LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

        • Ilmi ogeessi abbaa isaa gammachiisa (1)

        • Harki jabaatee hojjetu sooruma argamsiisa (4)

        • Dubbiin yoo baayʼate dogoggora fida (19)

        • Eebbi Yihowaa sooressa nama godha (22)

        • Yihowaa sodaachuun umurii dheeressa (27)

Fakkeenya 10:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:1
  • +Fak 13:1; 27:11

Fakkeenya 10:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:4

Fakkeenya 10:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun nama qajeelaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:18, 19; 37:25; Mat 6:33

Fakkeenya 10:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:4; Lal 10:18
  • +Fak 12:24; 13:4; 21:5

Fakkeenya 10:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:6, 9

Fakkeenya 10:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:25; Fak 28:20

Fakkeenya 10:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Maqaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 112:6; Lal 7:1
  • +Fr 9:5

Fakkeenya 10:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ajaja.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:6; Fr 19:7; 119:34, 100
  • +Fak 18:6

Fakkeenya 10:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:21
  • +1Xi 5:24

Fakkeenya 10:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:12, 13
  • +Fak 18:21

Fakkeenya 10:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:30
  • +Mat 12:35; Yaq 3:5

Fakkeenya 10:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:9; 1Qo 13:4, 7; 1Ph 4:8

Fakkeenya 10:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 50:4
  • +Fak 26:3

Fakkeenya 10:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:9
  • +Fak 13:3; 18:7

Fakkeenya 10:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 19:7; 30:8, 9; Lal 7:12

Fakkeenya 10:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:17

Fakkeenya 10:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “geessu irra jira.”

Fakkeenya 10:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jette jettee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 18:17, 21

Fakkeenya 10:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 5:2
  • +Fr 39:1; Fak 17:27; 21:23; Yaq 1:19

Fakkeenya 10:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:18; 16:13

Fakkeenya 10:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni qajeelcha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 3:15
  • +Hos 4:6

Fakkeenya 10:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gadda.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 8:17, 18; Fr 37:22; 1Xi 6:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 37

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2006, ful. 11-17

Fakkeenya 10:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 2:10, 11; 14:9; 15:21

Fakkeenya 10:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:4; 1Yo 5:14

Fakkeenya 10:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:10
  • +Mat 7:24, 25

Fakkeenya 10:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mindeeffate.”

Fakkeenya 10:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:15, 16
  • +Fr 55:23

Fakkeenya 10:28

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “abdatan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:9; Rom 12:12
  • +Fak 11:7

Fakkeenya 10:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:10; Isa 40:31
  • +Rom 2:6-8

Fakkeenya 10:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:8
  • +Fr 37:9

Fakkeenya 10:31

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “firii ogummaa ni godhata.”

Yaada Wal Simu

Fak. 10:1Fak 1:1
Fak. 10:1Fak 13:1; 27:11
Fak. 10:2Fak 11:4
Fak. 10:3Fr 33:18, 19; 37:25; Mat 6:33
Fak. 10:4Fak 20:4; Lal 10:18
Fak. 10:4Fak 12:24; 13:4; 21:5
Fak. 10:5Fak 6:6, 9
Fak. 10:6Bau 23:25; Fak 28:20
Fak. 10:7Fr 112:6; Lal 7:1
Fak. 10:7Fr 9:5
Fak. 10:8Kes 4:6; Fr 19:7; 119:34, 100
Fak. 10:8Fak 18:6
Fak. 10:9Fr 25:21
Fak. 10:91Xi 5:24
Fak. 10:10Fak 6:12, 13
Fak. 10:10Fak 18:21
Fak. 10:11Fak 11:30
Fak. 10:11Mat 12:35; Yaq 3:5
Fak. 10:12Fak 17:9; 1Qo 13:4, 7; 1Ph 4:8
Fak. 10:13Isa 50:4
Fak. 10:13Fak 26:3
Fak. 10:14Fak 9:9
Fak. 10:14Fak 13:3; 18:7
Fak. 10:15Fak 19:7; 30:8, 9; Lal 7:12
Fak. 10:16Mat 7:17
Fak. 10:181Sa 18:17, 21
Fak. 10:19Lal 5:2
Fak. 10:19Fr 39:1; Fak 17:27; 21:23; Yaq 1:19
Fak. 10:20Fak 12:18; 16:13
Fak. 10:21Er 3:15
Fak. 10:21Hos 4:6
Fak. 10:22Kes 8:17, 18; Fr 37:22; 1Xi 6:6
Fak. 10:23Fak 2:10, 11; 14:9; 15:21
Fak. 10:24Fr 37:4; 1Yo 5:14
Fak. 10:25Fr 37:10
Fak. 10:25Mat 7:24, 25
Fak. 10:27Fr 91:15, 16
Fak. 10:27Fr 55:23
Fak. 10:28Fr 16:9; Rom 12:12
Fak. 10:28Fak 11:7
Fak. 10:29Fak 18:10; Isa 40:31
Fak. 10:29Rom 2:6-8
Fak. 10:30Fr 16:8
Fak. 10:30Fr 37:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 10:1-32

Fakkeenya

10 Fakkeenya Solomoon.+

Ilmi ogeessi abbaa isaa ni gammachiisa,+

Ilmi gowwaan garuu haadha isaa ni gaddisiisa.

 2 Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,

Qajeelummaan garuu duʼa irraa nama oolcha.+

 3 Yihowaan namni qajeelaan* akka beelaʼu hin godhu,+

Namoota hamoo garuu wanta hawwan ni dhowwata.

 4 Harki hojii hiike hiyyummaa fida,+

Harki jabaatee hojjetu garuu sooruma argamsiisa.+

 5 Ilmi hubannaa guddaa qabu waqtii bonaatti midhaan walitti qabata,

Ilmi nama qaanessu garuu, yeroo makaraatti hirriba cimaa rafa.+

 6 Eebbi mataa nama qajeelaa irra jira,+

Afaan nama hamaa garuu jeequmsa dhoksee qabata.

 7 Yaadannoon* nama qajeelaa eebba argamsiisa,+

Maqaan nama hamaa garuu tortoree bada.+

 8 Namni garaa ogeessa taʼe qabu qajeelfama* ni fudhata,+

Namni gowwummaadhaan dubbatu garuu ni dhidhiitama.+

 9 Namni garaa qulqulluudhaan deddeebiʼu sodaa malee deema,+

Namni karaa isaa jalʼaa godhu garuu ni qabama.+

10 Namni hammina yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida,+

Namni gowwummaadhaan dubbatus ni dhidhiitama.+

11 Afaan nama qajeelaa madda jireenyaa ti,+

Afaan nama hamaa garuu jeequmsa dhoksee qabata.+

12 Jibbi falmii kakaasa,

Jaalalli garuu balleessaa hundumaa ni haguuga.+

13 Ogummaan afaan nama hubataa irra jira,+

Uleen garuu dugda nama hubannaa* hin qabneef taʼa.+

14 Ogeeyyiin beekumsa ni kuufatu,+

Afaan nama hamaa garuu badiisa waama.+

15 Qabeenyi sooressaa isaaf magaalaa dallaa dhagaa qabdu dha.

Badiisni hiyyeessotaa garuu hiyyummaa isaanii ti.+

16 Hojiin nama qajeelaa gara jireenyaatti geessa;

Oomishni nama hamaa garuu gara cubbuutti geessa.+

17 Namni adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti geessu dha,*

Namni sirreeffama tuffatu garuu warra kaan karaa irraa jalʼisa.

18 Namni jibba isaa dhoksu soba dubbata,+

Namni oduu* hamaa babalʼisus gowwaa dha.

19 Dubbiin yoo baayʼate, dogoggora hambisuun hin dandaʼamu,+

Namni arraba isaa toʼatu hundi garuu of eeggataa dha.+

20 Arrabni nama qajeelaa akkuma meetii hunda caalaa baʼeessa taʼee ti,+

Garaan nama hamaa garuu gatii hin qabu.

21 Afaan nama qajeelaa namoota hedduu ni soora,*+

Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan kaʼe ni duʼu.+

22 Eebbi Yihowaa sooressa nama godha,+

Innis isaa wajjin rakkina* tokko illee hin dabalu.

23 Nama gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma taphaa ti,

Ogummaan garuu kan nama hubannaa qabuu ti.+

24 Namni hamaan wanti inni sodaate isa irra gaʼa;

Namoonni qajeeloon garuu hawwiin isaanii isaaniif guutama.+

25 Bubbeen yommuu darbu, namni hamaan hin jiraatu,+

Namni qajeelaan garuu bara baraaf buʼuura dha.+

26 Akkuma wanti dhangaggaaʼaan ilkaan, aarris ija dheekkamsiisu,

Dhibaaʼaanis nama isa ergate* ni dheekkamsiisa.

27 Yihowaa sodaachuun umurii dheeressa,+

Umuriin hamootaa garuu ni gabaabbata.+

28 Wanti qajeelonni eeggatan* gammachuu argamsiisa,+

Abdiin hamootaa garuu ni bada.+

29 Daandiin Yihowaa nama balleessaa hin qabneef dahoo dha,+

Warra hammina hojjetaniif garuu badiisa dha.+

30 Namni qajeelaan matumaa akka kufu hin godhamu,+

Namoonni hamoon garuu lafa irra jiraachuu isaanii itti hin fufan.+

31 Afaan nama qajeelaa ogummaa ni baasa,*

Arrabni jalʼaan garuu ni cita.

32 Arrabni nama qajeelaa wanta nama gammachiisu beeka,

Afaan hamootaa garuu jalʼaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi