LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 21:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:4; Iz 7:27
  • +Nah 2:7, 8; Isa 44:28; Mul 17:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2020, ful. 15

Fakkeenya 21:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kakaʼumsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:1, 2; Fak 16:2
  • +1Sa 16:6, 7; Fak 24:12; Er 17:10

Fakkeenya 21:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:22, 23; Hos 6:6; Mik 6:7, 8; Mat 12:7

Fakkeenya 21:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:4

Fakkeenya 21:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “faayidaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:4
  • +Fak 14:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 60

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2019, ful. 10

Fakkeenya 21:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Warra duʼa barbaadaniif akkuma hurrii dafee baduu ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:19; 20:21

Fakkeenya 21:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:14-16

Fakkeenya 21:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:37; Fak 16:17; 1Ph 1:22

Fakkeenya 21:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:1; 21:19; 25:24; 27:15

Fakkeenya 21:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun nama hamaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 6:5; Fr 36:1, 4
  • +1Sa 25:10, 11

Fakkeenya 21:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanta godhu beeka.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:9; 19:25

Fakkeenya 21:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 19:29; Fr 37:10, 20; 2Ph 2:4; 3:5, 6

Fakkeenya 21:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:9; Fak 28:27; Yaq 5:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2021, ful. 12

Fakkeenya 21:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “bobaa jala jirus.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:16

Fakkeenya 21:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 106:3

Fakkeenya 21:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 1:15; 2Ph 2:21

Fakkeenya 21:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gammachuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:4; Luq 15:13, 14

Fakkeenya 21:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 7:10

Fakkeenya 21:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:1; 21:9; 25:24; 27:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 12

Fakkeenya 21:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni liqimsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:6; Lal 5:19
  • +Luq 15:13, 14

Fakkeenya 21:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:9; 22:4; Mat 5:6; Rom 2:6, 7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 25

Fakkeenya 21:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “moʼuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:19; 2Qo 10:4

Fakkeenya 21:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 141:3; Fak 10:19; Lal 10:20

Fakkeenya 21:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:44; As 6:4

Fakkeenya 21:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:6-11; 13:4; 19:24

Fakkeenya 21:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:25, 26; 112:9; Luq 6:30

Fakkeenya 21:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gocha qaanessaa taʼee wajjin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:22, 23; Fak 15:8; Isa 1:11

Fakkeenya 21:28

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “bara baraaf dubbata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 19:18, 19; Fak 19:5

Fakkeenya 21:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amansiisaa akka taʼu godha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:14; 29:1
  • +Fak 11:5

Fakkeenya 21:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 23:7, 8; Fak 19:21; HoE 5:38, 39

Fakkeenya 21:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 20:7; 33:17; Isa 31:1
  • +2Se 20:15, 17; Fr 68:20; Mul 7:10

Yaada Wal Simu

Fak. 21:1Bau 14:4; Iz 7:27
Fak. 21:1Nah 2:7, 8; Isa 44:28; Mul 17:17
Fak. 21:2Fr 36:1, 2; Fak 16:2
Fak. 21:21Sa 16:6, 7; Fak 24:12; Er 17:10
Fak. 21:31Sa 15:22, 23; Hos 6:6; Mik 6:7, 8; Mat 12:7
Fak. 21:4Fr 10:4
Fak. 21:5Fak 13:4
Fak. 21:5Fak 14:29
Fak. 21:6Fak 1:19; 20:21
Fak. 21:7Fr 7:14-16
Fak. 21:8Fr 37:37; Fak 16:17; 1Ph 1:22
Fak. 21:9Fak 17:1; 21:19; 25:24; 27:15
Fak. 21:10Uma 6:5; Fr 36:1, 4
Fak. 21:101Sa 25:10, 11
Fak. 21:11Fak 9:9; 19:25
Fak. 21:12Uma 19:29; Fr 37:10, 20; 2Ph 2:4; 3:5, 6
Fak. 21:13Kes 15:9; Fak 28:27; Yaq 5:4
Fak. 21:14Fak 18:16
Fak. 21:15Fr 106:3
Fak. 21:16Yaq 1:15; 2Ph 2:21
Fak. 21:17Lal 7:4; Luq 15:13, 14
Fak. 21:18As 7:10
Fak. 21:19Fak 17:1; 21:9; 25:24; 27:15
Fak. 21:20Fak 15:6; Lal 5:19
Fak. 21:20Luq 15:13, 14
Fak. 21:21Fak 15:9; 22:4; Mat 5:6; Rom 2:6, 7
Fak. 21:22Lal 7:19; 2Qo 10:4
Fak. 21:23Fr 141:3; Fak 10:19; Lal 10:20
Fak. 21:24Lak 14:44; As 6:4
Fak. 21:25Fak 6:6-11; 13:4; 19:24
Fak. 21:26Fr 37:25, 26; 112:9; Luq 6:30
Fak. 21:271Sa 15:22, 23; Fak 15:8; Isa 1:11
Fak. 21:28Kes 19:18, 19; Fak 19:5
Fak. 21:29Fak 28:14; 29:1
Fak. 21:29Fak 11:5
Fak. 21:30Lak 23:7, 8; Fak 19:21; HoE 5:38, 39
Fak. 21:31Fr 20:7; 33:17; Isa 31:1
Fak. 21:312Se 20:15, 17; Fr 68:20; Mul 7:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 21:1-31

Fakkeenya

21 Garaan mootii harka Yihowaa irratti akkuma bishaan yaaʼuu ti.+

Inni gara barbaadetti isa ni qajeelcha.+

 2 Namni daandiin isaa hundi sirrii fakkaatee itti mulʼata,+

Yihowaan garuu garaa* namootaa ni qora.+

 3 Wanta sirrii fi haqa taʼe raawwachuun

Aarsaa caalaa Yihowaa gammachiisa.+

 4 Ijji of bokoksuu fi garaan of tuulu

Ibsaa hamoota geggeessu dha, taʼus cubbuu dha.+

 5 Karoorri nama dhimmee hojjetuu gara milkaaʼinaatti* geessa,+

Warri jarjaran hundi garuu gara hiyyummaatti deemu.+

 6 Arraba sobuun qabeenya argachuun

Akkuma hurrii dafee baduu fi kiyyoo duʼa geessisuu ti.*+

 7 Hamoonni haqaan hojjechuu waan didaniif,

Fincilli isaanii haxaaʼee isaan balleessa.+

 8 Daandiin nama yakkamaa jalʼaa dha,

Hojiin nama qulqulluu garuu qajeelaa dha.+

 9 Haadha manaa nyakkistuu taatee wajjin mana tokko keessa jiraachuu mannaa

Golee baaxii manaa irra jiraachuu wayya.+

10 Namni hamaan* wanta gaarii hin taane hawwa;+

Ollaa isaattis gaarummaa hin argisiisu.+

11 Namni qoostuu taʼe yommuu adabamu, namni muuxannoo hin qabne caalaatti ogeessa taʼa,

Namni ogeessi yommuu hubannaa argatus beekumsa argata.*+

12 Inni Qajeelaan mana nama hamaa ni arga;

Hamootattis badiisa ni fida.+

13 Namni iyya isa rakkataa dhagaʼuu didee gurra isaa qabatu kam iyyuu

Innis ni iyya, garuu deebii hin argatu.+

14 Kennaan dhoksaatti kennamu aarii,+

Mattaʼaan dhoksaatti kennamus* dheekkamsa finiine qabbaneessa.

15 Namni qajeelaan haqaan hojjechuun isa gammachiisa,+

Namoonni hammina raawwatan garuu akkana gochuun isaan sodaachisa.

16 Namni daandii hubannaa irraa goru

Warra duʼaan moʼaman gidduu ni boqota.+

17 Namni bashannana* jaallatu ni hiyyooma;+

Namni daadhii wayinii fi zayitii jaallatus hin sooromu.

18 Namni hamaan furii nama qajeelaa ti,

Namni gantuu taʼes bakka nama qajeelaa ni fudhatama.+

19 Haadha manaa nyakkistuu taatee fi daftee aartuu wajjin jiraachuu mannaa

Lafa onaa keessa jiraachuu wayya.+

20 Qabeenyi gatii guddaa qabuu fi zayitiin mana ogeessaa keessatti argama,+

Namni gowwaan garuu wanta qabu ni qisaasa.*+

21 Namni qajeelummaa fi jaalala amanamaa duukaa buʼu kam iyyuu

Jireenya, qajeelummaa fi ulfina argata.+

22 Namni ogeessi magaalaa namoota jajjaboo irratti ol baʼuu* dandaʼa,

Jabina isaan itti amanamanis ni laaffisa.+

23 Namni afaan isaa fi arraba isaa eeggatu

Rakkina irraa of* oolcha.+

24 Namni dantaa dhabuudhaan gocha of tuulummaa raawwatu,

Nama of tuulu, nama of jajuu fi nama of bokoksu jedhama.+

25 Harki isaa hojjechuu waan diduuf,

Namni dhibaaʼaan wanti inni hawwu isa ajjeesa.+

26 Namni dhibaaʼaan guyyaa guutuu sassataan ni hawwa,

Namni qajeelaan garuu homaa utuu hin dhowwatin ni kenna.+

27 Aarsaan nama hamaa jibbisiisaa dha.+

Yaada hamaadhaan kakaʼee* yommuu dhiheessu immoo caalaatti jibbisiisaa dha!

28 Ragaa baatuun sobu ni bada,+

Namni dhaggeeffatu garuu ragaan inni baʼu fudhatama argata.*

29 Namni hamaan ija jabeessa fakkaata,+

Namni qajeelaan garuu daandiin isaa amansiisaa dha.*+

30 Ogummaan, hubannaan yookiin gorsi Yihowaa mormu gatii hin qabu.+

31 Fardi guyyaa waraanaatiif ni qopheeffama,+

Fayyinni garuu Yihowaa biraa argama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi