LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Warri Yihowaatti amanaman ni dagaagu

        • Namoota hamootti hin aarin (1)

        • “Yihowaatti baayʼee gammadi” (4)

        • “Daandii kee Yihowaatti kennadhu” (5)

        • ‘Garraamonni lafa ni dhaalu’ (11)

        • Namni qajeelaan nyaata hin dhabu (25)

        • Qajeelonni bara baraaf lafa irra jiraatu (29)

Faarfannaa 37:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin finiinin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:3; Fak 23:17

Faarfannaa 37:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:12, 19

Faarfannaa 37:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:17; Ibr 13:16
  • +Fak 28:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2017, ful. 7-11

Faarfannaa 37:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 45

Faarfannaa 37:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yihowaa irratti gati.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:22; Fak 16:3
  • +Mat 6:33; Flp 4:6; 1Ph 5:6, 7

Faarfannaa 37:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Obsaanis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 62:1; Fru 3:26
  • +Iyo 21:7; Fr 73:3; Er 12:1

Faarfannaa 37:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Aariin miidhaatti si geessuu waan dandaʼuuf, hin aarin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 14:29; Efe 4:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2018, ful. 10

Faarfannaa 37:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:23
  • +Fr 25:12, 13; 37:29; Mat 5:5; 2Ph 2:9

Faarfannaa 37:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 24:24
  • +1Sa 25:39; Fr 52:4, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2022, ful. 10, 15

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 2 2021, ful. 5

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 33

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 10-11

Faarfannaa 37:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:18; Mat 5:5; Mul 21:3
  • +Fr 72:7; 119:165; Isa 48:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2022, ful. 10, 15

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 25

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 11

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2009, ful. 32

    Daandii Jireenyaa, ful. 30

Faarfannaa 37:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 18:21, 25

Faarfannaa 37:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 26:9, 10

Faarfannaa 37:14

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, qaluuf.

  • *

    Ykn., “ni hidhu.”

Faarfannaa 37:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 17:23; As 7:10; Fr 7:15

Faarfannaa 37:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:8; 30:8, 9; 1Xi 6:6

Faarfannaa 37:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “guyyoota warra balleessaa hin qabnee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:11

Faarfannaa 37:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:7

Faarfannaa 37:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaarummaa ni argisiisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:11; Iyo 31:16, 22; Fr 112:9; Fak 19:17

Faarfannaa 37:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:9

Faarfannaa 37:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni cimsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:20
  • +Fak 16:9

Faarfannaa 37:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “harka isaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:11, 12
  • +Fr 34:19; Fak 24:16

Faarfannaa 37:25

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “daabboo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 94:14; Mat 6:33; Ibr 13:5
  • +Kes 24:19; Fr 145:15; Fak 10:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2014, ful. 22

Faarfannaa 37:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:7, 8; Fr 112:5

Faarfannaa 37:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:14; Isa 1:17

Faarfannaa 37:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:26
  • +Fr 97:10; Fak 2:7, 8
  • +Fak 2:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 342-345

Faarfannaa 37:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 30:20; Fr 37:9; Fak 2:21; Mat 5:5
  • +Mat 25:46; Mul 21:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2022, ful. 10, 15

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 25

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 11

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 215

    Dammaqaa!,

    1/2013, ful. 15

Faarfannaa 37:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sagalee isaa gad qabee ogummaa dubbata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 12:35; Efe 4:29; Qol 4:6

Faarfannaa 37:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:6; Fr 40:8
  • +Fr 121:3

Faarfannaa 37:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ph 2:9
  • +Fr 109:31

Faarfannaa 37:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:22
  • +Fr 52:5, 6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 31-32

Faarfannaa 37:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 5:11; Iyo 21:7

Faarfannaa 37:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:9, 10
  • +Fr 37:10

Faarfannaa 37:37

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Isa amanamummaa isaa eegu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 1:1
  • +Iyo 42:12, 16

Faarfannaa 37:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 1:4; Fak 10:7; 2Ph 2:9

Faarfannaa 37:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:2
  • +Fr 9:9; Isa 33:2

Faarfannaa 37:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 46:4; 1Qo 10:13
  • +Fr 22:4; Dan 3:17; 6:23

Yaada Wal Simu

Far. 37:1Fr 73:3; Fak 23:17
Far. 37:2Fr 73:12, 19
Far. 37:3Isa 1:17; Ibr 13:16
Far. 37:3Fak 28:20
Far. 37:5Fr 55:22; Fak 16:3
Far. 37:5Mat 6:33; Flp 4:6; 1Ph 5:6, 7
Far. 37:7Fr 62:1; Fru 3:26
Far. 37:7Iyo 21:7; Fr 73:3; Er 12:1
Far. 37:8Fak 14:29; Efe 4:26
Far. 37:9Fr 55:23
Far. 37:9Fr 25:12, 13; 37:29; Mat 5:5; 2Ph 2:9
Far. 37:10Iyo 24:24
Far. 37:101Sa 25:39; Fr 52:4, 5
Far. 37:11Isa 45:18; Mat 5:5; Mul 21:3
Far. 37:11Fr 72:7; 119:165; Isa 48:18
Far. 37:121Sa 18:21, 25
Far. 37:131Sa 26:9, 10
Far. 37:152Sa 17:23; As 7:10; Fr 7:15
Far. 37:16Fak 16:8; 30:8, 9; 1Xi 6:6
Far. 37:18Fr 16:11
Far. 37:20Fak 10:7
Far. 37:21Kes 15:11; Iyo 31:16, 22; Fr 112:9; Fak 19:17
Far. 37:22Fr 37:9
Far. 37:23Fak 11:20
Far. 37:23Fak 16:9
Far. 37:24Fr 91:11, 12
Far. 37:24Fr 34:19; Fak 24:16
Far. 37:25Fr 94:14; Mat 6:33; Ibr 13:5
Far. 37:25Kes 24:19; Fr 145:15; Fak 10:3
Far. 37:26Kes 15:7, 8; Fr 112:5
Far. 37:27Fr 34:14; Isa 1:17
Far. 37:282Sa 22:26
Far. 37:28Fr 97:10; Fak 2:7, 8
Far. 37:28Fak 2:22
Far. 37:29Kes 30:20; Fr 37:9; Fak 2:21; Mat 5:5
Far. 37:29Mat 25:46; Mul 21:3, 4
Far. 37:30Mat 12:35; Efe 4:29; Qol 4:6
Far. 37:31Kes 6:6; Fr 40:8
Far. 37:31Fr 121:3
Far. 37:332Ph 2:9
Far. 37:33Fr 109:31
Far. 37:34Fr 37:22
Far. 37:34Fr 52:5, 6
Far. 37:35As 5:11; Iyo 21:7
Far. 37:36Bau 15:9, 10
Far. 37:36Fr 37:10
Far. 37:37Iyo 1:1
Far. 37:37Iyo 42:12, 16
Far. 37:38Fr 1:4; Fak 10:7; 2Ph 2:9
Far. 37:39Isa 12:2
Far. 37:39Fr 9:9; Isa 33:2
Far. 37:40Isa 46:4; 1Qo 10:13
Far. 37:40Fr 22:4; Dan 3:17; 6:23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 37:1-40

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

א [Aleef]

37 Namoota hamootti hin aarin*

Yookiin warra jalʼina raawwatanitti hin hinaafin.+

 2 Isaan akka margaatti hatattamaan ni coolligu,+

Akka marga lalisaattis ni gogu.

ב [Beet]

 3 Yihowaatti amanami, wanta gaariis raawwadhu;+

Lafattii irra jiraadhu, amanamaas taʼi.+

 4 Yihowaatti baayʼee gammadi,

Innis fedhii garaa keetii siif ni guuta.

ג [Giimel]

 5 Daandii kee Yihowaatti kennadhu;*+

Isatti amanami, innis siif jecha tarkaanfii ni fudhata.+

 6 Inni qajeelummaan kee akka ifa bariitti,

Haqni kees akka aduu waareetti akka ifu ni godha.

ד [Daalet]

 7 Yihowaa duratti calluma jedhi,+

Abdiidhaanis* isa eeggadhu.

Nama mala haxxummaa isaa raawwachuu irratti

Milkaaʼina argatutti hin aarin.+

ה [Hii]

 8 Dheekkamsa irraa of dhowwi, aariis dhiisi;+

Aartee wanta hamaa raawwachuutti hin gorin.*

 9 Sababiin isaas, namoonni hamoon ni badu,+

Warri Yihowaa abdatan garuu lafa ni dhaalu.+

ו [Waaw]

10 Yeroo muraasaaf qofa malee, namoonni hamoon hin jiraatan;+

Bakka isaan turan ni ilaalta,

Isaan garuu achitti hin argaman.+

11 Garraamonni garuu lafa ni dhaalu,+

Nagaa hedduu argataniis baayʼee ni gammadu.+

ז [Zaayin]

12 Namni hamaan isa qajeelaa irratti mala qopheessa;+

Ilkaan isaas isatti qarata.

13 Yihowaan garuu guyyaan isaa akka dhufu waan beekuuf,+

Isatti ni kolfa.

ח [Heet]

14 Hamoonni isa cunqurfamee fi isa hiyyeessa taʼe kuffisuuf,

Warra daandiin isaanii qajeelaa taʼes gorraʼuuf,*

Goraadee isaanii ni luqqifatu, iddaa isaaniis ni dabsu.*

15 Haa taʼu malee, goraadeen isaanii onnee isaanii ni waraana;+

Iddaan isaaniis ni caccaba.

ט [Teet]

16 Wanta hedduu hamoonni baayʼeen qaban caalaa

Wanta xinnoo namni qajeelaan qabu wayya.+

17 Irreen hamootaa ni caba,

Yihowaan garuu qajeelota ni gargaara.

י [Yood]

18 Yihowaan wanta warri balleessaa hin qabne keessa darban* beeka,

Dhaalli isaaniis bara baraaf ni jiraata.+

19 Isaan yeroo balaan gaʼutti hin qaanaʼan;

Yeroo beelaattis wanta irraa hafaa ni qabaatu.

כ [Kaaf]

20 Hamoonni garuu ni badu;+

Diinonni Yihowaa akkuma iddoo dheedichaa ulfina qabeessa taʼeetti ni badu,

Isaan akkuma aaraatti ni badu.

ל [Laamed]

21 Namni hamaan ni liqeeffata, hin deebisus,

Namni qajeelaan garuu ni arjooma,* ni kennas.+

22 Warri Waaqayyo eebbise lafa ni dhaalu,

Warri inni abaare garuu ni badu.+

מ [Meem]

23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+

Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+

24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+

Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+

נ [Nuun]

25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,

Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+

Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+

26 Inni yeroo hundumaa fedhiidhaan liqeessa,+

Ijoolleen isaas eebba argatu.

ס [Saamek]

27 Wanta hamaa irraa gori, wanta gaarii raawwadhu,+

Bara baraafis ni jiraatta.

28 Sababiin isaas, Yihowaan haqa ni jaallata,

Warra isaaf amanamoo taʼanis hin gatu.+

ע [Ayiin]

Isaan yeroo hundumaa eegumsa ni argatu;+

Sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.+

29 Qajeelonni lafa ni dhaalu,+

Bara baraafis ishii irra ni jiraatu.+

פ [Pee]

30 Afaan nama qajeelaa warra kaaniif ogummaa hira,*

Arrabni isaas waaʼee haqaa dubbata.+

31 Seerri Waaqa isaa garaa isaa keessa jira;+

Yommuu deemus miilli isaa hin gatantaru.+

צ [Tsadee]

32 Namni hamaan isa qajeelaa ajjeesuu barbaadee,

Isa eeggata.

33 Yihowaan garuu harka nama sanaa irratti isa hin gatu+

Yookiin yommuu murtiidhaaf dhihaatutti yakkamaa isa hin godhu.+

ק [Qoof]

34 Yihowaa abdadhu, daandii isaas hordofi,

Innis lafa akka dhaaltuuf ol si qaba.

Yommuu hamoonni badan+ ni argita.+

ר [Reesh]

35 Ani namni gara jabeessi hamaa taʼe

Akka muka lalisaa biyyoo isaa irra dhaabameetti dagaagee nan arge.+

36 Haa taʼu malee, lubbuun isaa akkuma tasaa ni darbe, achis hin turre;+

Ani cimsee isa nan barbaade, garuu isa argachuu hin dandeenye.+

ש [Shiin]

37 Isa balleessaa hin qabne* hubadhu,

Isa qajeelaa+ taʼes qalbeeffadhuu ilaali;

Sababiin isaas, egereen nama sanaa nagaa kan qabu taʼa.+

38 Warri balleessaa raawwatan hundi garuu ni balleeffamu;

Egereen namoota hamoos badiisa taʼa.+

ת [Taaw]

39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+

Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+

40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+

Isatti kooluu waan galaniif,+

Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi