LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Dhaala Yihudaa (1-12)

      • Intalli Kaaleb lafa argatte (13-19)

      • Magaalota Yihudaa (20-63)

Iyyaasuu 15:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 26:55
  • +Uma 36:19

Iyyaasuu 15:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Galaana Duʼaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 3

Iyyaasuu 15:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:36
  • +Lak 34:4

Iyyaasuu 15:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Jechuunis, Galaana Guddaa, Meditiraaniyaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 5
  • +1Mo 8:65

Iyyaasuu 15:5

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Galaana Duʼaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:12

Iyyaasuu 15:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:19, 20
  • +Iya 18:21, 22
  • +Iya 18:17, 20

Iyyaasuu 15:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dirree Gad Buʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 7:26
  • +Iya 5:8, 9
  • +Iya 18:17, 20
  • +1Mo 1:9

Iyyaasuu 15:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dirree Gad Buʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:16, 20; 2Mo 23:10; Er 7:31
  • +Abo 1:21
  • +Iya 18:28; Abo 19:10

Iyyaasuu 15:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:15, 20
  • +Iya 9:16, 17; 2Sa 6:2; 1Se 13:6

Iyyaasuu 15:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:8, 16
  • +Iya 19:43, 48; Abo 14:1, 2; 2Se 28:18

Iyyaasuu 15:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 5:10; 7:14; 2Mo 1:2

Iyyaasuu 15:12

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Meditiraaniyaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 6; Kes 11:24

Iyyaasuu 15:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:30; Kes 1:36
  • +Uma 23:2; 35:27; Iya 20:7; 21:11, 12

Iyyaasuu 15:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:33; Iya 11:21
  • +Lak 13:22; Abo 1:10, 20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 9/2021, ful. 9

Iyyaasuu 15:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:38, 39

Iyyaasuu 15:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:9-11
  • +1Se 4:13
  • +1Se 2:49

Iyyaasuu 15:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “harree irra teessee harka ishii walitti rukutte.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:14, 15

Iyyaasuu 15:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Negeebitti.”

  • *

    “Miʼawwan (Saaniiwwan) Bishaanii” jechuu dha.

Iyyaasuu 15:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:2, 3; Kes 2:5

Iyyaasuu 15:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:1, 2

Iyyaasuu 15:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 11:25, 26

Iyyaasuu 15:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 21:31; Iya 19:1-3

Iyyaasuu 15:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:44, 45; Iya 19:1, 4; Abo 1:17

Iyyaasuu 15:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:1, 5; 1Sa 27:5, 6; 1Se 12:1

Iyyaasuu 15:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:1, 7; Nah 11:25, 29

Iyyaasuu 15:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:9
  • +Iya 19:40, 41; Abo 16:31

Iyyaasuu 15:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 22:1
  • +1Sa 17:1

Iyyaasuu 15:36

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Gederaa fi golawwan hoolaa ishii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:52

Iyyaasuu 15:39

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 18:14

Iyyaasuu 15:41

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:28

Iyyaasuu 15:42

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:29; 2Mo 8:22
  • +Iya 19:1, 7

Iyyaasuu 15:45

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “naannoo ishiitti.”

Iyyaasuu 15:47

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “naannoo ishiitti.”

  • *

    Jechuunis, Meditiraaniyaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 5:1
  • +Uma 10:19
  • +Lak 34:2, 5

Iyyaasuu 15:48

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:8, 14

Iyyaasuu 15:50

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 6:57

Iyyaasuu 15:51

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:16
  • +2Sa 15:12

Iyyaasuu 15:54

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 14:15

Iyyaasuu 15:55

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:25; 25:2, 3
  • +1Sa 23:14

Iyyaasuu 15:57

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 38:12

Iyyaasuu 15:60

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 9:16, 17; 18:11, 14; 1Sa 7:1

Iyyaasuu 15:61

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 18:21, 22

Iyyaasuu 15:62

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:29

Iyyaasuu 15:63

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 10:15, 16
  • +1Se 11:4
  • +Lak 33:55; Abo 1:8, 21; 19:11; 2Sa 5:6

Yaada Wal Simu

Iya. 15:1Lak 26:55
Iya. 15:1Uma 36:19
Iya. 15:2Lak 34:2, 3
Iya. 15:3Abo 1:36
Iya. 15:3Lak 34:4
Iya. 15:4Lak 34:2, 5
Iya. 15:41Mo 8:65
Iya. 15:5Lak 34:12
Iya. 15:6Iya 18:19, 20
Iya. 15:6Iya 18:21, 22
Iya. 15:6Iya 18:17, 20
Iya. 15:7Iya 7:26
Iya. 15:7Iya 5:8, 9
Iya. 15:7Iya 18:17, 20
Iya. 15:71Mo 1:9
Iya. 15:8Iya 18:16, 20; 2Mo 23:10; Er 7:31
Iya. 15:8Abo 1:21
Iya. 15:8Iya 18:28; Abo 19:10
Iya. 15:9Iya 18:15, 20
Iya. 15:9Iya 9:16, 17; 2Sa 6:2; 1Se 13:6
Iya. 15:10Iya 21:8, 16
Iya. 15:10Iya 19:43, 48; Abo 14:1, 2; 2Se 28:18
Iya. 15:111Sa 5:10; 7:14; 2Mo 1:2
Iya. 15:12Lak 34:2, 6; Kes 11:24
Iya. 15:13Lak 13:30; Kes 1:36
Iya. 15:13Uma 23:2; 35:27; Iya 20:7; 21:11, 12
Iya. 15:14Lak 13:33; Iya 11:21
Iya. 15:14Lak 13:22; Abo 1:10, 20
Iya. 15:15Iya 10:38, 39
Iya. 15:17Abo 3:9-11
Iya. 15:171Se 4:13
Iya. 15:171Se 2:49
Iya. 15:18Abo 1:14, 15
Iya. 15:21Lak 34:2, 3; Kes 2:5
Iya. 15:26Iya 19:1, 2
Iya. 15:27Nah 11:25, 26
Iya. 15:28Uma 21:31; Iya 19:1-3
Iya. 15:30Lak 14:44, 45; Iya 19:1, 4; Abo 1:17
Iya. 15:31Iya 19:1, 5; 1Sa 27:5, 6; 1Se 12:1
Iya. 15:32Iya 19:1, 7; Nah 11:25, 29
Iya. 15:33Abo 1:9
Iya. 15:33Iya 19:40, 41; Abo 16:31
Iya. 15:351Sa 22:1
Iya. 15:351Sa 17:1
Iya. 15:361Sa 17:52
Iya. 15:392Mo 18:14
Iya. 15:41Iya 10:28
Iya. 15:42Iya 10:29; 2Mo 8:22
Iya. 15:42Iya 19:1, 7
Iya. 15:471Sa 5:1
Iya. 15:47Uma 10:19
Iya. 15:47Lak 34:2, 5
Iya. 15:48Iya 21:8, 14
Iya. 15:501Se 6:57
Iya. 15:51Iya 11:16
Iya. 15:512Sa 15:12
Iya. 15:54Iya 14:15
Iya. 15:551Sa 23:25; 25:2, 3
Iya. 15:551Sa 23:14
Iya. 15:57Uma 38:12
Iya. 15:60Iya 9:16, 17; 18:11, 14; 1Sa 7:1
Iya. 15:61Iya 18:21, 22
Iya. 15:621Sa 23:29
Iya. 15:63Uma 10:15, 16
Iya. 15:631Se 11:4
Iya. 15:63Lak 33:55; Abo 1:8, 21; 19:11; 2Sa 5:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
  • 43
  • 44
  • 45
  • 46
  • 47
  • 48
  • 49
  • 50
  • 51
  • 52
  • 53
  • 54
  • 55
  • 56
  • 57
  • 58
  • 59
  • 60
  • 61
  • 62
  • 63
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 15:1-63

Iyyaasuu

15 Biyyi gosa Yihudaatiif akka maatii maatii isaaniitti carraadhaan hihirame+ hamma daangaa Edoom,+ jechuunis lafa onaa Ziin, akkasumas hamma qarqara Negeeb karaa kibbaatiin argamuutti kan fagaatu dha. 2 Daangaan isaanii inni kibbaa qarqara Galaana Soogiddaa*+ irraa, jechuunis galoo galaanaa isa kallattii kibbaatti garagalee jiru irraa jalqaba. 3 Achiis kallattii kibbaatiin tabba Aqraabiim+ qabatee Ziin bira ni darba; itti fufuudhaanis kallattii kibbaa irraa gara Qaadesh Barneʼaatti+ ol baʼee Hesroonitti ceʼee gara Adaar erga deemee booda gara Qaarqaatti naannaʼa. 4 Achiis gara Azmoonitti+ darbee hamma Laga Gogaa* Gibxiitti+ itti fufa; daangaan isaas Galaanicha* biratti dhaabbata. Karaa kibbaatiin daangaan isaanii kana dha.

5 Daangaan inni karaa bahaa Galaana Soogiddaa* irraa hamma dhuma Yordaanos gaʼa ture; qarqara kaabaatiin daangaan sun galoo galaanichaa, jechuunis dhuma Yordaanos taʼa.+ 6 Daangaan sun hamma Beet Hoglaatti+ ol baʼee kaaba Beet Arabaa+ bira darba; achiis gara dhagaa Boohaan+ ilma Ruubenitti ol ni baʼa. 7 Achiis gara Deebir ishii Sulula* Akooritti+ argamtutti ol baʼee gara kaabaatti garagalee gara Gilgaal+ ishii daandii Adumiimitti ol baasu isa kibba laga gogaatti argamu fuuldura jirtutti qajeela; achiis bishaan Een Shemeesh+ bira darbee Een Rogeel+ biratti dhaabbata. 8 Achiis gara Sulula* Ilma Hinoomitti,+ karaa kibbaatiin gara irraan gadee Yebuusichaatti,+ jechuunis gara Yerusaalemitti+ ol ni baʼa; achiis gara fiixee gaarichaa isa karaa dhihaatiin Sulula Hinoom fuulleetti, karaa kibbaatiin immoo andaara Sulula Refaayimitti argamutti ol ni baʼa. 9 Daangaan sun fiixee gaarichaa irraa jalqabee hamma burqaa bishaanii Neftoʼaatti,+ akkasumas hamma magaalota Gaara Efroonitti mallattoon itti godhamee ture; achiis hamma Baʼaalaatti, jechuunis hamma Qiriyaat Yeʼariimitti+ mallattoon itti godhamee ture. 10 Achiis Baʼaalaa irraa gara dhihaatti naannaʼee gara Gaara Seʼiiritti qajeelee, karaa kaabaatiin irraan gadee Gaara Yeʼariim, jechuunis Kesaalon bira ni darba; achiis gara Beet Sheemeshitti+ gad buʼee Timnaa+ bira ni darba. 11 Daangaan sun karaa kaabaatiin irraan gadee Eqroon+ bira ni gaʼa; achiis Shikeroonitti mallattoon itti godhamee, Gaara Baʼaalaa bira erga darbee booda Yaabneʼel bira ni gaʼa; achiis galaanicha biratti dhaabbata.

12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.

13 Innis Kaaleb+ ilma Yofuneetiif akkuma Yihowaan Iyyaasuu ajajetti sanyii Yihudaa gidduutti qooda ni kenne; kunis Qiriyaat Arbaa (Arbaan Abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebrooni.+ 14 Kanaafuu, Kaaleb ilmaan Anaaq+ sadan, jechuunis Sheshaay, Ahimaanii fi Taalmaay+ warra sanyii Anaaq taʼan achii ni ariʼe. 15 Sana booda achii kaʼee jiraattota Deebir waraanuu deeme.+ (Maqaan Deebir duraan Qiriyaat Seefer jedhama ture.) 16 Achiis Kaaleb, “Nama Qiriyaat Seefer rukutee ishii qabatuuf intala tiyya Aksaa isatti nan heerumsiisa” jedhe. 17 Otniʼel+ ilmi Qeenaazis+ biyyattii ni qabate; Qeenaaz obboleessa Kaalebi. Kanaafuu, Kaaleb intala isaa Aksaa+ isatti heerumsiise. 18 Ishiinis utuu gara manaa deemaa jirtuu, abbaan ishii maasii akka isaaf kennu akka gaafatu abbaa manaa ishiitti himte. Achiis harree ishii irraa ni buute.* Kaalebis, “Maal barbaadda?”+ jedhee ishii gaafate. 19 Ishiinis, “Kan naa laatte lafa xinnoo gara kibbaatti* argamtu waan taʼeef, maaloo na eebbisi; Guuloot Maayimiinis* naaf kenni” isaan jette. Kanaafuu, inni Guuloot Isa Olii fi Guuloot Isa Gadii ishiidhaaf ni kenne.

20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.

21 Magaalonni andaara gosa Yihudaa warri kallattii kibbaatiin gara daangaa Edoomitti+ argaman kanneen kana dha: Qaabzeʼel, Edeer, Yaagur, 22 Qinaa, Dimoonaa, Adaadaa, 23 Qeedesh, Hazoor, Yitnaan, 24 Ziif, Teleem, Baʼaalot, 25 Hazoor Hadaataa fi Qeriyoot Hezroon, jechuunis Hazoor, 26 Amaam, Sheemaa, Molaadaa,+ 27 Hazaar Gaadaa, Heshmoon, Beet Paalet,+ 28 Hazaar Shuʼaal, Ber Sheebaa,+ Biziyootiyaa, 29 Baʼaalaa, Iiyim, Eezem, 30 Eeltoolaad, Kesiil, Hoormaa,+ 31 Siqlaag,+ Maadmaanaa, Saansaanaa, 32 Lebaaʼot, Shilhiim, Aayinii fi Rimoon;+ walumaa galatti magaalota 29 fi gandeen isaanii.

33 Shefelaa+ keessa kan turan immoo kanneen kana dha: Eeshtaaʼol, Zoraa,+ Ashnaa, 34 Zaanoʼaa, Een Gaaniim, Taaphuʼaa, Eenaam, 35 Yaarmut, Adulaam,+ Sookoo, Azeeqaa,+ 36 Shaʼaaraayim,+ Aditaayim, Gederaa fi Gederotaayim;* magaalota 14 fi gandeen isaanii.

37 Zenaan, Hadaashaa, Migdaal Gaad, 38 Dilʼaan, Misphee, Yoqteʼel, 39 Laakiish,+ Bozqaat, Egloon, 40 Kaaboon, Laahmaam, Kitliish, 41 Gederoot, Beet Daagon, Naʼaamaa fi Maaqedaa;+ magaalota 16 fi gandeen isaanii.

42 Libnaa,+ Eetar, Ashaan,+ 43 Iftaa, Ashnaa, Neziib, 44 Qeyilaa, Akziibii fi Maareshaa; magaalota sagalii fi gandeen isaanii.

45 Eqroonii fi magaalota ishii jalatti* argaman, akkasumas gandeen ishii; 46 Eqroon irraa gara dhihaatti, warra Ashdood biratti argaman hundumaa fi gandeen isaanii.

47 Ashdood,+ magaalota ishii jalatti* argamanii fi gandeen ishii; Gaazaa,+ magaalota ishii jalatti argamanii fi gandeen ishii hamma Laga Gogaa Gibxiitti, hamma Galaana Guddaattii* fi hamma naannoo qarqara galaanichaatti argamutti.+

48 Naannoo gaarotaa keessatti kan argamanis kanneen kana dha: Shaamiir, Yaatir,+ Sookoo, 49 Daanaa, Qiriyaat Saanaa, jechuunis Deebir, 50 Anaab, Eeshtemoo,+ Aniim, 51 Gooshen,+ Hoolonii fi Giloo;+ magaalota 11 fi gandeen isaanii.

52 Arab, Duumaa, Eeshʼan, 53 Yaanum, Beet Taaphuʼaa, Afeeqaa, 54 Humtaa, Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroonii+ fi Ziʼoor; magaalota sagalii fi gandeen isaanii.

55 Maaʼon,+ Qarmeelos, Ziif,+ Yuutaa, 56 Yezriʼel, Yoqdeʼaam, Zaanoʼaa, 57 Qeeyin, Gibeʼaa fi Timnaa;+ magaalota kudhanii fi gandeen isaanii.

58 Halhuul, Beet Zuur, Geedor, 59 Maʼaaraat, Beet Aanootii fi Eelteeqoon; magaalota jaʼaa fi gandeen isaanii.

60 Qiriyaat Baʼaal, jechuunis Qiriyaat Yeʼariimii+ fi Raabaa; magaalota lamaa fi gandeen isaanii.

61 Lafa onaa keessa kan turan kanneen kana dha: Beet Arabaa,+ Miidin, Sekaakaa, 62 Nebshaan, Magaalaa Soogiddaa fi Een Gedii;+ magaalota jaʼaa fi gandeen isaanii.

63 Namoonni Yihudaa Yebuusota+ warra Yerusaalem+ keessa jiraachaa turan ariʼuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Yebuusonni hamma harʼaatti namoota Yihudaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi