LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 65
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Murtii Yihowaan namoota waaqolii tolfamoo waaqeffatan irratti dabarse (1-16)

        • Waaqa Milkii Gaarii fi waaqa Hiree (11)

        • “Tajaajiltoonni koo ni nyaatu” (13)

      • Samiiwwan haaraa fi lafa haaraa (17-25)

        • Manneen ijaarrachuu; mukeetii wayinii dhaabbachuu (21)

        • Eenyu iyyuu akkanumaan hin dhamaʼu (23)

Isaayyaas 65:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 55:6, 7
  • +Rom 10:20, 21

Isaayyaas 65:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:27; Nah 9:29; Zak 7:11
  • +Isa 59:7, 8; Er 5:23; 35:15

Isaayyaas 65:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:16, 17; Er 32:29
  • +Isa 1:29; 66:17

Isaayyaas 65:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “godoo eegumsaa.”

  • *

    Ykn., “xuraaʼoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 19:16
  • +Lew 11:7, 8; Isa 66:17
  • +Kes 14:3

Isaayyaas 65:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Qulqullummaa koo siif waanan ibsuuf.”

Isaayyaas 65:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qoma isaaniitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:3, 21; Er 16:18; His 11:21

Isaayyaas 65:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qoma isaaniitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:4, 5; Lew 26:39
  • +1Mo 22:41, 43; 2Mo 12:3

Isaayyaas 65:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Eebbi tokko.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 30:11; Amo 9:8

Isaayyaas 65:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:21; His 37:21; Oba 17
  • +Isa 61:7; Sef 3:20

Isaayyaas 65:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dirreen Gad Buʼaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 33:9
  • +Iya 7:24; Hos 2:15

Isaayyaas 65:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:4
  • +2Se 28:24; 34:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 44

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2006, ful. 27-28

Isaayyaas 65:12

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, qalamuuf.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:25; His 6:13
  • +His 9:6
  • +2Se 36:15, 16
  • +Isa 66:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2006, ful. 27-28

Isaayyaas 65:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:19, 25; Amo 8:11
  • +Isa 49:10
  • +Isa 66:14
  • +Isa 66:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 264-265

Isaayyaas 65:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Abdii waan kutattaniif.”

Isaayyaas 65:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 62:2; Er 33:16

Isaayyaas 65:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamummaa.” Kal., “Ameen.”

  • *

    Ykn., “amanamummaatiin.” Kal., “Ameeniin.”

  • *

    Ykn., “rakkinni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:13
  • +Isa 12:1; Er 31:12; Sef 3:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2023, ful. 2

Isaayyaas 65:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 5:2; Isa 51:16; 66:22; 2Ph 3:13
  • +Mul 21:1, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 112

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 26

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    2/2017, ful. 7

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2012, ful. 30

    1/1/2009, ful. 18-19

    Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, ful. 27-28

Isaayyaas 65:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:11

Isaayyaas 65:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 62:4; Er 32:41
  • +Isa 25:8; Er 31:12

Isaayyaas 65:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Namni umuriin isaa waggaa dhibba utuu hin guutin duʼes akka abaaramaatti ilaalama.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2018, ful. 11

Isaayyaas 65:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:4
  • +Isa 62:8; Amo 9:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 27

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 261-262, 267

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2012, ful. 9

Isaayyaas 65:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 92:12-14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 27

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 5

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 261-262, 267

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2009, ful. 16

Isaayyaas 65:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jabaatanii hin hojjetan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:3-5; Kes 28:4
  • +Isa 66:22
  • +Isa 61:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 27

Isaayyaas 65:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:9; Hos 2:18
  • +Isa 2:3, 4; 11:6-9; Mik 4:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2012, ful. 9-10

Yaada Wal Simu

Isa. 65:1Isa 55:6, 7
Isa. 65:1Rom 10:20, 21
Isa. 65:2Kes 31:27; Nah 9:29; Zak 7:11
Isa. 65:2Isa 59:7, 8; Er 5:23; 35:15
Isa. 65:32Mo 17:16, 17; Er 32:29
Isa. 65:3Isa 1:29; 66:17
Isa. 65:4Lak 19:16
Isa. 65:4Lew 11:7, 8; Isa 66:17
Isa. 65:4Kes 14:3
Isa. 65:6Fr 50:3, 21; Er 16:18; His 11:21
Isa. 65:7Bau 20:4, 5; Lew 26:39
Isa. 65:71Mo 22:41, 43; 2Mo 12:3
Isa. 65:8Er 30:11; Amo 9:8
Isa. 65:9Isa 60:21; His 37:21; Oba 17
Isa. 65:9Isa 61:7; Sef 3:20
Isa. 65:10Isa 33:9
Isa. 65:10Iya 7:24; Hos 2:15
Isa. 65:11Isa 1:4
Isa. 65:112Se 28:24; 34:25
Isa. 65:12Lew 26:25; His 6:13
Isa. 65:12His 9:6
Isa. 65:122Se 36:15, 16
Isa. 65:12Isa 66:3
Isa. 65:13Fr 37:19, 25; Amo 8:11
Isa. 65:13Isa 49:10
Isa. 65:13Isa 66:14
Isa. 65:13Isa 66:5
Isa. 65:15Isa 62:2; Er 33:16
Isa. 65:16Kes 6:13
Isa. 65:16Isa 12:1; Er 31:12; Sef 3:14, 15
Isa. 65:17Iz 5:2; Isa 51:16; 66:22; 2Ph 3:13
Isa. 65:17Mul 21:1, 4
Isa. 65:18Isa 51:11
Isa. 65:19Isa 62:4; Er 32:41
Isa. 65:19Isa 25:8; Er 31:12
Isa. 65:21Er 31:4
Isa. 65:21Isa 62:8; Amo 9:14
Isa. 65:22Fr 92:12-14
Isa. 65:23Lew 26:3-5; Kes 28:4
Isa. 65:23Isa 66:22
Isa. 65:23Isa 61:9
Isa. 65:25Isa 35:9; Hos 2:18
Isa. 65:25Isa 2:3, 4; 11:6-9; Mik 4:2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 65:1-25

Isaayyaas

65 “Warri na hin gaafanne akka na barbaaddatan nan heyyame;

Warri na hin barbaaddanne akka na argatan nan heyyame.+

Saba maqaa koo hin waammanneen, ‘Kunoo asan jira, kunoo asan jira!’ nan jedhe.+

 2 Ani guyyaa guutuu gara saba didaa+ taʼetti,

Gara warra yaada mataa isaanii duukaa buʼuudhaan

Daandii sirrii hin taane irra deemanitti+ harka koo nan diriirse;

 3 Isaan saba yeroo hundumaa fuula koo duratti,+

Iddoo biqiltuu keessatti aarsaa dhiheessuudhaan,+ xuubii irrattis aarsaa aarfamu dhiheessudhaan na dheekkamsiisani dha.

 4 Isaan iddoowwan awwaalchaa gidduu ni taaʼu,+

Iddoowwan dhokatoo* keessas ni bulu,

Foon booyyee ni nyaatu,+

Maraqiin wantoota jibbisiisoo* taʼaniis distiiwwan isaanii keessa jira.+

 5 Isaan, ‘Ani si caalaa qulqulluu waanan taʼeef,*

Achuma turi; natti hin dhihaatin’ jedhu.

Namoonni kun akkuma aara funyaan koo keessa jiruu, akkuma ibidda guyyaa guutuu bobaʼuu ti.

 6 Kunoo, kun na duratti barreeffameera;

Ani calluma jedhee hin dhaabbadhu,

Kanaa mannaa, gatii isaanii isaaniif nan deebisa,+

Gatii isaanii guutummaatti* isaaniif nan deebisa,

 7 Balleessaa isaaniitiif, balleessaa abbootii isaaniitiifis gatii isaanii isaaniif nan deebisa.+

Isaan gaarota irratti aarsaa aarfamu waan dhiheessaniif,

Tabbawwan irrattis waan na arrabsaniif,+

Ani jalqaba irratti isaaniif gatii isaanii guutummaatti* nan deebisa” jedha Yihowaan.

 8 Yihowaan akkana jedha:

“Akkuma yeroo firii wayinii walitti tuutaʼe irratti wayinii haaraan argamu

Namni tokko, ‘Wanti gaariin muraasni* isa irra waan jiruuf, isa hin balleessinaa’ jedhutti,

Anis tajaajiltoota kootiif jedhee akkanuma nan godha,

Hunduma isaaniis hin balleessu.+

 9 Ani Yaaqoob keessaa sanyii tokko,

Yihudaa keessaas isa gaarota koo dhaalu nan baasa;+

Warri ani filadhe isa ni dhaalu,

Tajaajiltoonni koos achi ni jiraatu.+

10 Saba koo warra na barbaaddataniif,

Shaaron+ iddoo hoolonni itti dheedan,

Sululli* Akooris+ bakka loon itti boqotan ni taʼa.

11 Isin garuu warra Yihowaa dhiistan,+

Warra gaara koo isa qulqulluu irraanfattan,+

Warra waaqa Milkii Gaariitiif maaddii qopheessitan,

Warra waaqa Hireetiif xoofoowwanitti daadhii wayinii walitti makame guuttani dha.

12 Kanaafuu, ani hiree keessan goraadeedhaan duʼuu nan godha,+

Hundi keessanis gorraʼamuuf* ni gombifamtu,+

Sababiin isaas, yeroon isin waametti deebii naaf hin kennine,

Yeroon dubbadhettis na hin dhaggeeffanne;+

Isin wanta na duratti hamaa taʼe gochuu keessan itti fuftaniittu,

Wanta na hin gammachiisnes filattaniittu.”+

13 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

“Kunoo, tajaajiltoonni koo ni nyaatu, isin garuu ni beeloftu.+

Kunoo, tajaajiltoonni koo ni dhugu,+ isin garuu ni dheebottu.

Kunoo, tajaajiltoonni koo ni gammadu,+ isin garuu ni qaanoftu.+

14 Kunoo, tajaajiltoonni koo gammachuu garaa isaaniitiin kan kaʼe ni ililchu,

Isin garuu garaan keessan waan gaddeef ni iyyitu,

Hafuurri keessan waan cabeef* ni gadooddu.

15 Isin maqaa isa warri ani filadhe akka abaarsaatti itti fayyadaman sana ni dhiistu,

Yihowaan Gooftaa Ol Aanaanis tokkoon tokkoon keessan ni ajjeesa,

Tajaajiltoota isaa garuu maqaa kan biraatiin ni waama;+

16 Kunis kan taʼe, nama lafa irratti eebba argachuu barbaadu kam iyyuu

Waaqni dhugaa* akka isa eebbisuuf,

Namni lafa irratti kakaa kakatu kam iyyuus,

Waaqa dhugaatiin* akka kakatuufi.+

Sababiin isaas, dhiphinni* duraanii ni irraanfatama;

Fuula koo duraas ni dhokata.+

17 Kunoo, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa uumaan jira;+

Wantoonni duraanii hin yaadataman,

Garaa keessas hin taaʼan.+

18 Kanaafuu, wantan uumaa jirutti bara baraaf gammadaa, ililchaas.

Sababiin isaas, kunoo, Yerusaalemiin ililchuudhaaf,

Saba ishiis gammachuudhaaf uumaan jira.+

19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+

Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+

20 “Kana booda daaʼimni guyyoota muraasa qofa jiraatus taʼe

Maanguddoon umurii utuu hin quufin duʼu achitti hin argamu.

Namni umuriin isaa waggaa dhibba taʼee duʼu kam iyyuu akkuma ijoollummaa isaatti duʼetti ilaalama,

Namni cubbamaanis umuriin isaa waggaa dhibba yoo taʼe illee abaaramaa ni taʼa.*

21 Isaan manneen ni ijaaru, keessas ni jiraatu,+

Mukeetii wayinii ni dhaabu, firii isaaniis ni nyaatu.+

22 Mana isaan ijaaran keessa namni kan biraan hin jiraatu,

Muka wayinii isaan dhaabanis namoonni kan biroon hin nyaatan.

Sababiin isaas, umuriin saba kootii akkuma umurii mukaa ni taʼa,+

Warri ani filadhes hojii harka isaaniitti guutummaatti ni gammadu.

23 Isaan akkanumaan hin dhamaʼan,*+

Dhiphinaafis ijoollee hin godhatan,

Sababiin isaas, isaanis taʼan ijoolleen isaanii,+

Sanyii warra Yihowaan eebbise sanaa ti.+

24 Utuu isaan na hin waamin ani nan owwaadha;

Utuma isaan dubbachaa jiraniis isaan nan dhagaʼa.

25 Yeeyyiinii fi xobbaallaan hoolaa waliin ni sooratu,

Leenci akkuma qotiyyoo galabaa ni nyaata,+

Boftis biyyoo ni nyaata.

Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti miidhaas taʼe badiisa akkamii iyyuu hin geessisan”+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi