LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 103
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • “Yihowaa nan jajadha”

        • Waaqni cubbuu keenya nu irraa fageessa (12)

        • Waaqni abbaa gara laafessa taʼe dha (13)

        • Waaqni biyyoo taʼuu keenya ni yaadata (14)

        • Teessoo fi mootummaa Yihowaa (19)

        • Maleekonni dubbii Waaqaa raawwatu (20)

Faarfannaa 103:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2024, ful. 9-10

Faarfannaa 103:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 8:2; Fr 105:5

Faarfannaa 103:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 12:13; Isa 43:25
  • +Bau 15:26; Fr 41:3; 147:3; Isa 33:24; Yaq 5:15; Mul 21:4

Faarfannaa 103:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “awwaala.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 56:13
  • +Mik 7:18

Faarfannaa 103:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:12; Isa 40:31
  • +Fr 23:5; 65:4

Faarfannaa 103:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:5; Fak 22:22, 23; Yaq 5:4
  • +Fr 9:8

Faarfannaa 103:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 24:4; Lak 12:8; Fr 147:19

Faarfannaa 103:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 55:7; Yaq 5:11
  • +Bau 34:6; Yoe 2:13; Yon 4:2

Faarfannaa 103:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 30:5
  • +Isa 57:16

Faarfannaa 103:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:31
  • +Iz 9:13; Fr 130:3; Isa 55:7

Faarfannaa 103:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:17; Isa 55:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    8/2016, ful. 5

Faarfannaa 103:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 16:21, 22; Isa 43:25; Er 31:34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 315

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    8/2016, ful. 5

Faarfannaa 103:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:38; Isa 49:15; Mil 3:17; Yaq 5:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 40

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    8/2016, ful. 5

Faarfannaa 103:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:39
  • +Uma 2:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 313

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 40

Faarfannaa 103:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 90:5, 6; 1Ph 1:24
  • +Iyo 14:1, 2

Faarfannaa 103:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Iddoon isaas kana booda isa hin beeku.”

Faarfannaa 103:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “baraa hamma bara baraatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 1:50
  • +Bau 20:6

Faarfannaa 103:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:5; Kes 7:9; Fr 25:10

Faarfannaa 103:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:6; Isa 66:1
  • +Fr 47:2; 145:13; Dan 4:25

Faarfannaa 103:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “sagalee dubbii isaa dhagaʼuudhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 19:35; Dan 7:10; Luq 1:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 24

Faarfannaa 103:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 13:41; Ibr 1:7
  • +1Mo 22:19; Fr 148:2; Luq 2:13, 14

Faarfannaa 103:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Iddoo ol aantummaa isaa.”

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Yaada Wal Simu

Far. 103:2Kes 8:2; Fr 105:5
Far. 103:32Sa 12:13; Isa 43:25
Far. 103:3Bau 15:26; Fr 41:3; 147:3; Isa 33:24; Yaq 5:15; Mul 21:4
Far. 103:4Fr 56:13
Far. 103:4Mik 7:18
Far. 103:5Fr 51:12; Isa 40:31
Far. 103:5Fr 23:5; 65:4
Far. 103:6Fr 12:5; Fak 22:22, 23; Yaq 5:4
Far. 103:6Fr 9:8
Far. 103:7Bau 24:4; Lak 12:8; Fr 147:19
Far. 103:8Isa 55:7; Yaq 5:11
Far. 103:8Bau 34:6; Yoe 2:13; Yon 4:2
Far. 103:9Fr 30:5
Far. 103:9Isa 57:16
Far. 103:10Nah 9:31
Far. 103:10Iz 9:13; Fr 130:3; Isa 55:7
Far. 103:11Fr 103:17; Isa 55:9
Far. 103:12Lew 16:21, 22; Isa 43:25; Er 31:34
Far. 103:13Fr 78:38; Isa 49:15; Mil 3:17; Yaq 5:15
Far. 103:14Fr 78:39
Far. 103:14Uma 2:7
Far. 103:15Fr 90:5, 6; 1Ph 1:24
Far. 103:15Iyo 14:1, 2
Far. 103:17Luq 1:50
Far. 103:17Bau 20:6
Far. 103:18Bau 19:5; Kes 7:9; Fr 25:10
Far. 103:192Se 20:6; Isa 66:1
Far. 103:19Fr 47:2; 145:13; Dan 4:25
Far. 103:202Mo 19:35; Dan 7:10; Luq 1:19
Far. 103:21Mat 13:41; Ibr 1:7
Far. 103:211Mo 22:19; Fr 148:2; Luq 2:13, 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 103:1-22

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

103 Yihowaa nan jajadha;

Guutummaan eenyummaa kootii maqaa isaa isa qulqulluu haa jajatu.

 2 Yihowaa nan jajadha;

Wanta inni godhe hundumaas matumaa hin irraanfadhu.+

 3 Inni balleessaa kee hundumaa siif dhiisa,+

Dhukkuba kee hundumaas ni fayyisa;+

 4 Lubbuu kee boolla* irraa ni oolcha,+

Jaalala isaa isa amanamaa fi gara laafina isaas si gonfachiisa.+

 5 Dargaggummaan kee akka kan risaatti akka haaromuuf,+

Umurii kee guutuu wantoota gaggaariidhaan si quubsa.+

 6 Yihowaan warra cunqurfaman hundumaatiif+ jecha

Qajeelummaa fi haqaan tarkaanfii ni fudhata.+

 7 Inni daandiiwwan isaa Museetti,

Gochawwan isaas ilmaan Israaʼelitti beeksiseera.+

 8 Yihowaan araara qabeessaa fi gara laafessa* dha,+

Aariidhaaf suuta kan jedhuu fi jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe dha.+

 9 Inni yeroo hundumaa dogoggora hin funaanu,+

Bara baraafis haaloo qabatee hin turu.+

10 Inni akka cubbuu keenyaatti nu irratti hin raawwanne,+

Akka balleessaa keenyaattis nuuf hin deebisne.+

11 Sababiin isaas, hammuma samiin lafa irraa ol fagaatu,

Jaalalli isaa inni amanamaan namoota isa sodaatanitti argisiisu guddaa dha.+

12 Akkuma bahi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu,

Balleessaa keenya nu irraa fageesseera.+

13 Akkuma abbaan tokko ijoollee isaatti gara laafina argisiisu,

Yihowaanis warra isa sodaatanitti gara laafina argisiiseera.+

14 Sababiin isaas, inni akkamitti akka tolfamne sirriitti beeka,+

Biyyoo taʼuu keenyas ni yaadata.+

15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+

Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+

16 Yommuu bubbeen bubbisu garuu,

Akkuma waan achi hin turreetti ni bada.*

17 Yihowaan garuu jaalala isaa isa amanamaa

Warra isa sodaatanitti+ bara baraaf* ni argisiisa,

Qajeelummaan isaas ijoollee ijoollee isaaniitiif,+

18 Warra kakuu isaa eeganiif,+

Akkasumas warra ajajawwan isaa of eeggannoodhaan raawwataniif ni taʼa.

19 Yihowaan samii keessatti teessoo isaa cimsee hundeesseera;+

Mootummaan isaas wanta hundumaa irratti bulcha.+

20 Isin maleekonni isaa warri humna guddaa qabdan,

Warri sagalee isaatiif ajajamuudhaan* dubbii isaa raawwattan hundi, Yihowaa jajadhaa.+

21 Raayyaawwan isaa,

Tajaajiltoonni isaa warri fedhii isaa raawwattan+ hundi Yihowaa jajadhaa.+

22 Hojiiwwan harka isaa kan taatan hundi,

Iddoowwan inni bulchu* hundumaa keessatti Yihowaa jajadhaa.

Guutummaan eenyummaa kootii* Yihowaa haa jajatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi