LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Hojiiwwan Waaqaa warra dinqisiisoo labsuu

        • Yihowaan iddoo amansiisaa kooluu itti galani dha (9)

        • Warri maqaa Waaqaa beekan isatti amanamu (10)

Faarfannaa 9:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2091

Faarfannaa 9:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:12; 29:11; Mul 4:11

Faarfannaa 9:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:7

Faarfannaa 9:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 56:9

Faarfannaa 9:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:14; 1Ph 2:23

Faarfannaa 9:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:4

Faarfannaa 9:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 25:19

Faarfannaa 9:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 90:2; 1Xi 1:17
  • +Rom 14:10; Mul 20:11

Faarfannaa 9:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lafa oomisha kennituuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; Fr 85:11; Isa 26:9
  • +Fr 96:13; 98:9; HoE 17:31

Faarfannaa 9:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:2
  • +Fr 46:1; 54:7

Faarfannaa 9:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:14; Fak 18:10; Er 16:21
  • +2Se 20:12; Fr 25:15; 2Qo 1:10

Faarfannaa 9:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 96:10; 107:19, 22; Isa 12:3, 4

Faarfannaa 9:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 4:9, 10; 9:5; Kes 32:43; 2Mo 9:24, 26; 24:3, 4; Luq 11:49-51
  • +Bau 3:7; Fr 72:13, 14; Luq 18:7

Faarfannaa 9:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 30:3; Isa 38:9, 10; Mul 1:17, 18

Faarfannaa 9:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 17:19, 20
  • +Fr 13:5; 20:5

Faarfannaa 9:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:35; Fak 5:22

Faarfannaa 9:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:4; Iya 2:10; 2Mo 19:19
  • +Fak 26:27; Isa 3:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2082

Faarfannaa 9:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolitti,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 9:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:5; 72:4
  • +Fr 10:17; Mat 5:5

Faarfannaa 9:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; Fr 82:8

Faarfannaa 9:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:16; 23:27

Yaada Wal Simu

Far. 9:11Se 16:12; 29:11; Mul 4:11
Far. 9:2Fr 28:7
Far. 9:3Fr 56:9
Far. 9:4Fr 89:14; 1Ph 2:23
Far. 9:5Kes 9:4
Far. 9:6Kes 25:19
Far. 9:7Fr 90:2; 1Xi 1:17
Far. 9:7Rom 14:10; Mul 20:11
Far. 9:8Uma 18:25; Fr 85:11; Isa 26:9
Far. 9:8Fr 96:13; 98:9; HoE 17:31
Far. 9:9Fr 91:2
Far. 9:9Fr 46:1; 54:7
Far. 9:10Fr 91:14; Fak 18:10; Er 16:21
Far. 9:102Se 20:12; Fr 25:15; 2Qo 1:10
Far. 9:11Fr 96:10; 107:19, 22; Isa 12:3, 4
Far. 9:12Uma 4:9, 10; 9:5; Kes 32:43; 2Mo 9:24, 26; 24:3, 4; Luq 11:49-51
Far. 9:12Bau 3:7; Fr 72:13, 14; Luq 18:7
Far. 9:13Fr 30:3; Isa 38:9, 10; Mul 1:17, 18
Far. 9:14Er 17:19, 20
Far. 9:14Fr 13:5; 20:5
Far. 9:15Kes 32:35; Fak 5:22
Far. 9:16Bau 14:4; Iya 2:10; 2Mo 19:19
Far. 9:16Fak 26:27; Isa 3:11
Far. 9:18Fr 12:5; 72:4
Far. 9:18Fr 10:17; Mat 5:5
Far. 9:19Uma 18:25; Fr 82:8
Far. 9:20Bau 15:16; 23:27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 9:1-20

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; Mutlaabeenitti.* Faarfannaa Daawit.

א [Aleef]

9 Yaa Yihowaa, garaa koo guutuudhaan sin jajadha;

Waaʼee hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan hundumaas nan dubbadha.+

 2 Ani sitti nan gammada, nan ililchas;

Yaa Isa Hundaa Olii, maqaa keetiif faarfannaa galataa nan faarfadha.*+

ב [Beet]

 3 Diinonni koo yommuu duubatti deebiʼan,+

Gufatanii si duraa ni badu.

 4 Sababiin isaas, ati haqa naaf kenniteetta, naaf falmiteettas;

Ati teessoo kee irra teessee qajeelummaadhaan ni murteessita.+

ג [Giimel]

 5 Saboota ifatteetta,+ hamootas balleessiteetta,

Maqaa isaanii baraa hamma bara baraatti haqxeetta.

 6 Diinni bara baraaf balleeffameera;

Ati magaalota isaanii buqqisteetta,

Yaadannoon isaanii hundis ni bada.+

ה [Hii]

 7 Yihowaan garuu bara baraaf teessoo irra taaʼeera;+

Inni teessoo isaa haqaaf cimsee dhaabeera.+

 8 Inni warra lafa irra jiraataniif* qajeelummaadhaan murtii ni kenna;+

Sabootaafis murtoo seeraa qajeelaa taʼe ni dabarsa.+

ו [Waaw]

 9 Yihowaan warra cunqurfamaniif iddoo amansiisaa kooluu itti galan* ni taʼa,+

Inni yeroo rakkinaatti kooluu amansiisaa dha.+

10 Warri maqaa kee beekan sitti amanamu;+

Yaa Yihowaa, ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.+

ז [Zaayin]

11 Yihowaa isa Xiyoon keessa jiraatuuf faarfannaa galataa faarfadhaa;

Gochawwan isaas namoota gidduutti beeksisaa.+

12 Sababiin isaas, inni dhiiga isaaniitiif haaloo baʼu, isaan ni yaadata;+

Iyya warra cunqurfamaniis hin irraanfatu.+

ח [Heet]

13 Yaa Yihowaa, gaarummaa natti argisiisi;

Ati inni karrawwan duʼaa irraa na kaastu,+ cunqursaa warri na jibban na irraan gaʼan ilaali;

14 Kunis ani karrawwan intala Xiyoon+ irratti hojiiwwan kee warra jajamuu qaban akkan labsuuf,

Gochawwan fayyinaa keettis akkan gammaduufi.+

ט [Teet]

15 Saboonni boolluma ofii isaaniitiin qotan keessa lixaniiru;

Miilli isaanii kiyyoo ofii isaaniitiin dhoksaniin qabameera.+

16 Yihowaan murtii kennuun ni beekama.+

Inni hamaan hojiidhuma harka isaatiin kiyyoo keessa galeera.+

Higaayoon.* (Seelaa)

י [Yood]

17 Hamoonni gara Awwaalaatti* deebiʼu;

Saboonni Waaqayyoon irraanfatan hundis achi dhaqu.

18 Hiyyeessi garuu yeroo hunda hin irraanfatamu;+

Abdiin garraamotaas matumaa hin badu.+

כ [Kaaf]

19 Yaa Yihowaa, kaʼi! Namni duʼu si hin moʼin.

Saboonni si duratti itti haa murteeffamu.+

20 Yaa Yihowaa, sodaa isaanitti buusi,+

Saboonni namoota duʼan taʼuu isaanii haa beekan. (Seelaa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi