LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 16:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Garaa qindeeffachuun kan namaa ti.”

  • *

    Ykn., “deebii sirriin.” Kal., “deebiin arrabaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 1:9; Luq 12:11, 12

Fakkeenya 16:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qulqulluu.”

  • *

    Kal., “hafuura.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:13, 14; Fr 36:1, 2; Fak 21:2; Er 17:9
  • +1Sa 16:6, 7; Fak 24:12

Fakkeenya 16:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Hojiiwwan kee Yihowaa irratti gati.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:5; Flp 4:6, 7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 40

Fakkeenya 16:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:4; Rom 9:21

Fakkeenya 16:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:16, 17; 8:13; 21:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2019, ful. 24

Fakkeenya 16:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 3:19
  • +Nah 5:8, 9; 2Qo 7:1

Fakkeenya 16:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 31:24; Bau 34:24

Fakkeenya 16:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:16; Er 17:11; 1Xi 6:6

Fakkeenya 16:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:1; Er 10:23

Fakkeenya 16:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 17:18, 19; 1Mo 3:28
  • +Fr 72:1, 14

Fakkeenya 16:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:36; Fak 11:1

Fakkeenya 16:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 29:14; Mul 19:11
  • +Fak 20:26

Fakkeenya 16:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 101:6

Fakkeenya 16:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni hambisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 22:17, 18; 1Mo 2:29
  • +Lal 10:4

Fakkeenya 16:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:1, 6

Fakkeenya 16:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:12
  • +Fak 4:7

Fakkeenya 16:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:9

Fakkeenya 16:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Boonuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:2; Dan 4:30-32

Fakkeenya 16:19

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuura gad qabame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 57:15

Fakkeenya 16:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wanta gaarii.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2011, ful. 25

Fakkeenya 16:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubbiin namatti tolus.” Kal., “Miʼaayinni hidhiis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:7
  • +Luq 4:22; Qol 4:6

Fakkeenya 16:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 22:17, 18; Mat 12:35

Fakkeenya 16:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Afaanitti.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:20-22; 12:18

Fakkeenya 16:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:12; Mat 7:22, 23

Fakkeenya 16:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Afaan.”

  • *

    Ykn., “lubbuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 6:7

Fakkeenya 16:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:12, 14
  • +Yaq 3:6

Fakkeenya 16:28

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hammina yaadu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 3:16
  • +Uma 3:1; 1Sa 24:9; Rom 16:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 51

Fakkeenya 16:31

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ulfinaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 92:12-14
  • +Lew 19:32; Iyo 32:7; Fak 20:29

Fakkeenya 16:32

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuura isaa irratti bulchu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:29; Yaq 1:19
  • +Fak 25:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2019, ful. 6

Fakkeenya 16:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:55; Fak 18:18
  • +1Sa 14:41, 42; HoE 1:24, 26

Yaada Wal Simu

Fak. 16:1Er 1:9; Luq 12:11, 12
Fak. 16:21Sa 15:13, 14; Fr 36:1, 2; Fak 21:2; Er 17:9
Fak. 16:21Sa 16:6, 7; Fak 24:12
Fak. 16:3Fr 37:5; Flp 4:6, 7
Fak. 16:4Bau 14:4; Rom 9:21
Fak. 16:5Fak 6:16, 17; 8:13; 21:4
Fak. 16:6HoE 3:19
Fak. 16:6Nah 5:8, 9; 2Qo 7:1
Fak. 16:7Uma 31:24; Bau 34:24
Fak. 16:8Fr 37:16; Er 17:11; 1Xi 6:6
Fak. 16:9Fak 16:1; Er 10:23
Fak. 16:10Kes 17:18, 19; 1Mo 3:28
Fak. 16:10Fr 72:1, 14
Fak. 16:11Lew 19:36; Fak 11:1
Fak. 16:12Fak 29:14; Mul 19:11
Fak. 16:12Fak 20:26
Fak. 16:13Fr 101:6
Fak. 16:141Sa 22:17, 18; 1Mo 2:29
Fak. 16:14Lal 10:4
Fak. 16:15Fr 72:1, 6
Fak. 16:16Lal 7:12
Fak. 16:16Fak 4:7
Fak. 16:17Fak 10:9
Fak. 16:18Fak 11:2; Dan 4:30-32
Fak. 16:19Isa 57:15
Fak. 16:21Fak 4:7
Fak. 16:21Luq 4:22; Qol 4:6
Fak. 16:23Fak 22:17, 18; Mat 12:35
Fak. 16:24Fak 4:20-22; 12:18
Fak. 16:25Fak 14:12; Mat 7:22, 23
Fak. 16:26Lal 6:7
Fak. 16:27Fak 6:12, 14
Fak. 16:27Yaq 3:6
Fak. 16:28Yaq 3:16
Fak. 16:28Uma 3:1; 1Sa 24:9; Rom 16:17
Fak. 16:31Fr 92:12-14
Fak. 16:31Lew 19:32; Iyo 32:7; Fak 20:29
Fak. 16:32Fak 14:29; Yaq 1:19
Fak. 16:32Fak 25:28
Fak. 16:33Lak 26:55; Fak 18:18
Fak. 16:331Sa 14:41, 42; HoE 1:24, 26
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 16:1-33

Fakkeenya

16 Namni yaada garaa isaa ni qopheeffata,*

Deebiin inni kennu* garuu Yihowaa biraa dhufa.+

 2 Namni daandiin isaa hundi sirrii* fakkaatee itti mulʼata,+

Yihowaan garuu kakaʼumsa* namootaa ni qora.+

 3 Wanta raawwattu hundumaa Yihowaatti kennadhu,*+

Karoorri kees siif ni milkaaʼa.

 4 Yihowaan kaayyoo isaa raawwachuuf wanta hundumaa tolcheera,

Hamoota warra guyyaa badiisaatti adabaman illee kaayyoo isaatiif qopheesseera.+

 5 Namni garaa isaatti boonu hundi Yihowaa duratti jibbisiisaa dha.+

Inni utuu hin adabamin akka hin hafne mirkanaaʼaa taʼi.

 6 Jaalala amanamaa fi amanamummaadhaan balleessaadhaaf araarri ni argama,+

Namnis Yihowaa sodaachuudhaan wanta hamaa irraa ni fagaata.+

 7 Yihowaan daandii namaatti yommuu gammadu,

Diinonni isaa illee isaa wajjin nagaa akka qabaatan godha.+

 8 Jalʼina haqaatiin galii guddaa argachuu mannaa,

Qajeelummaadhaan wanta xinnoo argachuu wayya.+

 9 Namni garaa isaa keessatti daandii isaa ni karoorfata,

Tarkaanfii isaa kan isaaf qajeelchu garuu Yihowaa dha.+

10 Mootiin murtii Waaqayyoo dubbachuu qaba;+

Matumaa haqa jalʼisuu hin qabu.+

11 Safartuunii fi madaalliin sirrii taʼe Yihowaa biraa argama;

Dhagoonni madaallii korojoo keessatti argaman hundis hojiiwwan harka isaa ti.+

12 Teessoon jabaatee kan dhaabbatu qajeelummaadhaan waan taʼeef,+

Gochi hamaan mootota biratti jibbisiisaa dha.+

13 Dubbii qajeelaan mootota ni gammachiisa.

Isaan nama dhugaa dubbatu ni jaallatu.+

14 Aariin mootii akkuma ergamaa duʼaa ti,+

Namni ogeessi garuu isa ni qabbaneessa.*+

15 Ifa fuula mootii keessa jireenyi jira;

Isa biratti fudhatama argachuun akkuma duumessa bokkaa arfaasaa fiduu ti.+

16 Warqii mannaa ogummaa argachuun caalmaa guddaa qaba!+

Hubannaa argachuunis meetii argachuu irra filatamaa dha.+

17 Qajeelonni daandii hamminaa irraa ni fagaatu.

Namni daandii isaa eeggatu kam iyyuu lubbuu isaa oolfata.+

18 Koorri* kufaatii dura jira,

Hafuurri of tuulummaas gufannaa dura jira.+

19 Boojuu warra of tuulanii hirachuu mannaa

Warra garraamii gidduutti gad of qabuu* wayya.+

20 Namni dhimma tokko irratti hubannaa akka qabu argisiisu milkaaʼina* argata,

Namni Yihowaatti amanamus gammadaa dha.

21 Namni garaan isaa ogeessa taʼe, nama hubannaa qabu jedhama,+

Namni gaarummaadhaan dubbatus* dandeettii amansiisuu qaba.+

22 Hubannaan warra ishii argataniif madda jireenyaa ti,

Gowwoonni garuu gowwummaa isaaniitiin ni adabamu.

23 Garaan nama ogeessa taʼee afaan isaatiif hubannaa kenna,+

Dubbii isaatiifis dandeettii amansiisuu dabala.

24 Dubbiin nama gammachiisu dhaaba dammaa ti,

Lubbuutti* ni miʼaawa, lafees ni fayyisa.+

25 Daandiin sirrii fakkaatee namatti mulʼatu jira,

Dhuma irratti garuu gara duʼaatti geessa.+

26 Beelli* isaa waan isa dirqisiisuuf,

Namni hojjetaa taʼe fedhiin nyaataa* isaa cimee akka hojjetu isa godha.+

27 Namni gatii hin qabne wanta hamaa taʼe qotee baasa;+

Dubbiin isaa akka ibidda waxaluu ti.+

28 Namni rakkina uumu* lola kakaasa,+

Namni maqaa balleessus michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+

29 Namni hamaan ollaa isaa gowwoomsa,

Daandii dogoggoraa irras isa oofa.

30 Inni hammina yaadee ija isaatiin dubbata.

Hidhii isaa ciniinnatee gocha hamminaa raawwata.

31 Daandii qajeelummaa irra deemuudhaan yommuu argamu+

Harriin gonfoo miidhaginaa* ti.+

32 Namni dafee hin aarre+ nama jabaa irra,

Namni aarii isaa toʼatus* nama magaalaa injifatu irra wayya.+

33 Carraan gudeeda irratti buufama,+

Wanti karaa isaa murteeffamu hundi garuu Yihowaa biraa dhufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi