LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 34
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan tajaajiltoota isaa ni oolcha

        • “Maqaa isaa waliin ol haa qabnu” (3)

        • Maleekaan Yihowaa eegumsa godha (7)

        • “Yihowaan gaarii taʼuu isaa dhandhamaa ilaalaa” (8)

        • ‘Lafee isaa keessaa tokko illee hin cabne’ (20)

Faarfannaa 34:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 21:12, 13

Faarfannaa 34:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 23-24

Faarfannaa 34:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 9:24; 1Qo 1:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 24-25

Faarfannaa 34:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 25

Faarfannaa 34:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 5:7
  • +Fr 18:48

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 25-26

Faarfannaa 34:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 25-26

Faarfannaa 34:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 25-26

Faarfannaa 34:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 6:17; Fr 91:11; Mat 18:10; Ibr 1:7, 14
  • +2Mo 19:35; Dan 6:22; HoE 5:18, 19; 12:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2022, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 26

Faarfannaa 34:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 2:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu,

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2022, ful. 6-7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2021, ful. 26-31

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 26-27

    Gaaffii Dargaggootaa, Jildii 2, ful. 295-296

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 27-28

Faarfannaa 34:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:1; Flp 4:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 27-28

Faarfannaa 34:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:6; 84:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2022, ful. 2-7

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 28

Faarfannaa 34:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 28:28; Fak 1:7; 8:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 29

    8/1/2006, ful. 31

Faarfannaa 34:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:1, 2; 30:19, 20; 1Ph 3:10-12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 29

Faarfannaa 34:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:19; 15:4; 1Ph 2:1
  • +Yaq 1:26; 3:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 36

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 29-30

Faarfannaa 34:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:27; 97:10; Amo 5:15; Rom 12:9
  • +Mat 5:9; Ibr 12:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 30

Faarfannaa 34:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 36:7; Fr 33:18
  • +Fr 18:6; Isa 59:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2008, ful. 12-16

    3/1/2007, ful. 30-31

Faarfannaa 34:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:10; Fak 10:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 31

Faarfannaa 34:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 145:18, 19
  • +2Se 32:22; HoE 12:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 30-31

Faarfannaa 34:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaddetti.”

  • *

    Kal., “abdii kutatanis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 147:3; Isa 61:1
  • +Fr 51:17; Isa 57:15; 66:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 307-308

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 38

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2011, ful. 12

    3/1/2007, ful. 31

Faarfannaa 34:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 24:16; 2Xi 3:12
  • +Dan 6:21, 22; 1Qo 10:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2023, ful. 14-15

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 34

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 31

Faarfannaa 34:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 19:36

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Yesuus—Karaa, ful. 302-303

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2013, ful. 21

    8/15/2011, ful. 16

    3/1/2007, ful. 21, 31-32

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 15

Faarfannaa 34:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 32

Faarfannaa 34:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 84:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2017, ful. 8-12

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2007, ful. 32

Yaada Wal Simu

Far. 34:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 21:12, 13
Far. 34:2Er 9:24; 1Qo 1:31
Far. 34:3Fr 35:27
Far. 34:4Ibr 5:7
Far. 34:4Fr 18:48
Far. 34:62Sa 22:1
Far. 34:72Mo 6:17; Fr 91:11; Mat 18:10; Ibr 1:7, 14
Far. 34:72Mo 19:35; Dan 6:22; HoE 5:18, 19; 12:11
Far. 34:81Ph 2:3
Far. 34:9Fr 23:1; Flp 4:19
Far. 34:10Fr 23:6; 84:11
Far. 34:11Iyo 28:28; Fak 1:7; 8:13
Far. 34:12Kes 6:1, 2; 30:19, 20; 1Ph 3:10-12
Far. 34:13Fak 12:19; 15:4; 1Ph 2:1
Far. 34:13Yaq 1:26; 3:8
Far. 34:14Fr 37:27; 97:10; Amo 5:15; Rom 12:9
Far. 34:14Mat 5:9; Ibr 12:14
Far. 34:15Iyo 36:7; Fr 33:18
Far. 34:15Fr 18:6; Isa 59:1
Far. 34:16Fr 37:10; Fak 10:7
Far. 34:17Fr 145:18, 19
Far. 34:172Se 32:22; HoE 12:11
Far. 34:18Fr 147:3; Isa 61:1
Far. 34:18Fr 51:17; Isa 57:15; 66:2
Far. 34:19Fak 24:16; 2Xi 3:12
Far. 34:19Dan 6:21, 22; 1Qo 10:13
Far. 34:20Yoh 19:36
Far. 34:22Fr 84:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 34:1-22

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit yeroo Abimelek duratti qalbii kan dabarse fakkaatee+ dhihaachuu isaatti inni ariʼee isa baasetti faarfate.

א [Aleef]

34 Yeroo hundumaa Yihowaa nan jajadha;

Galanni isaa yoom iyyuu afaan koo irra jira.

ב [Beet]

 2 Ani Yihowaadhaan of nan jaja;+

Garraamonni kana dhagaʼanii ni gammadu.

ג [Giimel]

 3 Anaa wajjin Yihowaa jajadhaa;+

Maqaa isaa waliin ol haa qabnu.

ד [Daalet]

 4 Ani Yihowaa nan kadhadhe, innis deebii naaf kenne.+

Sodaa koo hundumaa jalaas na oolche.+

ה [Hii]

 5 Warri gara isaa ilaalan ni ifan;

Fuulli isaaniis qaaneffamuu hin dandeenye.

ז [Zaayin]

 6 Inni rakkataan kun ni iyyate, Yihowaanis ni dhagaʼe.

Dhiphina isaa hundumaa jalaas isa oolche.+

ח [Heet]

 7 Maleekaan Yihowaa naannoo warra Waaqayyoon sodaatan hundumaa ni buufata.+

Isaan ni oolchas.+

ט [Teet]

 8 Yihowaan gaarii taʼuu isaa dhandhamaa ilaalaa;+

Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.

י [Yood]

 9 Isin qulqulloonni isaa hundi Yihowaa sodaadhaa,

Warri isa sodaatan homtuu isaanitti hin hirʼatu.+

כ [Kaaf]

10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,

Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+

ל [Laamed]

11 Yaa ilmaan koo, kottaa na dhagaʼaa;

Yihowaa sodaachuu isin nan barsiisa.+

מ [Meem]

12 Ati jireenyatti gammaduu,

Guyyoota gaggaarii hedduus arguu yoo barbaadde,+

נ [Nuun]

13 Arraba kee wanta hamaa taʼe irraa,+

Afaan kees gowwoomsaa dubbachuu irraa eegi.+

ס [Saamek]

14 Wanta hamaa irraa deebiʼi, wanta gaariis raawwadhu;+

Nagaa barbaadi, isa duukaas buʼi.+

ע [Ayiin]

15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+

Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+

פ [Pee]

16 Taʼus, yaadannoo isaanii hundumaa lafa irraa haquuf,

Yihowaan warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.+

צ [Tsadee]

17 Isaan ni iyyatan, Yihowaanis ni dhagaʼe;+

Dhiphina isaanii hundumaa jalaas isaan oolche.+

ק [Qoof]

18 Yihowaan warra garaan isaanii cabetti* dhihoo dha;+

Warra hafuurri isaanii caccabes* ni oolcha.+

ר [Reesh]

19 Rakkinni nama qajeelaa hedduu dha,+

Yihowaan garuu hunduma isaa jalaa isa ni oolcha.+

ש [Shiin]

20 Inni lafeewwan isaa hundumaa ni eega;

Isaan keessaa tokko illee hin cabne.+

ת [Taaw]

21 Nama hamaa balaan ni ajjeesa;

Warri nama qajeelaa jibban yakkamtoota taʼu.

22 Yihowaan lubbuu tajaajiltoota isaa ni fura;

Warra isatti kooluu galan keessaa tokko illee yakkamaa hin taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi