LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Murtiiwwan isaatiif Yaahiin jajadhaa! (1-10)

        • Gaaʼela Hoolichaa (7-9)

      • Isa farda adii gulufu (11-16)

      • Irbaata Waaqayyoo isa guddaa (17, 18)

      • Bineensichi ni injifatame (19-21)

Mulʼata 19:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 150:6

Mulʼata 19:2

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4; Fr 19:9; Mul 15:3
  • +Kes 32:43; 2Mo 9:7; Fr 79:10; Mul 18:20, 24

Mulʼata 19:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 117:1
  • +Isa 34:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 169

Mulʼata 19:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 4:4
  • +Mul 4:6
  • +Fr 106:48

Mulʼata 19:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 115:13
  • +Fr 134:1; 135:1

Mulʼata 19:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:3
  • +Fr 97:1; Isa 52:7; Mul 11:15
  • +Fr 113:1

Mulʼata 19:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 22

    2/15/2014, ful. 8-12

Mulʼata 19:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:10; Efe 5:25-27; Mul 14:4

Mulʼata 19:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 22:2; 25:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 19

    2/15/2014, ful. 10

Mulʼata 19:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 10:25, 26; Mul 22:8, 9
  • +Mat 28:19, 20; HoE 1:8
  • +Mat 4:10; Yoh 4:23
  • +Luq 24:27; HoE 10:43; 1Ph 1:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 5

Mulʼata 19:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 6:2
  • +Mul 1:5
  • +Yoh 1:14; Mul 3:14
  • +Isa 11:4, 5; Ibr 1:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 17

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 12/2019, ful. 5-6

Mulʼata 19:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 1:13, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 5

Mulʼata 19:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:1

Mulʼata 19:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 17

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 12/2019, ful. 5-6

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 6-7

    2/15/2009, ful. 5

Mulʼata 19:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 2:8; Mul 1:13, 16
  • +Fr 2:9; Mul 2:26, 27
  • +Yoe 3:13; Mul 14:19, 20

Mulʼata 19:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:18; Flp 2:9-11; 1Xi 6:15; Mul 17:14

Mulʼata 19:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qilleensa keessa; gubbaa irra.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 39:4, 17

Mulʼata 19:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 39:18
  • +His 39:20

Mulʼata 19:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:14, 16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2020, ful. 15

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 183

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2015, ful. 29

Mulʼata 19:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:13
  • +Mul 13:16, 17
  • +Mul 13:15
  • +Mat 10:28; 2Ph 2:6; Yih 7; Mul 20:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 76

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10-11

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2081

Mulʼata 19:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 2:16; 6:2
  • +His 39:4

Yaada Wal Simu

Mul. 19:1Fr 150:6
Mul. 19:2Kes 32:4; Fr 19:9; Mul 15:3
Mul. 19:2Kes 32:43; 2Mo 9:7; Fr 79:10; Mul 18:20, 24
Mul. 19:3Fr 117:1
Mul. 19:3Isa 34:10
Mul. 19:4Mul 4:4
Mul. 19:4Mul 4:6
Mul. 19:4Fr 106:48
Mul. 19:5Fr 115:13
Mul. 19:5Fr 134:1; 135:1
Mul. 19:6Bau 6:3
Mul. 19:6Fr 97:1; Isa 52:7; Mul 11:15
Mul. 19:6Fr 113:1
Mul. 19:8Isa 61:10; Efe 5:25-27; Mul 14:4
Mul. 19:9Mat 22:2; 25:10
Mul. 19:10HoE 10:25, 26; Mul 22:8, 9
Mul. 19:10Mat 28:19, 20; HoE 1:8
Mul. 19:10Mat 4:10; Yoh 4:23
Mul. 19:10Luq 24:27; HoE 10:43; 1Ph 1:10, 11
Mul. 19:11Mul 6:2
Mul. 19:11Mul 1:5
Mul. 19:11Yoh 1:14; Mul 3:14
Mul. 19:11Isa 11:4, 5; Ibr 1:8, 9
Mul. 19:12Mul 1:13, 14
Mul. 19:13Yoh 1:1
Mul. 19:152Ta 2:8; Mul 1:13, 16
Mul. 19:15Fr 2:9; Mul 2:26, 27
Mul. 19:15Yoe 3:13; Mul 14:19, 20
Mul. 19:16Mat 28:18; Flp 2:9-11; 1Xi 6:15; Mul 17:14
Mul. 19:17His 39:4, 17
Mul. 19:18His 39:18
Mul. 19:18His 39:20
Mul. 19:19Mul 16:14, 16
Mul. 19:20Mul 16:13
Mul. 19:20Mul 13:16, 17
Mul. 19:20Mul 13:15
Mul. 19:20Mat 10:28; 2Ph 2:6; Yih 7; Mul 20:14
Mul. 19:21Mul 2:16; 6:2
Mul. 19:21His 39:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 19:1-21

Mulʼata Yohaannis

19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti; 2 sababiin isaas, murtiiwwan isaa dhugaa fi qajeeloo dha.+ Inni sagaagaltuu guddittii ishii halalummaa* ishiitiin lafa mancaaste sanatti murteesseera; dhiiga garboota isaa isa harka ishii irra jiruufis haaloo baʼeera.”+ 3 Yeruma sana yeroo lammataatiif, “Yaahiin jajadhaa!*+ Aarri ishii baraa hamma bara baraatti ol baʼa”+ jedhan.

4 Jaarsoliin 24n+ sunii fi uumamawwan jiraatoon arfan+ sun gombifamanii Waaqa isa teessoo irra taaʼe sana waaqeffatan; akkasumas, “Ameen! Yaahiin jajadhaa!”*+ jedhan.

5 Sagaleen tokkos teessicha irraa dhufee, “Isin garboonni isaa, warri isa sodaattan, warri xixinnaanii fi guguddaan hundi,+ Waaqa keenya jajadhaa”+ jedhe.

6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+ 7 Guyyaan Hoolichi gaaʼela itti godhatu waan gaʼee fi misirroon isaas waan of qopheessiteef haa gammannu, haa ililchinu, ulfinas isaaf haa kenninu. 8 Eeyyee, misirrittiin uffata quncee talbaa baʼeessa calaqqisuu fi qulqulluu taʼe akka uffattu ishiidhaaf heyyamameera; uffanni quncee talbaa baʼeessi sun hojiiwwan qulqullootaa qajeeloo taʼan argisiisa.”+

9 Innis, “Kana barreessi: Warri irbaata gaaʼela Hoolichaa+ irratti affeeraman gammadoo dha” naan jedhe. Akkasumas, “Jechoonni kun dubbiiwwan Waaqayyoo warra dhugaa dha” jedhee natti hime. 10 Anis yeroo kanatti isa waaqeffachuuf miila isaa jalatti nan gombifame. Inni garuu akkana naan jedhe: “Of eeggadhu! Akkana hin godhin!+ Ani akkuma kee fi akkuma obboloota kee warra hojii waaʼee Yesuus dhugaa baʼuu+ hojjetan sanaa garbicha dha. Waaqayyoon waaqeffadhu!+ Sababiin isaas, raajiin kan dubbatamu waaʼee Yesuus dhugaa baʼuufi.”+

11 Anis samiin banamee nan arge, kunoo, fardi adiin+ tokko jira ture. Inni farda irra taaʼes Amanamaa+ fi Dhugaa+ jedhama; inni murtii kan kennus taʼe waraana kan geggeessu qajeelummaadhaani.+ 12 Ijji isaa akka labooba ibiddaa ti;+ mataa isaa irras gonfoowwan hedduun jiru. Inni maqaa isa irratti barreeffamee fi isa malee eenyu iyyuu hin beekne tokko qaba; 13 uffata dhiigni itti facaafame uffateera; maqaan isaa Dubbii+ Waaqayyoo jedhama. 14 Raayyaawwan samiis fardeen aʼadii irra taaʼanii isa duukaa buʼu turan; isaan uffata quncee talbaa baʼeessa adii fi qulqulluu taʼe uffatanii turan. 15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+ 16 Uffata isaa irratti, eeyyee, gudeeda isaa irratti maqaan, “Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa”+ jedhu barreeffameera.

17 Maleekaan tokkos aduu gidduu dhaabbatee nan arge, innis sagalee guddaadhaan allaattiiwwan samii walakkaa* barrisan hundumaan akkana jedhe: “Kottaa, irbaata Waaqayyoo isa guddaadhaaf walitti qabamaa;+ 18 foon moototaa, foon ajajjoota waraanaa, foon namoota jajjaboo,+ foon fardeenii fi warra isaan irra taaʼanii,+ foon hundumaa, jechuunis foon namoota bilisa taʼanii fi foon garbootaa, akkasumas foon warra xixinnaa fi foon warra guguddaa nyaadhaa.”

19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+ 20 Bineensichi ni qabame, raajii sobduun+ inni isa duratti dinqii hojjechuudhaan warra mallattoo bineensichaa+ fudhatanii fi warra bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan+ dogoggorses isaa wajjin ni qabame. Lamaan isaanii iyyuu utuma lubbuudhaan jiranii haroo ibiddaa dinyiidhaan bobaʼu keessatti darbataman.+ 21 Warri hafan garuu goraadee dheeraa afaan isa farda irra taaʼe sanaa keessaa baʼuun ajjeefaman.+ Allaattiiwwan hundis foon isaanii nyaatanii quufan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi