LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Yihowaan Xiyooniif nagaa fi dhugaa ni kenna (1-23)

        • Yerusaalem, “magaalaa amanamtuu” (3)

        • “Walii keessanitti dhugaa dubbadhaa” (16)

        • Sooma irraa gara affeerraatti (18, 19)

        • ‘Yihowaa haa barbaaddannu’ (21)

        • Namoonni kudhan uffata Yihudii tokkoo qabatu (23)

Zakkaariyaas 8:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:18; Zak 1:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2106

Zakkaariyaas 8:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhugaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 1:16
  • +Isa 12:6; Yoe 3:17; Zak 2:11; 8:8
  • +Isa 1:26; 60:14; Er 33:16
  • +Isa 2:2; 11:9; 66:20; Er 31:23

Zakkaariyaas 8:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “baayʼina guyyootaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:20; Er 30:10

Zakkaariyaas 8:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 30:19; 31:4, 27; Zak 2:4

Zakkaariyaas 8:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “biyya baha biiftuu fi biyya lixa biiftuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:2, 3

Zakkaariyaas 8:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 3:17; Yoe 3:20; Amo 9:14
  • +Lew 26:12; Er 30:22; His 11:20

Zakkaariyaas 8:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “onnadhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 5:1
  • +Isa 35:4; Hag 2:4

Zakkaariyaas 8:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hag 1:6

Zakkaariyaas 8:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hag 2:19

Zakkaariyaas 8:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:4; Kes 28:4; Isa 30:23
  • +Isa 35:10; 61:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/1/2006, ful. 10-11

Zakkaariyaas 8:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “onnadhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:37; Er 42:18
  • +Uma 22:18; Isa 19:24, 25
  • +Isa 41:10
  • +Isa 35:4

Zakkaariyaas 8:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 4:28; His 24:14

Zakkaariyaas 8:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:28; 32:42
  • +Isa 43:1; Sef 3:16

Zakkaariyaas 8:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:11; Fak 12:19; Efe 4:25
  • +Zak 7:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 36

Zakkaariyaas 8:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 7:10
  • +Zak 5:4
  • +Fak 6:16-19

Zakkaariyaas 8:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 52:6, 7
  • +Er 52:12-14
  • +2Mo 25:25; Zak 7:5
  • +Er 52:4
  • +Isa 35:10; Er 31:12

Zakkaariyaas 8:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 50:4, 5

Zakkaariyaas 8:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:27; Isa 2:2, 3; 11:10; 55:5; 60:3; Hos 1:10; Mik 4:2; Hag 2:7

Zakkaariyaas 8:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fiixee uffata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 2:11; Mul 7:9; 14:6
  • +Isa 45:14
  • +Bau 12:37, 38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2022, ful. 22

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 26-27

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 119, 134-135

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 22-23

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2014, ful. 27

    2/15/2009, ful. 27

Yaada Wal Simu

Zak. 8:2Yoe 2:18; Zak 1:14
Zak. 8:3Isa 1:26; 60:14; Er 33:16
Zak. 8:3Isa 2:2; 11:9; 66:20; Er 31:23
Zak. 8:3Zak 1:16
Zak. 8:3Isa 12:6; Yoe 3:17; Zak 2:11; 8:8
Zak. 8:4Isa 65:20; Er 30:10
Zak. 8:5Er 30:19; 31:4, 27; Zak 2:4
Zak. 8:7Fr 107:2, 3
Zak. 8:8Er 3:17; Yoe 3:20; Amo 9:14
Zak. 8:8Lew 26:12; Er 30:22; His 11:20
Zak. 8:9Iz 5:1
Zak. 8:9Isa 35:4; Hag 2:4
Zak. 8:10Hag 1:6
Zak. 8:11Hag 2:19
Zak. 8:12Lew 26:4; Kes 28:4; Isa 30:23
Zak. 8:12Isa 35:10; 61:7
Zak. 8:13Kes 28:37; Er 42:18
Zak. 8:13Uma 22:18; Isa 19:24, 25
Zak. 8:13Isa 41:10
Zak. 8:13Isa 35:4
Zak. 8:14Er 4:28; His 24:14
Zak. 8:15Er 31:28; 32:42
Zak. 8:15Isa 43:1; Sef 3:16
Zak. 8:16Lew 19:11; Fak 12:19; Efe 4:25
Zak. 8:16Zak 7:9
Zak. 8:17Zak 7:10
Zak. 8:17Zak 5:4
Zak. 8:17Fak 6:16-19
Zak. 8:19Er 52:6, 7
Zak. 8:19Er 52:12-14
Zak. 8:192Mo 25:25; Zak 7:5
Zak. 8:19Er 52:4
Zak. 8:19Isa 35:10; Er 31:12
Zak. 8:21Er 50:4, 5
Zak. 8:22Fr 22:27; Isa 2:2, 3; 11:10; 55:5; 60:3; Hos 1:10; Mik 4:2; Hag 2:7
Zak. 8:23Zak 2:11; Mul 7:9; 14:6
Zak. 8:23Isa 45:14
Zak. 8:23Bau 12:37, 38
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 8:1-23

Zakkaariyaas

8 Ammas dubbiin Yihowaa Gooftaa Raayyaa akkana jedhu gara koo ni dhufe: 2 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani Xiyooniif hinaaffaa guddaadhaan nan hinaafa;+ dheekkamsa guddaadhaanis ishiidhaaf nan hinaafa.’”

3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani gara Xiyoonitti nan deebiʼa,+ Yerusaalem keessas nan jiraadha;+ Yerusaalem magaalaa amanamtuu* jedhamtee ni waamamti;+ gaarri Yihowaa Gooftaa Raayyaas gaara qulqulluu jedhamee ni waamama.’”+

4 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Jaarsoliinii fi jaartiiwwan umurii dheeraa jiraachuu isaaniitiin* kan kaʼe ammas ulee qabatanii addabaabayiiwwan Yerusaalem keessa ni taaʼu.+ 5 Addabaabayiiwwan magaalattii ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa achi taphataniin ni guutamu.’”+

6 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Yeroo sanatti kun namoota saba kana keessaa hafaniif baayʼee ulfaataa yoo fakkaate illee, anatti baayʼee ulfaataa fakkaachuu qabaa?’ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.”

7 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, ani saba koo biyyoota bahaa fi dhihaa* keessaa baasee nan fida.+ 8 Ani isaan nan fida, isaanis Yerusaalem keessa ni jiraatu;+ isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii isa dhugaa* fi isa qajeelaa isaaniif nan taʼa.’”+

9 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Isin warri dubbii kana afaan raajotaa keessaa dhagaʼaa jirtan,+ harka keessan jabeeffadhaa;*+ dubbiin kun manni qulqullummaa akka ijaaramuuf yeroo buʼuurri mana Yihowaa Gooftaa Raayyaa kaaʼametti dubbatamee ture. 10 Yeroo sana dura, namaafis taʼe horiidhaaf mindaan kaffalamaa hin turre;+ diinaan kan kaʼes nagaadhaan seenanii baʼuun hin jiru ture; sababiin isaas, ani namoota hundumaa wal irratti kaaseen ture.’

11 “‘Amma garuu warra saba kana keessaa hafan irratti akka baroota darbanii hin godhu’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. 12 ‘Sababiin isaas, sanyiin nagaa ni facaafama; mukti wayinii firii isaa ni kenna; lafti oomisha ishii ni kenniti;+ samiinis fixeensa isaa ni kenna; ani warri saba kana keessaa hafan wantoota kana hundumaa akka dhaalan nan godha.+ 13 Yaa mana Yihudaa fi mana Israaʼel, isin akkuma saboota gidduutti abaarsa taatanii turtan,+ amma ani isin nan oolcha, isinis eebba ni taatu.+ Hin sodaatinaa!+ Harka keessan jabeeffadhaa.’*+

14 “Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘“Abbootiin keessan waan na dheekkamsiisaniif badiisa isaan irratti fiduuf akkuman murteessee turee fi kanattis hin gaabbinetti” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa,+ 15 “yeroo kanattis Yerusaalemii fi mana Yihudaatiif wanta gaarii gochuuf murteesseera.+ Hin sodaatinaa!”’+

16 “‘Wanti isin gochuu qabdan kana dha: Walii keessanitti dhugaa dubbadhaa;+ murtiin isin karra keessan irratti kennitanis dhugaa fi nagaa kan babalʼisu haa taʼu.+ 17 Garaa keessan keessatti hammina wal irratti hin yaadinaa;+ kakaa sobaa akkamii iyyuu hin jaallatinaa;+ sababiin isaas, ani wantoota kana hundumaa nan jibba’+ jedha Yihowaan.”

18 Ammas dubbiin Yihowaa Gooftaa Raayyaa akkana jedhu gara koo ni dhufe: 19 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Soomni jiʼa arfaffaa,+ soomni jiʼa shanaffaa,+ soomni jiʼa torbaffaa+ fi soomni jiʼa kurnaffaa+ mana Yihudaatiif yeroo itti ililchanii fi yeroo gammachuu, eeyyee, yeroo ayyaana gammachuu ni taʼa.+ Kanaafuu, dhugaa fi nagaa jaalladhaa.’

20 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Saboonnii fi jiraattonni magaalota hedduu dhugumaan ni dhufu; 21 jiraattonni magaalaa tokkoos jiraattota magaalaa kan biraatiin, “Kottaa, Yihowaan gaarummaa akka nutti argisiisu kadhachuu fi Yihowaa Gooftaa Raayyaa barbaaddachuuf haa dhaqnu. Nutis ni dhaqna”+ jedhu. 22 Namoonni hedduunii fi saboonni jajjaboon Yerusaalem keessatti Yihowaa Gooftaa Raayyaa barbaaddachuu+ fi Yihowaan gaarummaa akka isaanitti argisiisu kadhachuuf ni dhufu.’

23 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Bara sanatti namoonni qooqawwan sabootaa hundumaa keessaa dhufan+ kudhan uffata* nama Yihudii tokkoo qabatanii, eeyyee, cimsanii qabatanii, “Waaqayyo isinii wajjin akka jiru waan dhageenyeef,+ nuti isinii wajjin deemuu barbaanna”+ jedhu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi