LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 20:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 9:20, 21; Fak 23:29-35
  • +Isa 28:7
  • +1Qo 6:10; Gal 5:21; Efe 5:18

Fakkeenya 20:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Sodaachisuun.”

  • *

    Ykn., “leenca saafelaa ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 19:12; Lal 10:4
  • +1Mo 2:22-24

Fakkeenya 20:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:29; 2Xi 2:23
  • +Fak 18:6; Lal 7:9

Fakkeenya 20:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Yeroo makaraatti ni barbaada, garuu homaa hin argatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:10, 11; 2Ta 3:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2019, ful. 11

Fakkeenya 20:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Gorsi.”

Fakkeenya 20:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ilmaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 1:1; Luq 1:5, 6
  • +Fr 37:25, 26

Fakkeenya 20:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 7:7
  • +1Mo 3:28; Fr 72:1, 4; Fak 16:12

Fakkeenya 20:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 14:4
  • +Fr 51:5; Lal 7:20; Yaq 3:2

Fakkeenya 20:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dhagaan madaallii adda addaa lamaa fi miini safaraa adda addaa lama.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:1; Amo 8:5; Mik 6:11

Fakkeenya 20:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 22:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2016, ful. 4-5

Fakkeenya 20:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 4:11

Fakkeenya 20:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:4
  • +Fak 12:11

Fakkeenya 20:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:13; Fak 21:6

Fakkeenya 20:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 3:13-15

Fakkeenya 20:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nama biyya ormaatiif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:15
  • +Fak 27:13

Fakkeenya 20:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:30, 31

Fakkeenya 20:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gorsaan.”

  • *

    Ykn., “jabaatee ni dhaabbata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:22
  • +Fak 11:14; 24:6; Luq 14:31, 32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 31

Fakkeenya 20:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “afaan isaatiin sossobutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:16; Fak 11:13; 25:9, 23

Fakkeenya 20:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:12; Lew 20:9; Fak 19:26

Fakkeenya 20:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:8, 20; 1Xi 6:9, 10

Fakkeenya 20:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:35; Fak 24:29; Mat 5:38, 39; Rom 12:17, 19; 1Ta 5:15
  • +Fr 37:34
  • +Fr 34:7; 1Ph 4:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 180

Fakkeenya 20:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dhagaan madaallii adda addaa lama.”

Fakkeenya 20:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “daandii irra deemu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:23; Er 10:23

Fakkeenya 20:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 27:9
  • +Lak 30:2; Lal 5:4, 6; Mat 5:33

Fakkeenya 20:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 101:8
  • +Isa 28:27

Fakkeenya 20:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 61:6, 7
  • +Fr 21:7

Fakkeenya 20:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 11:9
  • +Lew 19:32; Fak 16:31

Fakkeenya 20:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:71

Yaada Wal Simu

Fak. 20:1Uma 9:20, 21; Fak 23:29-35
Fak. 20:1Isa 28:7
Fak. 20:11Qo 6:10; Gal 5:21; Efe 5:18
Fak. 20:2Fak 19:12; Lal 10:4
Fak. 20:21Mo 2:22-24
Fak. 20:3Fak 14:29; 2Xi 2:23
Fak. 20:3Fak 18:6; Lal 7:9
Fak. 20:4Fak 6:10, 11; 2Ta 3:10
Fak. 20:7Iyo 1:1; Luq 1:5, 6
Fak. 20:7Fr 37:25, 26
Fak. 20:81Mo 7:7
Fak. 20:81Mo 3:28; Fr 72:1, 4; Fak 16:12
Fak. 20:9Iyo 14:4
Fak. 20:9Fr 51:5; Lal 7:20; Yaq 3:2
Fak. 20:10Fak 11:1; Amo 8:5; Mik 6:11
Fak. 20:11Fak 22:15
Fak. 20:12Bau 4:11
Fak. 20:13Fak 10:4
Fak. 20:13Fak 12:11
Fak. 20:14Lew 19:13; Fak 21:6
Fak. 20:15Fak 3:13-15
Fak. 20:16Fak 11:15
Fak. 20:16Fak 27:13
Fak. 20:17Fak 6:30, 31
Fak. 20:18Fak 15:22
Fak. 20:18Fak 11:14; 24:6; Luq 14:31, 32
Fak. 20:19Lew 19:16; Fak 11:13; 25:9, 23
Fak. 20:20Bau 20:12; Lew 20:9; Fak 19:26
Fak. 20:21Fak 28:8, 20; 1Xi 6:9, 10
Fak. 20:22Kes 32:35; Fak 24:29; Mat 5:38, 39; Rom 12:17, 19; 1Ta 5:15
Fak. 20:22Fr 37:34
Fak. 20:22Fr 34:7; 1Ph 4:19
Fak. 20:24Fr 37:23; Er 10:23
Fak. 20:25Lew 27:9
Fak. 20:25Lak 30:2; Lal 5:4, 6; Mat 5:33
Fak. 20:26Fr 101:8
Fak. 20:26Isa 28:27
Fak. 20:28Fr 61:6, 7
Fak. 20:28Fr 21:7
Fak. 20:29Lal 11:9
Fak. 20:29Lew 19:32; Fak 16:31
Fak. 20:30Fr 119:71
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 20:1-30

Fakkeenya

20 Daadhiin wayinii qoostuu,+ dhugaatiin alkooliis gadhiisii nama godha;+

Namni isaaniin daandii irraa jalʼatu kam iyyuu ogeessa miti.+

 2 Naasisuun* mootii akkuma gururiʼuu leencaa ti;*+

Namni aarii isaa kakaasu kam iyyuu lubbuu isaa balaadhaaf saaxila.+

 3 Namni tokko falmii irraa fagaachuun isaa isaaf ulfina dha,+

Namni gowwaa taʼe hundi garuu itti seena.+

 4 Namni dhibaaʼaan yeroo gannaa hin qotu,

Kanaafuu, yeroo makaraatti homaa waan hin qabaanneef ni kadhata.*+

 5 Yaanni* garaa namaa keessa jiru akka bishaan gad fagoo ti,

Namni hubataan garuu achi keessaa waraabee ni baasa.

 6 Namoonni hedduun jaalala amanamaa akka qaban dubbatu,

Nama amanamaa garuu eenyutu argachuu dandaʼa?

 7 Namni qajeelaan amanamummaadhaan deddeebiʼa.+

Ijoolleen* isaa warri isa booda dhufan gammadoo dha.+

 8 Mootiin murtii kennuuf yommuu teessoo irra taaʼu,+

Hammina hundumaa ija isaatiin ni gingilcha.+

 9 “Garaa koo qulqulleeffadheera;+

Cubbuu koo irraa qulqulluu dha” jechuu kan dandaʼu eenyu?+

10 Dhagaan madaallii sirrii hin taanee fi safartuun sobaa,*

Lamaanuu Yihowaa duratti jibbisiisoo dha.+

11 Mucaan tokko illee amalli isaa qulqulluu fi sirrii taʼuun isaa

Gocha isaatiin ni beekama.+

12 Gurra dhagaʼuu fi ija argu,

Lamaan isaanii iyyuu Yihowaatu uume.+

13 Hirriba hin jaallatin, taʼuu baannaan ni hiyyoomta.+

Ija kee bani, nyaata ni quufta.+

14 Namni yeroo waa bitu, “Gaarii miti, gaarii miti!” jedha;

Erga deemee booda immoo of jaja.+

15 Warqiin jira, elellaa* hedduunis jira,

Afaan beekumsa dubbatu garuu gatii guddaa qaba.+

16 Namni tokko ormaaf yoo wabii taʼe uffata isaa irraa fudhadhu;+

Kana kan godhe dubartii biyya ormaatiif* yoo taʼe immoo qabsiisa irraa fudhadhu.+

17 Namni tokko nyaanni gowwoomsaadhaan argate isatti ni miʼaawa,

Sana booda garuu afaan isaa cirrachaan guutama.+

18 Mariidhaan* karoorri ni milkaaʼa,*+

Qajeelfama ogummaa irratti hundaaʼeen waraana kee geggeessi.+

19 Namni maqaa namaa balleessu asii fi achi deemee iccitii saaxila;+

Nama hamii jaallatutti* hin michoomin.

20 Namni abbaa isaa fi haadha isaa abaaru kam iyyuu,

Yommuu dukkanaaʼutti ibsaan isaa ni dhaama.+

21 Dhaalli jalqaba irratti sassataan argame

Dhuma irratti eebba hin taʼu.+

22 “Wanta hamaa ana irratti raawwatameef hamaa nan deebisa!” hin jedhin.+

Yihowaa abdadhu,+ innis si oolcha.+

23 Dhagaan madaallii sirrii hin taane* Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,

Madaalliin gowwoomsaanis gaarii miti.

24 Tarkaanfii namaa Yihowaatu qajeelcha;+

Namni daandii ofii isaa* akkamitti hubachuu dandaʼa?

25 Namni tokko ariifatee, “Qulqulluu dha!”+ yoo jedhe,

Sana booda immoo wanta wareege irratti yoo yaade kiyyoo isatti taʼa.+

26 Mootiin ogeessi hamoota ni gingilcha,+

Geengoo ittiin midhaan dhaʼanis isaan irra ni oofa.+

27 Hafuurri namni baafatu ibsaa Yihowaa ti,

Keessa namichaa akka gaariitti ni qora.

28 Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan mootii ni eegu;+

Jaalala amanamaadhaanis teessoo isaa ni tursa.+

29 Ulfinni dargaggootaa jabina isaanii ti,+

Miidhaginni maanguddootaa immoo harrii isaanii ti.+

30 Dirmammuunii fi madaan hammina ni balleessa,+

Reebichis keessa nama tokkoo ni qulqulleessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi