LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Moototaa

      • Rooboʼaam deebii gaarii hin taane kenne (1-15)

      • Gosoonni kurnan fincila kaasan (16-19)

      • Yeroboʼaam mootii Israaʼel taʼe (20)

      • Rooboʼaam Israaʼeliin akka hin waraanne dhowwame (21-24)

      • Waaqeffannaa jabbii Yeroboʼaam hundeesse (25-33)

1 Mootota 12:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 10:1-4
  • +Uma 12:6; Iya 20:7, 9; Abo 9:1, 2; HoE 7:15, 16

1 Mootota 12:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 11:26, 40

1 Mootota 12:4

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, harqoota, qambara.

  • *

    Ykn., “cunqursaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 8:11-18; 1Mo 4:7

1 Mootota 12:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 10:5-7

1 Mootota 12:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jaarsolii.”

1 Mootota 12:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jaarsoliin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 10:8-11

1 Mootota 12:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 10:12-15

1 Mootota 12:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jaarsoliin.”

1 Mootota 12:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 11:31
  • +Kes 2:30; 2Se 22:7; Rom 9:18

1 Mootota 12:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dunkaanota.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 10:16, 17

1 Mootota 12:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 11:12, 13; 2Se 11:13, 16

1 Mootota 12:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 20:24; 1Mo 4:6; 5:13, 14
  • +2Se 10:18, 19

1 Mootota 12:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:21

1 Mootota 12:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 11:30, 31
  • +1Mo 11:12, 13; Hos 11:12

1 Mootota 12:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “filataman.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 11:1-4; 25:5

1 Mootota 12:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 12:5

1 Mootota 12:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 11:30, 31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2018, ful. 14

1 Mootota 12:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jabeessee.”

  • *

    Ykn., “ni jabeesse.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 12:1
  • +Uma 32:30; Abo 8:13, 17

1 Mootota 12:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 11:38

1 Mootota 12:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 12:5, 6

1 Mootota 12:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:4; 2Mo 10:29
  • +Bau 32:4, 8; 2Se 11:15, 16

1 Mootota 12:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 12:8, 9; 28:19
  • +Uma 14:14; Kes 34:1; Abo 18:29; 20:1

1 Mootota 12:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 10:31; 17:21-23

1 Mootota 12:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 3:10; 1Mo 13:33; 2Se 11:14; 13:9

1 Mootota 12:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 23:34
  • +Amo 7:13

Yaada Wal Simu

1Mot. 12:12Se 10:1-4
1Mot. 12:1Uma 12:6; Iya 20:7, 9; Abo 9:1, 2; HoE 7:15, 16
1Mot. 12:21Mo 11:26, 40
1Mot. 12:41Sa 8:11-18; 1Mo 4:7
1Mot. 12:52Se 10:5-7
1Mot. 12:82Se 10:8-11
1Mot. 12:122Se 10:12-15
1Mot. 12:151Mo 11:31
1Mot. 12:15Kes 2:30; 2Se 22:7; Rom 9:18
1Mot. 12:162Se 10:16, 17
1Mot. 12:171Mo 11:12, 13; 2Se 11:13, 16
1Mot. 12:182Sa 20:24; 1Mo 4:6; 5:13, 14
1Mot. 12:182Se 10:18, 19
1Mot. 12:192Mo 17:21
1Mot. 12:201Mo 11:30, 31
1Mot. 12:201Mo 11:12, 13; Hos 11:12
1Mot. 12:212Se 11:1-4; 25:5
1Mot. 12:222Se 12:5
1Mot. 12:241Mo 11:30, 31
1Mot. 12:251Mo 12:1
1Mot. 12:25Uma 32:30; Abo 8:13, 17
1Mot. 12:261Mo 11:38
1Mot. 12:27Kes 12:5, 6
1Mot. 12:28Bau 20:4; 2Mo 10:29
1Mot. 12:28Bau 32:4, 8; 2Se 11:15, 16
1Mot. 12:29Uma 12:8, 9; 28:19
1Mot. 12:29Uma 14:14; Kes 34:1; Abo 18:29; 20:1
1Mot. 12:302Mo 10:31; 17:21-23
1Mot. 12:31Lak 3:10; 1Mo 13:33; 2Se 11:14; 13:9
1Mot. 12:32Lew 23:34
1Mot. 12:32Amo 7:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Mootota 12:1-33

Mootota Tokkoffaa

12 Guutummaan Israaʼel mootii isa gochuuf+ gara Sheekem+ waan dhufaniif Rooboʼaam gara Sheekem ni dhaqe. 2 Yeroboʼaam ilmi Nebaat waaʼee kanaa akkuma dhagaʼeen (inni Solomoon Mootichaan kan kaʼe baqatee Gibxii keessa jiraachaa waan tureef, amma iyyuu Gibxii keessa jira ture),+ 3 isaan itti erganii isa waamsisan. Sana booda Yeroboʼaamii fi guutummaan gumii Israaʼel gara Rooboʼaam dhufanii akkana isaan jedhan: 4 “Abbaan kee waanjoo* keenya nutti ulfaachiseera.+ Garuu ati tajaajila ulfaataa abbaan kee nuu kennee fi waanjoo ulfaataa* inni nu irratti feʼe yoo nuu salphiste nuti si tajaajilla.”

5 Yeroo kanatti inni, “Amma deemaatii, guyyaa sadii booda gara kootti deebiʼaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, namoonni sun ni deeman.+ 6 Rooboʼaam Mootichis, “Namoota kanaaf deebii akkamii akkan kennu na gorsitu?” jedhee maanguddoota* yeroo abbaan isaa Solomoon lubbuudhaan turetti isa tajaajilaa turanii wajjin mariʼate. 7 Isaanis, “Ati harʼa tajaajilaa uummata kanaa yoo taatee fi wanta isaan si gaafatan yoo isaaniif raawwatte, akkasumas deebii gaarii yoo isaaniif kennite, isaan yeroo hundumaa tajaajiltoota kee ni taʼu” jedhanii isaaf deebisan.

8 Haa taʼu malee, inni gorsa maanguddoonni* isaaf kennan fudhachuu didee, dargaggoota isaa wajjin guddatanii fi amma tajaajiltoota isaa taʼanii wajjin mariʼate.+ 9 Inni, “Namoota, ‘Waanjoo abbaan kee nu irratti feʼe nuu salphisi’ naan jedhan kanaaf deebii akkamii akka kenninu na gorsitu?” jedhee isaan gaafate. 10 Dargaggoonni isaa wajjin guddatan sunis akkana isaan jedhan: “Namoota, ‘Abbaan kee waanjoo keenya nutti ulfaachiseera; ati garuu nuuf salphisi’ siin jedhan kanaan akkana jedhi: ‘Qubni koo ishiin xinnoon mudhii abbaa koo irra ni furdatti. 11 Abbaan koo waanjoo ulfaataa isin irratti feʼeera; ani garuu waanjoo keessan caalaatti nan ulfaachisa. Abbaan koo alangaadhaan isin adabeera; ani garuu alangaa wanta nama wawwaraanu qabuun isin nan adaba.’”

12 Yeroboʼaamii fi namoonni sun hundi akkuma mootichi, “Guyyaa sadaffaatti gara kootti deebiʼaa” isaaniin jedhetti, guyyaa sadaffaatti gara Rooboʼaam ni dhufan.+ 13 Mootichi garuu gorsa maanguddoonni* isaaf kennan fudhachuu didee, namoota sanaaf deebii gaarii hin taane kenne. 14 Innis akkuma dargaggoonni sun isa gorsanitti, “Abbaan koo waanjoo ulfaataa isin irratti feʼeera; ani garuu waanjoo keessan caalaatti nan ulfaachisa. Abbaan koo alangaadhaan isin adabeera; ani garuu alangaa wanta nama wawwaraanu qabuun isin nan adaba” isaaniin jedhe. 15 Akka kanaan mootichi namoota sana utuu hin dhaggeeffatin hafe; kunis kan taʼe, wanti Yihowaan karaa Ahiyaa+ Shiiloonichaa, Yeroboʼaam ilma Nebaatitti dubbate akka raawwatamuuf Yihowaan wantoonni kun akka kanaan akka raawwataman waan godheefi.+

16 Guutummaan Israaʼel mootichi isaan dhaggeeffachuu akka dide yommuu hubatan, namoonni sun, “Nuti Daawit biraa qooda maalii qabna? Nuti ilma Issey biraa dhaala hin qabnu. Yaa Israaʼel, gara waaqolii keetti deebiʼi. Yaa Daawit, amma mana kee eeggadhu!” jedhanii mootichaaf deebisan. Achiis Israaʼelonni gara mana mana* isaaniitti deebiʼan.+ 17 Rooboʼaam garuu Israaʼelota warra magaalota Yihudaa keessa jiraatan irratti bulchuu isaa itti fufe.+

18 Achiis Rooboʼaam Mootichi, Adoraam+ isa warra hojii dirqamaa akka hojjetan filataman irratti itti gaafatamaa taʼe gara isaaniitti ni erge; haa taʼu malee, guutummaan Israaʼel dhagaadhaan tumanii isa ajjeesan. Rooboʼaam Mootichi garuu gaarii fardaa isaa irra taaʼee gara Yerusaalemitti baqate.+ 19 Israaʼelonni hamma harʼaatti mana Daawit irratti akkuma fincilanitti jiru.+

20 Guutummaan Israaʼelis Yeroboʼaam deebiʼuu isaa akkuma dhagaʼaniin, gara yaaʼichaatti isa waamanii guutummaa Israaʼel irratti mootii isa godhan.+ Gosa Yihudaatiin alatti, namoota sana keessaa tokko illee mana Daawit duukaa hin buune.+

21 Rooboʼaamis yommuu Yerusaalem gaʼu, mana Israaʼel waraananii mootummaa Rooboʼaam ilma Solomoon akka deebisaniif, yeruma sana guutummaa mana Yihudaa fi gosa Biiniyaam keessaa loltoota leenjiʼan* 180,000 walitti qabe.+ 22 Achiis dubbiin Waaqa dhugaa akkana jedhu gara Shemaayaa+ isa nama Waaqa dhugaa taʼeetti ni dhufe: 23 “Rooboʼaam ilma Solomoon mootii Yihudaatiin, guutummaa mana Yihudaa fi mana Biiniyaamiin, akkasumas namoota hafan kaaniin akkana jedhi: 24 ‘Yihowaan, “Isin Israaʼelota obboloota keessan taʼan waraanuuf ol hin baʼinaa. Ani kun akka taʼu waanan godheef, tokkoon tokkoon keessan gara mana mana keessaniitti deebiʼaa” jedha.’”+ Kanaafuu, isaan dubbii Yihowaatiif ajajamuudhaan akkuma Yihowaan isaaniin jedhetti gara mana mana isaaniitti deebiʼan.

25 Achiis Yeroboʼaam naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin+ ijaaree* achi jiraachuu jalqabe. Bakka sanaa baʼees Phenuʼeliin+ ni ijaare.* 26 Yeroboʼaam garaa isaatti akkana jedhee yaade: “Egaa amma mootummichi mana Daawitiif ni deebiʼa.+ 27 Namoonni kun mana Yihowaa isa Yerusaalem keessatti argamutti+ aarsaawwan dhiheessuuf ol baʼuu isaanii yoo itti fufan, garaan namoota kanaas gara gooftaa isaanii Rooboʼaam Mootii Yihudaatti ni deebiʼa. Eeyyee, isaan na ajjeesu; gara Rooboʼaam Mootii Yihudaattis ni deebiʼu.” 28 Mootichi erga gorsitoota isaa wajjin mariʼatee booda, jabbilee warqii+ lama hojjetee namoota sanaan, “Yerusaalemitti ol baʼuun baayʼee isinitti ulfaata. Yaa Israaʼel, Waaqni kee inni biyya Gibxiitii si baase isa kana” jedhe.+ 29 Achiis isa tokko Beetel+ keessa, isa tokko immoo Daan+ keessa ni dhaabe. 30 Kunis cubbuu akka hojjetan isaan godhe;+ namoonni sunis jabbii achi jiru waaqeffachuuf hamma Daanitti deemu turan.

31 Inni iddoowwan ol kaʼoo irrattis manneen waaqeffannaa hojjetee, namoota sana keessaa warra Leewwota hin taane luboota godhee muude.+ 32 Kana malees, Yeroboʼaam jiʼa saddeettaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa 15ffaatti ayyaana isa ayyaana Yihudaa keessatti ayyaaneffatamuu wajjin wal fakkaatu tokko ni hundeesse.+ Iddoo aarsaa Beetelitti+ hojjete irratti jabbilee tolche sanaaf aarsaa ni dhiheesse; akkasumas Beetelitti iddoowwan ol kaʼoo hojjete sanaaf luboota ni ramade. 33 Kana malees, inni iddoo aarsaa Beetelitti hojjete irratti jiʼa saddeettaffaa guyyaa 15ffaatti, jiʼa ofii isaatiif filatetti aarsaawwan dhiheessuu jalqabe; namoota Israaʼeliif ayyaana ni hundeesse; aarsaawwanii fi aarsaa aarfamu dhiheessuufis gara iddoo aarsaatti ol ni baʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi