LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 45
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Qiiros Baabiloniin akka qabatu dibame (1-8)

      • Supheen Suphe Dhooftuu hin morkatu (9-13)

      • Saboonni kaan Israaʼeliif beekamtii ni kennu (14-17)

      • Uumamawwan Waaqaas taʼan mulʼatawwan isaa amansiisoo dha (18-25)

        • Lafti bakka jireenyaa akka taatuuf uumamte (18)

Isaayyaas 45:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Mudhii moototaa hiikuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:1, 2; Isa 44:28
  • +Isa 13:17; 41:25
  • +Isa 45:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 3

Isaayyaas 45:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 13:4
  • +Fr 107:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 3

Isaayyaas 45:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:1, 2; Isa 44:28
  • +Er 50:35, 37

Isaayyaas 45:5

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “akka gaariitti sin hidhachiisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:35, 39; 32:39

Isaayyaas 45:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Bahaa hamma dhihaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:46; Fr 102:15, 16; Isa 37:20
  • +Fr 83:18

Isaayyaas 45:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:3; Er 31:35
  • +Bau 10:21; Fr 104:20
  • +Isa 26:12
  • +Lal 7:14; Amo 3:6

Isaayyaas 45:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:26
  • +Isa 61:11

Isaayyaas 45:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa isa tolcheen.”

  • *

    Ykn., “falmuuf.”

  • *

    Ykn., “Isa isa tolche.”

  • *

    Ykn tarii, “Yookiin supheen sun, ‘Wanti ati tolchite qabannoo hin qabu’ jechuu qabaa?”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 29:16; Er 18:6; Rom 9:20

Isaayyaas 45:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ati maal ciniinsifachaa jirta?”

Isaayyaas 45:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:3
  • +Hos 1:10

Isaayyaas 45:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:1; Isa 40:28
  • +Uma 1:27
  • +Isa 44:24; Er 32:17; Zak 12:1
  • +Nah 9:6

Isaayyaas 45:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:6
  • +2Se 36:23; Iz 1:2, 3; Isa 44:28
  • +Isa 13:17
  • +Isa 14:16, 17; 43:14; 49:25

Isaayyaas 45:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Hojjettoonni humnaa.”

  • *

    Ykn tarii, “daldaltoonni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 8:17; Isa 14:1, 2; 49:23; 60:14; 61:5
  • +Zak 8:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2008, ful. 26

    4/1/2007, ful. 23-24

Isaayyaas 45:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:11; 60:16; Tit 1:3

Isaayyaas 45:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:7; Isa 44:9

Isaayyaas 45:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:4; 51:6
  • +Isa 29:22; 54:4; Yoe 2:26; Sef 3:11

Isaayyaas 45:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “duwwaa akka taatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:5; Er 10:12
  • +Fr 78:69; 104:5; 119:90; Fak 3:19
  • +Uma 1:28; 9:1; Fr 37:29; 115:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 6

Isaayyaas 45:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:16
  • +Fr 111:7, 8; 119:137

Isaayyaas 45:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 66:20; Er 50:28
  • +Isa 42:17; Er 50:2

Isaayyaas 45:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:39; Isa 43:3; 44:8; Mar 12:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

Isaayyaas 45:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:35
  • +Mik 7:7

Isaayyaas 45:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 55:10, 11
  • +Kes 6:13; Rom 14:11

Isaayyaas 45:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:9

Yaada Wal Simu

Isa. 45:1Iz 1:1, 2; Isa 44:28
Isa. 45:1Isa 13:17; 41:25
Isa. 45:1Isa 45:4
Isa. 45:2Isa 13:4
Isa. 45:2Fr 107:16
Isa. 45:3Iz 1:1, 2; Isa 44:28
Isa. 45:3Er 50:35, 37
Isa. 45:5Kes 4:35, 39; 32:39
Isa. 45:61Sa 17:46; Fr 102:15, 16; Isa 37:20
Isa. 45:6Fr 83:18
Isa. 45:7Uma 1:3; Er 31:35
Isa. 45:7Bau 10:21; Fr 104:20
Isa. 45:7Isa 26:12
Isa. 45:7Lal 7:14; Amo 3:6
Isa. 45:8His 34:26
Isa. 45:8Isa 61:11
Isa. 45:9Isa 29:16; Er 18:6; Rom 9:20
Isa. 45:11Isa 43:3
Isa. 45:11Hos 1:10
Isa. 45:12Uma 1:1; Isa 40:28
Isa. 45:12Uma 1:27
Isa. 45:12Isa 44:24; Er 32:17; Zak 12:1
Isa. 45:12Nah 9:6
Isa. 45:13Isa 42:6
Isa. 45:132Se 36:23; Iz 1:2, 3; Isa 44:28
Isa. 45:13Isa 13:17
Isa. 45:13Isa 14:16, 17; 43:14; 49:25
Isa. 45:14As 8:17; Isa 14:1, 2; 49:23; 60:14; 61:5
Isa. 45:14Zak 8:23
Isa. 45:15Isa 43:11; 60:16; Tit 1:3
Isa. 45:16Fr 97:7; Isa 44:9
Isa. 45:17Isa 26:4; 51:6
Isa. 45:17Isa 29:22; 54:4; Yoe 2:26; Sef 3:11
Isa. 45:18Isa 42:5; Er 10:12
Isa. 45:18Fr 78:69; 104:5; 119:90; Fak 3:19
Isa. 45:18Uma 1:28; 9:1; Fr 37:29; 115:16
Isa. 45:19Isa 48:16
Isa. 45:19Fr 111:7, 8; 119:137
Isa. 45:20Isa 66:20; Er 50:28
Isa. 45:20Isa 42:17; Er 50:2
Isa. 45:21Kes 4:39; Isa 43:3; 44:8; Mar 12:32
Isa. 45:22Kes 4:35
Isa. 45:22Mik 7:7
Isa. 45:23Isa 55:10, 11
Isa. 45:23Kes 6:13; Rom 14:11
Isa. 45:25Isa 61:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 45:1-25

Isaayyaas

45 Yihowaan Qiiros+ isa dibe sanaan,

Isa saboonni akka isaaf bitaman gochuuf,+

Mootota meeshaa waraanaa hiiksisuuf,*

Karrawwan akka hin cufamneefis

Balbaloota isa duratti banuuf

Harka isaa mirgaa qabate+ sanaan akkana jedha:

 2 “Ani si dura nan deema,+

Tabbawwanis wal nan qixxeessa.

Balbaloota sibiila diimaa nan caccabsa,

Danqaraawwan sibiilaas nan kukkuta.+

 3 Ani Yihowaa Waaqa Israaʼel

Isa maqaa keetiin si waamu taʼuu koo akka beektuuf,+

Qabeenya dukkana keessa jiru,

Qabeenya dhokfamaa iddoo hin mulʼanne keessa jirus siif nan kenna.+

 4 Yaaqoob isa tajaajilaa koo taʼe, Israaʼel isan filadheef jedhee,

Maqaa keetiin sin waama.

Ati na beekuu baattus maqaa ulfinaa siif nan kenna.

 5 Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru.

Ana malee Waaqni hin jiru.+

Ati na beekuu baattus sin jabeessa;*

 6 Kunis baha biiftuu irraa jalqabee hamma lixa biiftuutti*

Ana malee kan biraan akka hin jirre+

Namoonni akka beekaniifi.

Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru.+

 7 Ani ifa nan tolcha,+ dukkanas nan uuma,+

Nagaa nan fida,+ badiisas nan uuma;+

Ani Yihowaan wantoota kana hundumaa nan raawwadha.

 8 Isin samiiwwan ol gubbaadhaa gad roobsaa,+

Duumessoonnis qajeelummaa haa roobsan.

Lafti banamtee firii fayyinaa haa godhattu,

Qajeelummaas isaa wajjin haa maddisiistu.+

Ani Yihowaan kana uumeera.”

 9 Isa Uumaa isaa* morkatuuf* wayyoo!

Sababiin isaas, inni qiraacii,

Qiraaciiwwan caccaboo lafa irratti gataman kaan gidduu jiru dha.

Supheen Suphe Dhooftuudhaan,* “Maal tolchaa jirta?” jechuu qabaa?+

Yookiin wanti ati tolchite, “Inni harka hin qabu” jechuu qabaa?*

10 Isa abbaadhaan, “Ati maal dhalchita?”

Dubartiidhaanis, “Ati maal deessa?”* jedhuuf wayyoo!

11 Yihowaan Inni Qulqulluun kan Israaʼel,+ inni isa tolche akkana jedha:

“Isin wantoota gara fuulduraatti dhufan ilaalchisee na shakkituu?

Ilmaan koo+ fi hojiiwwan harka kootii ilaalchisee hoo na ajajjuu?

12 Ani lafa tolcheera,+ namas ishii irratti uumeera.+

Harkuma kootiin samiiwwan diriirseera,+

Raayyaa isaanii hundumaatiifis ajaja nan kenna.”+

13 “Ani nama tokko qajeelummaadhaan ol kaaseera,+

Daandiiwwan isaa hundumaas qajeelaa nan godha.

Inni magaalaa koo ni ijaara,+

Namoota koo warra boojiʼamanis gatii yookiin mattaʼaa malee+ bilisa ni baasa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

14 Yihowaan akkana jedha:

“Buʼaan* Gibxii, miini daldalaa* Itoophiyaa fi namoonni Saabaa warri dhedheeroo taʼan,

Gara kee dhufanii kan kee ni taʼu.

Isaan funcaadhaan hidhamanii si duuba ni deemu.

Dhufaniis siif ni sagadu.+

Isaan kadhannaadhaan, ‘Dhugumaan Waaqayyo sii wajjin jira,+

Isa malee kan biraan hin jiru; Waaqni kan biraanis hin jiru’ siin jedhu.”

15 Fayyisaa kan taate, yaa Waaqa Israaʼel,+

Ati dhugumaan Waaqa of dhoksu dha.

16 Hundi isaanii ni qaanaʼu, ni salphatus;

Warri waaqolii tolfamoo tolchan hundi salphatanii ni deemu.+

17 Haa taʼu malee, Yihowaan Israaʼeliif fayyina bara baraa ni argamsiisa.+

Isin bara baraaf hin qaanoftan, hin salphattanis.+

18 Sababiin isaas, Yihowaan

Inni Uumaa samiiwwanii+ fi Waaqa dhugaa taʼe,

Inni lafa tolche, Uumaan ishii inni jabeessee ishii dhaabe,+

Inni bakka jireenyaa akka taatuuf malee akkanumaan* ishii hin uumne+ akkana jedha:

“Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru.

19 Ani bakka dhokataa keessatti, biyya dukkanaa keessatti hin dubbanne;+

Ani sanyii Yaaqoobiin,

‘Akkanumaan na barbaadaa’ hin jenne.

Ani Yihowaa isa wanta qajeelaa dubbatuu fi isa qajeelina labsu dha.+

20 Walitti qabamaatii kottaa.

Isin warri saboota jalaa miliqxan, waliin dhihaadhaa.+

Warri fakkiiwwan bocaman baatanii jooran,

Warri waaqa isaan oolchuu hin dandeenyetti kadhannaa dhiheessanis homaa hin beekan.+

21 Gabaasa keessan dhiheessaa, dhimma keessan dhiheeffadhaa.

Isaan tokkummaadhaan waliin haa mariʼatan.

Bara dheeraa dura kana kan dubbate,

Yeroo darbe irraa kaasees kana kan labse eenyu?

Ana Yihowaa mitii?

Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru;

Ana malee Waaqni qajeelaanis taʼe Fayyisaan hin jiru.+

22 Ani Waaqa waanan taʼeef, ana malees kan biraan waan hin jirreef,+

Guutummaan andaara lafaa gara kootti deebiʼaa, fayyinas argadhaa.+

23 Ani ofiin kakadheera;

Afaan koo keessaa dubbiin qajeelummaadhaan baʼeera,

Hin deebiʼus:+

Jilbi hundi anaaf ni jilbeenfata,

Arrabni hundi amanamummaadhaan ni kakata,+

24 Akkanas ni jedha: ‘Dhugumaan qajeelummaa dhugaanii fi jabinni Yihowaa biraa argama.

Warri isatti dheekkaman hundi qaaniidhaan isa duratti ni dhihaatu.

25 Guutummaan sanyii Israaʼel Yihowaadhaan kan kaʼe sirrii taʼuun isaa ni mirkanaaʼa,+

Isaanis isaan ni boonu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi