LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Moototaa

      • Eeliyaas obomboleettiidhaan ol fudhatame (1-18)

        • Eelsaaʼi uffata Eeliyaas fudhate (13, 14)

      • Eelsaaʼi bishaan Yeriikoo fayyise (19-22)

      • Amaaketoonni ijoollee Beetelii baʼan ni ajjeesan (23-25)

2 Mootota 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 17:1
  • +2Mo 2:11
  • +1Mo 19:16
  • +2Mo 4:38

2 Mootota 2:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 28:18, 19; 1Mo 12:28, 29; 2Mo 2:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 12-13

    8/15/2013, ful. 29

2 Mootota 2:3

Miiljaleewwan

  • *

    Yaanni, “Ilmaan raajotaa” jedhu mana barumsaa raajonni itti baratan ykn waldaa raajotaa kan argisiisu fakkaata.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 19:16

2 Mootota 2:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 6:26; 1Mo 16:34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 12-13

    8/15/2013, ful. 29

2 Mootota 2:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 12-13

2 Mootota 2:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

2 Mootota 2:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “uffata raajii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 19:19
  • +Bau 14:21, 22; Iya 3:17; 2Mo 2:13, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

2 Mootota 2:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “harki lama.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 34:9; 1Mo 19:16; Luq 1:17
  • +Kes 21:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 29

2 Mootota 2:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 29

2 Mootota 2:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 6:17; Fr 68:17
  • +2Se 21:5, 12; Yoh 3:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 13

    8/15/2013, ful. 29-30

2 Mootota 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 13:14
  • +2Sa 1:11, 12; Iyo 1:19, 20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa, mataduree 1

2 Mootota 2:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 19:19; 2Mo 1:8; Zak 13:4; Mat 3:4

2 Mootota 2:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 3:13; 2Mo 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 13

2 Mootota 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:24, 25; 27:18, 20; 2Mo 2:9

2 Mootota 2:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qilleensi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 18:11, 12

2 Mootota 2:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 6:26; 1Mo 16:34

2 Mootota 2:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “ulfi akka baʼu godha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 34:1-3

2 Mootota 2:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “ulfa hin baasisu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:23-25; 2Mo 4:38-41

2 Mootota 2:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:15, 16; Luq 10:16

2 Mootota 2:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:12
  • +2Mo 1:10

2 Mootota 2:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 4:25

Yaada Wal Simu

2Mot. 2:11Mo 17:1
2Mot. 2:12Mo 2:11
2Mot. 2:11Mo 19:16
2Mot. 2:12Mo 4:38
2Mot. 2:2Uma 28:18, 19; 1Mo 12:28, 29; 2Mo 2:23
2Mot. 2:31Mo 19:16
2Mot. 2:4Iya 6:26; 1Mo 16:34
2Mot. 2:81Mo 19:19
2Mot. 2:8Bau 14:21, 22; Iya 3:17; 2Mo 2:13, 14
2Mot. 2:9Kes 34:9; 1Mo 19:16; Luq 1:17
2Mot. 2:9Kes 21:17
2Mot. 2:112Mo 6:17; Fr 68:17
2Mot. 2:112Se 21:5, 12; Yoh 3:13
2Mot. 2:122Mo 13:14
2Mot. 2:122Sa 1:11, 12; Iyo 1:19, 20
2Mot. 2:131Mo 19:19; 2Mo 1:8; Zak 13:4; Mat 3:4
2Mot. 2:14Iya 3:13; 2Mo 2:8
2Mot. 2:15Lak 11:24, 25; 27:18, 20; 2Mo 2:9
2Mot. 2:161Mo 18:11, 12
2Mot. 2:18Iya 6:26; 1Mo 16:34
2Mot. 2:19Kes 34:1-3
2Mot. 2:21Bau 15:23-25; 2Mo 4:38-41
2Mot. 2:232Se 36:15, 16; Luq 10:16
2Mot. 2:24Fak 17:12
2Mot. 2:242Mo 1:10
2Mot. 2:252Mo 4:25
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Mootota 2:1-25

Mootota Lammaffaa

2 Yommuu Yihowaan Eeliyaasiin+ obomboleettiidhaan gara samiitti ol fudhachuuf jedhutti,+ Eeliyaasii fi Eelsaaʼi+ Gilgaal+ keessaa baʼanii deemuu jalqaban. 2 Eeliyaasis Eelsaaʼiin, “Yihowaan gara Beetel akkan dhaqu waan na ergeef, maaloo, ati asuma turi” jedhe. Eelsaaʼi garuu, “Yihowaa isa jiraataa taʼee fi lubbuu kee isa jiraataadhaan nan kakadha, ani si irraa gargar hin baʼu” isaan jedhe. Kanaafuu, isaan gara Beetelitti+ gad buʼan. 3 Achiis ilmaan raajotaa* Beetel keessa turan gara Eelsaaʼi dhufanii, “Harʼa Yihowaan gooftaa kee isa mataa kee taʼe si irraa akka fudhatu beekteettaa?”+ isaan jedhan. Innis, “Eeyyee beekeera. Isin calluma jedhaa” isaaniin jedhe.

4 Ammas Eeliyaas, “Yihowaan gara Yerikoo+ akkan dhaqu waan na ergeef, Eelsaa’i, maaloo, ati asuma turi” isaan jedhe. Inni garuu, “Yihowaa isa jiraataa taʼee fi lubbuu kee isa jiraataadhaan nan kakadha, ani si irraa gargar hin baʼu” isaan jedhe. Kanaafuu, isaan gara Yerikoo dhufan. 5 Achiis ilmaan raajotaa Yerikoo keessa turan gara Eelsaaʼitti dhihaatanii, “Harʼa Yihowaan gooftaa kee isa mataa kee taʼe si irraa akka fudhatu beekteettaa?” isaan jedhan. Innis, “Eeyyee beekeera. Isin calluma jedhaa” isaaniin jedhe.

6 Ammas Eeliyaas, “Yihowaan gara Yordaanos akkan dhaqu waan na ergeef, maaloo, ati asuma turi” isaan jedhe. Inni garuu, “Yihowaa isa jiraataa taʼee fi lubbuu kee isa jiraataadhaan nan kakadha, ani si irraa gargar hin baʼu” isaan jedhe. Kanaafuu, lamaan isaanii iyyuu karaa isaanii itti fufan. 7 Yommuu lamaan isaanii Yordaanos bira dhaabbatanii turanitti, ilmaan raajotaa keessaa 50ni isaan duukaa buʼanii deemuudhaan halaala dhaabbatanii ilaalu turan. 8 Achiis Eeliyaas uffata*+ isaa baasee maruudhaan bishaanicha rukute; bishaanichis bitaa fi mirgatti hirame; kanaafuu, lamaan isaanii iyyuu lafa gogaa irra ceʼan.+

9 Akkuma gamatti ceʼaniinis Eeliyaas Eelsaaʼiin, “Ani si irraa fudhatamuu koo dura, wanta akkan siif godhu barbaaddu na gaafadhu” jedhe. Kanaafuu Eelsaaʼi, “Maaloo, hafuura+ kee irraa dachaan lama* naaf haa kennamu”+ jedhe. 10 Innis deebisee, “Wanta rakkisaa taʼe gaafatte. Yommuun si biraa fudhatamu yoo na argite, akkuma jette siif taʼa; utuu na hin argin yoo hafte garuu akka jette siif hin taʼu” isaan jedhe.

11 Utuu isaan waliin dubbachaa deemaa jiraniis akkuma tasaa gaariin fardaa ibiddaa tokkoo fi fardeen ibiddaa+ lamaan isaanii addaan baasan; Eeliyaasis obomboleettii keessaan gara samiitti ol baʼe.+ 12 Eelsaaʼi utuu ilaalaa jiruu, “Abbaa koo! Abbaa koo! Gaarii fardaa Israaʼel, abbootii fardeenii isaas”+ jedhee iyye. Yommuu isa arguu dadhabuttis, uffata ofii isaa qabee bakka lamatti tarsaase.+ 13 Sana booda uffata+ Eeliyaas irraa buʼe sana kaasee deebiʼee Yordaanos qarqara dhaabbate. 14 Achiis uffata Eeliyaas irraa buʼe sana fuudhee bishaanicha rukutuudhaan, “Yihowaan Waaqni Eeliyaas eessa jira?” jedhe. Yommuu inni bishaanicha rukutus bishaanichi bitaa fi mirgatti hirame; Eelsaaʼis ni ceʼe.+

15 Ilmaan raajotaa Yerikoo jiran halaalatti yommuu isa arganis, “Hafuurri Eeliyaas, Eelsaaʼi irra buʼeera”+ jedhan. Kanaafuu, isaan isa argachuuf ni deeman; isa duratti kufaniis ni sagadan. 16 Achiis, “Namoonni 50ni gaʼumsa qaban tajaajiltoota kee wajjin as jiru. Maaloo, isaan dhaqanii gooftaa kee haa barbaadan. Tarii hafuurri* Yihowaa ol isa fuudhee gaarota keessaa isa tokko irratti yookiin sululawwan keessaa isa tokko keessatti isa darbatee taʼuu dandaʼa”+ isaan jedhan. Inni garuu, “Isaan hin erginaa” jedhe. 17 Haa taʼu malee, isaan hamma inni qaanaʼutti irra deddeebiʼanii isa gaafatan; kanaafuu inni, “Tole, isaan ergaa” jedhe. Isaanis namoota 50n sana ni ergan; namoonni sunis guyyaa sadiif barbaadanii isa dhaban. 18 Yommuu gara isaatti deebiʼanis, inni Yerikoo+ keessa jira ture. Innis, “Akka hin dhaqne isinitti himee hin turree?” isaaniin jedhe.

19 Yeroo booda namoonni magaalattii Eelsaaʼiin, “Akkuma gooftaan keenya ilaaluu dandaʼutti, magaalattiin bakka gaarii irratti argamti;+ garuu bishaan ishii gaarii miti; lafichis maseena dha”* jedhan. 20 Yeroo kanatti inni, “Saanii golboo haaraa xinnoo tokkotti soogidda naqaatii naa fidaa” jedhe. Isaanis isaaf ni fidan. 21 Achiis gara burqaa bishaanichaa deemee soogiddicha itti naqee,+ “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani bishaan kana fayyiseera. Kana booda duʼa yookiin maseenummaa hin fidu’”* jedhe. 22 Akkuma Eelsaaʼiin dubbatettis bishaanichi hamma harʼaatti akkuma fayyifametti jira.

23 Innis achii kaʼee gara Beetelitti ol baʼe. Utuu inni karaa irra deemaa jiruus ijoolleen xixinnoon muraasni magaalattii keessaa baʼanii, “Namicha mataa moluu nana, ol baʼi! Namicha mataa moluu nana, ol baʼi!” jedhanii isatti qoosuu jalqaban.+ 24 Dhuma irrattis inni garagalee isaan ilaalee maqaa Yihowaatiin isaan abaare. Achiis amaaketoonni dhaltuun+ lama bosona keessaa baʼanii isaan keessaa ijoollee 42 cicciran.+ 25 Innis karaa isaa itti fufee gara Gaara Qarmeelos+ deeme; achiis gara Samaariyaatti deebiʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi