LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 59
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Cubbuun Israaʼel Waaqa irraa isa fageesse (1-8)

      • Cubbuu himachuu (9-15a)

      • Yihowaan nama cubbuu irraa deebiʼu ni gargaara (15b-21)

Isaayyaas 59:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ulfaatee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:23; Isa 50:2
  • +Fr 116:1

Isaayyaas 59:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 5:25
  • +Kes 31:16, 17; 32:20; Isa 57:17; His 39:23; Mik 3:4

Isaayyaas 59:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:15; Er 2:34; His 7:23
  • +Er 7:9, 10; His 13:8

Isaayyaas 59:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “duwwaa taʼetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 5:1; His 22:30; Mik 7:2
  • +Isa 30:12, 13
  • +Mik 2:1

Isaayyaas 59:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 8:13, 14

Isaayyaas 59:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 57:12
  • +Er 6:7; Mik 6:12

Isaayyaas 59:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 22:17; His 9:9; Mat 23:35
  • +Rom 3:15-17

Isaayyaas 59:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 5:7; 59:15; Er 5:1; Amo 6:12; An 1:4
  • +Er 8:15

Isaayyaas 59:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 5:30

Isaayyaas 59:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:15, 29

Isaayyaas 59:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:5; His 5:5, 6
  • +Er 14:7; Hos 5:5
  • +Iz 9:13; Nah 9:33; Dan 9:5

Isaayyaas 59:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 31:6; 32:6; Er 17:13
  • +Er 5:23

Isaayyaas 59:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 82:2; An 1:4
  • +Isa 5:22, 23

Isaayyaas 59:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ija isaa durattis hamaa ture.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:1
  • +Mik 3:2

Isaayyaas 59:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “injifannoo isaaf.”

Isaayyaas 59:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “injifannoos.”

  • *

    Ykn., “qolootti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 6:17; 1Ta 5:8
  • +Kes 32:35; Fr 94:1

Isaayyaas 59:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 34:11; Fr 62:12; Er 17:10
  • +Isa 1:24; Fru 4:11; His 5:13

Isaayyaas 59:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:17
  • +Kes 30:1-3; Rom 11:26
  • +Isa 62:11

Isaayyaas 59:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “sanyii.”

  • *

    Kal., “sanyii sanyii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 11:27

Yaada Wal Simu

Isa. 59:1Lak 11:23; Isa 50:2
Isa. 59:1Fr 116:1
Isa. 59:2Er 5:25
Isa. 59:2Kes 31:16, 17; 32:20; Isa 57:17; His 39:23; Mik 3:4
Isa. 59:3Isa 1:15; Er 2:34; His 7:23
Isa. 59:3Er 7:9, 10; His 13:8
Isa. 59:4Er 5:1; His 22:30; Mik 7:2
Isa. 59:4Isa 30:12, 13
Isa. 59:4Mik 2:1
Isa. 59:5Iyo 8:13, 14
Isa. 59:6Isa 57:12
Isa. 59:6Er 6:7; Mik 6:12
Isa. 59:7Er 22:17; His 9:9; Mat 23:35
Isa. 59:7Rom 3:15-17
Isa. 59:8Isa 5:7; 59:15; Er 5:1; Amo 6:12; An 1:4
Isa. 59:8Er 8:15
Isa. 59:9Isa 5:30
Isa. 59:10Kes 28:15, 29
Isa. 59:12Isa 1:5; His 5:5, 6
Isa. 59:12Er 14:7; Hos 5:5
Isa. 59:12Iz 9:13; Nah 9:33; Dan 9:5
Isa. 59:13Isa 31:6; 32:6; Er 17:13
Isa. 59:13Er 5:23
Isa. 59:14Fr 82:2; An 1:4
Isa. 59:14Isa 5:22, 23
Isa. 59:15Isa 48:1
Isa. 59:15Mik 3:2
Isa. 59:17Efe 6:17; 1Ta 5:8
Isa. 59:17Kes 32:35; Fr 94:1
Isa. 59:18Iyo 34:11; Fr 62:12; Er 17:10
Isa. 59:18Isa 1:24; Fru 4:11; His 5:13
Isa. 59:20Isa 48:17
Isa. 59:20Kes 30:1-3; Rom 11:26
Isa. 59:20Isa 62:11
Isa. 59:21Rom 11:27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 59:1-21

Isaayyaas

59 Kunoo, harki Yihowaa gabaabbatee fayyisuu hin dadhabne,+

Gurri isaas duudee* dhagaʼuu hin dadhabne.+

 2 Lakki, Waaqa keessan irraa kan adda isin baase balleessaa keessani.+

Fuula isaa akka isin jalaa dhoksu kan godhe cubbuu keessani,

Innis isin dhagaʼuu ni dide.+

 3 Sababiin isaas, barruun keessan dhiigaan,

Qubni keessanis yakkaan faalameera.+

Hidhiin keessan soba dubbata,+ arrabni keessanis waaʼee jalʼinaa gunguma.

 4 Eenyu illee qajeelummaa hin waammatu,+

Eenyu illees dhugaadhaan gara mana murtii hin deemu.

Isaan wanta hin jirretti* amanamu,+ wanta gatii hin qabnes ni dubbatu.

Rakkina ni ulfaaʼu, wanta nama miidhus ni dhalu.+

 5 Hanqaaquu bofa summii qabuu keessaa cuucii ni yaasu,

Manʼee sarariitiis ni dhaʼu.+

Namni hanqaaquu isaanii nyaatu kam iyyuu ni duʼa,

Hanqaaquu cabe sana keessaas buutiin ni yaaʼa.

 6 Manʼeen sarariitii sun uffata hin taʼu,

Isaanis wanta tolfatan sana hin uffatan.+

Hojiin isaanii miidhaa kan geessisu dha,

Gochi jalʼinaas harka isaanii keessa jira.+

 7 Miilli isaanii hammina raawwachuutti fiiga,

Isaan dhiiga qulqulluu dhangalaasuuf ariifatu.+

Yaanni isaanii kan nama miidhu dha;

Badiisnii fi gadadoon daandii isaanii irra jira.+

 8 Isaan daandii nagaa hin beekan,

Karaa isaanii irras haqni hin jiru.+

Daandii isaanii micciiramaa ni godhu;

Namni achi irra deemu kam iyyuu nagaa hin beeku.+

 9 Haqni kan nu irraa fagaate,

Qajeelummaanis nu bira kan hin geenye kanaafi.

Nuti ifa abdanne, garuu kunoo, dukkanatu taʼe;

Guyyaa ifaa taʼe ni abdanne, garuu kunoo, dukkana keessa deemaa jirra.+

10 Akkuma namoota jaamaatti dallaa qaqqabanna;

Akkuma warra ija hin qabneettis qaqqabachaa deemna.+

Akkuma dukkana galgalaatti guyyaa saafaa ni gufanna;

Warra jajjaboo gidduuttis akkuma namoota duʼanii taaneerra.

11 Akkuma amaaketaatti ni gururiina,

Akkuma gugeettis gaddaan ni aadna.

Haqa abdanne, garuu homtuu hin jiru;

Fayyina abdanne, inni garuu nu irraa fagoo dha.

12 Sababiin isaas, yakki keenya si duratti hedduu dha;+

Cubbuun keenya hundis nu irratti ragaa baʼa.+

Yakki keenya nuu wajjin jira;

Balleessaa keenyas akka gaariitti beekna.+

13 Yakka raawwanneerra, Yihowaas ganneerra;

Waaqa keenya irraa garagalleerra.

Waaʼee cunqursaa fi waaʼee yakkaa dubbanneerra;+

Soba ulfoofneerra, garaadhaas waaʼee dubbii sobaa gungumneerra.+

14 Haqni duubatti deebifameera,+

Qajeelummaanis fagoo dhaabbata;+

Sababiin isaas, dhugaan addabaabayii keessatti gufateera,

Wanti qajeelaanis seenuu hin dandeenye.

15 Dhugaan badeera,+

Namni hammina irraa goru kam iyyuu saamameera.

Yihowaan kana ni arge, ni gaddes,*

Sababiin isaas, haqni hin jiru ture.+

16 Inni namni tokko illee akka hin jirre ni arge,

Namni araarsu tokko illee dhabamuun isaa isa ajaaʼibsiise,

Kanaafuu, irreen isaa fayyina* fide,

Qajeelummaan isaas isa deggere.

17 Achiis inni akkuma kootii sibiilaatti qajeelummaa ni uffate,

Baarmeexaa sibiilaa fayyinaas* mataa irra ni kaaʼate.+

Uffata haaloo baʼuu akkuma uffata isaatti ni uffate,+

Hinaaffaas akkuma kootiitti* ofitti ni mare.

18 Inni wanta isaan raawwataniif gatii isaanii isaaniif ni kenna:+

Hamajaajota isaatti dheekkamsa, diinota isaattis adaba fida.+

Odolawwaniifis gatii isaanii ni kenna.

19 Inni akkuma laga isa guute

Isa hafuurri Yihowaa oofutti waan ol seenuuf,

Dhiha biiftuu irraa maqaa Yihowaa,

Baha biiftuu irraas ulfina isaa ni sodaatu.

20 “Inni furu+ gara Xiyoon,

Gara warra Yaaqoob keessa jiranii fi yakka irraa deebiʼanii+ ni dhufa”+ jedha Yihowaan.

21 “Gama kootiin, kakuun isaanii wajjin gale kana dha”+ jedha Yihowaan. “Ammaa jalqabee bara baraaf, hafuurri koo inni si irra jiruu fi dubbiin koo inni ani afaan kee keessa kaaʼe, afaan kee, afaan ijoollee* keetii yookiin afaan ijoollee ijoollee* keetii keessaa hin badu” jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi