LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Dhaala Minaasee isa karaa bahaatiin jiru (1-13)

      • Lafa dabalataa sanyii Yoseefiif kenname (14-18)

Iyyaasuu 17:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 41:51; 46:20; 48:17, 18
  • +Kes 21:17
  • +Lak 26:55; 33:54; Fak 16:33
  • +Uma 50:23; Lak 26:29; 1Se 7:14
  • +Kes 3:13; Iya 13:31

Iyyaasuu 17:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 6:11
  • +Lak 26:29-32

Iyyaasuu 17:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:33

Iyyaasuu 17:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 27:1, 2; 34:17; Iya 14:1
  • +Lak 27:7, 11
  • +Lak 36:6, 12

Iyyaasuu 17:5

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, kallattii bahaatti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 13:29

Iyyaasuu 17:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gara mirgaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 16:5, 6
  • +Iya 20:7; 24:1; 1Se 6:66, 67

Iyyaasuu 17:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 16:8

Iyyaasuu 17:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 16:9
  • +Iya 16:8

Iyyaasuu 17:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “isaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 6

Iyyaasuu 17:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “naannoo ishiitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 9:27
  • +Iya 12:7, 23
  • +1Sa 28:7
  • +Iya 12:7, 21

Iyyaasuu 17:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:27

Iyyaasuu 17:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 16:10; Abo 1:30; 2Se 8:8
  • +Bau 23:33; Lak 33:55; Kes 20:16, 17; Iya 23:12, 13; Abo 1:28

Iyyaasuu 17:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “naaf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:54
  • +Uma 48:19; Lak 26:34, 37

Iyyaasuu 17:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:33
  • +Bau 33:2
  • +Uma 15:18-20

Iyyaasuu 17:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dirree gad buʼaa.”

  • *

    Ykn., “naannoo ishiitti.”

  • *

    Ykn., “Dirree Gad Buʼaa.”

  • *

    Kal., “gaariiwwan fardaa sibiilaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:11
  • +Iya 19:17, 18; Abo 6:33
  • +Kes 20:1; Abo 1:19

Iyyaasuu 17:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:14

Iyyaasuu 17:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gaariiwwan fardaa sibiilaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:53; Iya 20:7; Abo 4:5
  • +Kes 20:1; 31:6; Iya 13:6; Fak 21:31

Yaada Wal Simu

Iya. 17:1Uma 41:51; 46:20; 48:17, 18
Iya. 17:1Kes 21:17
Iya. 17:1Lak 26:55; 33:54; Fak 16:33
Iya. 17:1Uma 50:23; Lak 26:29; 1Se 7:14
Iya. 17:1Kes 3:13; Iya 13:31
Iya. 17:2Abo 6:11
Iya. 17:2Lak 26:29-32
Iya. 17:3Lak 26:33
Iya. 17:4Lak 27:1, 2; 34:17; Iya 14:1
Iya. 17:4Lak 27:7, 11
Iya. 17:4Lak 36:6, 12
Iya. 17:5Iya 13:29
Iya. 17:7Iya 16:5, 6
Iya. 17:7Iya 20:7; 24:1; 1Se 6:66, 67
Iya. 17:8Iya 16:8
Iya. 17:9Iya 16:9
Iya. 17:9Iya 16:8
Iya. 17:10Lak 34:2, 6
Iya. 17:112Mo 9:27
Iya. 17:11Iya 12:7, 23
Iya. 17:111Sa 28:7
Iya. 17:11Iya 12:7, 21
Iya. 17:12Abo 1:27
Iya. 17:13Iya 16:10; Abo 1:30; 2Se 8:8
Iya. 17:13Bau 23:33; Lak 33:55; Kes 20:16, 17; Iya 23:12, 13; Abo 1:28
Iya. 17:14Lak 33:54
Iya. 17:14Uma 48:19; Lak 26:34, 37
Iya. 17:15Iya 24:33
Iya. 17:15Bau 33:2
Iya. 17:15Uma 15:18-20
Iya. 17:16Iya 17:11
Iya. 17:16Iya 19:17, 18; Abo 6:33
Iya. 17:16Kes 20:1; Abo 1:19
Iya. 17:17Iya 17:14
Iya. 17:18Lak 33:53; Iya 20:7; Abo 4:5
Iya. 17:18Kes 20:1; 31:6; Iya 13:6; Fak 21:31
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 17:1-18

Iyyaasuu

17 Minaaseen+ ilma angafaa+ Yoseef waan taʼeef, carraan+ sun gosa isaatiif ni baʼe. Maakiir+ inni ilma angafaa Minaasee taʼee fi abbaa Giiliyaad taʼe goota waan tureef, Giiliyaadii fi Baashaaniin+ ni fudhate. 2 Achiis carraan sun sanyii Minaasee warra hafaniif, jechuunis ilmaan Abiʼezeriif,+ ilmaan Heleeqiif, ilmaan Asriʼeeliif, ilmaan Sheekemiif, ilmaan Hefeerii fi ilmaan Shemidaatiif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhiironni sanyii Minaasee warri ilmaan Yoseef taʼan akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan.+ 3 Haa taʼu malee, Zelofehaad+ ilmi Hefeer, ilmi Giiliyaad, ilmi Maakiir, ilmi Minaasee ijoollee durbaa malee ijoollee dhiiraa hin qabu ture; maqaan ijoollee durbaa isaas, Maahlaa, Noh, Hoglaa, Miilkaa fi Tirzaa ture. 4 Kanaafuu, isaan Eleʼazaar+ lubicha, Iyyaasuu ilma Nuunii fi geggeessitoota sana duratti dhihaatanii, “Obboloota keenya gidduutti dhaala akka nuuf kennu Musee kan ajaje Yihowaa dha”+ isaaniin jedhan. Kanaafuu, inni ajaja Yihowaatiin obboloota abbaa isaanii gidduutti isaaniif dhaala ni kenne.+

5 Biyya Giiliyaadii fi biyya Baashaan warra Yordaanos gamatti* argaman malees, carraawwan kudhan Minaaseedhaaf baʼanii turan;+ 6 sababiin isaas, ijoolleen durbaa Minaasee ijoollee dhiiraa isaa wajjin dhaala fudhatanii turan; biyyi Giiliyaadis qabeenya sanyii Minaasee warra hafanii taʼee ture.

7 Daangaan Minaasee Asheerii hamma Mikmetaat+ ishii fuullee Sheekemitti+ argamtuutti ni gaʼa; achiis kallattii kibbaatiin* hamma biyya jiraattota Een Taaphuʼaatti itti fufa. 8 Biyyi Taaphuʼaa+ kan Minaasee ni taate; Taaphuʼaan ishiin daangaa Minaasee irratti argamtu garuu kan sanyii Efreem turte. 9 Daangaan sun gara Laga Gogaa Qaanaatti, jechuunis kallattii kibbaa laga gogaa sanaatti gad ni buʼa. Magaalota Minaasee+ gidduu magaalonni Efreem jiru turan; daangaan Minaasee kallattii kaabaa laga gogaa sanaatiin kan argamu yeroo taʼu, galaanicha biratti dhaabbata.+ 10 Biyyattiin kallattii kibbaatiin kan Efreem, kallattii kaabaatiin immoo kan Minaasee ti; daangaan isaas galaanicha ture;+ daangaan Minaasee* kallattii kaabaatiin Asheer bira, kallattii bahaatiin immoo Yisaakor bira gaʼa ture.

11 Naannoowwan Yisaakorii fi Asheer keessatti, Beet Shiʼaanii fi magaalonni ishii jalatti* argaman, Yibleʼaamii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Een Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Taʼaanaakii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, akkasumas jiraattonni Megidoo fi magaalonni ishii jalatti argaman, warri ol kaʼoon sadan Minaaseedhaaf ni kennaman.

12 Haa taʼu malee, sanyiiwwan Minaasee magaalota kana dhaalaan fudhachuu hin dandeenye; Kanaʼaanonni biyyattii gadhiisanii deemuu didanii turan.+ 13 Israaʼelonni jabaachaa yeroo dhufanitti Kanaʼaanota hojii dirqamaa ni hojjechiisan;+ haa taʼu malee guutummaatti isaan hin ariine.+

14 Sanyiiwwan Yoseefis Iyyaasuudhaan, “Ati gaʼee tokko qofa carraadhaan+ akka dhaalaatti kan nuuf* kennite maaliifi? Yihowaan hamma ammaatti waan nu eebbiseef, nuti saba hedduu taaneerra”+ jedhan. 15 Iyyaasuunis, “Naannoon gaarotaa Efreem+ baayʼee waan isinitti dhiphateef, isin saba hedduu yoo taatan gara bosonichaatti ol baʼaatii biyya Pheriizotaa+ fi biyya Refaayim+ keessatti bosonicha ciraatii iddoo qopheeffadhaa” jedhee isaaniif deebise. 16 Achiis sanyiiwwan Yoseef, “Naannoon gaarotaa nuuf gaʼaa miti; Kanaʼaanonni warri biyya sululichaa* keessa, jechuunis warri Beet Shiʼaanii+ fi magaalota ishii jalatti* argaman keessas taʼe Sulula* Yezriʼel+ keessa jiraatan hundi gaariiwwan fardaa waraanaa+ haamtuu sibiilaa qaban* qabu” jedhan. 17 Kanaafuu, Iyyaasuun mana Yoseefiin, jechuunis Efreemii fi Minaaseedhaan akkana jedhe: “Isin saba hedduu fi humna guddaa qabu dha. Isin kan argattan carraa tokko qofa miti;+ 18 kanaa mannaa, naannoon gaarotaas kan keessan ni taʼa.+ Iddoon isaa bosona taʼus, bosonicha ni cirtu; innis fiixee naannoo keessanii ni taʼa. Kanaʼaanonni ciccimoo fi gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban* kan qaban taʼanis isin isaan ni ariitu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi