LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 48
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Israaʼel ni ifatamte, ni qulqulleeffamtes (1-11)

      • Yihowaan Baabilon irratti tarkaanfii ni fudhata (12-16a)

      • Barumsi Waaqaa ni fayyada (16b-19)

      • “Baabilon keessaa baʼaa!” (20-22)

Isaayyaas 48:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Yihudaadhaa gad buʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 32:28
  • +Lew 19:12; Sef 1:4, 5
  • +Kes 6:13

Isaayyaas 48:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 52:1
  • +Er 21:1, 2

Isaayyaas 48:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “jalqabaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:9
  • +Iya 21:45; Isa 55:10, 11

Isaayyaas 48:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 32:9; 2Mo 17:13, 14; 2Se 36:15, 16; Fr 78:8; His 3:7

Isaayyaas 48:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “siidaan koo inni baqfamee tolfame.”

Isaayyaas 48:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:10
  • +Isa 42:9; 65:17

Isaayyaas 48:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 29:10
  • +Er 5:11; 9:2
  • +Kes 9:7; Fr 95:10

Isaayyaas 48:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 12:22; Fr 25:11; 79:9; Er 14:7
  • +Nah 9:30, 31; Fr 78:38

Isaayyaas 48:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “si filadheera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:3
  • +Isa 1:25; Er 9:7

Isaayyaas 48:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin hiru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:9
  • +His 20:9

Isaayyaas 48:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:13; 46:4
  • +Isa 44:6; Mul 1:8; 22:13

Isaayyaas 48:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:4
  • +Isa 40:22; 42:5

Isaayyaas 48:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:1
  • +Isa 44:28
  • +Isa 13:19; Er 50:13

Isaayyaas 48:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:2
  • +Isa 45:5

Isaayyaas 48:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hafuura isaa wajjin na ergeera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:19

Isaayyaas 48:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “faayidaa keetiif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 43:14; 44:6; 54:5
  • +1Mo 8:36; Fr 25:8; Isa 54:13; Mik 4:2
  • +Fr 32:8; Isa 30:20, 21; 49:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

Isaayyaas 48:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 5:29; Fr 81:13, 14
  • +Fr 119:165; Isa 32:18; 66:12
  • +Amo 5:23, 24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2022, ful. 30

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 228-229

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    2/2017, ful. 2

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 199

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2011, ful. 25

Isaayyaas 48:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 22:15, 17; Er 33:22; Hos 1:10

Isaayyaas 48:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 50:8; Mul 18:4
  • +Isa 49:13
  • +Er 50:2
  • +Er 31:10, 11

Isaayyaas 48:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:24, 25; Kes 8:14, 15; Isa 43:19
  • +Bau 17:5, 6; Lak 20:11

Isaayyaas 48:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 57:20, 21

Yaada Wal Simu

Isa. 48:1Uma 32:28
Isa. 48:1Lew 19:12; Sef 1:4, 5
Isa. 48:1Kes 6:13
Isa. 48:2Isa 52:1
Isa. 48:2Er 21:1, 2
Isa. 48:3Isa 42:9
Isa. 48:3Iya 21:45; Isa 55:10, 11
Isa. 48:4Bau 32:9; 2Mo 17:13, 14; 2Se 36:15, 16; Fr 78:8; His 3:7
Isa. 48:6Isa 43:10
Isa. 48:6Isa 42:9; 65:17
Isa. 48:8Isa 29:10
Isa. 48:8Er 5:11; 9:2
Isa. 48:8Kes 9:7; Fr 95:10
Isa. 48:91Sa 12:22; Fr 25:11; 79:9; Er 14:7
Isa. 48:9Nah 9:30, 31; Fr 78:38
Isa. 48:10Fak 17:3
Isa. 48:10Isa 1:25; Er 9:7
Isa. 48:11Isa 48:9
Isa. 48:11His 20:9
Isa. 48:12Isa 43:13; 46:4
Isa. 48:12Isa 44:6; Mul 1:8; 22:13
Isa. 48:13Iyo 38:4
Isa. 48:13Isa 40:22; 42:5
Isa. 48:14Isa 45:1
Isa. 48:14Isa 44:28
Isa. 48:14Isa 13:19; Er 50:13
Isa. 48:15Isa 41:2
Isa. 48:15Isa 45:5
Isa. 48:16Isa 45:19
Isa. 48:17Isa 43:14; 44:6; 54:5
Isa. 48:171Mo 8:36; Fr 25:8; Isa 54:13; Mik 4:2
Isa. 48:17Fr 32:8; Isa 30:20, 21; 49:10
Isa. 48:18Kes 5:29; Fr 81:13, 14
Isa. 48:18Fr 119:165; Isa 32:18; 66:12
Isa. 48:18Amo 5:23, 24
Isa. 48:19Uma 22:15, 17; Er 33:22; Hos 1:10
Isa. 48:20Er 50:8; Mul 18:4
Isa. 48:20Isa 49:13
Isa. 48:20Er 50:2
Isa. 48:20Er 31:10, 11
Isa. 48:21Bau 15:24, 25; Kes 8:14, 15; Isa 43:19
Isa. 48:21Bau 17:5, 6; Lak 20:11
Isa. 48:22Isa 57:20, 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 48:1-22

Isaayyaas

48 Yaa mana Yaaqoob,

Isin warri maqaa Israaʼeliin of waamtanii+ fi

Bishaanota Yihudaa keessaa dhuftan,*

Isin warri dhugaa fi qajeelummaadhaan taʼuu baatus+

Maqaa Yihowaatiin kakattannii+ fi

Maqaa Waaqa Israaʼel waammattan, kana dhagaʼaa.

 2 Isaan maqaa magaalaa qulqulluu sanaatiin of waamu,+

Gargaarsa Waaqa Israaʼel

Isa maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe sanaas ni barbaadu.+

 3 “Ani wantoota duraanii* yeroo dheeraa dura isinitti himeera.

Afaanuma kootu kana dubbate,

Akka beekaman kan godhes ana dha.+

Akkuma tasaa tarkaanfii nan fudhadhe, isaanis ni taʼan.+

 4 Ati hammam didaa akka taate,

Mormi kee ribuu sibiilaa, addi kees sibiila diimaa akka taʼe waanan beekuuf,+

 5 Bara dheeraa dura sitti himeera.

Ati, ‘Waaqni tolfamaan koo kana godheera;

Fakkiin koo inni bocamaanii fi fakkiin koo inni sibiila irraa tolfame* kana ajajeera’ akka hin jenneef,

Kun raawwatamuu isaa dura waaʼee isaa akka dhageessu godheera.

 6 Ati kana hundumaa dhageesseetta, argiteettas.

Kana hin labsituu?+

Ani ammaa jalqabee wantoota haaraa,

Iccitiiwwan dhoksaatti qabamanii fi ati hin beekne sitti nan beeksisa.+

 7 Ati ‘Kunoo, ani duruma iyyuu isaan nan beeka’ akka hin jennetti,

Wantoonni ati kanaan dura matumaa hin dhageenye kun

Bara dheeraa dura utuu hin taʼin amma uumaman.

 8 Lakki, ati hin dhageenye,+ ati hin beekne,

Kanaan dura gurri kee hin banamne.

Ati baayʼee gantuu taʼuu kee,+

Erga dhalattee jalqabees yakkamaa jedhamtee waamamaa akka turte nan beeka.+

 9 Haa taʼu malee, ani maqaa kootiif jedhee dheekkamsa koo nan ittisa;+

Ulfina kootiif jedhee of nan toʼadha,

Si hin balleessus.+

10 Kunoo, akka meetiitti taʼuu baatus si qulqulleesseera.+

Rakkina akka iddoo ibiddaa sibiila itti baqsanii taʼe keessatti si qoreera.*+

11 Ofii kootiif jedhee, eeyyee, ofii kootiif jedhee tarkaanfii nan fudhadha;+

Akkamittan of xureessuu dandaʼa?+

Ani ulfina koo eenyuuf iyyuu hin kennu.*

12 Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel isan waame nana, na dhagaʼi.

Ani isuma sana.+ Ani isa jalqabaa ti, isa xumuraa tis.+

13 Buʼuura lafaa kan kaaʼe harkuma koo ti,+

Samiiwwan kan diriirses harka mirgaa koo ti.+

Yeroon isaan waamu, isaan waliin ni dhaabbatu.

14 Hundi keessan walitti qabamaatii dhagaʼaa.

Isaan gidduudhaa wantoota kana kan beeksise eenyu?

Yihowaan isa jaallateera.+

Inni wanta isa gammachiisu Baabilon irratti ni raawwata,+

Irreen isaas Kaladoota irratti ni dhufa.+

15 Ani dubbadheera, isa waameeras.+

Ani isa fideera, daandiin isaas milkaaʼina ni argata.+

16 Natti dhihaadhaatii kana dhagaʼaa.

Ani jalqabaa kaasee dhoksaatti hin dubbanne.+

Yeroo inni itti raawwatamee jalqabee achin ture.”

Ammas Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan anaa fi hafuura isaa ergeera.*

17 Yihowaan inni si furu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha:+

“Ani Waaqa kee Yihowaa

Isa wanta si fayyadu* si barsiisu,+

Karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha.+

18 Ajajawwan koo xiyyeeffannaadhaan utuu dhageesseetta taʼee akkam gaarii ture!+

Silaa nagaan kee akkuma lagaa,+

Qajeelummaan kees akkuma dambalii galaanaa ni taʼa.+

19 Sanyiin kee, ijoolleen kees,

Akkuma cirrachaa hedduu ni taʼu.+

Maqaan isaaniis matumaa ana duraa hin haqamu yookiin haxaaʼamee hin balleeffamu.”

20 Baabilon keessaa baʼaa!+

Kaladoota jalaas baqadhaa!

Ililchuudhaan kana beeksisaa! Labsaa!+

Hamma andaara lafaatti beeksisaa.+

Akkana jedhaa: “Yihowaan tajaajilaa isaa Yaaqoobiin fureera.+

21 Yommuu inni gammoojjii keessa isaan geeggeessaa turetti isaan hin dheebonne.+

Qarsaa keessaa bishaan akka isaaniif burqu ni godhe;

Qarsaa baqaqsees bishaan akka dhangalaʼu ni godhe.”+

22 “Hamoonni nagaa hin qaban” jedha Yihowaan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi