LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 42
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Tajaajilaa Waaqaa fi ergama isaa (1-9)

        • ‘Maqaan koo Yihowaa dha’ (8)

      • Faarfannaa galataa haaraa Yihowaadhaaf faarfatame (10-17)

      • Israaʼel jaamaa fi duudaa dha (18-25)

Isaayyaas 42:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 52:13
  • +Isa 49:7; Luq 9:35
  • +Mat 3:17; Yoh 6:27; 2Ph 1:17
  • +Isa 61:1; Mat 3:16
  • +Mat 12:15-18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Yesuus—Karaa, ful. 80

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 22

Isaayyaas 42:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 9:9; Mat 12:16, 19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2021, ful. 4

    Yesuus—Karaa, ful. 65, 80-81

Isaayyaas 42:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:28, 29; Ibr 2:17
  • +Isa 11:3, 4; Mat 12:20; Yoh 5:30; Mul 19:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    12/2017, ful. 5

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2015, ful. 8

    1/15/2009, ful. 23

    1/1/2009, ful. 14-15

    6/15/2008, ful. 6

    Yesuus—Karaa, ful. 80-81

Isaayyaas 42:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “barumsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:7; 49:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 80-81

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 23

Isaayyaas 42:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:22, 26
  • +Er 10:12
  • +Uma 2:7; HoE 17:24, 25
  • +Iyo 12:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 4

Isaayyaas 42:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:8
  • +Isa 49:6; Luq 2:29-32; Yoh 8:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 22, 23-24

Isaayyaas 42:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:5
  • +Isa 61:1; 1Ph 2:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 24

Isaayyaas 42:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin hiru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 9

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 4

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2015, ful. 4

    10/1/2010, ful. 3

Isaayyaas 42:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:23; 43:19; 2Ph 1:21

Isaayyaas 42:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:5
  • +Fr 96:1; 98:1; Mul 14:3
  • +Isa 44:23

Isaayyaas 42:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 25:13; Isa 60:7
  • +Isa 35:1

Isaayyaas 42:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:27; Isa 24:15; 66:19

Isaayyaas 42:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 59:17
  • +Bau 15:3
  • +1Sa 2:10

Isaayyaas 42:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qarqarawwan galaanaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:33; Isa 44:27; 50:2

Isaayyaas 42:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 29:18; 35:5; Er 31:8
  • +Isa 30:21
  • +Isa 60:1, 20
  • +Isa 40:4

Isaayyaas 42:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “siidaawwan baqfamanii tolfamaniin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:10, 11; 45:16

Isaayyaas 42:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 6:9, 10; 43:8

Isaayyaas 42:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 56:10; Er 4:22; His 12:2

Isaayyaas 42:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 33:31

Isaayyaas 42:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Barumsicha.”

Isaayyaas 42:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:15, 33; Er 50:17
  • +Fr 102:19, 20
  • +Kes 28:29, 52

Isaayyaas 42:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Barumsa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:12, 14; 2Se 15:3, 6; Fr 106:41

Isaayyaas 42:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:22; Nho 1:6
  • +Isa 9:13; Er 5:3; Hos 7:9
  • +Isa 57:11

Yaada Wal Simu

Isa. 42:1Isa 52:13
Isa. 42:1Isa 49:7; Luq 9:35
Isa. 42:1Mat 3:17; Yoh 6:27; 2Ph 1:17
Isa. 42:1Isa 61:1; Mat 3:16
Isa. 42:1Mat 12:15-18
Isa. 42:2Zak 9:9; Mat 12:16, 19
Isa. 42:3Mat 11:28, 29; Ibr 2:17
Isa. 42:3Isa 11:3, 4; Mat 12:20; Yoh 5:30; Mul 19:11
Isa. 42:4Isa 9:7; 49:8
Isa. 42:5Isa 40:22, 26
Isa. 42:5Er 10:12
Isa. 42:5Uma 2:7; HoE 17:24, 25
Isa. 42:5Iyo 12:10
Isa. 42:6Isa 49:8
Isa. 42:6Isa 49:6; Luq 2:29-32; Yoh 8:12
Isa. 42:7Isa 35:5
Isa. 42:7Isa 61:1; 1Ph 2:9
Isa. 42:8Bau 34:14
Isa. 42:9Isa 41:23; 43:19; 2Ph 1:21
Isa. 42:10Isa 51:5
Isa. 42:10Fr 96:1; 98:1; Mul 14:3
Isa. 42:10Isa 44:23
Isa. 42:11Uma 25:13; Isa 60:7
Isa. 42:11Isa 35:1
Isa. 42:12Fr 22:27; Isa 24:15; 66:19
Isa. 42:13Isa 59:17
Isa. 42:13Bau 15:3
Isa. 42:131Sa 2:10
Isa. 42:15Fr 107:33; Isa 44:27; 50:2
Isa. 42:16Isa 29:18; 35:5; Er 31:8
Isa. 42:16Isa 30:21
Isa. 42:16Isa 60:1, 20
Isa. 42:16Isa 40:4
Isa. 42:17Isa 44:10, 11; 45:16
Isa. 42:18Isa 6:9, 10; 43:8
Isa. 42:19Isa 56:10; Er 4:22; His 12:2
Isa. 42:20His 33:31
Isa. 42:22Kes 28:15, 33; Er 50:17
Isa. 42:22Fr 102:19, 20
Isa. 42:22Kes 28:29, 52
Isa. 42:24Abo 2:12, 14; 2Se 15:3, 6; Fr 106:41
Isa. 42:25Kes 32:22; Nho 1:6
Isa. 42:25Isa 9:13; Er 5:3; Hos 7:9
Isa. 42:25Isa 57:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 42:1-25

Isaayyaas

42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru!

Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+

Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+

Innis sabootaaf haqa ni fida.+

 2 Inni hin iyyu yookiin sagalee isaa ol hin kaasu,

Sagaleen isaa daandii irratti akka dhagaʼamus hin godhu.+

 3 Inni shomboqqoo buruqfame hin cabsu,

Foʼaa ibsaa aarus hin dhaamsu.+

Inni amanamummaadhaan haqa ni fida.+

 4 Hamma lafa irratti haqa fidutti ifni isaa hin hirʼatu yookiin inni hin cabu;+

Odolawwanis seera* isaa ni eeggatu.

 5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,

Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+

Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+

Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+

Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha:

 6 “Ani Yihowaan qajeelummaadhaan si waameera;

Harka kee qabeera.

Ani sin eega, namootaaf kakuu godhee,+

Sabootaafis ifa godhee sin kenna;+

 7 Kanas kanan godhu, ati ija jaame akka bantuuf,+

Isa hidhame mana hidhaa dukkana taʼe keessaa,

Warra dukkana keessa taaʼanis mana hidhaatii akka baastuufi.+

 8 Ani Yihowaa dha. Maqaan koos isa kana;

Ulfina koo eenyuuf iyyuu hin kennu,*

Galata koos fakkiiwwan bocamaniif hin kennu.+

 9 Kunoo, wantoonni jalqabaa raawwatamaniiru;

Amma wantoota haaraa nan labsa.

Isaan dhufuu isaanii dura, waaʼee isaanii nan dubbadha.”+

10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,

Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+

Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+

Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+

11 Lafti onaanii fi magaalonni ishii,

Gandeen Qeedaar+ keessa buufatu sunis haa iyyan.+

Warri qarsaa keessa jiraatan haa ililchan;

Isaan fiixee gaarotaa irraa haa iyyan.

12 Isaan Yihowaadhaaf ulfina haa kennan,

Odolawwan keessattis isa haa jajatan.+

13 Yihowaan akka nama jabaatti gad ni baʼa.+

Akka loltuutti hinaaffaa isaa ni dammaqsa.+

Inni ni iyya, eeyyee, iyya waraanaa ni dhageessisa;

Diinota isaa caalaa jabaa taʼuu isaas ni argisiisa.+

14 “Ani yeroo dheeraadhaaf nan callise.

Calluma nan jedhe, ofis nan qabe.

Akkuma dubartii ciniinsifachaa jirtuutti,

Nan aada, nan hargana, hafuurri koos ni ciccita.

15 Gaarotaa fi tabbawwan nan balleessa,

Biqiltuu isaanii hundumaas nan gogsa.

Lageen gara odolawwaniitti* nan jijjiira,

Kuufamawwan bishaanii biqiltuudhaan guutamanis nan gogsa.+

16 Namoota qaro dhabeeyyii taʼan daandii isaan hin beekne irra nan geggeessa,+

Daandiiwwan isaaniif haaraa taʼan irra akka ejjetanis nan godha.+

Dukkana isaan dura jiru gara ifaatti,+

Lafa buʼaa baʼii qabus gara lafa diriiraatti nan jijjiira.+

Ani kana isaaniif nan godha, ani isaan hin dhiisu.”

17 Warri fakkiiwwan bocamanitti amanaman,

Warri siidaawwan sibiilaatiin,* “Isin waaqolii keenya” jedhan,

Duubatti ni deebiʼu, guutummaattis ni salphatu.+

18 Isin warri duudaan, dhagaʼaa;

Isin jaamonnis ilaalaa, argaas.+

19 Tajaajilaa koo malee jaamaan eenyu?

Akka ergamaa kootti duudaa kan taʼe hoo eenyu?

Akka isan badhaase sanaatti,

Akka tajaajilaa Yihowaatti jaamaa kan taʼe eenyu?+

20 Ati wantoota hedduu ni argita, garuu dammaqinaan hin eeggattu.

Gurra kee ni banta, garuu hin dhageessu.+

21 Yihowaan qajeelummaa isaatiif jedhee,

Seericha* guddaa fi ulfina qabeessa gochuutti gammadeera.

22 Haa taʼu malee, sabni kun guutummaatti saamamaniiru,+

Hundi isaanii boolla keessatti qabamaniiru, mana hidhaa keessas dhokfamaniiru.+

Isaan saamamaniiru, kan isaan oolchus hin jiru,+

Saamamaniiru, “Isaan deebisaa!” kan jedhus hin jiru.

23 Isin gidduudhaa kana kan dhagaʼu eenyu?

Gara fuulduraatti faayidaa argachuuf jedhee xiyyeeffannaa kan kennuu fi kan dhagaʼu eenyu?

24 Yaaqoobiin boojuutti,

Israaʼeliin warra isa saamanitti dabarsee kan kenne eenyu?

Yihowaa isa nuti cubbuu irratti hojjenne mitii?

Isaan daandiiwwan isaa irra deemuu didaniiru,

Seera* isaatiifis hin ajajamne.+

25 Kanaan kan kaʼes, inni dheekkamsa isaa,

Aarii isaa fi waraana sodaachisaa isa irratti ni fide.+

Ibiddichi wanta naannoo isaatti argamu hundumaa ni nyaate, inni garuu xiyyeeffannaa hin kennine.+

Isa irratti ni bobaʼe, inni garuu kana hin qalbeeffanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi