LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 74
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa Waaqni saba isaa akka yaadatu dhihaate

        • Gochawwan fayyinaa Waaqaa yaadachuu (12-17)

        • ‘Arrabsoo diinaa yaadadhu’ (18)

Faarfannaa 74:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 25:1; 2Se 35:15

Faarfannaa 74:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “aara.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 5:20
  • +Kes 29:19, 20; Fr 100:3

Faarfannaa 74:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yaaʼii kee isa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:29
  • +Kes 4:20; 32:9
  • +Fr 48:2; 132:13

Faarfannaa 74:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 9:17
  • +Fr 79:1

Faarfannaa 74:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “yaaʼii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 2:7

Faarfannaa 74:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 6:18, 35

Faarfannaa 74:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 25:9; Isa 64:11

Faarfannaa 74:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Iddoowwan Waaqayyo itti waaqeffatamu.”

Faarfannaa 74:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 13:2; 79:4
  • +His 36:23

Faarfannaa 74:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dachaʼaa uffata kee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 44:23; Isa 64:12; Fru 2:3

Faarfannaa 74:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:2; Isa 33:22

Faarfannaa 74:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:21; Nah 9:10, 11

Faarfannaa 74:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 74:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:21
  • +Iya 3:13

Faarfannaa 74:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Madda ifaas.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:3, 5; Fr 136:7, 8

Faarfannaa 74:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:26
  • +Uma 8:22

Faarfannaa 74:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 52:5

Faarfannaa 74:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:5
  • +Iz 3:11

Faarfannaa 74:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:50, 51; Isa 52:5

Yaada Wal Simu

Far. 74:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Se 25:1; 2Se 35:15
Far. 74:1Fru 5:20
Far. 74:1Kes 29:19, 20; Fr 100:3
Far. 74:2Kes 9:29
Far. 74:2Kes 4:20; 32:9
Far. 74:2Fr 48:2; 132:13
Far. 74:3Dan 9:17
Far. 74:3Fr 79:1
Far. 74:4Fru 2:7
Far. 74:61Mo 6:18, 35
Far. 74:72Mo 25:9; Isa 64:11
Far. 74:10Fr 13:2; 79:4
Far. 74:10His 36:23
Far. 74:11Fr 44:23; Isa 64:12; Fru 2:3
Far. 74:12Bau 15:2; Isa 33:22
Far. 74:13Bau 14:21; Nah 9:10, 11
Far. 74:15Isa 48:21
Far. 74:15Iya 3:13
Far. 74:16Uma 1:3, 5; Fr 136:7, 8
Far. 74:17HoE 17:26
Far. 74:17Uma 8:22
Far. 74:18Isa 52:5
Far. 74:21Fr 12:5
Far. 74:21Iz 3:11
Far. 74:22Fr 89:50, 51; Isa 52:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 74:1-23

Faarfannaa

Maaskiil.* Faarfannaa Asaaf.+

74 Yaa Waaqayyo, bara baraaf maaliif nu gatte?+

Aariin kee hoo hoolota iddoo dheedichaa keetii irratti maaliif bobaʼa?*+

 2 Saba* bara dheeraa dura argatte,+

Gosa dhaala kee gootee furte yaadadhu.+

Gaara Xiyoon isa keessa jiraatte sana yaadadhu.+

 3 Adeemsa kee gara iddoo guutummaatti diigameetti qajeelchi.+

Diinni wanta iddoo qulqulluu keessa jiru hundumaa balleesseera.+

 4 Diinonni kee iddoo walgaʼii* kee keessatti baroodaniiru.+

Faajjiiwwan isaaniis akka mallattootti achi dhaabaniiru.

 5 Isaan akka namoota bosona yabbuu irratti qottoo kaasanii ti.

 6 Bocawwan+ sana hundumaa qottoo fi danqaraa sibiilaatiin caccabsaniiru.

 7 Iddoo qulqulluu kee ibiddaan gubaniiru.+

Godoo qulqulluu maqaa kee itti waamamu lafatti gatanii xureessaniiru.

 8 Isaanis taʼan sanyiin isaanii garaa isaaniitti,

“Iddoowwan walgaʼii Waaqayyoo* warri biyyattii keessa jiran hundi gubachuu qabu” jedhu.

 9 Mallattoon arginu hin jiru;

Kana booda raajiin hin jiraatu,

Nu keessaa namni wanti kun yeroo hammamiitiif akka turu beekus hin jiru.

10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+

Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+

11 Harka kee, eeyyee harka kee mirgaa maaliif dachaasta?+

Harka kee bobaa kee* jalaa baasiitii isaan balleessi.

12 Waaqayyo garuu bara duriitii jalqabee Mootii koo

Isa lafa irratti gochawwan fayyinaa raawwatu dha.+

13 Ati jabina keetiin galaana sochoosteetta;+

Mataa uumamawwan galaanaa guguddaa bishaanota keessatti caccabsiteetta.

14 Mataawwan Lewaataan* caccabsiteetta,

Isas namoota gammoojjii keessa jiraataniif nyaata gootee kenniteetta.

15 Burqaawwanii fi lageeniif afaan tolchiteetta;+

Lageen yeroo hunda yaaʼan gogsiteetta.+

16 Guyyaanis taʼe halkan kan kee ti.

Ifas* taʼe aduu tolchiteetta.+

17 Daangaawwan lafaa hundumaa keesseetta;+

Bonaa fi ganna tolchiteetta.+

18 Yaa Yihowaa, arrabsoo diinaa fi

Gowwoonni hammam maqaa kee akka salphisan yaadadhu.+

19 Lubbuu gugee bosonaa keetii bineensota bosonaatti dabarsitee hin kennin.

Lubbuu saba kee warra cunqurfamaniis bara baraaf hin irraanfatin.

20 Iddoowwan dukkanaa lafa irratti argaman hamminaan waan guutamaniif,

Kakuu sana yaadadhu.

21 Inni caccabe abdii kutatee duubatti hin deebiʼin;+

Rakkataa fi hiyyeessis maqaa kee haa jajatan.+

22 Yaa Waaqayyo kaʼi, dhimma seeraa kee irrattis falmi.

Inni gowwaan guyyaa guutuu hammam akka si arrabsu yaadadhu.+

23 Wanta diinonni kee jechaa jiran hin irraanfatin.

Wacni warra si tuffataniis utuu wal irraa hin citin ol baʼaa jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi