LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 17:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “aarsaadhaan.”

  • *

    Ykn., “tasgabbiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:16; Fak 15:16, 17; 21:9, 19

Fakkeenya 17:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:21
  • +Fr 26:2; Fak 21:2; 24:12

Fakkeenya 17:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 5:31

Fakkeenya 17:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:31
  • +Fak 24:17; Oba 12

Fakkeenya 17:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Warris.”

  • *

    Ykn., “ijoollee.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 130

Fakkeenya 17:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaariin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:7
  • +Fak 16:10

Fakkeenya 17:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhagaa ulfina namaaf argamsiisuu ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 32:20; 2Sa 16:1
  • +1Sa 25:18, 35; Fak 18:16; 19:6

Fakkeenya 17:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “balleessaa haguugu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:12; 1Ph 4:8
  • +Fak 16:28

Fakkeenya 17:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:22
  • +Fr 141:5; Fak 9:8

Fakkeenya 17:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 18:15; 20:1, 22; 1Mo 2:22, 24

Fakkeenya 17:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:3

Fakkeenya 17:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 12:8-10

Fakkeenya 17:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “bishaan gad yaasuu ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 13:8, 9; Fak 25:8; Mat 5:39; Rom 12:18

Fakkeenya 17:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:7; 1Mo 21:13; Isa 5:22, 23

Fakkeenya 17:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hubannaa utuu hin qabaatin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:22; Rom 1:20, 21

Fakkeenya 17:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:24; Yoh 15:13
  • +Rut 1:16, 17; 1Sa 19:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2023, ful. 14-15

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 158, 183

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2011, ful. 20

Fakkeenya 17:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:15; 22:26, 27

Fakkeenya 17:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 3:16
  • +2Sa 15:2-4

Fakkeenya 17:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wanta gaarii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:26; Fak 6:14, 15

Fakkeenya 17:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:22-25; 8:1-3; 2Sa 15:14

Fakkeenya 17:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayyisuuf.”

  • *

    Ykn., “Abdii kutachuun.”

  • *

    Ykn., “lafee gogsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:25; 15:13
  • +Fak 18:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 158

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 2

Fakkeenya 17:23

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Mattaʼaa bobaa keessa jiru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:8

Fakkeenya 17:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 2:14

Fakkeenya 17:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:20

Fakkeenya 17:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “irratti adaba muruun.”

Fakkeenya 17:27

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuurri isaa qabbanaaʼaa dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:19; Yaq 1:19
  • +Fak 15:4; Lal 9:17; Yaq 3:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2020, ful. 9

Yaada Wal Simu

Fak. 17:1Fr 37:16; Fak 15:16, 17; 21:9, 19
Fak. 17:3Fak 27:21
Fak. 17:3Fr 26:2; Fak 21:2; 24:12
Fak. 17:4Er 5:31
Fak. 17:5Fak 14:31
Fak. 17:5Fak 24:17; Oba 12
Fak. 17:7Fak 26:7
Fak. 17:7Fak 16:10
Fak. 17:8Uma 32:20; 2Sa 16:1
Fak. 17:81Sa 25:18, 35; Fak 18:16; 19:6
Fak. 17:9Fak 10:12; 1Ph 4:8
Fak. 17:9Fak 16:28
Fak. 17:10Fak 27:22
Fak. 17:10Fr 141:5; Fak 9:8
Fak. 17:112Sa 18:15; 20:1, 22; 1Mo 2:22, 24
Fak. 17:12Fak 27:3
Fak. 17:132Sa 12:8-10
Fak. 17:14Uma 13:8, 9; Fak 25:8; Mat 5:39; Rom 12:18
Fak. 17:15Bau 23:7; 1Mo 21:13; Isa 5:22, 23
Fak. 17:16Fak 1:22; Rom 1:20, 21
Fak. 17:17Fak 18:24; Yoh 15:13
Fak. 17:17Rut 1:16, 17; 1Sa 19:2
Fak. 17:18Fak 11:15; 22:26, 27
Fak. 17:19Yaq 3:16
Fak. 17:192Sa 15:2-4
Fak. 17:20Fr 18:26; Fak 6:14, 15
Fak. 17:211Sa 2:22-25; 8:1-3; 2Sa 15:14
Fak. 17:22Fak 12:25; 15:13
Fak. 17:22Fak 18:14
Fak. 17:23Bau 23:8
Fak. 17:24Lal 2:14
Fak. 17:25Fak 15:20
Fak. 17:27Fak 10:19; Yaq 1:19
Fak. 17:27Fak 15:4; Lal 9:17; Yaq 3:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 17:1-28

Fakkeenya

17 Mana utuu lolli jiruu affeerraadhaan* guutame mannaa

Bakka nagaan* jirutti cabaa daabboo goggogaa nyaachuu wayya.+

 2 Tajaajilaan hubannaa qabu ilma gocha qaanessaa raawwatu irratti bulchaa taʼa;

Obboloota keessaa akka isa tokkoottis dhaala argata.

 3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+

Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+

 4 Namni hamaan dubbii nama miidhu xiyyeeffannaadhaan dhagaʼa,

Namni gowwoomsaa raawwatus arraba wanta hamaa dubbatu dhaggeeffata.+

 5 Namni hiyyeessatti qoosu hundi Uumaa isaa arrabsa,+

Namni badiisa namaatti gammadus utuu hin adabamin hin hafu.+

 6 Ijoolleen ijoollee gonfoo maanguddootaa ti,

Abbootiinis* ulfina ilmaan* isaanii ti.

 7 Dubbii qajeelaan* nama gowwaa irraa hin eegamu.+

Caalaatti immoo dubbiin sobaa bulchaa tokko irraa hin eegamu!+

 8 Kennaan tokko abbaa isaatiif akkuma dhagaa gatii guddaa qabuu ti;*+

Bakka deemu hundumaattis milkaaʼina isaaf ni argamsiisa.+

 9 Namni balleessaadhaaf dhiifama godhu* hundi jaalala barbaada,+

Namni dhimma tokko irra deddeebiʼee dubbatu garuu michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+

10 Nama gowwaa taʼe siʼa dhibba rukutuu mannaa+

Nama hubannaa qabu siʼa tokko ifachuun faayidaa guddaa argamsiisa.+

11 Namni hamaan fincila qofa barbaada,

Ergamaan gara jabeessi garuu akka isa adabu ni ergama.+

12 Nama gowwaa gowwummaa raawwatuu wajjin wal arguu mannaa

Amaaketa ilmoolee ishii dhabdee wajjin walitti dhufuu wayya.+

13 Namni wanta gaariidhaaf wanta hamaa deebisu kam iyyuu,

Wanti hamaan mana isaa keessaa hin dhabamu.+

14 Lola kaasuun akkuma hidha bishaanii cabsuu ti;*

Lolli kaʼuu isaa dura bakka sanaa deemi.+

15 Namni nama hamaa bilisa baasus taʼe namni nama qajeelaa balaaleffatu kam iyyuu+

Yihowaa duratti jibbisiisaa dha.

16 Namni gowwaan garaa ogummaa itti argatu utuu hin qabaatin*

Karaa itti ogummaa argatu qabaachuun isaa maal isa fayyada?+

17 Michuu dhugaan yeroo hundumaa jaalala argisiisa,+

Inni obboleessa yeroo dhiphinaatiif dhalate dha.+

18 Namni hubannaa* hin qabne ollaa isaa duratti wabii taʼuuf,

Harka rukutee walii galtee raawwata.+

19 Namni lola jaallatu yakka jaallata.+

Namni karra isaa ol dheeressee ijaaru kam iyyuu kufaatii ofitti waama.+

20 Namni garaan isaa jalʼaa taʼe milkaaʼina* hin argatu,+

Namni dubbii gowwoomsaa dubbatus badiisa keessatti kufa.

21 Namni mucaa gowwaa dhalche gaddatu irra gaʼa;

Abbaan mucaa hubannaa hin qabnees gammachuu hin qabu.+

22 Garaan gammade qoricha* gaarii dha,+

Hafuurri cabe* garuu humna namaa laaffisa.*+

23 Namni hamaan daandii haqaa jalʼisuuf

Dhoksaatti mattaʼaa* fudhata.+

24 Ogummaan kallattiidhaan nama hubannaa qabu dura jira,

Ijji nama gowwaa garuu hamma handaara lafaatti asii fi achi joora.+

25 Ilmi gowwaan abbaa isaatti gadda fida,

Garaa haadha isa deessees ni gaddisiisa.+

26 Nama qajeelaa adabuun* gaarii miti,

Namoota kabajamoo garafuunis wanta sirrii taʼe mormuu dha.

27 Namni beekumsa qabu qusatee dubbata,+

Namni hubannaa qabus tasgabbaaʼaa dha.*+

28 Namni gowwaan calluma jedhu illee akka ogeessaatti ilaalama,

Namni afaan isaa qabatus akka hubataatti ilaalama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi