LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 51
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Xiyoon akkuma iddoo biqiltuu Eedan ni taati (1-8)

      • Jajjabina Uumaa Xiyoon isa jabaa irraa argame (9-16)

      • Xoofoo dheekkamsa Yihowaa (17-23)

Isaayyaas 51:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ciniinsifattee isin deesse.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 21:2
  • +Uma 12:1; 15:2
  • +1Mo 4:20

Isaayyaas 51:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 102:13; Isa 66:13; Er 31:12
  • +Isa 44:26; 61:4
  • +Uma 2:8
  • +Isa 35:1; 41:18
  • +Er 33:10, 11

Isaayyaas 51:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:6; Kes 7:6
  • +Isa 2:3; Mik 4:2
  • +Fak 6:23

Isaayyaas 51:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Humni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 46:13
  • +Isa 12:2; 56:1
  • +1Sa 2:10; Isa 2:4
  • +Isa 60:9

Isaayyaas 51:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin caccabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:17
  • +Fr 102:25-27; Mat 24:35

Isaayyaas 51:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “barumsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:33

Isaayyaas 51:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Raammoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 50:9
  • +Isa 45:17; Luq 1:50

Isaayyaas 51:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 1:51
  • +Fr 87:4; 89:10; Isa 30:7
  • +Bau 15:4; Nah 9:10, 11; Fr 106:22; His 29:3

Isaayyaas 51:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:21, 22
  • +Fr 106:9

Isaayyaas 51:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “mataa isaanii irra ni kaaʼatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:11; Zak 10:10
  • +Isa 35:10
  • +Isa 61:7
  • +Isa 25:8; 65:18, 19

Isaayyaas 51:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:13; 66:13
  • +Fr 118:6; Dan 3:16, 17; Mat 10:28

Isaayyaas 51:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa sitti marsu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:2
  • +Isa 40:22

Isaayyaas 51:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:2, 3; Isa 48:20; 52:2

Isaayyaas 51:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:35, 36; Yon 1:4
  • +Isa 47:4

Isaayyaas 51:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:17; 66:8, 22
  • +Isa 60:14; Er 31:33; Zak 8:8
  • +Kes 33:27; Fr 91:1

Isaayyaas 51:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 52:1; 60:1
  • +Er 25:15

Isaayyaas 51:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 14:21
  • +Fru 1:17

Isaayyaas 51:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Mataa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 2:11

Isaayyaas 51:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:17
  • +Isa 54:9; 62:8

Isaayyaas 51:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:25

Yaada Wal Simu

Isa. 51:2Uma 21:2
Isa. 51:2Uma 12:1; 15:2
Isa. 51:21Mo 4:20
Isa. 51:3Fr 102:13; Isa 66:13; Er 31:12
Isa. 51:3Isa 44:26; 61:4
Isa. 51:3Uma 2:8
Isa. 51:3Isa 35:1; 41:18
Isa. 51:3Er 33:10, 11
Isa. 51:4Bau 19:6; Kes 7:6
Isa. 51:4Isa 2:3; Mik 4:2
Isa. 51:4Fak 6:23
Isa. 51:5Isa 46:13
Isa. 51:5Isa 12:2; 56:1
Isa. 51:51Sa 2:10; Isa 2:4
Isa. 51:5Isa 60:9
Isa. 51:6Isa 45:17
Isa. 51:6Fr 102:25-27; Mat 24:35
Isa. 51:7Er 31:33
Isa. 51:8Isa 50:9
Isa. 51:8Isa 45:17; Luq 1:50
Isa. 51:9Luq 1:51
Isa. 51:9Fr 87:4; 89:10; Isa 30:7
Isa. 51:9Bau 15:4; Nah 9:10, 11; Fr 106:22; His 29:3
Isa. 51:10Bau 14:21, 22
Isa. 51:10Fr 106:9
Isa. 51:11Er 31:11; Zak 10:10
Isa. 51:11Isa 35:10
Isa. 51:11Isa 61:7
Isa. 51:11Isa 25:8; 65:18, 19
Isa. 51:12Isa 49:13; 66:13
Isa. 51:12Fr 118:6; Dan 3:16, 17; Mat 10:28
Isa. 51:13Isa 44:2
Isa. 51:13Isa 40:22
Isa. 51:14Iz 1:2, 3; Isa 48:20; 52:2
Isa. 51:15Er 31:35, 36; Yon 1:4
Isa. 51:15Isa 47:4
Isa. 51:16Isa 65:17; 66:8, 22
Isa. 51:16Isa 60:14; Er 31:33; Zak 8:8
Isa. 51:16Kes 33:27; Fr 91:1
Isa. 51:17Isa 52:1; 60:1
Isa. 51:17Er 25:15
Isa. 51:19His 14:21
Isa. 51:19Fru 1:17
Isa. 51:20Fru 2:11
Isa. 51:22Isa 51:17
Isa. 51:22Isa 54:9; 62:8
Isa. 51:23Isa 49:25
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 51:1-23

Isaayyaas

51 “Isin warri qajeelummaa duukaa buutan,

Isin warri Yihowaa barbaaddattan, na dhagaʼaa.

Qarsaa isa keessaa bocamtanii baatan sana,

Kaabaa isa keessaa qotamtanii baatan sanas ilaalaa.

 2 Abbaa keessan Abrahaamiin,

Saaraa+ ishii isin deesses* ilaalaa.

Yeroon isa waametti inni kophaa isaa ture,+

Anis isa nan eebbise, nan baayʼises.+

 3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+

Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+

Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+

Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+

Gammachuunii fi ililchi,

Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+

 4 Yaa uummata koo, xiyyeeffannaadhaan na dhagaʼi,

Yaa saba koo, gurra kee natti qabi.+

Sababiin isaas, seerri na keessaa ni baʼa,+

Haqa koos sabootaaf akka ifaatti nan hundeessa.+

 5 Qajeelummaan koo dhihaateera.+

Fayyisuun koo gad ni baʼa,+

Irreen* koos sabootaaf murtii ni kenna.+

Odolawwan na abdatu,+

Irree koos ni eeggatu.

 6 Ija keessan gara samiiwwaniitti ol kaasaa,

Gara lafaattis gad ilaalaa.

Sababiin isaas, samiiwwan akkuma aaraatti ni bittinnaaʼu;

Lafti akkuma uffataatti ni bututti,

Jiraattonni ishiis akkuma bookee ni dhumu.

Fayyisuun koo garuu bara baraaf jiraata,+

Qajeelummaan koos matumaa hin badu.*+

 7 Isin warri qajeelummaa beektan,

Namoonni seera* koo garaa keessanitti qabattanis,+ na dhagaʼaa.

Qoosaa namoota duuti eeggatu sanaa hin sodaatinaa,

Arrabsoo isaaniitiin kan kaʼes hin romʼinaa.

 8 Sababiin isaas, biliin akkuma uffataatti isaan ni nyaata;

Biliin uffataa* akkuma rifeensa hoolaatti isaan ni fixa.+

Qajeelummaan koo garuu bara baraaf,

Fayyisuun koos dhaloota hundumaa keessatti itti fufa.”+

 9 Yaa irree Yihowaa,+

Dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!

Akka yeroo bara duriitti, akka yeroo dhalootawwan darbaniitti taʼettis dammaqi.

Inni Rahaabiin*+ caccabse,

Inni uumama galaanaa guddaa taʼe waraane si mitii?+

10 Inni galaanicha, bishaan balʼaa isa gad fagoo taʼe sana gogse,+

Warri furaman akka ceʼaniif, galaana gad fagoos daandii godhe si mitii?+

11 Warri Yihowaan fure ni deebiʼu.+

Isaan ililchuudhaan gara Xiyoon ni dhufu,+

Gammachuu dhuma hin qabnes ni gonfatu.*+

Ni gammadu, ni ililchus,

Gaddii fi aaduun achii ni baqatu.+

12 “Kan isin jajjabeessu anuma.+

Maarree, nama duʼu,

Ilma namaa isa akka marga lalisaatti coolligus maaliif sodaatta?+

13 Yihowaa isa Uumaa kee taʼe,+

Isa samiiwwan diriirsee+ fi buʼuura lafaa kaaʼe kan irraanfattu maaliifi?

Akka waan inni si balleessuu dandaʼuutti,

Guyyaa guutuu dheekkamsa isa cunqursu* sanaa ni sodaatta turte.

Maarree amma dheekkamsi isa cunqursu sanaa eessa jira?

14 Inni funcaadhaan hidhamee gad jedhe sun dhiheenyatti ni hiikama;+

Inni hin duʼu, boollattis hin seenu,

Nyaatas hin dhabu.

15 Ani garuu Waaqa kee Yihowaa

Isa galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,+

Isa maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe dha.+

16 Ani samiiwwan dhaabuuf, buʼuura lafaas kaaʼuuf,+

Xiyooniinis, ‘Ati saba koo ti’+ jechuuf,

Dubbii koo afaan kee keessa nan kaaʼa,

Gaaddisa harka kootiitiinis sin golga.+

17 Yaa Yerusaalem, Dammaqi! Dammaqi! Kaʼi!+

Ati harka Yihowaa irraa xoofoo dheekkamsaa isaa fudhattee dhugdeetta.

Xoofoo sana keessaa dhugdeetta;

Xoofoo nama gatantarsu keessaa xuruursitee dhugdeetta.+

18 Ilmaan ishiin deesse hundumaa keessaa kan ishii geggeessu tokko illee hin jiru,

Ilmaan ishiin guddiste hundumaa keessaas harka ishii kan qabe tokko illee hin jiru.

19 Wantoonni lamaan kun si irra ni gaʼu.

Eenyutu siif gadda ree?

Badiisni, barbadaaʼuun, beellii fi goraadeen sitti dhufa!+

Eenyutu si jajjabeessa ree?+

20 Ilmaan kee gaggabaniiru.+

Akkuma hoolaa bosonaa saaphanaan qabameetti,

Qarqara* daandii hundumaa ni ciciisu.

Dheekkamsa Yihowaa, adaba Waaqa keetiis quufaniiru.”

21 Yaa dubartii rakkina irra buutee fi daadhii wayiniitiin taʼuu baatus machoofte nana,

Maaloo, kana dhagaʼi.

22 Gooftaan kee Yihowaan, Waaqni kee inni saba isaatiif falmu akkana jedha:

“Kunoo, ani xoofoo nama gatantarsu,+

Xoofoo, eeyyee, xoofoo dheekkamsaa koo si harkaa nan fudhadha;

Atis matumaa lammata isa hin dhugdu.+

23 Anis xoofoo sana harka warra si dhiphisan,

Warra, ‘Nuti akka si irra deemnuuf gombifami!’ siin jedhan sanaa keessa nan kaaʼa.+

Atis akka si irra deemaniif

Dugda kee akkuma lafaa, akkuma daandiis isaaniif gooteetta.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi