LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Waamicha gara Yihowaatti akka deebiʼan dhihaate (1-6)

        • “Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa” (3)

      • Mulʼata 1: Abbootii fardaa mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatan (7-17)

        • “Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa” (17)

      • Mulʼata 2: Gaanfota afurii fi ogeeyyii harkaa afur (18-21)

Zakkaariyaas 1:1

Miiljaleewwan

  • *

    “Yihowaan ni Yaadate” jechuu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 4:24; Hag 1:1; 2:10
  • +Iz 5:1

Zakkaariyaas 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 22:16, 17; Er 44:5, 6

Zakkaariyaas 1:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 33:11; Mik 7:18, 19; Mil 3:7

Zakkaariyaas 1:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 9:6, 7; Isa 1:16; 55:7; Hos 14:1
  • +2Se 36:15, 16; Er 11:7, 8

Zakkaariyaas 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:17; Dan 9:11, 12
  • +Kes 28:20, 45; Er 23:20

Zakkaariyaas 1:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa B15 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 4:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2096, 2180

Zakkaariyaas 1:8

Miiljaleewwan

  • *

    Biqiltuu baalli isaa cululuquu fi abaaboo adii urgaaʼu qabu.

Zakkaariyaas 1:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 1:15

Zakkaariyaas 1:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:10; 102:13
  • +2Se 36:20, 21; Er 25:11, 12; Dan 9:2; Zak 7:5

Zakkaariyaas 1:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:18; Zak 8:2

Zakkaariyaas 1:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 48:11; Zak 1:11
  • +Isa 54:8
  • +Fr 137:7; Isa 47:6; Er 51:35

Zakkaariyaas 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:1; Er 33:14; Zak 8:3
  • +Iz 6:14, 15; Isa 44:28; Hag 1:14
  • +Er 31:38, 39; His 40:2, 3; Zak 2:1, 2

Zakkaariyaas 1:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:3
  • +Fr 132:13; Zak 2:12; 3:2

Zakkaariyaas 1:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 1:21

Zakkaariyaas 1:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 15:29; 17:6; 18:11; 24:12, 14; 25:11; 2Se 36:17, 19; Er 50:17

Yaada Wal Simu

Zak. 1:1Iz 4:24; Hag 1:1; 2:10
Zak. 1:1Iz 5:1
Zak. 1:22Mo 22:16, 17; Er 44:5, 6
Zak. 1:3His 33:11; Mik 7:18, 19; Mil 3:7
Zak. 1:4Iz 9:6, 7; Isa 1:16; 55:7; Hos 14:1
Zak. 1:42Se 36:15, 16; Er 11:7, 8
Zak. 1:62Se 36:17; Dan 9:11, 12
Zak. 1:6Kes 28:20, 45; Er 23:20
Zak. 1:7Iz 4:24
Zak. 1:11Zak 1:15
Zak. 1:12Fr 74:10; 102:13
Zak. 1:122Se 36:20, 21; Er 25:11, 12; Dan 9:2; Zak 7:5
Zak. 1:14Yoe 2:18; Zak 8:2
Zak. 1:15Er 48:11; Zak 1:11
Zak. 1:15Isa 54:8
Zak. 1:15Fr 137:7; Isa 47:6; Er 51:35
Zak. 1:16Isa 12:1; Er 33:14; Zak 8:3
Zak. 1:16Iz 6:14, 15; Isa 44:28; Hag 1:14
Zak. 1:16Er 31:38, 39; His 40:2, 3; Zak 2:1, 2
Zak. 1:17Isa 51:3
Zak. 1:17Fr 132:13; Zak 2:12; 3:2
Zak. 1:18Zak 1:21
Zak. 1:192Mo 15:29; 17:6; 18:11; 24:12, 14; 25:11; 2Se 36:17, 19; Er 50:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 1:1-21

Zakkaariyaas

1 Daariyos mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti,+ waggicha keessaas jiʼa saddeettaffaatti, dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Zakkaariyaas* raajichaa+ ilma Berekiyaa, ilma Idoo ni dhufe: 2 “Yihowaan abbootii keessanitti akka malee dheekkameera.+

3 “Wanta ani Yihowaan Gooftaan Raayyaa jedhe kana isaanitti himi: ‘Ani Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti. Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa.’+ Wantoota kana isinitti dubbachaa kan jiru ana Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.”

4 “‘Isin akka abbootii keessanii warra raajonni durii, “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Maaloo, daandii keessan isa hamaa fi gocha keessan isa hamaa irraa deebiʼaa’+ jedhanii itti himan sanaa hin taʼinaa.”’

“‘Isaan garuu hin dhageenye, xiyyeeffannaadhaanis na hin dhaggeeffanne’+ jedha Yihowaan.

5 “‘Abbootiin keessan amma eessa jiru? Raajonni keessan hoo bara baraaf jiraataniiruu? 6 Haa taʼu malee, dubbiin koo fi labsiin koo inni ani tajaajiltoota koo warra raajota taʼan ajaje abbootii keessan irratti hin raawwatamnee?’+ Kanaafuu isaan gara kootti deebiʼanii, ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkuma murteessee turetti+ akka daandii keenyaattii fi akka hojii keenyaatti nuuf deebiseera’ jedhan.”

7 Daariyos mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, jiʼa Sheebaat* isa jiʼa 11ffaa taʼetti,+ jiʼicha keessaas guyyaa 24ffaatti, dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Zakkaariyaas raajichaa ilma Berekiyaa, ilma Idoo ni dhufe: 8 “Anis halkan mulʼata nan arge. Namichi farda diimaa gulufu tokko jira ture; innis hallayyaa keessa mukeetii hadaasii* gidduu dhaabbatee ture; duuba isaatiinis fardi diimaan, fardi boorrii fi fardi adiin jiru turan.”

9 Kanaafuu, “Yaa gooftaa koo, kanneen kun eenyu faʼi?” jedheen gaafadhe.

Maleekaan anaa wajjin dubbachaa ture sunis, “Kanneen kun eenyufaa akka taʼan sitti nan argisiisa” jedhee naaf deebise.

10 Yeroo kanatti namichi inni mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatee ture sun, “Kanneen kun warra lafa irra akka deddeebiʼaniif Yihowaan erge dha” jedhe. 11 Isaanis maleekaa Yihowaa isa mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatee ture sanaan, “Nuti lafa irra deddeebineerra; kunoo, guutummaan lafaas tasgabbii kan qabduu fi kan hin jeeqamne dha”+ jedhan.

12 Kanaafuu, maleekaan Yihowaa, “Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, hamma yoomiitti Yerusaalemii fi magaalota Yihudaa+ warra waggaa 70f itti dheekkamtetti gara laafina argisiisuu dhiista?”+ jedhe.

13 Yihowaanis jechoota gaarii fi nama jajjabeessanitti fayyadamee maleekaa isa anaa wajjin dubbachaa ture sanaaf deebii ni kenne. 14 Achiis maleekaan anaa wajjin dubbachaa ture sun akkana naan jedhe: “Akkana jedhii labsi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Ani hinaaffaa guddaadhaan Yerusaalemii fi Xiyooniif hinaafeera.+ 15 Ani saboota warra dhiphina malee jiraatan irratti dheekkamsa guddaa nan dheekkama;+ sababiin isaas, yeroo ani dheekkamsa xinnoo dheekkametti+ isaan rakkina dabalataa isaan irratti geessisaniiru.”’+

16 “Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha: ‘“Ani gara laafinaan gara Yerusaalemitti nan deebiʼa,+ manni koos ishii keessatti ni ijaarama”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa, “wadaroon safaraas Yerusaalem irra ni diriirfama.”’+

17 “Ammas irra deebiʼiitii akkana jedhii labsi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Magaalonni koo ammas deebiʼanii wanta gaariidhaan ni guutamu; Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa;+ Yerusaalemiinis deebisee ni filata.”’”+

18 Achiis ol jedhee yommuun ilaalu gaanfota afur nan arge.+ 19 Kanaafuu, maleekaa anaa wajjin dubbachaa ture sana, “Kanneen kun maali dha?” jedheen gaafadhe. Innis, “Kanneen kun gaanfota warra Yihudaa, Israaʼelii fi Yerusaalemiin bittinneessanii turani dha”+ jedhee deebise.

20 Achiis Yihowaan ogeeyyii harkaa afur natti argisiise. 21 Anis, “Kanneen kun maal hojjechuuf dhufan?” jedheen gaafadhe.

Innis, “Kanneen kun gaanfota namni tokko illee mataa isaa ol qabachuu hamma hin dandeenyetti Yihudaa bittinneessanii turani dha. Kanneen kun immoo isaan sodaachisuuf, gaanfota sabootaa warra ishii bittinneessuuf gaanfota isaanii biyya Yihudaa irratti kaasan sana gatuuf ni dhufu” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi