LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 54
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Dhabduu kan taate Xiyoon ijoollee hedduu ni qabaatti (1-17)

        • Yihowaan Xiyooniif akka abbaa manaa ti (5)

        • Ilmaan Xiyoon Yihowaa irraa baratu (13)

        • Meeshaan waraanaa Xiyoon irratti qopheeffamu ni fashalaaʼa (17)

Isaayyaas 54:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maseena.”

  • *

    Ykn., “gooftaa.”

  • *

    Ykn., “Ijoolleen.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 62:4
  • +Gal 4:26, 27
  • +Isa 66:7, 8
  • +Isa 44:23; 49:13

Isaayyaas 54:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:20
  • +Isa 33:20

Isaayyaas 54:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:8; His 36:35

Isaayyaas 54:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:7
  • +Isa 41:10

Isaayyaas 54:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gooftaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:2
  • +His 16:8; Hos 2:16
  • +Isa 44:6
  • +Zak 14:9; Rom 3:29

Isaayyaas 54:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuurri ishii miidhameetti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:14; 62:4

Isaayyaas 54:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 30:1, 3; Fr 30:5; 106:47; Isa 27:12; Er 29:10

Isaayyaas 54:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 47:6; His 39:23
  • +Isa 55:3
  • +Isa 48:17; 49:26

Isaayyaas 54:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 7:23
  • +Uma 8:21
  • +Er 31:35, 36; His 39:29

Isaayyaas 54:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:6
  • +Isa 55:3
  • +Isa 14:1

Isaayyaas 54:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “reenjii.”

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 52:2
  • +Fru 1:2, 17
  • +Mul 21:19

Isaayyaas 54:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “ibiddaatiin.”

Isaayyaas 54:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ijoolleen.”

  • *

    Ykn., “ijoollee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:34; Yoh 6:45
  • +Fr 119:165; Isa 66:12; Er 33:6

Isaayyaas 54:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:26; 60:21
  • +Isa 52:1
  • +Er 23:4; Sef 3:13

Isaayyaas 54:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 38:16, 22; Zak 2:8; 12:3

Isaayyaas 54:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 10:5

Isaayyaas 54:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:2, 4; Isa 41:12
  • +Er 23:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 6-7

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2008, ful. 28

    9/15/2008, ful. 7-8

    12/1/2007, ful. 26-28, 31

Yaada Wal Simu

Isa. 54:1Isa 62:4
Isa. 54:1Gal 4:26, 27
Isa. 54:1Isa 66:7, 8
Isa. 54:1Isa 44:23; 49:13
Isa. 54:2Isa 49:20
Isa. 54:2Isa 33:20
Isa. 54:3Isa 49:8; His 36:35
Isa. 54:4Isa 61:7
Isa. 54:4Isa 41:10
Isa. 54:5Isa 44:2
Isa. 54:5His 16:8; Hos 2:16
Isa. 54:5Isa 44:6
Isa. 54:5Zak 14:9; Rom 3:29
Isa. 54:6Isa 49:14; 62:4
Isa. 54:7Kes 30:1, 3; Fr 30:5; 106:47; Isa 27:12; Er 29:10
Isa. 54:8Isa 47:6; His 39:23
Isa. 54:8Isa 55:3
Isa. 54:8Isa 48:17; 49:26
Isa. 54:9Uma 7:23
Isa. 54:9Uma 8:21
Isa. 54:9Er 31:35, 36; His 39:29
Isa. 54:10Isa 51:6
Isa. 54:10Isa 55:3
Isa. 54:10Isa 14:1
Isa. 54:11Isa 52:2
Isa. 54:11Fru 1:2, 17
Isa. 54:11Mul 21:19
Isa. 54:13Er 31:34; Yoh 6:45
Isa. 54:13Fr 119:165; Isa 66:12; Er 33:6
Isa. 54:14Isa 1:26; 60:21
Isa. 54:14Isa 52:1
Isa. 54:14Er 23:4; Sef 3:13
Isa. 54:15His 38:16, 22; Zak 2:8; 12:3
Isa. 54:16Isa 10:5
Isa. 54:17Fr 2:2, 4; Isa 41:12
Isa. 54:17Er 23:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 54:1-17

Isaayyaas

54 “Yaa dubartii dhabduu* taatee fi ijoollee deessee hin beekne nana, ililchi!+

Ilmaan dubartii abbaa manaa* qabdu sanaa caalaa,

Ilmaan* ishii dhiifamte sanaa baayʼee waan taʼaniif,+

Yaa ishii matumaa ciniinsifattee hin beekne nana,+ gammadi, ililchis”+ jedha Yihowaan.

 2 “Iddoo dunkaana keetii caalaatti balʼisi.+

Huccuuwwan dunkaanaa godoo qulqulluu kee isa guddaa diriirsi.

Hin qusatin, funyoowwan dunkaanaa kee dheeressi,

Qofoowwan dunkaanaa kees cimsi.+

 3 Sababiin isaas, ati karaa mirgaas taʼe karaa bitaa ni babalʼatta.

Sanyiin kee saboota ni dhaalu,

Magaalota onan keessas ni jiraatu.+

 4 Ati waan hin qaanofneef,+ hin sodaatin;+

Gadda irra waan hin buuneefis, hin saalfatin.

Qaanii ijoollummaa keetti si irra gaʼe ni irraanfatta,

Salphina dubartii abbaan manaa irraa duʼe taʼuu keetiin si irra gaʼes kana booda hin yaadattu.”

 5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+

Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,

Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli.

Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+

 6 Sababiin isaas, Yihowaan akka haadha manaa dhiifamtee fi gadda guddaa irra buuteetti,*+

Akka haadha manaa ijoollummaatti heerumtee sana booda jibbamteetti si waameera” jedha Waaqni kee.

 7 “Ani yeroo xinnoodhaaf si dhiiseera,

Taʼus, gara laafina guddaadhaan deebisee walitti sin qaba.+

 8 Yeroo xinnoodhaaf dheekkamsa akka lolaa taʼeen fuula koo si jalaa dhokseera,+

Taʼus, jaalala amanamaa bara baraatiin gara laafina sitti nan argisiisa”+ jedha Yihowaan inni si furu.+

 9 “Kun anaaf akkuma bara Nohi.+

Bishaan bara Noh sana booda lafa akka hin uwwisne akkuman kakadhee turetti,+

Kana booda akkan sitti hin dheekkamne yookiin akkan si hin ifanne nan kakadha.+

10 Gaaronni iddoo isaaniitii kaafamuu,

Tabbawwanis raafamuu dandaʼu,

Jaalalli koo inni amanamaan garuu si irraa hin kaafamu,+

Kakuun nagaa kootiis hin raafamu”+ jedha Yihowaan inni gara laafina sitti argisiisu.+

11 “Yaa dubartii cunqurfamtuu,+ obomboleettiidhaan asii fi achi oofamtuu fi jajjabina hin arganne nana,+

Dhagoota kee leelee* cimaadhaan nan ijaara,

Buʼuura kees safiroosiin* nan kaaʼa.+

12 Fiixee dallaa magaalaa keetii ruubiidhaan,*

Karrawwan kee dhagoota cululuqaniin,*

Daangaawwan kee hundumaas dhagoota gatii guddaa qabaniin nan ijaara.

13 Ilmaan* kee hundi Yihowaa irraa kan baratan ni taʼu,+

Nagaan ilmaan* keetiis baayʼee ni taʼa.+

14 Ati qajeelummaadhaan jabaattee ni dhaabamta.+

Hacuuccaan si irraa ni fagaata,+

Waan sitti hin dhihaanneef, homaa hin sodaattu,

Sababa itti jeeqamtus hin qabaattu.+

15 Kan si miidhu yoo jiraate,

Inni kana kan godhu ajaja kootiin miti.

Si haleeluuf kan dhufu kam iyyuu ni moʼama.”+

16 “Kunoo, ogeessa harkaa,

Isa ibidda cilee afuufu kan uume anuma;

Hojiin isaas meeshaa waraanaa qopheessuu dha.

Akka badiisa geessisuuf, nama badiisa fidu kan uumes anuma.+

17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+

Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota.

Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,

Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi