LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 19:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:16; 28:6; Yaq 2:5

Fakkeenya 19:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

  • *

    Kal., “miila isaatiin ariifatee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 10:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2020, ful. 4-5

Fakkeenya 19:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 10-14

Fakkeenya 19:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:20

Fakkeenya 19:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 19:18, 19
  • +Fak 19:9

Fakkeenya 19:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjaa.”

Fakkeenya 19:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:20
  • +Lal 9:14, 15; Yaq 2:2, 3

Fakkeenya 19:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “garaa.”

  • *

    Ykn., “lubbuu isaatiif.”

  • *

    Kal., “wanta gaarii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:32
  • +Fak 2:2, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 128

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 108

Fakkeenya 19:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 19:5; Mul 21:8

Fakkeenya 19:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 3:24, 38, 39; Fak 30:21, 22; Lal 10:7

Fakkeenya 19:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:29; 16:32; Yaq 1:19
  • +Uma 50:19-21; Mat 18:21, 22; Efe 4:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 224

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 56

Fakkeenya 19:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “leenca saafelaa ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:14; 20:2; Dan 2:12

Fakkeenya 19:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 16:21, 22
  • +Fak 21:9, 19; 27:15

Fakkeenya 19:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 24:14; Fak 18:22; 31:10

Fakkeenya 19:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:21; 24:33, 34; 2Ta 3:10

Fakkeenya 19:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:17
  • +Fak 15:32

Fakkeenya 19:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa ni badhaasa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:7, 8; Fr 37:25, 26; Ibr 13:16
  • +Fak 11:24; Mat 5:7; Ibr 6:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 155

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 248

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 29

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2016, ful. 27

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2010, ful. 19

Fakkeenya 19:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Duʼa isaa hin barbaadin.” Kal., “Duʼa isaatiif lubbuu kee hin kaasin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:24; 22:6, 15
  • +1Sa 3:12, 13

Fakkeenya 19:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 24:16-18; 26:21

Fakkeenya 19:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 8:14, 16; Fak 4:13; Ibr 12:7, 11

Fakkeenya 19:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kaayyoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 11:6, 7; 50:19, 20; Fak 21:30; Dan 4:35; HoE 5:38, 39

Fakkeenya 19:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 6:8

Fakkeenya 19:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:27; Mil 3:16
  • +Fak 12:21

Fakkeenya 19:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:9-11; 15:19; 24:30, 31; 26:14, 15

Fakkeenya 19:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:5
  • +Kes 25:2
  • +Fak 9:9; 21:11

Fakkeenya 19:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:12; Lew 20:9; Fak 20:20; 30:17

Fakkeenya 19:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 21:9, 10
  • +Fak 4:16, 17

Fakkeenya 19:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:12
  • +Fak 10:13; 26:3

Yaada Wal Simu

Fak. 19:1Fak 15:16; 28:6; Yaq 2:5
Fak. 19:2Rom 10:2
Fak. 19:4Fak 14:20
Fak. 19:5Kes 19:18, 19
Fak. 19:5Fak 19:9
Fak. 19:7Fak 14:20
Fak. 19:7Lal 9:14, 15; Yaq 2:2, 3
Fak. 19:8Fak 15:32
Fak. 19:8Fak 2:2, 5
Fak. 19:9Fak 19:5; Mul 21:8
Fak. 19:102Sa 3:24, 38, 39; Fak 30:21, 22; Lal 10:7
Fak. 19:11Fak 14:29; 16:32; Yaq 1:19
Fak. 19:11Uma 50:19-21; Mat 18:21, 22; Efe 4:32
Fak. 19:12Fak 16:14; 20:2; Dan 2:12
Fak. 19:132Sa 16:21, 22
Fak. 19:13Fak 21:9, 19; 27:15
Fak. 19:14Uma 24:14; Fak 18:22; 31:10
Fak. 19:15Fak 23:21; 24:33, 34; 2Ta 3:10
Fak. 19:16Fak 16:17
Fak. 19:16Fak 15:32
Fak. 19:17Kes 15:7, 8; Fr 37:25, 26; Ibr 13:16
Fak. 19:17Fak 11:24; Mat 5:7; Ibr 6:10
Fak. 19:18Fak 13:24; 22:6, 15
Fak. 19:181Sa 3:12, 13
Fak. 19:191Sa 24:16-18; 26:21
Fak. 19:20Kes 8:14, 16; Fak 4:13; Ibr 12:7, 11
Fak. 19:21Uma 11:6, 7; 50:19, 20; Fak 21:30; Dan 4:35; HoE 5:38, 39
Fak. 19:22Mik 6:8
Fak. 19:23Fak 14:27; Mil 3:16
Fak. 19:23Fak 12:21
Fak. 19:24Fak 6:9-11; 15:19; 24:30, 31; 26:14, 15
Fak. 19:25Fak 15:5
Fak. 19:25Kes 25:2
Fak. 19:25Fak 9:9; 21:11
Fak. 19:26Bau 20:12; Lew 20:9; Fak 20:20; 30:17
Fak. 19:281Mo 21:9, 10
Fak. 19:28Fak 4:16, 17
Fak. 19:29Fak 9:12
Fak. 19:29Fak 10:13; 26:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 19:1-29

Fakkeenya

19 Gowwaa taʼanii soba dubbachuu mannaa

Hiyyeessa taʼanii amanamummaadhaan deddeebiʼuu wayya.+

 2 Namni* beekumsa hin qabne gaarii miti,+

Namni ariifatee* wanta tokko raawwatus cubbuu hojjeta.

 3 Gowwummaan namaa daandii isaa ni jalʼisa,

Garaan isaas Yihowaatti ni dheekkama.

 4 Qabeenyi michoota hedduu argamsiisa,

Nama hiyyeessa taʼe garuu michuun isaa illee isa dhiisa.+

 5 Namni sobaan ragaa baʼu utuu hin adabamin hin hafu,+

Namni yeroo dubbatu hundumaatti sobus adaba jalaa hin oolu.+

 6 Namoonni hedduun nama guddaa* biratti fudhatama argachuu barbaadu,

Nama kennaa namaaf kennuufis namni hundi michuu dha.

 7 Nama hiyyeessa obboloonni isaa hundi isa jibbu;+

Michoonni isaa immoo hammam caalaatti isa irraa haa fagaatan ree!+

Inni isaan kadhachaa isaan duukaa buʼa, garuu namni tokko illee deebii isaaf hin kennu.

 8 Namni hubannaa* qabu kam iyyuu ofiif* jaalala qaba.+

Namni hubannaadhaaf bakka guddaa kennu kam iyyuu milkaaʼina* argata.+

 9 Namni sobaan ragaa baʼu utuu hin adabamin hin hafu,

Namni yeroo dubbatu hundumaatti sobus ni bada.+

10 Gowwaan jireenya qananii jiraachuun isaa sirrii miti;

Tajaajilaan tokko bulchitoota bulchuun isaa immoo caalaatti sirrii miti!+

11 Hubannaan, namni tokko aariin isaa akka qabbanaaʼu godha,+

Balleessaa tuffatee bira darbuun isaas miidhagina isaaf ni kenna.+

12 Aariin mootii akkuma gururiʼuu leencaa ti,*+

Isa biratti fudhatama argachuun garuu akkuma fixeensa biqiltuu irra jiruu ti.

13 Ilmi gowwaan abbaa isaa irratti rakkina fida,+

Haati manaa nyakkistuu taates akkuma baaxii yeroo hunda dhimmisuu ti.+

14 Mannii fi qabeenyi abbootii irraa dhaalama,

Haati manaa hubattuun garuu Yihowaa biraa argamti.+

15 Dhibaaʼummaan hirriba cimaa namatti buusa,

Namni* siʼaayina hin qabnes ni beelaʼa.+

16 Namni ajaja eegu lubbuu isaa ni eeggata;+

Namni daandii isaatiif dantaa hin qabne ni duʼa.+

17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+

Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+

18 Yeroo abdiin jirutti ilma kee adabi,+

Duʼa isaatiifis itti gaafatamaa hin taʼin.*+

19 Namni dafee aaru ni adabama;

Adaba irraa isa oolchuuf yoo yaalte, irra deddeebitee akkana gochuuf dirqamta.+

20 Booda irratti ogeessa akka taatuuf,

Gorsa dhagaʼi, adabas fudhadhu.+

21 Karoorri garaa namaa keessa jiru hedduu dha,

Jabaatee kan dhaabbatu garuu gorsa* Yihowaa ti.+

22 Wanti guddaan nama keessa jiru jaalala amanamaa inni qabu dha;+

Sobduu taʼuu mannaa hiyyeessa taʼuu wayya.

23 Yihowaa sodaachuun jireenyatti geessa;+

Namni isa sodaatu boqonnaa nama gammachiisu qabaata, miidhaa irraas walaba taʼa.+

24 Namni dhibaaʼaan harka isaa saanii golboo keessa ni kaaʼa,

Garuu gara afaan isaatti deebisee fiduuf illee ni rakkata.+

25 Namni muuxannoo hin qabne abshaala+ akka taʼuuf nama qoostuu taʼe rukuti,+

Beekumsa dabalataa akka argatuufis nama hubannaa qabu ifadhu.+

26 Namni abbaa isaa miidhuu fi haadha isaa ariʼu

Ilma qaanii fi salphina namatti fidu dha.+

27 Yaa ilma koo, adaba dhagaʼuu yoo dhiiste,

Dubbii beekumsaa irraa gorta.

28 Ragaa baatuun gatii hin qabne haqatti ni qoosa,+

Afaan hamootaas wanta hamaa liqimsa.+

29 Murtiin warra qoostuu taʼaniif,+

Rukuttaanis dugda gowwootaatiif qophaaʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi