LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 104
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Uumama dinqisiisaa taʼeef Waaqa jajachuu

        • ELafti bara baraaf jiraatti (5)

        • Daadhiin wayinii fi nyaanni nama duʼuuf kenname (15)

        • “Hojiiwwan kee akkam baayʼatu!” (24)

        • ‘Yommuu hafuurri fudhatamu ni duʼu’ (29)

Faarfannaa 104:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:1
  • +Fr 86:10
  • +1Se 16:27; His 1:27, 28; Dan 7:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 104:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 1:17; 1Yo 1:5
  • +Isa 40:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 104:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “bishaanota keessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:11; Amo 9:6
  • +Kes 33:26; Isa 19:1
  • +2Sa 22:11; Iyo 38:1

Faarfannaa 104:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 1:13; Ibr 1:7, 14

Faarfannaa 104:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin gatantartu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:4, 6; Fr 24:1, 2
  • +Lal 1:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 5 2016, ful. 15

Faarfannaa 104:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:2

Faarfannaa 104:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:9

Faarfannaa 104:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 8:25

Faarfannaa 104:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:8-10; Fr 33:7; Fak 8:29; Er 5:22

Faarfannaa 104:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lageen gogaa.”

Faarfannaa 104:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:37; Fr 147:8; Er 10:13; Amo 9:6; Mat 5:45
  • +Fr 65:9; HoE 14:17

Faarfannaa 104:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:29, 30; 9:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 46

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2011, ful. 8

Faarfannaa 104:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 9:7
  • +Lal 10:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 43

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2011, ful. 8

Faarfannaa 104:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 8:7

Faarfannaa 104:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 39:1
  • +Fak 30:26

Faarfannaa 104:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:16; Fr 19:6; Er 31:35

Faarfannaa 104:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:5; Fr 74:16; Isa 45:7

Faarfannaa 104:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 3:4
  • +Fr 147:9

Faarfannaa 104:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:6
  • +Fak 3:19; Er 10:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 64-65, 207-209

Faarfannaa 104:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:21

Faarfannaa 104:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 41:1

Faarfannaa 104:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 136:25; 145:15; 147:9; Mat 6:26

Faarfannaa 104:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:24
  • +Fr 107:9; 145:16

Faarfannaa 104:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 3:19; Iyo 34:14, 15; Fr 146:3, 4; Lal 3:19, 20; 12:7

Faarfannaa 104:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 33:4; HoE 17:28

Faarfannaa 104:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:31

Faarfannaa 104:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:18

Faarfannaa 104:33

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 13:6
  • +Fr 146:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 14

Faarfannaa 104:34

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Wantin waaʼee isaa xiinxalu kan gammachiisu haa taʼu.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 40

Faarfannaa 104:35

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:10, 38; Fak 2:22

Yaada Wal Simu

Far. 104:1Fr 103:1
Far. 104:1Fr 86:10
Far. 104:11Se 16:27; His 1:27, 28; Dan 7:9
Far. 104:2Yaq 1:17; 1Yo 1:5
Far. 104:2Isa 40:22
Far. 104:3Fr 18:11; Amo 9:6
Far. 104:3Kes 33:26; Isa 19:1
Far. 104:32Sa 22:11; Iyo 38:1
Far. 104:4His 1:13; Ibr 1:7, 14
Far. 104:5Iyo 38:4, 6; Fr 24:1, 2
Far. 104:5Lal 1:4
Far. 104:6Uma 1:2
Far. 104:7Uma 1:9
Far. 104:8Fak 8:25
Far. 104:9Iyo 38:8-10; Fr 33:7; Fak 8:29; Er 5:22
Far. 104:13Iyo 38:37; Fr 147:8; Er 10:13; Amo 9:6; Mat 5:45
Far. 104:13Fr 65:9; HoE 14:17
Far. 104:14Uma 1:29, 30; 9:3
Far. 104:15Lal 9:7
Far. 104:15Lal 10:19
Far. 104:17Er 8:7
Far. 104:18Iyo 39:1
Far. 104:18Fak 30:26
Far. 104:19Uma 1:16; Fr 19:6; Er 31:35
Far. 104:20Uma 1:5; Fr 74:16; Isa 45:7
Far. 104:21Amo 3:4
Far. 104:21Fr 147:9
Far. 104:24Nah 9:6
Far. 104:24Fak 3:19; Er 10:12
Far. 104:25Uma 1:21
Far. 104:26Iyo 41:1
Far. 104:27Fr 136:25; 145:15; 147:9; Mat 6:26
Far. 104:28Luq 12:24
Far. 104:28Fr 107:9; 145:16
Far. 104:29Uma 3:19; Iyo 34:14, 15; Fr 146:3, 4; Lal 3:19, 20; 12:7
Far. 104:30Iyo 33:4; HoE 17:28
Far. 104:31Uma 1:31
Far. 104:32Bau 19:18
Far. 104:33Fr 13:6
Far. 104:33Fr 146:2
Far. 104:35Fr 37:10, 38; Fak 2:22
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 104:1-35

Faarfannaa

104 Yihowaa nan jajadha.+

Yaa Waaqa koo Yihowaa, ati baayʼee guddaa dha.+

Ati ulfinaa fi simboo uffatteetta.+

 2 Ifa akka uffataatti ofitti marteetta;+

Samiiwwanis akkuma huccuu dunkaanaatti diriirsita.+

 3 Inni baattuuwwan kutaawwan isaa warra gara olii bishaanota samii keessa jiran irra* ni dhaaba,+

Duumessa, gaarii fardaa isaa ni godhata,+

Qoochoo bubbeetiinis ni deema.+

 4 Maleekota isaa hafuurota,

Tajaajiltoota isaas ibidda nyaatu ni godha.+

 5 Lafa hundee ishii irra dhaabeera;+

Baraa hamma bara baraattis iddoo ishii irraa hin sochootu.*+

 6 Bishaan gad fagoo akka uffataatti ishiitti uwwisteetta.+

Bishaanonni gaarota gubbaa dhaabbataniiru.

 7 Yommuu ati ifattu ni baqatan;+

Sagalee kakawwee keetii yommuu dhagaʼan naasuudhaan ni fiigan,

 8 Kanaan kan kaʼes gaaronni ol ni kaʼan,+ sululawwanis gad ni lixan,

Gara iddoo ati isaaniif qopheessitees ni dhaqan.

 9 Akka isaan lammata lafa hin uwwisneef,

Daangaa irra darbuu hin qabne isaaniif ni keesse.+

10 Burqaawwan sulula* gidduutti ni erga;

Isaanis gaarota gidduu ni yaaʼu.

11 Isaan bineensota bosonaa hundumaatiif bishaan ni kennu;

Harroonni bosonaas dheebuu ni baʼu.

12 Simbirroonni samii isaan irra qubatu;

Dameewwan mukaa gobbatan gidduudhaas ni faarfatu.

13 Kutaawwan isaa warra gara olii jiran irraa gaarota bishaan ni obaasa.+

Lafti firii hojiiwwan keetiitiin quufteetti.+

14 Inni looniif margi akka biqilu godheera,

Namoonni akka itti fayyadamaniifis biqiltoota kenneera,+

Kanas kan godhe lafa irraa nyaata biqilchuuf,

15 Akkasumas daadhiin wayinii garaa namaa gammachiisu,+

Zayitiin fuula namaa ibsu,

Nyaanni garaan nama duʼuu akka cimu godhu akka jiraatuufi.+

16 Mukeetiin Yihowaa,

Gaattiraawwan Libaanon warri inni dhaabe quufaniiru,

17 Simbirroonni achi irratti manʼee ni ijaarratu.

Manni allaattii awwaannisaa+ mukeetii birbirsaa keessa dha.

18 Gaaronni ol kaʼoon kan reʼoota gaaraa ti;+

Kattaanis iddoo osoleen kooluu itti galtu dha.+

19 Inni addeessa kan tolche waqtiilee akka beeksistuufi;

Aduunis yoom akka lixxu akka gaariitti beekti.+

20 Ati dukkana ni fidda, halkanis ni taʼa;+

Yeroo kanatti bineensonni bosonaa hundi asii fi achi ni deemu.

21 Leenconni saafelli wanta adamsan argachuuf ni baroodu,+

Nyaata isaaniis Waaqa biraa barbaaddatu.+

22 Aduun yommuu baatu,

Deebiʼanii holqa isaanii keessa ciisu.

23 Namnis gara hojii isaa dhaqa,

Hamma galgalaattis jabaatee hojjeta.

24 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee akkam baayʼatu!+

Hunda isaanii ogummaadhaan tolchite.+

Lafti wanta ati tolchiteen guutamteetti.

25 Galaannis guddaa fi balʼaa dha,

Uumamawwan guguddaa fi xixinnaan lakkaaʼamuu hin dandeenyes isa keessa guutaniiru.+

26 Achi irra dooniiwwan ni imalu,

Lewaataan*+ inni ati achi keessatti akka taphatuuf uumtes isa keessa ni deema.

27 Waqtii isaatti nyaata isaanii akka isaaniif kennituuf+

Hundi isaanii si eeggatu.

28 Wanta isaanif kennitu walitti ni qabatu.+

Yommuu harka kee bantu, wantoota gaggaariidhaan ni quufu.+

29 Yommuu fuula kee dhoksitu ni jeeqamu.

Hafuura isaanii yoo fudhatte, duʼanii biyyootti deebiʼu.+

30 Hafuura kee yoo ergite, ni uumamu,+

Atis irra lafaa ni haaressita.

31 Ulfinni Yihowaa bara baraaf itti fufa.

Yihowaan hojiiwwan isaatti ni gammada.+

32 Inni gara lafaa ni ilaala, ishiinis ni hollatti;

Gaarota ni tuqa, isaanis aara baasu.+

33 Umurii koo guutuu Yihowaa nan faarfadha;+

Hamman lubbuudhaan jirutti Waaqa kootiif faarfannaa galataa nan faarfadha.*+

34 Wantin yaadu kan isa gammachiisu haa taʼu.*

Ani Yihowaatti nan gammada.

35 Cubbamoonni lafa irraa ni badu;

Hamoonnis kana booda hin jiraatan.+

Yihowaa nan jajadha. Yaahiin jajadhaa!*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi