LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Moototaa

      • Eeliyaas Iizaabel jalaa baqate (1-8)

      • Yihowaan Horeebitti Eeliyaasitti mulʼate (9-14)

      • Eeliyaas, Hazaaʼeliin, Yehuu fi Eelsaaʼiin akka dibu itti himame (15-18)

      • Eelsaaʼi Eeliyaasiin akka bakka buʼu muudame (19-21)

1 Mootota 19:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 16:29; 21:25
  • +1Mo 18:40
  • +1Mo 16:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 115

1 Mootota 19:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu kee akka lubbuu raajota ati ajjeeste sanaa yoon gochuu baadhe.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 115

1 Mootota 19:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 2:15; 1Sa 27:1
  • +Uma 21:31
  • +Iya 15:21, 28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 115-117

1 Mootota 19:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:15; Iyo 3:21; Yon 4:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 158

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2019, ful. 15-16

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2014, ful. 15

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 117-118

1 Mootota 19:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 10:8-10; HoE 12:7
  • +Fr 34:7; Ibr 1:7, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 118

1 Mootota 19:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 118

1 Mootota 19:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 118-119

1 Mootota 19:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:1; 19:18; Mil 4:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 119

1 Mootota 19:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 11:32, 38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 119-120

1 Mootota 19:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:4, 5; Lak 25:11; Fr 69:9
  • +Kes 29:24, 25; Abo 2:20; 1Mo 8:9; 2Mo 17:15
  • +1Mo 18:4
  • +1Mo 19:2; Rom 11:2, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 119-120

1 Mootota 19:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 33:22
  • +Fr 50:3; Isa 29:6
  • +1Sa 14:15; Iyo 9:6; Fr 68:8; Nho 1:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 43-44, 50

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 120-122

1 Mootota 19:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:11
  • +Bau 34:5, 6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 43-44, 50

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 120-122

1 Mootota 19:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “uffata raajii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:6

1 Mootota 19:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:20; Fr 78:37; Isa 1:4; Er 22:9
  • +Rom 11:2, 3

1 Mootota 19:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 8:7, 8; Amo 1:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 122

1 Mootota 19:16

Miiljaleewwan

  • *

    “Waaqayyo Fayyina Dha” jechuu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 9:1-3, 30-33
  • +2Mo 2:9, 15

1 Mootota 19:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 8:12; 10:32; 13:3
  • +2Mo 9:14, 24; 10:6, 7, 23, 25
  • +2Mo 2:23, 24

1 Mootota 19:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:5
  • +Hos 13:2
  • +Rom 11:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenyasaanii Hordofaa, ful. 122-123

1 Mootota 19:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “uffata raajii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 2:8

1 Mootota 19:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 24:13; 2Mo 2:3; 3:11

Yaada Wal Simu

1Mot. 19:11Mo 16:29; 21:25
1Mot. 19:11Mo 18:40
1Mot. 19:11Mo 16:31
1Mot. 19:3Bau 2:15; 1Sa 27:1
1Mot. 19:3Uma 21:31
1Mot. 19:3Iya 15:21, 28
1Mot. 19:4Lak 11:15; Iyo 3:21; Yon 4:3
1Mot. 19:5Dan 10:8-10; HoE 12:7
1Mot. 19:5Fr 34:7; Ibr 1:7, 14
1Mot. 19:8Bau 3:1; 19:18; Mil 4:4
1Mot. 19:9Ibr 11:32, 38
1Mot. 19:10Bau 20:4, 5; Lak 25:11; Fr 69:9
1Mot. 19:10Kes 29:24, 25; Abo 2:20; 1Mo 8:9; 2Mo 17:15
1Mot. 19:101Mo 18:4
1Mot. 19:101Mo 19:2; Rom 11:2, 3
1Mot. 19:11Bau 33:22
1Mot. 19:11Fr 50:3; Isa 29:6
1Mot. 19:111Sa 14:15; Iyo 9:6; Fr 68:8; Nho 1:5
1Mot. 19:12Kes 4:11
1Mot. 19:12Bau 34:5, 6
1Mot. 19:13Bau 3:6
1Mot. 19:14Kes 31:20; Fr 78:37; Isa 1:4; Er 22:9
1Mot. 19:14Rom 11:2, 3
1Mot. 19:152Mo 8:7, 8; Amo 1:4
1Mot. 19:162Mo 9:1-3, 30-33
1Mot. 19:162Mo 2:9, 15
1Mot. 19:172Mo 8:12; 10:32; 13:3
1Mot. 19:172Mo 9:14, 24; 10:6, 7, 23, 25
1Mot. 19:172Mo 2:23, 24
1Mot. 19:18Bau 20:5
1Mot. 19:18Hos 13:2
1Mot. 19:18Rom 11:4
1Mot. 19:192Mo 2:8
1Mot. 19:21Bau 24:13; 2Mo 2:3; 3:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Mootota 19:1-21

Mootota Tokkoffaa

19 Achiis Ahaab+ wanta Eeliyaas godhe hundumaa fi akkamitti raajota hundumaa goraadeedhaan akka ajjeese+ Iizaabelitti+ ni hime. 2 Yeroo kanatti Iizaabel Eeliyaasitti nama ergitee, “Boru yeroo kana akka raajota ati ajjeeste sanaa yoon si gochuu baadhe,* waaqoliin adaba guddaa na haa adaban!” isaan jette. 3 Yeroo kanatti inni ni sodaate; kanaafuu, lubbuu isaa oolfachuuf kaʼee baqate.+ Achiis gara Ber Sheebaa+ ishii Yihudaatti argamtuu+ ni dhufe; tajaajilaa isaas achitti dhiise. 4 Achiis lafa onaa keessa deemsa guyyaa tokkoo erga deemee booda, dhufee muka dhandhansaa tokko jala taaʼee akka duʼu kadhate. “Amma na gaʼa! Yaa Yihowaa, ani abbootii koo irra waanan hin caalleef, lubbuu koo fudhadhu”+ jedhe.

5 Achiis muka dhandhansaa sana jala ciisee achumaan hirribni isa fudhate. Garuu akkuma tasaa maleekaan tokko isa tuqee,+ “Kaʼiitii nyaadhu”+ isaan jedhe. 6 Innis ol jedhee yommuu ilaalu, daabboon dhagaa hoʼaa irra taaʼee fi bishaan miʼa bishaanii keessa jiru karaa mataa isaatiin jira ture. Innis erga nyaatee dhugee booda deebiʼee ciise. 7 Achiis maleekaan Yihowaa yeroo lammataatiif deebiʼee dhufee erga isa tuqee booda, “Karaa dheeraa waan deemtuuf, kaʼiitii nyaadhu” isaan jedhe. 8 Kanaafuu, inni kaʼee ni nyaate, ni dhuges; humna nyaata sana irraa argateenis hamma Horeeb isa gaara Waaqa dhugaa+ taʼe gaʼutti guyyaa 40 fi halkan 40 ni deeme.

9 Achittis holqa+ tokko keessa seenee achi keessa bule; yeroo kanatti dubbiin Yihowaa gara isaa dhufee, “Eeliyaas, asii maal hojjetta?” isaan jedhe. 10 Innis, “Ani Yihowaa Waaqa Raayyaatiif baayʼee hinaafeera;+ namoonni Israaʼel kakuu kee dhiisaniiru;+ iddoowwan aarsaa kee diiganiiru; raajota kees goraadeedhaan ajjeesaniiru;+ kunoo, kan hafe anuma qofa dha. Amma immoo isaan lubbuu koo balleessuu barbaadu”+ jedhe. 11 Inni garuu, “Baʼiitii Yihowaa dura gaaricha irra dhaabbadhu” isaan jedhe. Yeroo kanatti Yihowaan achiin darbaa+ ture; bubbeen guddaanii fi cimaan Yihowaa duratti gaarota babbaqaqsaa fi qarsaawwan caccabsaa ture;+ Yihowaan garuu bubbee sana keessa hin turre. Bubbee sana booda immoo kirkirri lafaa ni taʼe;+ Yihowaan garuu kirkira lafaa sana keessa hin turre. 12 Kirkira lafaa sana booda ibiddi+ ni dhufe; Yihowaan garuu ibidda sana keessa hin turre. Ibidda sana booda immoo sagaleen tasgabbii qabuu fi laafaa taʼe ni dhagaʼame.+ 13 Eeliyaasis akkuma kana dhagaʼeen, uffata* isaatiin fuula isaa haguuggatee+ gad baʼee afaan holqichaa bira dhaabbate. Achiis sagaleen tokko, “Eeliyaas, asii maal hojjetta?” jedhee isa gaafate. 14 Innis, “Ani Yihowaa Waaqa Raayyaatiif baayʼee hinaafeera; namoonni Israaʼel kakuu kee dhiisaniiru;+ iddoowwan aarsaa kee diiganiiru; raajota kees goraadeedhaan ajjeesaniiru; kunoo, kan hafe anuma qofa dha. Amma immoo isaan lubbuu koo balleessuu barbaadu”+ jedhe.

15 Yihowaanis akkana isaan jedhe: “Deebiʼiitii gara lafa onaa Damaasqoo dhaqi. Yommuu achi geessus Hazaaʼeliin+ mootii Sooriyaa godhii dibi. 16 Ilma ilma Niimshii kan taʼe Yehuu+ mootii Israaʼel godhii dibi; Eelsaa’i* ilma Shaafaat isa nama biyya Abeel Meholaa taʼe immoo bakka kee raajii godhii dibi.+ 17 Nama goraadee Hazaaʼel+ jalaa miliqu kam iyyuu Yehuun ni ajjeesa;+ nama goraadee Yehuu jalaa miliqu kam iyyuu immoo Eelsaa’i ni ajjeesa.+ 18 Ani amma iyyuu Israaʼel keessatti namoota Baʼaaliif hin jilbeenfannee+ fi isa hin dhunganne+ 7,000 qaba.”+

19 Kanaafuu, inni achii baʼee yommuu deemu, Eelsaa’i ilmi Shaafaat qotiyyoon cimdiin 12 fuuldura isaatii utuu qotanii, inni immoo qotiyyoo cimdii isa 12ffaatiin utuu qotuu isa argate. Eeliyaasis gara isaa dhaqee uffata*+ isaa darbatee isa irra buuse. 20 Yeroo kanatti inni qotiyyoowwan sana dhiisee Eeliyaas duukaa buʼee fiige; achiis, “Maaloo, abbaa koo fi haadha tiyya dhungadhee akkan dhufu naaf heyyami. Sana booda si duukaa nan buʼa” isaan jedhe. Innis deebisee, “Deebiʼi kaa, ani yooman si dhowwe?” isaan jedhe. 21 Kanaafuu, inni deebiʼee qotiyyoo cimdii tokko fuudhee aarsaa godhe; miʼawwan qotiisaa sanaan immoo foon qotiyyoowwan sanaa affeelee namoota sanaaf ni kenne; isaanis ni nyaatan. Sana booda inni kaʼee Eeliyaas duukaa ni buʼe; isas tajaajiluu ni jalqabe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi