LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Yohaannis 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Yohaannis

      • Nuti ijoollee Waaqayyoo ti (1-3)

      • Ijoollee Waaqayyoo fi ijoollee Diyaabilos (4-12)

        • Yesuus hojii Diyaabilos diiga (8)

      • Wal jaalladhaa (13-18)

      • Waaqni garaa keenya irra ni caala (19-24)

1 Yohaannis 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:12, 13
  • +Yoh 3:16
  • +Yoh 17:25
  • +Yoh 15:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2015, ful. 18

1 Yohaannis 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:15, 16; Efe 1:5
  • +1Qo 15:49; Flp 3:20, 21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 8-9

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 27

1 Yohaannis 3:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 7:1

1 Yohaannis 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 16:21, 22; Isa 53:11; Yoh 1:29

1 Yohaannis 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 6:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 70

1 Yohaannis 3:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “yeroo jalqabee kaasee.”

  • *

    Ykn., “balleessuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 3:14; Yoh 8:44
  • +Yoh 16:33; Ibr 2:14

1 Yohaannis 3:9

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, sanyii wal horuu yookiin firii godhachuu dandaʼu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 5:18
  • +1Ph 1:23

1 Yohaannis 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:8

1 Yohaannis 3:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:34; 1Yo 2:7; 2Yo 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barsiisaa, ful. 225

1 Yohaannis 3:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 4:8
  • +Uma 4:5
  • +Uma 4:4; Ibr 11:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barsiisaa, ful. 225

1 Yohaannis 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:11; Yoh 15:18; 2Xi 3:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 24

1 Yohaannis 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 2:10
  • +Yoh 5:24; Rom 8:2
  • +Yoh 3:36

1 Yohaannis 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:21, 22; Efe 4:31
  • +Uma 9:6; Lak 35:31; Mul 21:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 7/2021, ful. 7

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 96

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 82

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2006, ful. 29

1 Yohaannis 3:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:16; 13:1; 15:13
  • +Yoh 13:15; Rom 16:3, 4; 1Ta 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 206-207

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 18

1 Yohaannis 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:7, 8; Luq 3:11; Rom 12:13; Yaq 2:15, 16; 1Yo 4:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2020, ful. 24

1 Yohaannis 3:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:9
  • +Yaq 1:22; 2:17
  • +1Ph 1:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 7-11

1 Yohaannis 3:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni amansiisna.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 289-299

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 17

    8/1/2007, ful. 4

1 Yohaannis 3:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 4:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu,

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 289-299

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 23-24

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 17

    8/1/2007, ful. 4

1 Yohaannis 3:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 4:16; 1Yo 5:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/1/2007, ful. 4

1 Yohaannis 3:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:15; Mat 7:8; 1Ph 3:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/1/2007, ful. 4

1 Yohaannis 3:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:29
  • +Yoh 13:34

1 Yohaannis 3:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 2:24
  • +Yoh 14:23

Yaada Wal Simu

1Yoh. 3:1Yoh 1:12, 13
1Yoh. 3:1Yoh 3:16
1Yoh. 3:1Yoh 17:25
1Yoh. 3:1Yoh 15:19
1Yoh. 3:2Rom 8:15, 16; Efe 1:5
1Yoh. 3:21Qo 15:49; Flp 3:20, 21
1Yoh. 3:32Qo 7:1
1Yoh. 3:5Lew 16:21, 22; Isa 53:11; Yoh 1:29
1Yoh. 3:6Rom 6:12
1Yoh. 3:8Uma 3:14; Yoh 8:44
1Yoh. 3:8Yoh 16:33; Ibr 2:14
1Yoh. 3:91Yo 5:18
1Yoh. 3:91Ph 1:23
1Yoh. 3:101Yo 4:8
1Yoh. 3:11Yoh 13:34; 1Yo 2:7; 2Yo 5
1Yoh. 3:12Uma 4:8
1Yoh. 3:12Uma 4:5
1Yoh. 3:12Uma 4:4; Ibr 11:4
1Yoh. 3:13Mat 5:11; Yoh 15:18; 2Xi 3:12
1Yoh. 3:141Yo 2:10
1Yoh. 3:14Yoh 5:24; Rom 8:2
1Yoh. 3:14Yoh 3:36
1Yoh. 3:15Mat 5:21, 22; Efe 4:31
1Yoh. 3:15Uma 9:6; Lak 35:31; Mul 21:8
1Yoh. 3:16Yoh 3:16; 13:1; 15:13
1Yoh. 3:16Yoh 13:15; Rom 16:3, 4; 1Ta 2:8
1Yoh. 3:17Kes 15:7, 8; Luq 3:11; Rom 12:13; Yaq 2:15, 16; 1Yo 4:20
1Yoh. 3:18Rom 12:9
1Yoh. 3:18Yaq 1:22; 2:17
1Yoh. 3:181Ph 1:22
1Yoh. 3:20Ibr 4:13
1Yoh. 3:21Ibr 4:16; 1Yo 5:14
1Yoh. 3:22Fr 34:15; Mat 7:8; 1Ph 3:12
1Yoh. 3:23Yoh 6:29
1Yoh. 3:23Yoh 13:34
1Yoh. 3:241Yo 2:24
1Yoh. 3:24Yoh 14:23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Yohaannis 3:1-24

Yohaannis Tokkoffaa

3 Nuti ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf+ Abbaan jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa!+ Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku;+ nuunis kan hin beekne kanaafi.+ 2 Obboloota jaallatamo, nuti amma ijoollee Waaqayyoo ti;+ taʼus, gara fuulduraatti maal akka taanu amma iyyuu hin mulʼifamne.+ Yommuu inni mulʼifamu akka isaa akka taanu beekna; sababiin isaas, yeroo sanatti dhuguma isa ni argina. 3 Akkuma inni sun qulqulluu taʼe, namni abdii kana isa irratti qabu hundis of qulqulleessa.+

4 Namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu hundi seera cabsaa jira; cubbuun seera cabsuu dha. 5 Isinis inni kan mulʼifame cubbuu keenya balleessuuf+ akka taʼe beektu; isa keessa cubbuun hin jiru. 6 Namni isaa wajjin tokkummaadhaan jiraatu hundi cubbuu hojjechuu hin amaleeffatu;+ namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu hundi isa hin argine yookiin isa hin beekne. 7 Yaa ijoolle, namni tokko illee isin hin dogoggorsin; akkuma inni sun qajeelaa taʼe, namni qajeelina hojjechuu amaleeffate qajeelaa dha. 8 Diyaabilos jalqabumaa kaasee* cubbuu hojjechaa waan jiruuf,+ namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi. Ilmi Waaqayyoo kaayyoo kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguuf* mulʼifame.+

9 Namni Waaqayyo irraa dhalate hundi cubbuu hojjechuu hin amaleeffatu;+ sababiin isaas, namni akkasii sanyiin* Waaqayyoo isa keessa waan jiraatuu fi inni Waaqayyo irraa waan dhalateef+ cubbuu hojjechuu amaleeffachuu hin dandaʼu. 10 Ijoolleen Waaqayyoo fi ijoolleen Diyaabilos kanaan adda baafamanii beekamu: Namni qajeelina hojjechuu hin amaleeffannes taʼe obboleessa isaa hin jaallanne hundi kan Waaqayyoo miti.+ 11 Ergaan jalqabaa kaasee dhageessan wal jaallachuu akka qabnu kan ibsu dha;+ 12 akka Qaayin isa kan isa hamaa sanaa taʼee fi obboleessa isaa gara jabinaan ajjeese sanaa taʼuu hin qabnu.+ Inni obboleessa isaa kan ajjeese maaliifi? Hojiin isaa hamaa,+ kan obboleessa isaa immoo qajeelaa+ waan tureefi.

13 Yaa obbolootaa, addunyaan isin jibbuu isaatti hin dinqisiifatinaa.+ 14 Nuti obboloota keenya waan jaallannuuf,+ duʼa irraa gara jireenyaatti akka darbine beekna.+ Namni jaalala hin qabne duʼa keessa jiraata.+ 15 Namni obboleessa isaa jibbu hundi nama nama ajjeesu dha;+ namni nama ajjeesu hundi immoo jireenyi bara baraa isa keessa akka hin jiraanne beektu.+ 16 Inni lubbuu isaa dabarsee waan nuu kenneef kanaan jaalala beekneerra;+ nutis obboloota keenyaaf lubbuu keenya dabarsinee kennuuf dirqamni nu irra jira.+ 17 Haa taʼu malee, namni qabeenya addunyaa kanaa qabu kam iyyuu obboleessi isaa utuu rakkatuu argee yoo garaa isaaf laafuu dide, jaalalli Waaqayyoo akkamitti isa keessa jiraata?+ 18 Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin afaaniin utuu hin taʼin,+ hojii+ fi dhugaadhaan+ wal haa jaallannu.

19 Kanaan nuti kan dhugaa taʼuu keenya ni beekna, isa durattis garaa keenya ni tasgabbeessina;* 20 wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irratti kana ni goona; sababiin isaas, Waaqayyo garaa keenya irra ni caala, wanta hundumaas beeka.+ 21 Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti hin murteessu yoo taʼe, Waaqayyo duratti bilisummaa dubbachuu ni qabaanna;+ 22 ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta isa gammachiisu waan hojjennuuf, wanta isa gaafannu kam iyyuu isa irraa ni arganna.+ 23 Eeyyee, ajajni isaa isa kana: kunis maqaa Ilma isaa Yesuus Kiristoos irratti amantii akka qabaannuu+ fi akkuma inni nu ajajetti akka wal jaallannu dha.+ 24 Kana malees, namni ajajawwan isaa eegu kam iyyuu isaa wajjin tokkummaadhaan jiraata; innis nama akkasii wajjin tokkummaa ni qabaata.+ Hafuura inni nuu kenneenis, inni nuu wajjin tokkummaadhaan akka jiraatu beekna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi