LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Abdii kutachuu irraa gara jajannaatti

        • “Yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?” (1)

        • ‘Huccuu koo irratti carraa buufatan’ (18)

        • Gumii keessatti Waaqa jajachuu (22, 25)

        • Guutummaan lafaa Waaqa waaqeffata (27)

Faarfannaa 22:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Tarii rukuttaa muuziqaa ykn bifa muuziqaa kan argisiisu taʼuu dandaʼa.

Faarfannaa 22:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:16; Mat 27:46; Mar 15:34
  • +Ibr 5:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 30-31

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 15-16

    2/15/2008, ful. 30

Faarfannaa 22:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:3

Faarfannaa 22:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sii dhiheessu gidduutti (irratti) moosifamteetta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 6:3; 1Ph 1:15

Faarfannaa 22:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:1, 6
  • +Bau 14:13; Ibr 11:32-34

Faarfannaa 22:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:2; 99:6; Rom 10:11

Faarfannaa 22:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “na arrabsan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:11; Isa 53:3

Faarfannaa 22:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:16
  • +Fr 109:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 15

Faarfannaa 22:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:41-43; Luq 23:35, 36

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 15

Faarfannaa 22:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:6; 139:16

Faarfannaa 22:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “si irratti gatameera.”

Faarfannaa 22:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 23:46; Ibr 5:7
  • +Fr 10:1

Faarfannaa 22:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 68:30
  • +His 39:18

Faarfannaa 22:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 57:4; 1Ph 5:8
  • +Mat 26:4

Faarfannaa 22:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:44; Yoh 12:27
  • +Mat 26:38; Mar 14:33

Faarfannaa 22:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:22
  • +Yoh 19:28
  • +Isa 53:12; 1Qo 15:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 11-12

    Yesuus—Karaa, ful. 300

Faarfannaa 22:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:5, 6; Luq 22:63
  • +Fr 86:14
  • +Mat 27:35; Yoh 20:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 14

Faarfannaa 22:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:20; Yoh 19:36

Faarfannaa 22:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 15:24; Luq 23:34; Yoh 19:23, 24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Yesuus—Karaa, ful. 299

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 14

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 15

Faarfannaa 22:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:1
  • +Fr 40:13

Faarfannaa 22:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

  • *

    Kal., “Takkittii tiyya,” lubbuu isaa ykn jireenya isaa argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:16

Faarfannaa 22:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:17

Faarfannaa 22:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:6
  • +Fr 40:9; Ibr 2:11, 12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 14

    Masaraa Eegumsaa,

    5/1/2007, ful. 4-5

Faarfannaa 22:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:23

Faarfannaa 22:24

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “rakkina nama cunqurfamee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:6; 69:33
  • +Lak 6:25
  • +Ibr 5:7

Faarfannaa 22:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:18; 40:10; 111:1

Faarfannaa 22:26

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Garaan keessan bara baraaf haa jiraatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:11; Isa 65:13
  • +Sef 2:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 60

Faarfannaa 22:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 22:18; Mul 7:9; 15:4

Faarfannaa 22:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:11; Mul 11:17

Faarfannaa 22:29

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Warri coccoomoon.”

Yaada Wal Simu

Far. 22:1Fr 22:16; Mat 27:46; Mar 15:34
Far. 22:1Ibr 5:7
Far. 22:2Fr 42:3
Far. 22:3Isa 6:3; 1Ph 1:15
Far. 22:4Uma 15:1, 6
Far. 22:4Bau 14:13; Ibr 11:32-34
Far. 22:5Fr 25:2; 99:6; Rom 10:11
Far. 22:6Fr 31:11; Isa 53:3
Far. 22:7Fr 35:16
Far. 22:7Fr 109:25
Far. 22:8Mat 27:41-43; Luq 23:35, 36
Far. 22:9Fr 71:6; 139:16
Far. 22:11Luq 23:46; Ibr 5:7
Far. 22:11Fr 10:1
Far. 22:12Fr 68:30
Far. 22:12His 39:18
Far. 22:13Fr 57:4; 1Ph 5:8
Far. 22:13Mat 26:4
Far. 22:14Luq 22:44; Yoh 12:27
Far. 22:14Mat 26:38; Mar 14:33
Far. 22:15Fak 17:22
Far. 22:15Yoh 19:28
Far. 22:15Isa 53:12; 1Qo 15:3, 4
Far. 22:16Fr 59:5, 6; Luq 22:63
Far. 22:16Fr 86:14
Far. 22:16Mat 27:35; Yoh 20:25
Far. 22:17Fr 34:20; Yoh 19:36
Far. 22:18Mar 15:24; Luq 23:34; Yoh 19:23, 24
Far. 22:19Fr 10:1
Far. 22:19Fr 40:13
Far. 22:20Fr 22:16
Far. 22:21Fr 35:17
Far. 22:22Yoh 17:6
Far. 22:22Fr 40:9; Ibr 2:11, 12
Far. 22:23Fr 50:23
Far. 22:24Fr 34:6; 69:33
Far. 22:24Lak 6:25
Far. 22:24Ibr 5:7
Far. 22:25Fr 35:18; 40:10; 111:1
Far. 22:26Fr 37:11; Isa 65:13
Far. 22:26Sef 2:3
Far. 22:27Uma 22:18; Mul 7:9; 15:4
Far. 22:281Se 29:11; Mul 11:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 22:1-31

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; “Gadamsa Dhaltuu Barraaqaatiin.”* Faarfannaa Daawit.

22 Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?+

Na oolchuu irraa,

Iyya dhiphina koo irraas kan fagaatte maaliifi?+

 2 Yaa Waaqa koo, guyyaa irra deddeebiʼee sin waammadha, ati garuu deebii naaf hin kennitu;+

Halkanis ani calluma hin jedhu.

 3 Ati garuu qulqulluu dha,+

Jajannaa Israaʼel siif dhiheessuunis marfamteetta.*

 4 Abbootiin keenya sitti amanaman;+

Isaan sitti amanamaniiru; atis isaan oolchaa turte.+

 5 Isaan gara keetti ni iyyatan, ni oolanis;

Sitti ni amanaman, hin qaanofnes.+

 6 Ani garuu raammoo malee nama miti,

Namoonni natti qoosan,* na tuffatanis.+

 7 Warri na argan hundi natti qoosu;+

Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+

 8 “Yihowaatti of kenneera. Inni isa haa baraaru!

Isa biratti baayʼee jaallatamaa waan taʼeef, inni isa haa oolchu!”+

 9 Gadameessa keessaa kan na baase,+

Harma haadha koo irrattis tasgabbiin akka natti dhagaʼamu kan godhe siʼi.

10 Ergan dhaladhee jalqabee kunuunsa keetti nan amanama;*

Gadameessa haadha tiyyaa irraa jalqabees ati Waaqa koo ti.

11 Rakkinni waan natti dhihaateef,

Gargaaraa kan biraas waanan hin qabneef+ na irraa hin fagaatin.+

12 Jiboonni hedduun natti marsan,+

Korommii ciccimoon Baashaan natti naannaʼan.+

13 Akkuma leenca barooduu fi wanta adamsu cicciruutti,+

Afaan isaanii balʼisanii natti banan.+

14 Ani akkuma bishaaniitti dhangalaʼeera;

Lafeewwan koo hundi wal gadhiisaniiru.

Onneen koo akkuma gagaa taʼeera;+

Na keessattis baqeera.+

15 Jabinni koo akkuma qiraaciitti goggoge;+

Arrabni koo laagaa kootti maxxane;+

Ati gara biyyoo duʼaatti gad na buusta.+

16 Saroonni natti marsan;+

Akkuma tuuta jalʼootaatti balbala natti cufan,+

Akkuma leencaattis harka koo fi miila koo ciniinaa jiru.+

17 Lafeewwan koo hundumaa lakkaaʼuu nan dandaʼa.+

Isaan na ilaalu, ijas na irraa hin buqqifatan.

18 Uffata koo ni hihiratan,

Huccuu koo irrattis carraa ni buufatan.+

19 Ati garuu yaa Yihowaa, na irraa hin fagaatin.+

Ati jabina koo ti; na gargaaruuf ariifadhu.+

20 Goraadee irraa na* oolchi,

Lubbuu koo isa gatii guddaa qabus* harka sarootaa irraa oolchi.+

21 Afaan leencaa fi gaanfa gafarsaa irraa na oolchi;+

Deebii naaf kenni, na oolchis.

22 Ani maqaa kee obboloota kootti nan beeksisa;+

Gumii gidduuttis sin jajadha.+

23 Isin warri Yihowaa sodaattan isa jajadhaa!

Isin sanyiin Yaaqoob hundi ulfina isaaf kennaa!+

Isin sanyiin Israaʼel hundi kabaja guddaa isaaf qabaadhaa.

24 Inni rakkina isaatiin kan kaʼe isa cunqurfame* hin tuffanne, hin jibbines;+

Fuula isaas isa jalaa hin dhoksine.+

Yeroo gargaarsa argachuuf gara isaatti iyyu inni isa dhagaʼeera.+

25 Gumii guddaa keessatti sin jajadha;+

Warra isa sodaatan duratti wareega koo nan raawwadha.

26 Garraamonni ni nyaatu, ni quufus;+

Warri Yihowaa barbaaddatan isa jajatu.+

Bara baraaf gammachuudhaan jiraadhaa.*

27 Guutummaan andaara lafaa Yihowaa ni yaadata, gara isaattis ni deebiʼa.

Maatiiwwan sabootaa hundi si duratti ni sagadu.+

28 Sababiin isaas, mootummaan kan Yihowaa ti;+

Inni saboota irratti ni bulcha.

29 Sooreyyiin* lafa irratti argaman hundi ni nyaatu, ni sagadus;

Warri gara biyyootti gad buʼan hundi isa duratti ni jilbeenfatu;

Isaan keessaa lubbuu isaa tursuu kan dandaʼu hin jiru.

30 Sanyiiwwan isaanii isa tajaajilu;

Dhaloota dhufuttis waaʼeen Yihowaa ni himama.

31 Isaan dhufanii waaʼee qajeelummaa isaa ni dubbatu.

Namoota gara fuulduraatti dhalatanitti wanta inni raawwate ni himu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi