LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hojii Ergamootaa

      • Tewooflosiif (1-5)

      • Hanga andaara lafaatti dhugaa baʼuu (6-8)

      • Yesuus gara samiitti ol baʼe (9-11)

      • Barattoonni tokkummaadhaan walitti qabaman (12-14)

      • Maatiyaas Yihudaa akka bakka buʼu filatame (15-26)

Hojii Ergamootaa 1:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 1:3; 3:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 16

Hojii Ergamootaa 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:16
  • +1Xi 3:16

Hojii Ergamootaa 1:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:9; Yoh 20:19; 1Qo 15:4-7
  • +Luq 24:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 16-17

Hojii Ergamootaa 1:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:49
  • +Yoh 14:16, 17; HoE 2:33

Hojii Ergamootaa 1:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:28; Mat 3:11; Mar 1:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 110

Hojii Ergamootaa 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 19:11; 24:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 17

    Yesuus—Karaa, ful. 310

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 40-41

Hojii Ergamootaa 1:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 2:20, 21; Mat 24:36

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 17-18

Hojii Ergamootaa 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:33
  • +HoE 5:27, 28
  • +HoE 8:14
  • +Qol 1:23
  • +Isa 43:10; Luq 24:48; Yoh 15:26, 27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 51

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 2, 18, 96, 249-251

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 21

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 29

    1/15/2011, ful. 22

    4/15/2010, ful. 11

    5/15/2008, ful. 31

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 275-278

Hojii Ergamootaa 1:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:51; Yoh 6:62

Hojii Ergamootaa 1:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:2, 3

Hojii Ergamootaa 1:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 19

    Yesuus—Karaa, ful. 310-311

Hojii Ergamootaa 1:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:52

Hojii Ergamootaa 1:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:2-4; Mar 3:16-19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 19-20

Hojii Ergamootaa 1:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 23:49
  • +Mat 13:55; Yoh 7:5; Gal 1:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 20

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2015, ful. 30

Hojii Ergamootaa 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:47; Yoh 18:3
  • +Fr 41:9; 55:12; Yoh 13:18

Hojii Ergamootaa 1:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 10:2, 4; Luq 6:12-16; Yoh 6:70, 71

Hojii Ergamootaa 1:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 11:12; Mat 26:14, 15
  • +Mat 27:5-8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 290

Hojii Ergamootaa 1:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:25
  • +Fr 109:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 20-21

Hojii Ergamootaa 1:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “galaa fi baʼaa.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 20-21

Hojii Ergamootaa 1:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 3:13
  • +Luq 24:51; HoE 1:9
  • +Mat 28:5, 6; Mar 16:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 20-21

Hojii Ergamootaa 1:24

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 16:7; 1Se 28:9; Er 11:20

Hojii Ergamootaa 1:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:70

Hojii Ergamootaa 1:26

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, akkuma warra 11 kaaniitti ilaalame.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 21

    Yesuus—Karaa, ful. 311

Yaada Wal Simu

HoE. 1:1Luq 1:3; 3:23
HoE. 1:2Yoh 15:16
HoE. 1:21Xi 3:16
HoE. 1:3Mat 28:9; Yoh 20:19; 1Qo 15:4-7
HoE. 1:3Luq 24:27
HoE. 1:4Luq 24:49
HoE. 1:4Yoh 14:16, 17; HoE 2:33
HoE. 1:5Yoe 2:28; Mat 3:11; Mar 1:8
HoE. 1:6Luq 19:11; 24:21
HoE. 1:7Dan 2:20, 21; Mat 24:36
HoE. 1:8HoE 4:33
HoE. 1:8HoE 5:27, 28
HoE. 1:8HoE 8:14
HoE. 1:8Qol 1:23
HoE. 1:8Isa 43:10; Luq 24:48; Yoh 15:26, 27
HoE. 1:9Luq 24:51; Yoh 6:62
HoE. 1:10Mat 28:2, 3
HoE. 1:12Luq 24:52
HoE. 1:13Mat 10:2-4; Mar 3:16-19
HoE. 1:14Luq 23:49
HoE. 1:14Mat 13:55; Yoh 7:5; Gal 1:19
HoE. 1:16Luq 22:47; Yoh 18:3
HoE. 1:16Fr 41:9; 55:12; Yoh 13:18
HoE. 1:17Mat 10:2, 4; Luq 6:12-16; Yoh 6:70, 71
HoE. 1:18Zak 11:12; Mat 26:14, 15
HoE. 1:18Mat 27:5-8
HoE. 1:20Fr 69:25
HoE. 1:20Fr 109:8
HoE. 1:22Mat 3:13
HoE. 1:22Luq 24:51; HoE 1:9
HoE. 1:22Mat 28:5, 6; Mar 16:6
HoE. 1:241Sa 16:7; 1Se 28:9; Er 11:20
HoE. 1:25Yoh 6:70
HoE. 1:26Fak 16:33
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hojii Ergamootaa 1:1-26

Hojii Ergamootaa

1 Yaa Tewooflos, wanta Yesuus raawwatee fi barsiise hunda kitaaba isa jalqabaa irratti siif barreesseera;+ 2 kunis ergamoota filateef karaa hafuura qulqulluu erga qajeelfama kennee booda,+ hanga guyyaa gara samiitti ol fudhatametti+ wanta taʼe kan qabate dha. 3 Inni erga dhiphatee booda, ragaawwan amansiisoo taʼan hedduudhaan jiraataa taʼuu isaa isaanitti of mulʼise.+ Guyyaa 40f yeroo baayʼee isaanitti mulʼatees, waaʼee Mootummaa Waaqayyoo dubbachaa ture.+ 4 Utuu isaanii wajjin walgaʼii irra jiruus akkana jedhee isaan ajaje: “Yerusaalem keessaa hin baʼinaa;+ kanaa mannaa isa Abbaan waadaa gale,+ isa waaʼee isaa ana irraa dhageessan sana eeggadhaa; 5 sababiin isaas, Yohaannis bishaaniin cuupheera; isin garuu guyyaa muraasa booda hafuura qulqulluudhaan cuuphamtu.”+

6 Kanaafuu, isaan yommuu walitti qabaman, “Yaa Gooftaa, yeroo kanatti Israaʼeliif mootummaa ni deebistaa?” jedhanii isa gaafatan.+ 7 Innis akkana isaaniin jedhe: “Yeroo yookiin waqtii Abbaan ofii isaatiin murteessuuf aangoo isaa jala godhate beekuun isiniif hin kennamne.+ 8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+ 9 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda utuma isaan ilaalanii ol fudhatame; duumessis ija isaanii duraa isa dhokse.+ 10 Yommuu inni deemus, utuma isaan hubatanii gara samii ilaalaa jiranii, akkuma tasaa namoonni uffata aʼadii uffatan lama+ isaan bira dhaabbatanii, 11 “Yaa namoota Galiilaa, maaliif dhaabbattanii gara samii ilaaltu? Yesuus inni isin biraa gara samiitti fudhatame kun, haaluma yommuu inni gara samiitti ol baʼu argitan kanaan deebiʼee ni dhufa” isaaniin jedhan.

12 Achiis gaara isa Gaara Ejersaa jedhamu irraa gara Yerusaalemitti deebiʼan;+ gaarri kun Yerusaalemitti dhihoo yeroo taʼu, hamma fageenya guyyaa Sanbataatti deemuun heyyamamu qofa fagaata ture. 13 Yommuu achi gaʼanis, kutaa fooqii irra jiruu fi keessa jiraachaa turanitti ol baʼan. Isaanis Pheexiros, Yohaannis, Yaaqoob, Indiriyaas, Filiphoos, Toomaas, Bartolomewos, Maatewos, Yaaqoob ilma Alfewoos, Simoon isa hinaaftichaa fi Yihudaa ilma Yaaqoob turan.+ 14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+

15 Yeroo sanatti Pheexiros obboloota gidduutti kaʼee dhaabbatee (namoonni achi turan walumaagalatti 120 turan) akkana jedhe: 16 “Yaa obbolootaa, waaʼee Yihudaa isa namoota Yesuusiin qaban dura buʼee dhufe sanaa+ wanti hafuurri qulqulluun karaa Daawit Kitaabota Qulqulluu keessatti raajiidhaan dubbate raawwatamuun+ isaa barbaachisaa dha. 17 Sababiin isaas, inni nuu wajjin lakkaaʼamee ture;+ tajaajila kana irrattis hirmaachaa ture. 18 (Namichi kun mindaa jalʼina hojjeteef isaaf kaffalameen lafa bite;+ mataadhaan kufees qaamni isaa ni tarsaʼe; marʼimaan isaa hundis keessaa jige.+ 19 Kunis jiraattota Yerusaalem hundumaa biratti ni beekame; kanaafuu, lafichi afaan isaaniitiin Akeldaamaa, jechuunis “Lafa Dhiigaa” jedhamee waamame.) 20 Sababiin isaas, kitaaba Faarfannaa keessatti, ‘Iddoon inni jiraatu haa onu, namni achi keessa jiraatu tokko illee hin argamin,’+ akkasumas ‘Mirga inni ilaaltuu ol aanaa taʼuudhaaf argate namni kan biraan haa fudhatu’+ jedhamee barreeffameera. 21 Kanaafuu, dhiirota yeroo Gooftaa Yesuus nu gidduutti hojii isaa raawwachaa* ture hundumaatti nuu wajjin turan keessaa tokko bakka isaa buusuun barbaachisaa dha; 22 namni filatamu kun immoo, yeroo Yesuus Yohaannisiin cuuphamee jalqabee+ hanga inni nu biraa ol fudhatametti+ nuu wajjin kan turee fi akkuma keenya Yesuus isa duʼaa kaʼe kan arge taʼuu qaba.”+

23 Kanaafuu, namoota lama, jechuunis Yoseef isa Barsaabaas akkasumas Yosxos jedhamuu fi Maatiyaasiin dhiheessan. 24 Achiis akkana jedhanii kadhatan: “Yaa Yihowaa* isa garaa namoota hundumaa beektuu,+ namoota lamaan kana keessaa isa filatte nu beeksisi; 25 namni kun tajaajilaa fi mirga ergamaa taʼuu, isa Yihudaan karaa mataa isaa irra deemuuf jedhee dhiise sana haa fudhatu.”+ 26 Kanaafuu, isaan carraa isaaniif buusan;+ carraan sunis Maatiyaasiif baʼe; innis ergamoota 11 wajjin lakkaaʼame.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi