak. 6:18Fak 11:20; Zak 8:17; Mil 2:16
Fak. 6:19Bau 23:1
Fak. 6:19Lew 19:16; Gal 5:20, 21; Yaq 3:14, 15
Fak. 6:20Kes 21:18, 21; Efe 6:1
Fak. 6:23Fr 119:105
Fak. 6:23Isa 51:4
Fak. 6:23Fak 4:13; Ibr 12:11
Fak. 6:24Lal 7:26
Fak. 6:24Fak 5:3; 7:4, 5
Fak. 6:25Mat 5:28; Yaq 1:14, 15
Fak. 6:26Fak 29:3; Luq 15:16, 30
Fak. 6:27Gal 6:7
Fak. 6:292Sa 11:4; 12:10, 11; Fak 6:32-35; Ibr 13:4
Fak. 6:31Bau 22:1, 4
Fak. 6:32Fak 2:18, 19; 5:20, 23; Mil 3:5; 1Qo 6:9, 10; Ibr 13:4
Fak. 6:33Fak 5:8, 9
Fak. 6:331Mo 15:5; 1Se 5:1; Mat 1:6
Fak. 6:34Uma 39:19, 20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 6:1-35

Fakkeenya

6 Yaa ilma koo, ollaa keetiif wabii* yoo taate,+

Nama ormaas yoo harka rukutte,*+

 2 Waadaa galteen kiyyoo keessa yoo seente,

Dubbii afaan keetiitiinis yoo qabamte,+

 3 Yaa ilma koo, harka ollaa keetii keessatti waan kufteef,

Akkana godhiitii bilisa of baasi:

Dhaqi, gad of qabiitii hatattamaan ollaa kee kadhadhu.+

 4 Ijji kee akka rafu,

Qolli ija keetiis akka mugu hin godhin.

 5 Akkuma borofaatti harka adamsituu jalaa,

Akkuma simbirroottis harka isa simbira qabatu jalaa bilisa of baasi.

 6 Yaa dhibaaʼaa+ nana, gara goondaa* dhaqi;

Daandiiwwan ishii ilaali, ogeessas taʼi.

 7 Ajajaa, geggeessaa yookiin bulchaa kan hin qabne taatus,

 8 Yeroo bonaatti nyaata ishii qopheeffatti,+

Yeroo makaraattis soorata ishii walitti qabatti.

 9 Yaa dhibaaʼaa nana, hamma yoomiitti achi ciista?

Hirriba kee irraa hoo yoom dammaqxa?

10 Xinnuman ciisa, xinnuman muga,

Boqochuufis xinnuman harka maradhee taaʼa yoo jette,+

11 Hiyyummaan akkuma saamtuutti,

Deegnis akkuma nama meeshaa waraanaa hidhatetti sitti dhufa.+

12 Namni gatii hin qabnee fi hamaa taʼe, dubbii jalʼaa dubbachaa asii fi achi deema;+

13 Inni ija isaatiin dubbata,+ miila isaatiin mallattoo argisiisa, quba isaas namatti qaba.

14 Garaa jalʼaadhaan,

Yeroo hundumaa hammina yaada,+ wal morkiis ni babalʼisa.+

15 Kanaan kan kaʼes, akkuma tasaa balaan isa irra gaʼa;

Yeruma sana ni caba; fayyuus hin dandaʼu.+

16 Wantoonni Yihowaan jibbu jaʼa jiru;

Eeyyee, inni* wantoota torba ni balfa:

17 Ija of tuulu,+ arraba sobuu+ fi harka dhiiga qulqulluu dhangalaasu,+

18 Garaa karoora hamaa yaaduu+ fi miila hamminatti fiigu,

19 Ragaa baatuu sobaa yeroo dubbatu hundumaatti sobu,+

Akkasumas nama obbolaa gidduutti wal morkii facaasu+ hundumaa.

20 Yaa ilma koo, ajaja abbaa keetii eegi,

Barumsa* haadha teetiis hin dhiisin.+

21 Yeroo hundumaa garaa kee keessatti isaan qabadhu;

Morma keettis isaan hidhadhu.

22 Yommuu deemtu si qajeelcha;

Yommuu ciistu dhaabbatee si eega;

Yommuu dammaqxus sitti dubbata.*

23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+

Seerichis ifa dha,+

Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+

24 Isaan dubartii amala gaarii hin taane qabdu irraa,+

Arraba gowwoomsaa dubartii baalagee* irraas si eegu.+

25 Garaa keetti miidhagina ishii hin hawwin+

Yookiin ija ishii isa nama sossobuun hin boojiʼamin,

26 Sababiin isaas, namni tokko dubartii sagaagaltuu irraa kan kaʼe hiyyummaadhaaf saaxilama,*+

Haati manaa nama kan biraa garuu, lubbuun isaa inni gatii guddaa qabu kiyyootti akka galu gooti.

27 Namni ibidda qoma isaatti baatee uffanni isaa hin gubanne jiraa?+

28 Yookiin namni barbadaa* irra deemee miilli isaa hin gubanne jiraa?

29 Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin saalqunnamtii raawwatus akkanuma ni taʼa;

Namni ishii tuqee utuu hin adabamin hafu hin jiru.+

30 Hattuun tokko yeroo beelaʼutti nyaachuuf* jedhee yoo hate,

Namoonni isa hin tuffatan.

31 Yommuu qabamu garuu, dachaa torba godhee ni deebisa;

Miʼawwan mana isaa warra gatii guddaa qaban hundumaas ni kenna.+

32 Namni dubartii wajjin ejja raawwatu kam iyyuu hubannaa* hin qabu;

Namni akkana godhu of* irratti badiisa fida.+

33 Madaa fi qaaniitu isa irra gaʼa,+

Salphinni isaas isa irraa hin haqamu.+

34 Hinaaffaan abbaan manaa aaree akka gubatu godha;

Innis yeroo haaloo baʼu gara laafina hin argisiisu.+

35 Inni kiisii* hin fudhatu;

Ati kennaa guddaa akkamii illee yoo isaaf kennite inni hin tasgabbaaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi