LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Lakkoofsaa

      • Basaastonni 12 gara Kanaʼaanitti ergaman (1-24)

      • Basaastonni kurnan oduu gaarii hin taane fidan (25-33)

Lakkoofsa 13:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:22, 23
  • +Bau 18:25; Kes 1:15

Lakkoofsa 13:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 12:16; Kes 1:19

Lakkoofsa 13:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:30; 14:30, 38; 34:18, 19; 1Se 4:15

Lakkoofsa 13:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:28; 13:16; 14:30; 34:17

Lakkoofsa 13:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 48:5
  • +Uma 48:17, 19

Lakkoofsa 13:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yehoshuwaa,” “Yihowaan Fayyisaa Dha” jechuu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 17:9

Lakkoofsa 13:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:7

Lakkoofsa 13:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:8; Kes 8:7

Lakkoofsa 13:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gabbattuu.”

  • *

    Kal., “huqqattuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:25; His 20:6
  • +Kes 31:6; Iya 1:6, 9
  • +Lak 13:23

Lakkoofsa 13:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “karra Hamaat.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 3; Iya 15:1
  • +2Sa 10:6, 8
  • +Lak 34:8

Lakkoofsa 13:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 13:18; Iya 15:13; 21:11, 12
  • +Abo 1:10
  • +Kes 9:1, 2; Iya 11:21

Lakkoofsa 13:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Laga Gogaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 32:9
  • +Kes 1:25; 8:7-9

Lakkoofsa 13:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Laga Gogaa.”

  • *

    “Firii Wayinii Walitti Tuutaʼe” jechuu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:24

Lakkoofsa 13:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:33, 34

Lakkoofsa 13:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:19

Lakkoofsa 13:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:8; Lew 20:24
  • +Kes 1:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 3/2021, ful. 6

Lakkoofsa 13:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:22, 33; Kes 1:27, 28

Lakkoofsa 13:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 36:12; Bau 17:8; 1Sa 15:3
  • +Lak 13:17
  • +Abo 1:21; 2Sa 5:6, 7
  • +Uma 10:15, 16
  • +Bau 23:23; Kes 7:1; 20:17
  • +Uma 10:19

Lakkoofsa 13:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 14:7, 8

Lakkoofsa 13:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 32:9

Lakkoofsa 13:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:36
  • +Amo 2:9

Lakkoofsa 13:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:28; 9:1, 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2011, ful. 10-11

    10/1/2006, ful. 15

Yaada Wal Simu

Lak. 13:2Kes 1:22, 23
Lak. 13:2Bau 18:25; Kes 1:15
Lak. 13:3Lak 12:16; Kes 1:19
Lak. 13:6Lak 13:30; 14:30, 38; 34:18, 19; 1Se 4:15
Lak. 13:8Lak 11:28; 13:16; 14:30; 34:17
Lak. 13:11Uma 48:5
Lak. 13:11Uma 48:17, 19
Lak. 13:16Bau 17:9
Lak. 13:17Kes 1:7
Lak. 13:18Bau 3:8; Kes 8:7
Lak. 13:20Nah 9:25; His 20:6
Lak. 13:20Kes 31:6; Iya 1:6, 9
Lak. 13:20Lak 13:23
Lak. 13:21Lak 34:2, 3; Iya 15:1
Lak. 13:212Sa 10:6, 8
Lak. 13:21Lak 34:8
Lak. 13:22Uma 13:18; Iya 15:13; 21:11, 12
Lak. 13:22Abo 1:10
Lak. 13:22Kes 9:1, 2; Iya 11:21
Lak. 13:23Lak 32:9
Lak. 13:23Kes 1:25; 8:7-9
Lak. 13:24Kes 1:24
Lak. 13:25Lak 14:33, 34
Lak. 13:26Kes 1:19
Lak. 13:27Bau 3:8; Lew 20:24
Lak. 13:27Kes 1:25
Lak. 13:28Lak 13:22, 33; Kes 1:27, 28
Lak. 13:29Uma 36:12; Bau 17:8; 1Sa 15:3
Lak. 13:29Lak 13:17
Lak. 13:29Abo 1:21; 2Sa 5:6, 7
Lak. 13:29Uma 10:15, 16
Lak. 13:29Bau 23:23; Kes 7:1; 20:17
Lak. 13:29Uma 10:19
Lak. 13:30Iya 14:7, 8
Lak. 13:31Lak 32:9
Lak. 13:32Lak 14:36
Lak. 13:32Amo 2:9
Lak. 13:33Kes 1:28; 9:1, 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Lakkoofsa 13:1-33

Lakkoofsa

13 Achiis Yihowaan akkana jechuudhaan Museetti dubbate: 2 “Biyya Kanaʼaan isa ani Israaʼelotaaf kennuuf jedhu akka basaasaniif namoota ergi. Tokkoon tokkoon gosa abbootii keessaa nama isaan gidduutti+ ajajaa+ taʼe tokko ergi.”

3 Museenis akkuma Yihowaan ajajetti lafa onaa Phaaraan+ keessaa isaan ni erge. Namoonni sun hundi dura buutota Israaʼelotaa turan. 4 Maqaan isaanii kana ture: gosa Ruuben keessaa Shaamuʼaa ilma Zaakur, 5 gosa Simiʼoon keessaa Shaafaat ilma Hoorii, 6 gosa Yihudaa keessaa Kaaleb+ ilma Yofunee, 7 gosa Yisaakor keessaa Yigʼaal ilma Yoseef, 8 gosa Efreem keessaa Hosheʼaa+ ilma Nuun, 9 gosa Biiniyaam keessaa Paaltii ilma Raafuu, 10 gosa Zaabiloon keessaa Gaadiʼel ilma Soodii, 11 gosa Yoseef+ keessaa gosa Minaaseetiif+ Gaadii ilma Suusii, 12 gosa Daan keessaa Amiʼel ilma Gemaalii, 13 gosa Asheer keessaa Setuur ilma Mikaaʼel, 14 gosa Niftaalem keessaa Naahbii ilma Wofsii, 15 gosa Gaad keessaa immoo Gewuʼel ilma Maakii. 16 Maqaan namoota Museen biyyattii akka basaasaniif erge sanaa kana ture. Museenis maqaa Hosheʼaa ilma Nuun Iyyaasuu*+ jedhee moggaase.

17 Museen biyya Kanaʼaan akka basaasan yommuu isaan ergetti akkana isaaniin jedhe: “Gara Negeebitti ol baʼaa; achiis gara naannoo gaarotaatti ol baʼaa.+ 18 Biyyattiin kan akkamii akka taate,+ namoonni ishii keessa jiraatanis ciccimoo yookiin dadhaboo, muraasa yookiin hedduu taʼuu isaanii, 19 akkasumas biyyattiin gaarii yookiin badaa taʼuu ishii fi magaalonni isaan keessa jiraatan dallaa kan hin qabne yookiin dallaa dhagaa kan qaban taʼuu isaanii ilaalaa. 20 Kana malees, biyyattiin soorettii* yookiin hiyyeettii* taʼuu ishii,+ akkasumas ishii keessa mukeetiin jiraachuu fi dhiisuu isaanii ilaalaa. Onnatoo taʼaa;+ firii biyyattii keessaas muraasa fidaa kottaa.” Yeroon kun tibba firiin wayinii inni jalqabaa itti bilchaatu ture.+

21 Kanaafuu, isaan ol baʼanii lafa onaa Ziin+ irraa hamma Rehoob+ ishii Lebo Hamaat*+ biratti argamtuutti biyyattii ni basaasan. 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture. 23 Yommuu Sulula* Eshkool+ gaʼanitti, damee firii wayinii walitti tuutaʼe qabuu fi namoota lamaan uleedhaan baatamu tokko bakka sanaa ni kutan; akkasumas romaanii fi harbuu muraasa ni fidan.+ 24 Isaan firii walitti tuutaʼe isa Israaʼelonni achii kutaniin kan kaʼe maqaa iddoo sanaa Sulula* Eshkool*+ jedhanii moggaasan.

25 Guyyaa 40 boodas,+ biyyattii basaasanii deebiʼan. 26 Kanaafuu, isaan Qaadesh+ ishii lafa onaa Phaaraan keessatti argamtutti gara Musee, gara Aaronii fi gara guutummaa yaaʼii Israaʼelitti deebiʼan. Isaanis guutummaa yaaʼichaatiif oduu fidanii dhufan; akkasumas firii biyyattii isaanitti argisiisan. 27 Oduun isaan Museetti himan kana ture: “Gara biyyattii ati itti nu ergitetti seenneerra; ishiin dhugumaan biyya aannanii fi damma maddisiistu dha;+ firiin ishiis kunoo ti.+ 28 Haa taʼu malee, namoonni biyyattii keessa jiraatan ciccimoo dha; magaalonni isaanii warri dallaa dhagaa qabanis baayʼee guguddoo dha. Anaaqimiinis achitti argineerra.+ 29 Amaaleqonni+ biyya Negeeb+ keessa jiraatu; Heetonni, Yebuusonnii+ fi Amooronni+ naannoo gaarotaa keessa jiraatu; Kanaʼaanonni+ immoo galaanicha bira,+ akkasumas Yordaanos qarqara jiraatu.”

30 Achiis Kaaleb, “Ammuma kaanee ol haa baanu; nuti dhugumaan ishii waan moonuuf, biyyattii dhaalaan akka fudhannu homaa hin shakkinu” jechuudhaan uummata Musee dura dhaabbate sana tasgabbeessuuf yaale.+ 31 Namoonni isaa wajjin ol baʼanii turan sun garuu, “Isaan nu caalaa ciccimoo waan taʼaniif, ol baanee namoota sana waraanuu hin dandeenyu” jedhan.+ 32 Achiis biyyattii basaasanii turan sana ilaalchisee akkana jechuudhaan oduu gaarii hin taane+ Israaʼelotatti himan: “Biyyattiin basaasuuf keessa darbine sun biyya jiraattota ishii nyaattu dha; namoonni nuti ishii keessatti argine hundis namoota akka malee guguddaa taʼani dha.+ 33 Achittis Nefiliimota, jechuunis ilmaan Anaaq+ warra sanyii Nefiliim taʼan argineerra; ija keenyaanis taʼe ija isaaniitiin yeroo wal bira qabamnee ilaalamnu nuti isaaniif akka kuruphisaa ti.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi